cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Shenan Dugo Woreda Health Office

Show more
Ethiopia12 816The language is not specifiedMedicine20 122
Advertising posts
317
Subscribers
+324 hours
+87 days
+1330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

🙏
Show all...
Kabajamtoota Qindesitoota HR aanaoota keenya 15 akkam jirtan nageenyi rabbii isin wajji haa tahu jechaa hanaqina Eksite Baadiyyaa qabnu Furuuf Eks Baadiyyaa Lev Iv Koleejii Fayyaa Afran qalloo irraa eebbifamanii jiran akkaa qaxarannu waan nuuf hayyamameef Maqaa fi Dookimantii warra aanaa keessan keessa eebbifamanii lafa jiran galmeessuun dookimantii isaanii Orjinalaa fi Koppii isaa wal-bira qabuun hanaga guyyaa 11/11/2016 Jummaa akka nuuf fiddanii fi nut immoo Guyyaa Wiixataa jechunis Guyyaa 14-16 /11/2016 jidduutti BFO maqaa fi Dookimantii isaanii Geessinee xalayaa Hayyamaa fi Qaxarrii isaanii akka fidnu akka gootan cimsinee isin hubachiisaa Osoo BFO hin beekne fi Dookimantii isaa Koppii achi hin geesine qaxaruun waan hin danadahaamneef dhimma kana itti yaaddanii carraa jolleetis osoo hin gubne Hanaqaina qabnus akka baanu waan kan akka saffistan isin hubachiifna. Warri yeroon maqaa fi Dookimantii jollee hin ergin rakkoo booda dhufuuf nut itti hin gafatamanu Dhimmi Kun Hoggantoota aanattis itti dabaree akka jiru carraa kanaan isin beeksisuun barabaada Olmaa Gaarii
Show all...
Guyyaa 09/11/2016 Buufata Fayyaa Masalaa ti leenjii QI &CCS onsit training session 3 irraati bifa gaarii tahen gaggeessinee jirra.
Show all...
Repost from N/a
Major_Focus_area for this round MDA 2024.docx5.98 KB
OMDA zonal or Woreda level RM report templet R1 2016.pptx18.81 MB
00:04
Video unavailableShow in Telegram
animation.gif.mp40.58 KB
8/11/2016 Araddaa Lubbudhaqab HD gaggeeffamee olee jira.
Show all...
👍 1
8/11/2016 Lubbudhaqab health post conduct GMP/CBN for under 2yrs children and screening for malnutrition for <5 yrs children and PLW.so,keep it up
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.