en
Feedback
Coba Yaadaa💧

Coba Yaadaa💧

Open in Telegram
5 702
Subscribers
No data24 hours
+197 days
+7530 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+38
in 0 channels
August '26
+168
in 1 channels
Get PRO
July '26
+147
in 0 channels
Get PRO
June '26
+155
in 0 channels
Get PRO
May '26
+122
in 0 channels
Get PRO
April '26
+105
in 0 channels
Get PRO
March '26
+52
in 2 channels
Get PRO
February '26
+32
in 0 channels
Get PRO
January '26
+60
in 1 channels
Get PRO
December '25
+82
in 0 channels
Get PRO
November '25
+91
in 81 channels
Get PRO
October '25
+99
in 89 channels
Get PRO
September '25
+30
in 0 channels
Get PRO
August '25
+47
in 84 channels
Get PRO
July '25
+49
in 88 channels
Get PRO
June '25
+54
in 86 channels
Get PRO
May '25
+98
in 105 channels
Get PRO
April '25
+64
in 117 channels
Get PRO
March '25
+47
in 114 channels
Get PRO
February '25
+95
in 121 channels
Get PRO
January '25
+100
in 125 channels
Get PRO
December '24
+181
in 131 channels
Get PRO
November '24
+199
in 108 channels
Get PRO
October '24
+180
in 0 channels
Get PRO
September '24
+169
in 103 channels
Get PRO
August '24
+193
in 117 channels
Get PRO
July '24
+155
in 102 channels
Get PRO
June '24
+280
in 101 channels
Get PRO
May '24
+108
in 0 channels
Get PRO
April '24
+140
in 1 channels
Get PRO
March '24
+315
in 116 channels
Get PRO
February '24
+418
in 85 channels
Get PRO
January '24
+518
in 97 channels
Get PRO
December '23
+99
in 2 channels
Get PRO
November '23
+54
in 0 channels
Get PRO
October '23
+792
in 2 channels
Get PRO
September '23
+1 213
in 0 channels
Get PRO
August '23
+233
in 0 channels
Get PRO
July '23
+281
in 0 channels
Get PRO
June '23
+266
in 0 channels
Get PRO
May '23
+150
in 0 channels
Get PRO
April '23
+53
in 0 channels
Get PRO
March '23
+37
in 0 channels
Get PRO
February '23
+41
in 0 channels
Get PRO
January '23
+43
in 0 channels
Get PRO
December '22
+40
in 0 channels
Get PRO
November '22
+34
in 0 channels
Get PRO
October '22
+61
in 0 channels
Get PRO
September '22
+33
in 0 channels
Get PRO
August '22
+58
in 0 channels
Get PRO
July '22
+21
in 0 channels
Get PRO
June '22
+26
in 0 channels
Get PRO
May '22
+46
in 0 channels
Get PRO
April '22
+27
in 0 channels
Get PRO
March '22
+19
in 0 channels
Get PRO
February '22
+4
in 0 channels
Get PRO
January '22
+7
in 0 channels
Get PRO
December '21
+6
in 0 channels
Get PRO
November '21
+9
in 0 channels
Get PRO
October '21
+39
in 0 channels
Get PRO
September '21
+38
in 0 channels
Get PRO
August '21
+24
in 0 channels
Get PRO
July '21
+44
in 0 channels
Get PRO
June '21
+83
in 0 channels
Get PRO
May '21
+61
in 0 channels
Get PRO
April '21
+4 036
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
08 September+5
07 September+3
06 September+5
05 September+5
04 September+5
03 September+5
02 September+7
01 September+3
Channel Posts
🫰Haati manaa kee akka meeshaa wayinii itti dhuganii ti. Meeshaa sanaan wayiinii dhuguu dhaaf haala qabannaa kee sirreessuu danda'uu qabda. Meeshaa wayiiniitti wayinii dabaltee garagalchitee yoo qabatte wayinichi ni dhangala'a, yoo keessa isaa qabatte immoo dhugaatii sana ni xureessita. 🫰Haalli itti meeshaa wayinii yeroo wayinii dhuguuf jennu meeshicha itti qabannu; harki keenya garri keessaan hammam meeshaa sana haguuguu akka qabu akkasuma qubootni harka keenyaas bifa kamiin diriiruun meeshicha qabachuu akka qaban; seera meesha wayinii sanaa kan ta'e seerota qabannaa meeshichaa qixeessuu dhiisuun dhugaatii meeshicha keessa jiru utuu hin dhugin hafuu, qixa eegneen dhandhamuu irraa nama hambisa. 🫰Yoo qixeessitee eeggate/qabatte garuu dhugaatii meeshicha keessa jiru sana qixa sirrii ta'een akka dhandhamattu si dandeessisa. 🫰Dhiirri tokko haati manaa isaa akka ulee/shimala mana keessaa qabu haala kamiin/akkamitti akka qabatu/eeggatu beekuu ti. Ulee/shimala tokko shimala/ulee kan jechisiisu shimalicha mana keessaa qabaachuu utuu hin taane haala qabannaati. Haalli qabannaa sun ergama/eenyummaa shimala sanaa ragaa baha; akkasuma bareedina isaas haalaan ibsuuf humna qaba. 🙌🤝

2
"Ani gatii hin qabu, ani kana booda maal fiduuf, maal baasuufin jiraadhaa, ani hin ta'u" ofiin jettee beektaa?, ofiin jechaa jirtaa? ✍ Jechoonni sun jechoota haasa'a yeroo abdii kutannaa of irratti dubbannu dha. Namni gatii maleessi, ergama maleessi dachee kana irratti dhalate hin jiru. Namni gatii isaa beeku lakkoofsaan, wantoota dachee kana irratti mul'ataniin qofaa ibsuu hin danda'u. Gatiin namaa lakkoofsa miti. Gatiin namaa waan mul'atuu oli dha. ✍ "Gatiin kee meeqa?" utuun jedhee si gaafadhee maaliin hanga gatii kee naaf himtaa? Giraamidhaan, kg, Toonidhaan, lakkoofsa fayyadamtee gatii kee akka natti hin himne nan amana. Deebii gaaffii sanaatii jechoota "Guddaadha, hamma isaa ibsuun ni ulfaata, hin beeku, Waaqatu beeka,..." jedhuun waan naaf deebistu natti fakkaata. Deebii kana irraa adda ta'e qabaachuus akka dandeessu nan amana. ✍ Oomisha tokko ofii keenyaa erga omishinee booda gatii qixeessinaafi. Namni gatii isaa qixeessee kan hin ibsanneef, hin hubanneef gatiin namaa harka keenya, sadarkaa hubannaa keenyaan ol waan ta'eef dha. Nama qaama uume jira. Gatiin namaa, madaaltuun dhala namaa harka Waaqaa qofa jira. ✍ Ati iddoo amma jirtu sanatti argamuun kee qofti nama ta'eef madda furmaataa taatee nama tokko gargaaraa akka jirtu ni beektaa? "Ani iddoo fi yeroo dogoggoraatti, nama dogoggoraa irraan dhaladhe, yeroo sanatti, nama sana irraa, iddoo sanatti dhalachuu hin qabu" ofiin jettaa? Yeroon/iddoon/taateen/hidhatni sun haadhaa fi abbaa keetiif tasa ta'uu danda'a, hidhatni isaan lamaan waliin qaban sun isaaniif dogoggora fakkaachuu danda'a, ati ykn namoonni akka waan gatii hin qabneetti, nama homaafuu hin taaneetti ofii kee/si hubachuu dandeessa/danda'u. Dhugaa guddaan tokko garuu, namni tasa, dogoggoraan yeroo dogoggoraatti dachee kana irratti dhalate/tu hin jiru. Waaqayyo nama dogoggoraan uume/uumu hin qabu. Namni hundi nama duratti beekamtii/dhageettii hin qabu ta'a; dura Waaqayyootti garuu tokkoon tokkoo dhala nama beekamaa dha. ✍ Namni kamiyyuu Waaqaan itti yaadamee kan uumamee fi galmi isaas yaadamee gara dachee kanaa waan dhufeef beekaa itti yaadaa jiraachuu fi galma gahuumsaa sana yaadaa jiraachuun barbaachisaa dha. ✍ Adunyaa kana akka gabatee fakkiin irratti ka'uutti fi wantoota fakkii kaasuuf barbaachisan hundi qophaa'ee ati immoo namoota carraa gabatee sana irratti fakkii keessa isaanii jiru kaasan keessaa tokko utuu taatee haalluu isa kam fayyadamtee fakkii maalii kaastaa? 🙌🤝
1 501
3
KALLATTII GEGGEESSUMMAA.pdf
1 448
4
Mul'ataan Qaba.pdf
1 462
5
+1
SIIF GALEERAA.pdf
1 465
6
Can’t Hurt Me_ Master Your Mind and Defy the Odds.pdf
1 471
7
ABDII AKKA HIN...MIRATU SHANQO .pdf
1 559
8
MIILTOO.pdf
1 604
9
gatiin-namaa-meeqacompress-240506104250-68e2dcdb.pdf
1 629
10
Attitude-is-everything.pdf
1 728
11
https://t.me/boost/Coba_Yaadaa
1
12
15-05-2021-084550The-Alchemist-Paulo-Coelho.pdf
1 903
13
760101540_The_Power_of_Letting_Go_How_to_Drop_Everything_That_s.pdf
1 861
14
jason-hickel-less-is-more-random-house-2020 (1).pdf
1
15
+5
finding-your-purpose-in-life_compress.pdf
1 861
16
✍ Namni yeroo dachee kana irra jiraatu dubbii dhangaggaa'aa, taatee ulfaata, jireenya nuffisiisaa, deemsa ulfaataa kan hin deemamne akka deemu, wanta hin liqimfamne akka liqimsee fudhatu dirqisiifama. Kun deemsa jireenyaa ti. ✍ Namni adunyaa kana irratti namaan, haalan, yeroodhaan, ofii isaatiin yeroo gatamu jireenyi nama akka kanaa ofii isaa harka utuu hin taane Waaqaan tolfamaa jira. Jireenyi nama akka kanaa Waaqan qofa kaafama. ✍ Namoonni nama gargaaran namoota bu'aa maleeyyii dha. Kana jechuun wanta nama sana gargaaraniif bu'aan nama sana irraa eeggatan hin jiru. Namoonni akkanaa keessa isaaniitii nama gargaaruun akka kennaatti wanta isaaniif kenname ta'uu waan beekaniif isaaniif wanti kun gammachuu jireenya isaaniitiif kennu guddaa akka ta'e ni beeku. Namoonni akkanaa namoota Waaqayyo kallattii kamiinuu namootaaf kennu dha. Adunyaan har'aa tun bu'aa namoota akka kanaa ti. ✍ Nama kufe tokko harka keenya tokko qofaa yoo diriirsineef iddoo kufe sanaa ka'uu akkuma danda'u, nama kan gargaarru wanta hin dandeenyeen utuu hin taane wanta dandeenyuun akkasuma wanta hin qabneen utuu hin taane wanta qabnuuni dha.
127
17
✍ Namni yeroo dachee kana irra jiraatu dubbii dhangaggaa'aa, taatee ulfaata, jireenya nuffisiisaa, deemsa ulfaataa kan hin deemamne akka deemu, wanta hin liqimfamne akka liqimsee fudhatu dirqisiifama. Kun deemsa jireenyaa ti. ✍ Namni adunyaa kana irratti namaan, haalan, yeroodhaan, ofii isaatiin yeroo gatamu jireenyi nama akka kanaa ofii isaa harka utuu hin taane Waaqaan tolfamaa jira. Jireenyi nama akka kanaa Waaqan qofa kaafama. ✍ Namoonni nama gargaaran namoota bu'aa maleeyyii dha. Kana jechuun wanta nama sana gargaaraniif bu'aan nama sana irraa eeggatan hin jiru. Namoonni akkanaa keessa isaaniitii nama gargaaruun akka kennaatti wanta isaaniif kenname ta'uu waan beekaniif isaaniif wanti kun gammachuu jireenya isaaniitiif kennu guddaa akka ta'e ni beeku. Namoonni akkanaa namoota Waaqayyo kallattii kamiinuu namootaaf kennu dha. Adunyaan har'aa tun bu'aa namoota akka kanaa ti. ✍ Nama kufe tokko harka keenya tokko qofaa yoo diriirsineef iddoo kufe sanaa ka'uu akkuma danda'u, nama kan gargaarru wanta hin dandeenyeen utuu hin taane wanta dandeenyuun akkasuma wanta hin qabneen utuu hin taane wanta qabnuuni dha.
52
18
+1
The_80_20_Principle_The_Secret_of_Achiev (1).pdf
1 880
19
Nama waliin oolanii bulan, waliin nyaatanii dhugan, wal haasofsiisanii walii galan, wal mari'atanii wal dhagahan, walitti dhiyeenyi namootaa hamma harkaa fi haguugduu harkaa ta'an caalaa kan dhala namaatti hedduu dhiyoo ta'e Waaqa qofa dha. Namoonni ala keenyaan nutti dhiyaatu Waaqayyo garuu, keessa keenyaan nutti dhiyaata. Namoonni namoota eenyummaa xuraa'e qaban mitii uffata xuraa'e uffatan ofitti qabanuu xiqqoo dha. Hammammuu yoo itti dhiyaatte, haala kamiyyuu keessa taatee yoo itti haasofte sitti haasa'u, si kunuunsuu, si qajeelchuu, si oolchuu, si guddisuu kan hin dhiisne Waaqayyo qofa dha. Waaqayyo hamma homtuu nutti hin dhiyaanne nutti dhiyaata, hamma homtuu nu hin beekne nu beeka. Waaqayyo dhoksaa/iccitii dhala namaa ti.🙏
1 966
20
"Dubartootni waggaa sadeet fuulduratti darbanii yaaduu danda'u. Dhiironni waggaa saddeet garaduubaatti darbanii yaaduu." jedhama. ✍ Yaadni kun hammam dhugaadha kan jedhu dhugoomsuuf utuu hin taane saala lamaan keessaa umurii da'imummaattis saffisaan taatee naannoo isaaniitti ta'u wajjin walii galuuf kan ariifatan isa dhiiraa miti. ✍ Adunyaa kana irratti abdii kutannaa keessa ariitiin seenuuf kan dhiyoo ta'an dubartoota dha. Umurii gabaabaa jiraatanii akka nama waggaa hedduu dachee kana irra jiraateetti jiraachuu isaanii yaaduun jiraachuu isaanii jibbuu fi adunyaa kana nuffu. ✍Namni sa'aatii itti du'etti du'a utuu hin taane yeroo abdii kutate du'a. Tokkoon tokkoo haalota abdii nama kutachiisanii duuba balbala/karaan ce'uumsaa ni jira. Namni abdii kutannaa abdii kutachiisu jireenya abdii kutannaa duuba jiru sana arguu nama danda'u dha. Abdii kutannaan karaa gabaabbatti, obsa maleetti dha, utuu hin xumuramin xumurtee agarsiisti, balbala banaa cuftee mul'isti. ✍ Yaada tokko ariitiidhaan murtee itti kennuuf sammuun dubartootaa qophaa'o dha. Dubartiin uumama dhaggeeffachuu caalaa dhaggefatamuu barbaaddu dha. Haalonni akka kanaafi kanneen biroo ariitidhaan abdii kutannaa keessa akka seentuu akka of irratti murteessitu ishee taasisa. 📌 Kana jechuun dubartoota hundatu akka kana jechuu miti. Dhibbeentaadhaan harki caalu haala akka kanaa keessatti hirmaato dha. ✍ Namni ofii isaa irraa, nama irraa, haalota irraa, uumama kamiyyuu irraa abdii kutachuu ni danda'a garuu, Waaqa irraa yoomiyyuu abdiin hin kutatamu!
1 641