ru
Feedback
Shenen Dhugo Woreda Health Office

Shenen Dhugo Woreda Health Office

Открыть в Telegram
602
Подписчики
Нет данных24 часа
-17 дней
-1130 день
Архив постов
photo content
+4

Guyyaa 3/10/2018 Azeb Maliyon Bin Cachup A/R/baas

photo content
+5

Guyyaa 3/10/2018 Bin Cachup A/ cabsii

photo content

photo content

Updates and Attention: 🔺🔺 🔺🔺 Hospitaalota Isin Ilaallatu Hundaaf. ✍️ Kanaan dura gita banaa hojjataa bulchiinsaa baajata
+3
Updates and Attention: 🔺🔺 🔺🔺 Hospitaalota Isin Ilaallatu Hundaaf. ✍️ Kanaan dura gita banaa hojjataa bulchiinsaa baajata qabdan irratti hayyamni qaxarrii akka isiniif kennamu BFO gaafachaa turuun keessan beekamadha.   Bu’uuruma kanaan BPSMQ Oromiyaa irraa gita qulqulleessituu fi waardiyaa irratti qofa hayyamni waan kennameef akkaataa xalayaa irratti ibsameen akka raawwattan isin beeksifna.

photo content
+8

Guyyaa 28/9/2018 Bufataa Fayyaa Coomattii kutaa ECD ergaa hundeffamee Tajajilaa guyyaa guyyaan kennaa jiraa.

Buufataaleen akkam jirtan jechaa please gabaasa keessan xiixalaa galchaa ustanii hin erginaa Gabaasni: OTP admitted +SC admitted =Total SAM 1. SAM parallel = SAM DHIS 2. OTP parallel admitted = OTP DHIS admitted 3. SC parallel admitted = SC DHIS admitted Gabaasas har'a naaf ergaa worti hin ergin!! GG: 1. Abrahim Jamaaliif 2. Garee Fayyaa Maatiitiif

Guyyaa 27/09/2018, Zoonii Waladayaa, Bulchiinsa Ganda Raha keessatti duulli talaallii ZD fi daa'imman talaallii isaanii guutu
+9
Guyyaa 27/09/2018, Zoonii Waladayaa, Bulchiinsa Ganda Raha keessatti duulli talaallii ZD fi daa'imman talaallii isaanii guutuu hin fudhanne (Under Vaccinated) irratti xiyyeeffate haala gaarii fi milkaa'inaan raawwatama Oleera. Duula kana keessatti daa'imman umurii isaanii irratti hundaa'uun talaallii barbaachisu akka argatan taasifameera. Akkasumas, maatii fi hawaasaaf faayidaa talaallii fi barbaachisummaa yeroo talaallii eeguun walqabatee jiru irratti hubannoon kennameefi jira.

photo content
+7

Guyyaa har'aa Mana Barumsaa WALDAYAA keessatti yeroo roobaa kana of eeggannoo fayyaa irratti barattoota, barsiisotaa fi hojje
+4
Guyyaa har'aa Mana Barumsaa WALDAYAA keessatti yeroo roobaa kana of eeggannoo fayyaa irratti barattoota, barsiisotaa fi hojjettoota mana barumsichaaf leenjii hubannoo uumuu kennameera. Leenjiin kun ogeeyyii Buufata Fayyaa WALDAYAAtiin kan kenname yoo ta'u, yeroo roobaa keessatti dhukkuboota daddarboo akka diarrhea, taayifooyidii, koleraa, fi dhukkuboota bishaaniin walqabatan irraa of eeggachuu irratti xiyyeeffateedha. Dabalataanis, akkaataa bishaan dhugaatii qulqulluu itti taasisan keessaa tokko kan ta'e bishaan danfisanii fayyadamuudha.kanaf barbaachisummaa isaa irratti hubannoon baldhan kennameeraf. Akkasumas, WAGGARI (Water Guard) kaartoona 10 mana barumsichaa keessaatti akkaataa itti fayyadamaa fi hojii irra oolmaa isaa irratti ibsi bal'aan erga kenamen booda baratootaf achuumati kenninefi jira.

photo content
+9

Guyyaa 26/9/2018 Phcu Coomattii Gamagamni ji'a sagal ekstishinii fayyaa fi Supervisor kellaa fayyaa hirmachisee gageffamee ji
+4
Guyyaa 26/9/2018 Phcu Coomattii Gamagamni ji'a sagal ekstishinii fayyaa fi Supervisor kellaa fayyaa hirmachisee gageffamee jiraa.

Nagaa jirtu? Aanaalee Hojjattoota Fedhii Fayyaa /CV/VHL/ calaallii gaggeessaa turuun niyaadatama. Ji'a Eblaa gara xumuraa irrattii waan gaggeefamef jechaa,Ragaa isaa Guutumaattii Ji'aa caamsaa kana irrattii akka galuu kallattiin kahamee jira. kanaafuu Aanaaleen Sagantaa kana gaggeessan hundii ragaan nuuf ergamee duguugamee akka DHIS galchitan isiin gaafana.

photo content
+7

Guyyaa 25/09/2018 Buufata Fayyaa Masalaatti Gamaggama Raawwii Hojii waligalaa ji'a Caamsaa bara 2018 HEF fi Suppervisera K/Fayyaa wajjiin gaggeessun bara 2018 xumuruf ji'aa1 qofa nuf hafee kessaatti hojii keenya dugugun halkani fi guyyaa hojjanne kessaa bahu akka qabnu irratti walif gallee jirra.

Buufataaleen keenya ammas irra deebinee akkam jirtan jechaa, yeroon kun yeroo itti hojiilee idileefi duulaa qindeessinee dalagnu waan ta'eef, 1.calallii worra DGF tiin ji'arraa gaafa 18 kaasee hanga 27 tti dalagamu bakka jiranutti yaadachiisa HEF woliin qindaahanii akka dalagan godhaa, 2. HEF GMP fi EPI dalaguun cinaatti DGF akka qindeessanii woliin dalagan godhaa, 3. SAM DGF dhaan adda bahee isaanitti ergame akka mirkaneessan goosisiisaa 4. Gabaasa sirrii DGF irraa akka fudhatan godhaa. Hub: gabaasni isaanii kan ji'a darbee sarara Caamsaa, kan ji'a kanaa immoo Woxabajjii kan jedhu irratti guutamuu qaba!! GG: 1. Abraahim Jamaaliif 2. Garee fayyaa maatiitiif

Buufataaleen keenya akkam jirtan jechaa, yeroon kun yeroo itti hojiilee idileefi duulaa qindeessinee dalagnu waan ta'eef, calallii worra DGF tiin ji'arraa gaafa 18 kaasee hanga 27 tti dalagamu bakka jiranutti yaadachiisa HEF woliin qindaahanii akka dalagan godhaa!! Hub: gabaasni isaanii kan ji'a darbee sarara Caamsaa, kan ji'a kanaa immoo Woxabajjii kan jedhu irratti guutamuu qaba!! GG: 1. Abraahim Jamaaliif 2. Garee fayyaa maatiitiif