149 606
مشترکین
+6524 ساعت
+5157 روز
+2 78530 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
🎴VisionFund Micro Finance Institution🎴
▪️Job Position - Receiptionist
▪️Education: minimum of Diploma in Secretarial Science & Office Management or related field.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/visionfund-micro-finance-institution-may-1-24/
▪️Deadline: May 04/24
👍 16❤ 8
🎴Bunna Bank SC🎴
▪️1 - Office Administrator for Head Office
▪️Education: BA Degree in Secretarial Science and Office Management, Management, or other related fields.
▪️Experience: 2 years of secretarial position work experience.
Apply only Online 👉https://forms.gle/qMxTtcwpVgvfhBZ76
NB: Deadline to is 04/05/2024.
👍 16❤ 1
Namoonni carraa #DV guuttataani bara kana eegataa jirtaan guyyaan gaafa namoonni carraa argataani itti ifoomani beekaame jira.
Guyyaa jedhamee kanarraa eegaltaani ilaallatuu ni dandeettan.
Guyyaan jedhamee sunniin guyyaa 3hiin booda waan taateef odeeffannoon walii daddarsaa. Carraa gaarii isinii haata’u!!
Namonni mana Interneetii qabdanii Teessoo fi Magaalaa keessan waliin isiin beeksisa.
❤ 63👍 51
Bakka Guddaa Ga'uuf Waan
Guddaa Irraa Eegaluu Hin Qabdu!
Wantoota 3 (sadi) jireenya namaa keessa jiranii fi ciminaan irratti hojjechuu qabdu.
⓵ Kaleessa
⓶ Har'a
⓷ Bori
✪ Namoonni baay'een kaleessa miidhamaniiru ta'uu danda'a.
Har'a irra dhaabatanii waa'ee kaleessaaf dhiphachuun, abdii fuulduratti adeemuuf namni qabu gadi buusa.
⌲ Har'i kaleessa irra ni caala.
⌲ Har'i boruuf murteessaa dha.
⌲ Kaleessi gaariis ta'u gadhees darbeera.
⌲ Guyyaan har'aa milkaa'ina boriitiif si qopheessa.
⌲ Boriif jennee obsina.
Namoonni baay'een kan dhiphataniif, kan jeeqamanii fi of ajjeesaniif haalli jireenyaa ta'uufii didee miti. Waan barbaadan dhabaniifis miti.
Guyyaa borii maaltu akka jiru,
maaltu akka ta'u jalaa dhokate.
Guyyaan "bori" jedhamu itti argamuu dhabuu irraan kan ka'ee dha.
❓Nama guddaa ta'uu ni barbaaddaaree?
❍ Har'a Karoora kee barreessi!
❍ Har'a irratti hojjedhu!
❍ Guddinaa fi Milkaa'ina ati itti of hin eegne irra geessa.
@WABIISG
👍 49❤ 20