ar
Feedback
Shenen Dhugo Woreda Health Office

Shenen Dhugo Woreda Health Office

الذهاب إلى القناة على Telegram

إظهار المزيد
606
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
+130 أيام
أرشيف المشاركات
Gamagamma Rawwii Hojii Bara 2018 fi Karoora bara 2019 irraatti Og.Wajjira Fayyaa fi It/G/Buufale Fayyaa waaliin Cimiinoota Ba
+6
Gamagamma Rawwii Hojii Bara 2018 fi Karoora bara 2019 irraatti Og.Wajjira Fayyaa fi It/G/Buufale Fayyaa waaliin Cimiinoota Bara 2018 Harkaati Qabanee Hanqiinoota Sadarakaa Wajjira fi Buufatale , Kella Fayyaati hojilee nuu jaalaa Haftuu Waan beeknuf Xiyeefannoo itti kennudhan Sadarakaa Huundatu Xummuura itti gonne.Karoora Bara 2019 irraa Rawwii Hojii ji,a Tokkoo Qabanee itti Deemna jechuudhan Buufatale Huundinu Dorgoomadhan irraa Deebamee Karoora bara 2019 B/Bu,uu Wajjiricha fi it/G/ Buufatale Fayyaa Waaliin Waal Harkaa Fudhiinsa Karoora Godhanii jiru.Dhadaannoon Keenya Qulqulliina Ragaa Keenya jechuun Xummuuran.

Bufataa Fayyaa Coomaa duulii calalii kaansrii fixee gademessaa bifaa ho'aa ta'een gageffamee jiraa.
+8
Bufataa Fayyaa Coomaa duulii calalii kaansrii fixee gademessaa bifaa ho'aa ta'een gageffamee jiraa.

photo content
+8

Guyyaa 19/11/2018 #Guyyaan boqonnaa hin jiru #Buufata Fayyaa Masalaatti Duula qulqullina Terazoo Haala gaarii ta'een waan gaa
+9
Guyyaa 19/11/2018 #Guyyaan boqonnaa hin jiru #Buufata Fayyaa Masalaatti Duula qulqullina Terazoo Haala gaarii ta'een waan gaarii hojjachuu dandeenyee jirra Hojjattoota keenya kan duula kana irratti hirmaattan hundi keessan baayyee galatooma

photo content

Hayyee wal gargaarun aadaa teenya waan taheef walbira haa dhaabbannu Halaqaa guddaa galatoomi nuf jiraadhu atis

🙏

Namoonni deeggarsa gootan screenshoot godhaatii gara keessaan naaf ergaa

photo content
+4

#Gaafa rakkoo fii bal'oo,gaafa gaddaafii gammachuu yoo waliif hin dhaabbannu ta'e baayyachuun keenyaas gatii hin qabu. #Nama Gargaaruun Namooma! #Daa'imni kun fiigee hin quufne... #Dhalataa Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggoo Magaalaa Masalaa kan tahe daa'imni Obboleeysa keenya Ahmaddiin Abduramaan Bulchaa ganda Baha Biiftuu: Obsaa Ahmaddiin Abduramaan kan jedhamu,daai'ma waggaa jahaa(6)kan tahe yeroo ammaa haala armaan gaditti argitan kana keessa jira.Namni daa'ima kana beekuufii hin beeknees waan dandeenyuun haa dirmannuufii! _______ Nama Gargaaruun Namooma!! Obsaa Ahmaddiin Abduramaan daa'ima ol-adeemaa, kichuu abdii boruu tahe kun yeroo ammaa dhibee naannoo qaama saalaa isaa irratti argameen dhukkubsatee Wal'aansa baqaqsanii yaaluutiin malee fayyuu akka hin dandeenye  Especialistii wal'aansa dhibee keessaa(Internist)'n waan mirkanaa'eef jecha Yeroo ammaa yaalaaf Hospitaala Yoyyaa Magaalaa Adaamaatti argamutti geeffamee yaala isaaf Qarshii kuma dhibba lamaa fii kuma  soddomii torbaa fii dhibba sadii(237,300) gaafatamee deeggarsa keessaniif gara keessan iyyataa jira. namni daa'ima kana beekuufii hin beeknees Deeggarsaan bira dhaabannee Rabbii wajjiin Lubbuu isaa du'a irraa haa baraarruu. Waan qabnuun wal-deeggaruun dirqama keenya! Yoo waliif dhaabbanne rakkoo kamiyyuu ni injifanna! Eegaa wal malee maal qabna? namuu waan dandeenyuun bira haa dhaabbannuu!! 💳 Odeeffannoo Herregaa Deeggarsaaf: ✅ CBE: ✅ CBE: 1000131740507 Ahmaden Abdureman. Baankii Siinqee=1101682911912 Ahmaden Abdureman CBO=1000073028527 Ahmaden Abdureman

photo content

photo content
+4

photo content
+6

photo content
+9

Guyyaa 15/11/2018 PHCU masalaa Ganda Rakko baasitti Duulli Qindaawaa TELCOM+ haadha garee, HEFfi suppervisera kellaatiin waliin tahuun akkasumas komandpost buufataa ilaaluun haala bareedaan itti fufee jira

👍👏

photo content
+5

Congratulation to our all staff We have successfully completed the installation of the TrueNat machine at mesela health center by the polypharma of diagnostic group. The system has been installed and is ready for the next steps, such as calibration, validation, or operator training, as required.thank you for your professionalism and valuable contribution to improving health care services for polypharma of diagnostic group

For temporary asignment that may improve up on vehicle accessed.
For temporary asignment that may improve up on vehicle accessed.

Audio from Umer Abbas