cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

SBO Press

🌎 Karaa Midiyaalee Hawaasaa Biroon Nu Argachuuf;👇👇 Yuutiyuubii: 👉 youtube.com/@sbopress Feesbuukii: 👉 facebook.com/barsiisota/ Filannoo keessan godhattanii waan nu hordoftaniif isin galateeffanna!

Більше
Фінляндія752Мова не вказанаОсвіта17 672
Рекламні дописи
8 420
Підписники
+5124 години
+6187 днів
+2 14530 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Gaaffilee Shaakalaa Barattoota Kutaa 8ffaa ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻JOIN:@Barsiisota 🧑‍💻JOIN:@Barsiisotaf ╚════════════╝
Показати все...
👍 12
Online teessa taanaan, dafii waan kana taphadhuu saantimii walitti qabadhu! Erga online seenuunkee hin oollee fayyadami! Business karaa telegram dhufeedha. Booda akka hin gaabbine! Yoo taphachuu dhiistanis, isinumatu gaabba! Of hin dabarsinaa! 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Показати все...
👍 12 4
Waraqaan Deebii (Answer Sheet) kanatti Barattoonni Kutaa 6ffaa fi 8ffaa akka shaakalan gochuun bareedaadha.
Показати все...
👍 30 6👎 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Xumuramuuf guyyoota muraasa qofaatu hafe. Warreen hin eegaliin Link armaaan gadii kana banuun Start kan jedhu erga tuqtee booda saantima quba keetiin tuquu qofaan qabxii walitti qabaachuu dandeessa. Qabxii kanaas guyyoota muraasa booda haala fakkii irratti mul’atu kanatti sharafachuu ni dandeessa. 👉 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5633382527
Показати все...
👍 11 8
Barattoonni Kutaa 12ffaa qormaata Online yeroo qoraman qajeelfamoota tartiibaan raawwachuu qaban. ♻️JOIN AND 🔗SHARE ╔════════════╗ 🧑‍💻Join:@barsiisotaf 🧑‍💻Join:@barsiisota ╚════════════╝ 
Показати все...
👍 19 1
Namoota 4000 tu Moosaajii Roosteraa kana buufatee jira. Sana keessa immoo namoota 500 🙆 qofaatu Youtube keenya Subscribe godhe. Kuni qaanyii guddaadha. Barsiisota keenya Video daawwachuu Data qusachuuf jecha kan dhiiftan yoo ta'ee illee, Subscribe godhuun fedhii malee kaffaltii isin gaafatu tokkollee hin qabu. Kanaafuu mee barsiisonni keenya qulqulluun warreen tajaajila keenyatti gammaddan qoftiin Link armaaan gadii kana banaati Youtube keenya Subscribe qofa godhaa deebi'a. 👉 http://youtube.com/@sbopress 🔷 Odeeffannoo qulqulluu dhugaa ta'ee fi haala yeroo waliin deemuu qofa isiniif dhiheessine isin tajaajiluun fedhii keessa keenya maddeedha. Galatooma! 🙏 #share #follow #sbopress #like
Показати все...
👍 62 8👎 3
01:30
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Roostera Barattootaa! 🔷 Moosaajii Roosteraa kana akkamitti ittiin hojjachuu dandeenya? 🔷 Password itti galchuun ni barbaachisaa? 🔷 Password yoo barbaanne hoo eessaa argachuu dandeenya? Gaaffilee jedhamu hundaafuu deebii argachuuf liinkii armaaan gadii kana banuun Video kana guutuu isaa daawwadhaa. Chaanalii Youtube keenya immoo Subscribe gochuu hin dagatinaa. 👉 https://youtu.be/02abe_wV48o 🔷 Moosaajii Roosteraa kana argachuuf Link armaaan gadii kana bani! 👉 https://t.me/barsiisotaf/353?single 🔷 #Share godhuun Barsiisota hunda biraan geenye barsiisonni hojii Roosteraa kana akka ofirraa salphisaan haa taasifnuu! Galatooma! 🙏
Показати все...
👍 28 21👎 7
Moosaajii Roosteraa! Moosaajiin Kuni Bilbila Harka keenya jiru ykn Kompitara (Laptop) Fayyadamnee Yeroo Gabaabaa Keessatti Qabxii Barattootaa Ittiin Hojjachuu kan nu dandeessisuudha. Moosaajiin Kuni baay’ina gosa barnoota baratamuu irratti hundaa’uun Kutaa 1 hanga kutaa 12 tti adda addaan qindaa’e kan jiru yoo ta’u, baay’ina Barattootaa daree tokko keessa jiranii hamma 190 tti nuuf hojjachuu ni danda’a. 🔷 Moosaajiin Roosteraa Kuni Maal Fa'a Hojjachuu Danda’a? 👉 Ida'ama Qabxii Barattootaa! 👉 Averege Qabxii Barattootaa! 👉 Qaaccessa Qabxii Barattootaa! 👉 Cuunfaa Qabxii Barattootaa! 👉 Sadarkaa Barattootaa! 👉 Barattoota Darbanii fi Hin Darbinee Saalan adda baasee nuuf hojjata! 👉 Print gochuuf Mijataadha fi Salphaadha. 🔷 Eessaa argachuu dandeenya? 👉 Deebii 🔷 Akkamitti Ittiin Hojjachuu Dandeenya? 👉 Deebii
Показати все...
👍 83 23🔥 10👏 7👎 6
Update New Roster
Показати все...
👍 30 7🔥 3
Показати все...

14👍 11🥰 4