Sanyii Guddataa
📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Sanyii Guddataa
Канал Sanyii Guddataa (@segnigudeta) у мовному сегменті Англійська є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 241 295 підписників, посідаючи 279 місце в категорії Освіта та 51 місце у регіоні Ефіопія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 241 295 підписників.
За останніми даними від 29 липня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 2 883, а за останні 24 години на 239, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 10.47%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 7.92% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 25 252 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 19 105 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 40.
- Тематичні інтереси: Контент зосереджений навколо ключових тем, таких як degree, deadline, position-, engineering, officer.
📝 Опис та контентна політика
Опис каналу не надано.
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 30 липня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Освіта.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 30 липня | +18 | |||
| 29 липня | +239 | |||
| 28 липня | +68 | |||
| 27 липня | +55 | |||
| 26 липня | +51 | |||
| 25 липня | +53 | |||
| 24 липня | +92 | |||
| 23 липня | +151 | |||
| 22 липня | +351 | |||
| 21 липня | +44 | |||
| 20 липня | +14 | |||
| 19 липня | +59 | |||
| 18 липня | +45 | |||
| 17 липня | +11 | |||
| 16 липня | +18 | |||
| 15 липня | +38 | |||
| 14 липня | +51 | |||
| 13 липня | +47 | |||
| 12 липня | +22 | |||
| 11 липня | +81 | |||
| 10 липня | +79 | |||
| 09 липня | +112 | |||
| 08 липня | +144 | |||
| 07 липня | +109 | |||
| 06 липня | +102 | |||
| 05 липня | +64 | |||
| 04 липня | +70 | |||
| 03 липня | +313 | |||
| 02 липня | +367 | |||
| 01 липня | +276 |
| 2 | 🚩Big Opportunity 🎴ETHIOPIAN AIRLINES GROUP🎴
POSITION _ ET SPONSORED TRAINEE CABIN CREW
REQUIRED EDUCATIONAL QUALIFICATION: A MINIMUM OF ETHIOPIAN UNIVERSITY ENTRANCE EXAM CERTIFICATE (EUEEC) WITH A MINIMUM 200 RESULT.
AGE LIMIT: 21-30 YEARS’ OLD INCLUSIVE.
HEIGHT: A MINIMUM OF 1.58 METER AND AN ARM RICH OF 212 CM FOR FEMALE AND A MINIMUM OF 1.70 METER FOR MALE.
WEIGHT: PROPORTIONAL TO HEIGHT
ENGLISH LANGUAGE PROFICIENCY: LEVEL III AND KNOWLEDGE OF OTHER LANGUAGE OTHER THAN ENGLISH IS ADVANTAGEOUS.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-july-29-26/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 10-14 , 2026 | 10 771 |
| 3 | 🎴Awash Wine Share company 🎴
▪️Job Position-Procurement Manager
Education:MA Degree or BA Degree in Supply Chain Management or Materials Management or Management or Finance or Procurement and Logistics or related fields.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/awash-wine-share-company-5/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 29th, 2026 | 12 032 |
| 4 | Daandii Qilleensaa Itoophiyaa | 14 477 |
| 5 | 💧SEENAA DIRIIRSA BOONBAA
BISHAAN DHUGAATII #Bruno fi #Babylon
Yeroo tokko tokko namni tokko hojii cimaa guyyaa har’aa irratti xiyyeeffata; namni biraa immoo bu’aa yeroo dheeraa argamsiisuuf sirna ijaara.
Seenaa kana keessatti, Bruno fi Babylon hojii bishaan fiduu irratti bobba’an. Kaayyoon isaanii bishaan bakka fagoo irraa gara bakka jireenyaatti fiduu ture.
Bruno yaada tokko qaba:
“Guyyaa guyyaan hojjennee, bishaan baatnee yoo fidne, galii arganna jedhee amana.”Kanaaf inni baaldii qabatee bishaan baata. Guyyaa tokko hojjetee kaffaltii argata; borus irra deebi’ee hojjechuu qaba. Yoo hojii dhaabe, galiin isaas ni dhaabata.
Babylon garuu karaa biraa yaada.
Innis akkana jedha: “Maaliif yeroo hunda bishaan baaldii keessa baadnee fidna? Boonbaa bishaanii diriirsinee, bishaan ofumaan gara bakka barbaadametti akka yaa’u yoo goone hoo jedhee yaada dhiyeesse?”
Namoonni tokko tokko yaada isaa kana dhaga'anii itti kolfu turan. “Ati maal yaaddaa? Boonbaa diriirsuun yeroo dheeraa fudhata. Har’a maallaqa argachuu qabda. Hojii salphaa dhiistee waan hin mul’anneef maaliif dadhabda? Jedhanii”
Babylon garuu abdii hin kutnee; boonbaa isaa diriirsuu itti fufee. Yeroo tokkof namoonni isa hubachuu hin dandeenyee.Garuu inni kaayyoo isaa hin dagatu.
🧠 THINK IN PROGRESS
“Yaada kee gara fuulduraatti diriirsi.”
Namni milkaa’u yeroo hunda waan har’a argamu qofa hin ilaalu. “Har’a maal argadha?” qofa osoo hin taane,“Waan har’a ijaaru kun bor maal naaf fida?” jedhee yaada. Yaadni guddaan yeroo tokko tokko jalqaba irratti namatti hin mul’atu.Garuu namni yaada fagoo qabu, bu’aa boruu argachuuf har’a hojjechuu danda’a.
❤️ BELIEVE IN PROGRESS
👉“Adeemsa kee irratti amantii qabaadhu.”Jalqaba irratti bu’aan hojii kee xiqqaa fakkaachuu danda’a. Namoonni si hin amanan ta’a. Namni biraa waan ati ijaaraa jirtu hin argu ta’a.
Garuu ati yoo kaayyoo kee amantu, waan xixiqqoo sana dhistee kaayyoo kee ilalaa itti fufi.
👉Muka guddaan sanyii xixiqqoo irraa jalqaba.
👉Daldalli guddaan yaada xixiqqoo irraa jalqaba.
👉Milkaa’inni guddaan tarkaanfii tokko irraa jalqaba.
🔥 PERSIST IN PROGRESS
▶️“Cichi; hin dhaabatin.”
Boonbaa diriirsuun yeroo fudhata. Garuu yeroo inni xumuramu, bishaan yeroo hunda baaldii baatanii fiduu osoo hin taane, sirni ijaarame sun bishaan gara bakka barbaadametti geessa.
▶️Kan jireenyas akkasuma.
Yoo ati; har’a barnoota tokko baratte,dandeettii tokko guddiste,
hariiroo tokko ijaartee, hojii kee sirreesite, sirna hojii tokko uumte,
ykn daldala kee keessatti bu’uura cimaa kaa’atte, tarkaanfiin sun har’a bu’aa guddaa kennuu dhiisuu danda’a.
Garuu yeroo booda bu’aa isaa argita.
🚰 BARUMSA SEENAA KANAA
Baaldii baachuun = yeroo kee fi humna kee qofa gurguruu danda'aa.
👉Boonbaa diriirsuun = sirna, dandeettii, hariiroo, beekumsa fi bu’uura yeroo dheeraa ijaaruu.
Kanaaf jireenya kee keessatti yeroo hunda:
❌ “Har’a maal argadha?” qofa hin jedhin.
✅ “Har’a maal ijaaraa jira, kan bor naaf bu’aa fidu?” jedhii of gaafadhu.
➡️Namni tokko galii argachuuf hojjechuu danda’a.
➡️Namni biraa immoo sirna galii itti fufiinsa qabu ijaaruuf hojjechuu danda’a.
🧠 THINK IN PROGRESS
▶️ Fuuldura yaadi.
BELIEVE IN PROGRESS
▶️ Adeemsa kee irratti amani.
PERSIST IN PROGRESS
🔥Rakkoo yoo dhufe illee itti fufi.
Har’a bo’ombaa kee diriirsi.Bor bishaan milkaa’inaa isaa irraa dhugda.
💎 Ergaa Xumuraa
Milkaa’inni yeroo hunda hojii baaldii baatanii bishaan fiduu fakkaatu qofa miti.
Yeroo tokko tokko yeroo dheeraa fudhattee sirna ijaaruu qabda.
Namoonni biroo waan ati ijaaraa jirtu har’a hin argan ta’a.
Ati garuu arguu qabda.
Sababni isaas
:
“Waan har’a ijaartu,
bor jireenya kee jijjiiruu danda’a.
”
🚀 Think in Progress.
💪 Believe in Progress.
🔥 Persist in Progress.
Via Baacaa | 13 354 |
| 6 | Немає тексту... | 12 482 |
| 7 | 🎴Link Trading One Member Plc🎴
▪️Job Position-Sales & Marketing Expert
Experience:Experience in sales and marketing role preferable on travel, hospitality, or tourism industry.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/link-trading-one-member-plc/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 29th, 2026 | 16 575 |
| 8 | ▪️For Fresh and Exp🎴Dodai Manufacturing Plc🎴
▪️Job Position-1 Junior People and Administration Ofiicer
▪️Job Position-2 Junior Administration Officer _ (Apply only if you are willing to work on Sundays.)
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/dodai-manufacturing-plc-28/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 29th, 2026 | 17 117 |
| 9 | #MARSAA_24FFAA
Xumuraa Jirraa
#Amanamummaan isaa kan mirkanaa'eedha. Yeroo carraan bahu Tiiktookii irratti LIVE dhaan ifatti ni darba; akkasumas viidiyoon isaa waraabamee ni gadhiifama.
"Carraatti cimseen amana; yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkan argadhus nan amana." — Toomaas Jeefersan
Maarree isiniis:
Qarshii 300 nama 200 qofaaf Abbaa Carraa qarshii 45,000 ta'aa!
💰 CARRAA WALIIGALAA: 45,000 ETB
🥇 1ffaa: 40,000 ETB
🥈 2ffaa: 3,000 ETB
🥉 3ffaa: 2,000 ETB
✨ Amanamummaa fi Qulqullinni milkaa'ina keenya egereetiif!
🌀 "Hin danda'amu hin jedhin, akka danda'amu godhi malee!"
📲 KARAA USERNAME:
📩 Admin 1: @Obsa84
📩 Admin 2: @Feni400TG
📢 Chaannalii keenya Join godhaa:
👉 https://t.me/+6zh-kWX7BOM0ZDk8 | 5 016 |
| 10 | 🎴Repi Soap & Detergent PLC🎴
▪️Job Position-Category Brand Manager
Education:MBA/BA Degree in Marketing Management or social science field of study.
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/repi-soap-detergent-plc-10/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 29th, 2026 | 16 117 |
| 11 | 🎴Gift Business Group 🎴
▪️Job Position-Architect
Education:BSC Degree in Architecture.
MSc in Architectural Design is an advantage
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/gift-business-group-3//?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 12th, 2026 | 17 446 |
| 12 | Немає тексту... | 17 090 |
| 13 | 📢 New Vacancy Announcement
Position : Different ET Sponsored AMTS Positions
Position : ET Sponsored Trainee Cabin Crew
For more details and application information, please visit the official website below
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/vacancies
[ ✈️ ➢ @Ethio_Aviators ] | 16 198 |
| 14 | 🎴BMY Medical Technologies🎴
▪️Job Position-1 Office Secretary
▪️Job Position-2 MRI Technologies
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/bmy-medical-technologies-3/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 28th, 2026 | 15 652 |
| 15 | 🎴Transsion Manufacturing PLC🎴
▪️Job Position-Content Creator
Education:Bachelor’s Degree in Marketing, Communications, Media, Journalism, Digital Marketing, Film Production, or related field
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/transsion-manufacturing-plc-8/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 15th, 2026 | 16 167 |
| 16 | 🎴K.Mikedem General Import & Expor 🎴
▪️Job Position-Accountant
Education:Bachelor’s degree in Accounting, Finance, or related field
▪️Find More Details here
💧💧💧💧💧
https://elelanajobs.com/2026/07/29/k-mikedem-general-import-expor/?utm_source=telegram&utm_medium=mobile_app
▪️Deadline : August 8th, 2026 | 16 618 |
| 17 | Facebook | 16 440 |
| 18 | ▪️Req no: 400++🎴Lafto Specialized Hospital🎴
▪️🚩For Fresh & Exp
How To Apply
➢ አንድ አመልካች ከወጡት የስራ መደቦች ውስጥ በአንድ የስራ መደብ ላይ ብቻ መመዝገብ የሚችል ሲሆን ሁለትና ከዚያ በላይ በሆነ የስራ መደብ ላይ የተመዘገበ አመልካች ከውድድሩ የሚሰረዝ መሆኑን እናሳውቃለን
➢ የምዝገባ ሁኔታ በተመለከተ በኮንትራት የስራ መደብ ላይ ለመወዳደር የምታመለክቱ እመልካቾች ማስታወቂያው በአዲስ ዘመን ጋዜጣ ከወጣበት ከሀምሌ 22 ቀን 2018 ዓ.ም ጀምሮ ባሉት ሶስት ተከታታይ ቀናት ውስጥ ብቻ ማመልከት የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፡፡
➢ በአንድ ኢሜል አድራሻ አንድ ጊዜ ብቻ ነው መመዝገብ የሚቻለው፡፡
➢ ሴት አመልካቾች ይበረታታሉ
➢ የስራ ልምድ የሚያዘው ከምርቃት በኋላ ነው
➢ የትምህርት ማስረጃ፤የሙያ ፍቃድ፣የስራ ልምድ እና የስልጠና ሰርተፊኬት ከዚህ በታች በተያያዠው ማስፈንጠሪያ (Link) ወይም ፈጣን ምላሽ መሽጫ ኮድ (QR Code) በመጠቀም መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን፡፡
https://forms.gle/eNbU1f5HbPiPsDUQA | 18 335 |
| 19 | Немає тексту... | 16 347 |
| 20 | #BEEKSISA
Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) Sad. 2ffaa #Ministeerri_Barnootaa_Itoophiyaa_Hundeesse Dorgomanii Galuu Barbaadan Hundaaf
-----------
BBO - Adoolessa 22/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara 2018 irraa eegalee Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa naannolee adda addaa keessatti banuun barattoota qaxalee qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaan gara kutaa 9ffaa darban qormaata seensaa kennuun dorgomsiisee fudhachuu kan jalqabe ta'uun ni yaadatama.
Bara barnootaa 2019f immoo, #Barattoota_qaxalee #1_Qormaata_Naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darbaniifi #2_Barattoota_kutaa_9ffaa irraa #gara _0ffaa qabxii olaanaa galmeessisanii darban dorgomsiisee fudhachuuf beeksisa baaseera.
Haaluma Kanaan:
- MBBA Sad. 2ffaa Walisoo
- MBBA Sad. 2ffaa Bu'ii
- MBBA Sad. 2ffaa Bongaa
- MBBA Sad. 2ffaa Jigjigaafi
- MBBA Sad. 2ffaa Gaambeellaatti kan simatu yoo ta'u,
MBBA Sad. 2ffaa haaraa barana(2019) barattoota kutaa 9ffaa qofa simachuun hojii jalqaban immoo,
-MBBA Sad. 2ffaa Dirre Dawaa
- MBBA Sad. 2ffaa Baahir Daar
- MBBA Sad. 2ffaa Asoosaafi
- MBBA Sad. Arbaa Minciitti barattoota kutaa 9ffaa qofa kan dorgomsiisee kan simatu ta'uun beekameera.
Kanaafuu. barattootni manneen barnootaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa hundeesse kana galuu barbaaddan gamanumaa akka qophii akka taasiftan isin beeksifna. Dabalataanis Galmeefi_Qormaatni_Seensaa kompitaraan oonlaayiniin (#CBT_online ) kennama.
Kanaafuu, Kompitaratti fayyadamuu shaakalaa kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
#HUBACHIISA:- Beeksifni #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii_Addaa (#MBIBBA)fi #Waldaa_Misooma_Oromiyaa Sad. 2ffaa tibbana kan bahu waan ta'eef barattootni qormaata naannoo kutaa 8ffaa qabxii olaanaa fiddaniifi fedhii qabdan qophii barbaachisaa ta'e akka taasiftan gamanumaa isin beeksifna. | 16 409 |
