cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

SBO Press

🌎 Karaa Midiyaalee Hawaasaa Biroon Nu Argachuuf;👇👇 Yuutiyuubii: 👉 youtube.com/@sbopress Feesbuukii: 👉 facebook.com/barsiisota/ Filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif isin galateeffanna!

Больше
Рекламные посты
8 648
Подписчики
+7124 часа
+3787 дней
+2 17630 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
Bu'aalee Caamsaa 20 keeysaa tokko barreeysaa jennaan " Manni barumsaa cufamuudha" ja'e barataan tokko. Mee bu'aalee Caamsaa 20 keeysaa 20 Comnent jalatti barreeysaa. Achumaanuu baga geeysan.😁
Показать все...
👍 15
Karoora Baruu Barsiisuu! Course kana guutuun isaa: 👉 TECS 231 ♻️JOIN AND 🔗SHARE 🧑‍💻JOIN: @Barsiisotaf 🧑‍💻JOIN: @Barsiisota
Показать все...
👍 12👏 1
Iyyaaffannaa Fi Madaallii Barnootaa ♻️JOIN AND 🔗SHARE 🧑‍💻JOIN: @Barsiisotaf 🧑‍💻JOIN: @Barsiisota
Показать все...
👍 28🥰 2👎 1
Moosaajii Roosteraa qophaa’e keessa kam buufattee fayyadamte? Yoo hin buufanne immoo kam buufachuu barbaadda?Anonymous voting
  • Kan Kutaa 1ffaa Hamma 4ffaa
  • Kan Kutaa 5ffaa fi 6ffaa
  • Kan Kutaa 7ffaa fi 8ffaa
  • Kan Kutaa 9ffaa fi 10ffaa
  • Kutaa 11ffaa fi 12ffaa kan Natural Science
  • Kutaa 11ffaa fi 12ffaa kan Social Science
0 votes
77👍 40🥰 14🔥 2😁 2🤔 2
🔷 Moosaajii Roosteraa Kana "Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya?" Gaaffii jedhuuf Deebiin Link armaaan gadii kana banaati Youtube keenya irraa video isaa ilaalii. Youtube Channel keenya Subscribe gochuu hin dagatinaa.👇 https://youtu.be/02abe_wV48o
Показать все...
Moosaajii Roosterri Qabxii Barattoota Kutaa 1ffaa hanga Kutaa 12ffaa Ittiin Hojjatamuu

Bilbila ykn Kompiitara fayyadamnee roostera qabxii barattoota yeroo gabaabaa keessatti karaa ittiin hojjachuu dandeenyu. Fayyadamuuf Baayyee Salphaa fi Mijataa dha.

👍 34 10😁 1
Gaaffilee Shaakalaa Barattoota Kutaa 8ffaa ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN:@Barsiisota 🧑‍💻JOIN:@Barsiisotaf ╚════════════╝
Показать все...
👍 27 5
Online teessa taanaan, dafii waan kana taphadhuu saantimii walitti qabadhu! Erga online seenuunkee hin oollee fayyadami! Business karaa telegram dhufeedha. Booda akka hin gaabbine! Yoo taphachuu dhiistanis, isinumatu gaabba! Of hin dabarsinaa! 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Показать все...
👍 19 5👏 1
Waraqaan Deebii (Answer Sheet) kanatti Barattoonni Kutaa 6ffaa fi 8ffaa akka shaakalan gochuun bareedaadha.
Показать все...
👍 34 9👎 5
Фото недоступноПоказать в Telegram
Xumuramuuf guyyoota muraasa qofaatu hafe. Warreen hin eegaliin Link armaaan gadii kana banuun Start kan jedhu erga tuqtee booda saantima quba keetiin tuquu qofaan qabxii walitti qabaachuu dandeessa. Qabxii kanaas guyyoota muraasa booda haala fakkii irratti mul’atu kanatti sharafachuu ni dandeessa. 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Показать все...
👍 19 8
Barattoonni Kutaa 12ffaa qormaata Online yeroo qoraman qajeelfamoota tartiibaan raawwachuu qaban. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻Join:@barsiisotaf 🧑‍💻Join:@barsiisota ╚════════════╝ 
Показать все...
👍 22 2🥰 1