en
Feedback
KULUBI SECONDARY SCHOOL

KULUBI SECONDARY SCHOOL

Open in Telegram

New generations

Show more
1 708
Subscribers
-224 hours
+107 days
+4630 days
Posts Archive
📢 BEEKSISA MURTEESSAA 🎓 GALMEE BARATTOOTAA — YEROO MURTEESSAA! Barattoota Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Qullubbii Gadaam, bara barnootaa 2019 ALH, kutaa 9ffaa hanga 12ffaa barachuu barbaaddan hundaaf beeksisa. 👥 BARATTOOTA HAARAA FI DURAAN BARACHAA TURTAN HUNDAAF! 📌 Galmeen barattootaa ONLINE waan ta’eef, yeroon galmee xumuramaa jira. Kanaaf, barattoonni hanga ammaatti hin galmoofne hundi, OSOO SERVERIIN GALMEE HIN CUFAMIIN, saffisaan gara Mana Barumsaa dhufuun akka galmooftan isin beeksifna. 📚 Barnoonni yeroo dhiyootti jalqabuuf waan jiruuf, barattoonni hundi galmee isaanii yeroo isaa keessatti xumuruun barnootaaf dursee akka qophaa’an isin hubachiifna. ⚠️ YEROON GALMEE DAANGAA QABA! ⏰ Yeroo tursiisuun carraa keessan dhabsiisuu danda’a. 🚨 Carraa keessan hin dabarsinaa! 🎯 Hatattamaan gara Mana Barumsaa dhufaa — galmee keessan xumuraa, barnootaafis qophaa’aa! 🌟 “CARRAAN YEROO HUNDA HIN EEGGATU — YEROO AMMAA FAYYADAMAA!” 📚 Har’a tarkaanfii fudhadhaa — boruuf barnootaaf qophaa’aa! 📢 ERGAA KANA HIRIYOOTTAN, MAATII FI NAMOOTA BARNOOTA KANAAN WAL QABATAN HUNDAAF WALIIF DABARSAA! Bulchiinsa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Qullubbii Gadaam

Bagaa Milkooftaan

photo content

photo content
+4

photo content
+9

Repost from Bakkalchaqubee
Jechiika (dictionary) Afaan Oromoo kun dadhabbii guddaadhaan barreeffame. Garuu faayidaa yaadame kennee uummata keenya tajaajiluu hin dandeenye. Barattoota sadarkaa 2ffaaf baay'ee gaarii dha

📢 BEEKSISA Barattoota Mana Barumsaa Qullubbii Gadaam Sadarkaa 2ffaa, Bara Barnootaa 2018 ALH gara Kutaa 12ffaatti darbanii fi Bara Barnootaa 2019 ALH Kutaa 12ffaa barachuuf qophaa’aa jirtan hundaaf! 👍 Barnoonni Gannaa guyyaa 27/11/2018 ALH, Wiixata (Isniina) irraa eegalee waan jalqabuuf, ganama sa’aatii 2:00 irratti mooraa Mana Barumsaa akka nuuf argamtan isin beeksifna. Kanaaf, barattoonni hundi yeroo jedhame irratti argamuun keessan barbaachisaa dha. 👍 Ergaa kana waliif dabarsaa. 🌟 “Namni baratee beeka; namni hojjete immoo milkaa’a.” 📚 Barnoonni furtuu milkaa’inaa ti; carraa barnootaa keessan hin tuffatinaa! 🌱 “Har’a barachuun, boru milkaa’ina; yeroo argattanitti carraa keessan hin gatin!” Galatoomaa! 🙏

Guyyaa 10/11/2018 Akkaam nagaa Barattoota kutaa 12ffaa Qormaata bara 2018 fudhataan hundaaf, 🌹kitaaba  isiin  biraa jiruu hundaa🌹👍 boruu Ganamaa 11/11/2018  (saftii) sa'aa 2:00 irraa egaale akkaa fiddaani dhuftaan  isiniin jennaa. 🌹🌹🌹Rabbiin Qabxii Gaarii isiinif haa fiduu🌹 🌹🌹🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

Guyyaa 10/11/2018 Akkaam nagaa Barattoota kutaa 12ffaa Qormaata bara 2018 fudhataan hundaaf, 🌹kitaaba  isiin  biraa jiruu hundaa🌹👍 boruu Ganamaa 11/11/2018  (saftii) sa'aa 2:00 irraa egaale akkaa fiddaani dhuftaan  isiniin jennaa. 🌹🌹🌹Rabbiin Qabxii Gaarii isiinif haa fiduu🌹 🌹🌹🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

Guyyaa 10/11/2018 Akkaam nagaa Barattoota kutaa 12ffaa Qormaata bara 2018 fudhataan hundaaf, 🌹kitaaba  isiin  biraa jiruu hundaa🌹👍 boruu Ganamaa 11/11/2018  (saftii) sa'aa 2:00 irraa egaale akkaa fiddaani dhuftaan  isiniin jennaa. 🌹🌹🌹Rabbiin Qabxii Gaarii isiinif haa fiduu🌹 🌹🌹🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

Guyyaa 10/11/2018 Akkaam nagaa Barattoota kutaa 12ffaa Qormaata bara 2018 fudhataan hundaaf, 🌹kitaaba  isiin  biraa jiruu hundaa🌹👍 boruu Ganamaa 11/11/2018  (saftii) sa'aa 2:00 irraa egaale akkaa fiddaani dhuftaan  isiniin jennaa. 🌹🌹🌹Rabbiin Qabxii Gaarii isiinif haa fiduu🌹 🌹🌹

Guyyaa 10/11/2018 Akkaam nagaa Barattoota kutaa 12ffaa Qirmaata bara 2018 fudhataan hundaaf, 🌹kitaaba  isiin  biraa jiruu hundaa🌹👍 boruu Ganamaa 11/11/2018  (saftii) sa'aa 2:00 irraa egaale akkaa fiddaani dhuftaan  isiniin jennaa. 🌹🌹🌹Rabbiin Qabxii Gaarii isiinif haa fiduu🌹 🌹🌹

Guyyaa 10/11/2018 Akkaam nagaa Barattoota kutaa 12ffaa Qirmaata bara 2018 fudhataan hundaaf, 🌹kitaaba isiin biraa jiruu hundaa🌹👍 boruu Ganamaa 11/11/2018 (saftii) sa'aa 2:00 irraa egaale akkaa fiddaani dhuftaan isiniin jennaa. 🌹🌹🌹Qabxii Gaarii isiinif haa fiduu🌹 🌹🌹

+3
2019 (ቀጣይ አመት) Biology Entrance Exam Related Chapters ከ9-12 ያሉትን ተያያዥ ምዕራፎች በአንድ በማድረግ የተዘጋጀ ©Entrance Tricks

Repost from Knowledge Hub
SAT R3 CREDITED Share https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Geograph_Predictive_EUEE _2018_Exam. Share it with your friends! ═════════📚 Save • Share • Join 📚 ════════════ 🔔   𝐔𝐧𝐦𝐮𝐭𝐞 our channel and stay tuned for more.

Repost from Entrance Tricks
+1
📓English Lesson 1 Part 1 Note - Full note - ESSLCE 2014-2017 with Answer 👉🏿Noun 👉🏿Pronoun 👉🏿Verbs 👉🏿Adjectives 👉🏿Adverbs © ENTRANCE TRICKS. JOIN US 👇🏿👇🏿 @entrance_tricks @entrance_tricks

photo content

photo content

photo content