Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe Creator by Hamza H/Alo Aman #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1
نمایش بیشتر751
مشترکین
-124 ساعت
-27 روز
-530 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Photo unavailableShow in Telegram
Guutuu isaa waa islaamaa media linki kanaan ni argatuuhttps://youtu.be/_Nk036NPwMw?si=7-tqGv0eJGQCBmbX
Eid Mubaarak
Baga ittin geessan
Faawundeeshinii waa islaamaa damee nageellee booranaa wajjiin
Idni kan gammachuu
Kan jaalalaa
Kan tokkuummaa
Kan badhaadhinaa👍
Isiniif haa ta'uu.....jenne jirra
قال الله تعالى : والفجر وليال عشر
قال ابن عباس - رضي الله عنه - : " إنها عشر ذي الحجة“
وقال ابن كثير رحمه الله: المراد بها عشر ذي الحجة.
وقال عز وجل: "وَيَذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ فِي أَيَّامٍ مَعْلُومَاتٍ"
Photo unavailableShow in Telegram
Guutuu isaa waa islaamaa media linkii kanaan ni argattu
https://youtu.be/rIdZIF1iiPs?si=0Xom0WNA3Hc4ecyp
Hojiiwwan Guyyoota Zul Hijjaa Kanatti Hojjetamuu Qaban Keessaa Shan:
1️⃣Soomu: Guyyoota Kanneen Keessa Soomu Yoo Danda’ame Guyyoota Zul-Hijjaa Irraa 1-9 Walitti Aansuun Soomu. Maalif? Soomni Mataan Isaa Qaama Hojii Gaariiti. Kana Malees, "Nabiyyiin (Saw) Guyyaa Sagali Zul-Hijjaa Soomana Turan."
2️⃣Zikrii Baay’isuu:- Faarfanna Rabbii (Alhamdulillah), Takbiira (Allahu Akbar), Tesbih (Subhanallah) Fi Tahlil (La Ilaha Illallah); Sagalee Isaa Ol Kaasuu Fi Zikroota Kana Tolchuu Jaallata Ibaadaa Isaan Yaadachiisuufi Maqaa Rabbii Ol Kaasuuf Hadiisa Abdullaah Ibnu Umar Dabarsan Keessatti Nabiyyiin (Saw) Akkana Jedhan Guyyoonni Rabbiin Biratti Guddaa Ta’anii Fi Hojiin Gaariin Guyyoota Kurnan Kana Caalaa Jaalatamaadha, Kanaaf Tahliila; Takbiiraa Fi Tahmida . Ulfinni Rabbiif Haa Ta'u! Laa Ilaha Illallah Walahu Akbar Walilahilhamd
3️⃣Salaata: Guyyoota Kanatti Salata Fardii Yeroodhaan Gara Masjiida Dhaquun Salaata Sunnaa Baay’isuun Guyyaa Hunda Gocha Jaalatamaadha, Garuu Guyyoota Kanatti Gocha Baay’ee Jaalatamaadha.
4️⃣Guyyaa ``Arafaa Soomu: Rasuulli (Nageenyi Isarratti Haa Jiraatu) "Nama Guyyaa ``Arafaa Soomane, Cubbuu Waggaa Darbee Fi Bara Dhufu Rabbi Dhiisaf Jedhan." (Muslim) .
5️⃣Sadaqaa Dabaluu, Qur'aana Qara'uu Fi Ibaadaa Biroo Baay'isuun Hojiiwwan Guyyoota Kurnan Kana Keessatti Cimsuu Qabnuudha.
Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa
Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.
http://t.me/waislaama1
http://t.me/waislaama1
Jaalala sahaabonni rasuulaf qaban
laalaamee
.....................................................
#Seenaa_Ajaa_ibaa
Gaaf Tokko Nabii Muhammad {ﷺ}
Bilaal ibnu rabah dugda duuba isaatiin dhufanii ija isaa qabanii sagalee jijjiiratanii "Ani Eenyu" jedhanii gaafatan
Bilaalis ati umar jedheen Miti jedhaniin
Abu Bakri jedheen Ammas na hin beekne jedhaniin
Usmaanimi jedheen Ammas Rasuulli Rabbii {ﷺ} miti jedhaniin
Bilaal Tole Alii dhaa ree jedhee nama isa ammatee ija qabe kanaan eenyummaa isaa gaafate
Achumaan Rasuulli {ﷺ} ijasaa gad dhiisanii gara fuuldura isaa dhufanii yaa "Bilaal" dhugamatti amma Ana ta'uu na hin beeknee jedhanii gaafatan !!
Bilaali immoo yaa Ergamaa Rabbi akka gaaritti isin ta'uu beeke garuu
Akka yeroo dheeraaf na ammattan waan barbaadeef malee jedhee deebiseef
Hagam takka jaalalti rasuulaa onnee
sahaabotaa akka seente kanumarraa
tilmaamuun hin ulfaatu
Seenaan kuni yoo sitti tole Nabiyyii
Rahmataa #NABI_MUHAMMAD irratti salawaata buusi
http://t.me/waislaama1
http://t.me/waislaama1
Waa islaamaa islamic post
#(chanel waa islaama)# Argama (location ) bale-robe Creator by Hamza H/Alo Aman #KAAYYOO# 1,Odeeffannoo waaltawaa qaqqabsiisu 2, Seenaa gaggabaabaa Wal barsiisuu 3, Beekkumsa walii galaa fi kkf fedhii rabbiitiin isin biraan geenna. t.me/waislaama1
Photo unavailableShow in Telegram
#Oduu_Ammee
Dhaabbata Oduu Tasnimii Iraan: Du’a Pirezidaantii Iraan Ebrahim Raayisii gabaase
Guutuu gabaasuchaa Nu eegaa
Al-jaziiraa
Photo unavailableShow in Telegram
Helikoptarri pirezidaantii Iraanifi qondaalota olaanoo biyyattii baatee deemaa ture jedhame kufee caccabuu miidiyaan biyyattii gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo
Photo unavailableShow in Telegram
#Innaa_lillaahi wo'innaa ileeyhi raaji'uun
Imaamni masjiida osoo salaachisanii masjiidaa ba'aa jiranii ajjeefaman
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Keebor Multimedia May 18-2024
☆☆☆
Jiddugaleessaa Goondar Aanaa Daambiyaa ganda Ayenbaatti imaama masjiida kan ta'an Sheek Siraaj salaata maghriibaa salaachisanii osoo ba'aa jiranii hidhattootaan bifa suukaneessaan ajjeefamuu manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Amaaraa beeksiseera.
☆☆☆
Sheek Siraaj hanga har'a wareegamanitti darasoota waggoottan dheeraaf masjiidichatti barsiisaa kan turan yoo ta'u manguddoo biyyaa jaarsa araaraati jedhan barreessan majlisa naannichaa.
☆☆☆
Nu Hordofaa.
Telegrams
👇👇👇👇
https://t.me/KeborMedi
یک طرح متفاوت انتخاب کنید
طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.