605
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-130 days
Posts Archive
[ ] Congratulations!!
#Baga Gamaddan!Baga Gammanne!
#Hagayya 23/12/2018.
#Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggoo.
Guyyaa Har'aa Hojii bara Kana itti Dadhabaa turre hojii Aanaa Ceesisuu {Woreda Transformation} Koreen Supperviizyinii Biiroo Fayyaa Oromiyaa {BFO}irraa dhufte Waajjira Fayyaa Aanaa,Buufata Fayyaa Masalaa,Buufata Fayyaa Molee, Keellaa Fayyaa Lubbu-Dhaqqabiifii Baha Biiftuu Akkasumaas Abbaa warraa gandoota Kana Keessa jiran ilaaluun Aanaan Keenya Aanaa Hojii Fayyaatiin Cehe {Transformed Woreda} ta'uu isaa nuuf Mirkaneessanii jiru!
#Koreen Qindeessaa Aanaa Keenyaa,Hoggansi Aanaa fii Gandaa,Oggeeyyiin Fayyaa,Hojjattoonni ekisteenshinii fayyaa,Dareektaroonni Buufataalee Fayyaa, Hojjattootaa fii koreen Manaajimantii Waajjira Fayyaa Aanaa hundinuu kanneen hojiin kun akka milkaa'uuf gahee leencaa bahattan hundi keessanuu Baga Gammaddan! Baga Waliin Gammanne isiniin jenna.
#Waajjira Fayyaa Aanaa Shanan Dhuuggoo.
Fayyaan Faaya!Fayyaan Farda Coolleedha.
#Hundi keessanuu Fayyaa hin Dhabinaa!
+3
Buufata fayyaa Moleetti gamaaggamni implementation joint CSC action plan ji'a 6 dura woliin baafatame irratti yemmuu Gaggeeffamu
+4
Buufata fayya Masalaatti gamaaggama Action Plan CSC ji'a 6 yemmuu gaggeessinu!
Guyyaa 06/12/2018
Buufata Fayyaa Masalaatti Ogeessota Buufata Fayyaa Golliyaa fi Gabbis irraa dhufanif Dr Biyaansaa fii Sister Beezaa dhan Ultrasound irratti hubannoo gaha practical tahe kennameefi kan jiru fi yeroo gara Buufata isaniti debi'an tajaajila Ultrasound of-danda'uun kan hojjatan taha.
Aanaalee Verbal Aoutopsy hojjachaa jirtan hundaaf: Akkam jirtu? Gabaasa Raawwii Baay'ina taatee Du'aa beeksiisuu (VA) kan waggaa bara 2018 uunka kana guutaa nuuf erga.
+6
Gamagamma Rawwii Hojii Bara 2018 fi Karoora bara 2019 irraatti Og.Wajjira Fayyaa fi It/G/Buufale Fayyaa waaliin Cimiinoota Bara 2018 Harkaati Qabanee Hanqiinoota Sadarakaa Wajjira fi Buufatale , Kella Fayyaati hojilee nuu jaalaa Haftuu Waan beeknuf Xiyeefannoo itti kennudhan Sadarakaa Huundatu Xummuura itti gonne.Karoora Bara 2019 irraa Rawwii Hojii ji,a Tokkoo Qabanee itti Deemna jechuudhan Buufatale Huundinu Dorgoomadhan irraa Deebamee Karoora bara 2019 B/Bu,uu Wajjiricha fi it/G/ Buufatale Fayyaa Waaliin Waal Harkaa Fudhiinsa Karoora Godhanii jiru.Dhadaannoon Keenya Qulqulliina Ragaa Keenya jechuun Xummuuran.
+8
Bufataa Fayyaa Coomaa duulii calalii kaansrii fixee gademessaa bifaa ho'aa ta'een gageffamee jiraa.
+9
Guyyaa 19/11/2018
#Guyyaan boqonnaa hin jiru #Buufata Fayyaa Masalaatti
Duula qulqullina Terazoo Haala gaarii ta'een waan gaarii hojjachuu dandeenyee jirra Hojjattoota keenya kan duula kana irratti hirmaattan hundi keessan baayyee galatooma
Hayyee wal gargaarun aadaa teenya waan taheef walbira haa dhaabbannu Halaqaa guddaa galatoomi nuf jiraadhu atis
