cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Coba Yaadaa💧

✍️ Maxxansa, Sagaleewwanii fi barruuwwan nama sissi'eessan, Seenaa barsiisoo fi barruuwwan gaggabaaboo asirraa ni argattu. ✍️ Kan isinitti tole hiriyoota keessaniif qooduu hin dagatinaa.

Больше
Рекламные посты
5 593
Подписчики
-224 часа
+97 дней
+10530 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Фото недоступноПоказать в Telegram
🥰💯 Jaalala qulqulluu waliif ibsuuf namoonni jechoota itti gargaaramuu qaban 1000 dubbisaa ,... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
Показать все...
👍 3
Фото недоступноПоказать в Telegram
Qormaanni jireenya kee keessatti sitti baay'achuu isaa hin jibbin. Baay'achuun isaa si ciimsuuf malee si laaffisuuf miti. Gaafa hedduu dhiphattu ofiikeen mari'adhu, namni si caalaa sitti aanu hin jiruuti!... See More👇🏾👇🏾👌 👉 See more 👉 See More
Показать все...
Gootummaan... Gootummaan irree furdaa qabaachuu miti Gootummaan ija diimeffachuus miti Gootummaan laphee furdaa, morma sangaa goobe gahu qabaachuu miti Gootummaan uleen reebanii balleessanii deebi'uus miti Gootummaan badduu baasuus miti. Gootummaan isa ija si balleesse ija isaa balleessuu, isa si abaare abaaruu, isa si kabale kabaluu, isa si jibbe jibbuu, isa si tuffate tuffachuu, isa ajjeese ajjeesuus miti. Gootummaan waan saalan daanga'u, waan saala gara tokkoif qofa kennamus miti. Gootummaan abshaalummaa miti. Gootummaan Ofitummaa miti. Gootummaan guddummaa dha. Gootummaan bilchina miiraa, yaadaa, qaamaa, ilaalchaa ti. Gootummaan tulluu dura keenya jiru duuba darbinee waan jiru arguu dha. Gootummaan isa si jibbe jaalachuu, isa si tuffate tuffachuu dhiisuu, isa si abaare eebbisuu, isa si darbate haammachuu dha. Gootummaan qalbii tasgabaaa'a dha. Gootummaan humna furguugfamaa akka qaanqee daaraa keessaa ifa mataa isaa qabaati, humna ibidda (ifa guddaa, jaalalaa, Milkaa'ina, araara, nageenya, guddinaa, furmaataa...) maddisiisuu danda'uu ti. Gootummaan deebii faallaa taatee ta'ee waan qabu dha. Gootummaan Oogummaa dha. Gootummaan malattoo namummaati.
Показать все...
👍 2
Фото недоступноПоказать в Telegram
🌟“Badhaadhina qabeenyaa caala; badhaadhina sammuu tiif dhama’i!”... See More 👇👇 👉 See More 👈    👉 See More 👈
Показать все...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
🥰💯 Lafa kana irratti michuu itti gammaddu yeroo hundumaas yaadan walhubattan qabaachuun, kuni siif gahee kee,... See More 👉 See More 🎉   👉 See More 🎉
Показать все...
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
🥰😘 Jaalalli keessan yeroo hundumaa bifa adaatiin dabalaa akka adeemu taasisuuf maal gochuutu barbaachisa!.... See More👇🏾👇🏾 👉 See More 👈   👉 See More 👈
Показать все...
👍 3
📌 Tarreeffama Channel telegram Ergaalee adda addaa qabatanii isin bohaarsan, bashannansiisanii fi barsiisan hundumaa nu biraa argattu! Barreeffama armaan gadii irratti tuquudhaan nutti dabalamaa👇 1. Channelee Xinsammuu argachuuf As tuqaa. 👇👇 👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈 👆👆 2. Channelee Odeeffannoo fi barnootaa argachuuf As tuqaa.            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 3. Channelee kitaaabilee pdf argachuuf As tuqaa            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 4. Channelee Miseensota 10,000 Ol qabanitti dabalamuuf as tuqaa!            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 5. Channel Hunda Bakka Tokkotti            👇👇     👉 JOIN US 👈     👉 JOIN US 👈              👆👆 Channel Keessan tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa! ❏ Free Waver: @Getu_AberaPromotion: @hopepromotion@bittaafigurgurtaachannel
Показать все...
Фото недоступноПоказать в Telegram
💋❤️ Haati manaa yookiin jaalalleen kee amala yoomiyyuu si irraa jaalattu qabdi. Kunis akka isheen jaalala addaa siif qabdu... See More 👉 See More 👈   👉 See More 👈
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.