en
Feedback
JAARRAA ABBAA GADAA

JAARRAA ABBAA GADAA

Open in Telegram

Goota falmuu dhiifnee Qeerroon Galee ciifnee Oromiyaa Dachii Goota Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!! YAADAF👉 @JAARRAABOT Channel youtube keenya Argachuuf 👇👇 https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY

Show more
1 964
Subscribers
No data24 hours
-17 days
-130 days
Posts Archive
Itoophiyaanota qofa miti, Afrikaanonni hundi ishii sirraa haa baratan. Qabsaa‘aa jechaan si'i. Hiikni jecha falmataa jedhuu s
Itoophiyaanota qofa miti, Afrikaanonni hundi ishii sirraa haa baratan. Qabsaa‘aa jechaan si'i. Hiikni jecha falmataa jedhuu sii. Kan sabni ittiin dhaadatu, kan diinni kirkiree sodaatu, kan sabni irratti mormii hingabne, kan diinni dura hindhaabanne. Kan saba tokkoomsu, kan diina bittinneessu. Kan mandaratti hin waamamne, kan addunyaan sagal ajaayibsiifatte. Kan BBC fi Aljazeeran, kan Rooyitersii fi New times ragaa ba'eef. Kan Oromoo addunyaatti muul'ise, kan Wayyaanee Obaman faarsite daaraa godhe. Kan siyaasa Oromoo addunyaarratti bittinnaa‘e Finfinneetti deebise, kan baankii fi taankii yaadan cabse, kan Habashummaa biyyoorra deebisee, Oromummaa ol baase. Nama jechaa fi nama gochaa. Nama waan godhu beeku, nama akkamitti akka godhu beeku, nama yoom akka godhu beeku. #SHARE_SHARE_JOIN_JOIN @OROMOTOO @OROMOTOO @OROMOTOO

Daddabaa karaa gamaa Dabaa karaa gamanaa Ani waa hin dabnee Karumaatu kanaa . . . Jedhe namtichi dubbiin itti jallannaan. AJAB! Yoom kana qofaa channalii Gorsaa babareeda irraa argatuu Qabannee waan dhufneef Join godha 👇👇👇👇👇👇👇👇👇

bc1q5stqgntma9ffpswy6de3yhgmk0pqtme8uexqz2

●Baguma Geessan● °°°°°°••••••••••°°°°° Kaleessi darbeera Deebi'ee hin dhufu Namni Abdii qabu Kaayyoo maleen kufu °°°°°°••••••••••°°°°° Murtoon yoo jiraate Murtii inni wal makaa Oromoon Biyya diiga Yoom jedhamee beeka. °°°°°°••••••••••°°°°° Jireenya har'aa miti Kan boriitu caalaa Baga lubbuun jiraattan Numatu waliif dhaala!! °°°°°°••••••••••°°°°° Kaayyoodhaan adeemi Akka nama beekaa Baguma geessani Ayyaana Faasikaa!! °°°°°°°•••••••°°°°°°° Baga geessan!! @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA

Linki kana tuqudhan Achii booda channali Isiniif dhufuu Join godhuudhan Achi booda linki isiniif kennamuu Share share godhudhaan birr(qarshii) argachuu ni Dandessaan!! Ittii Fayyadamaa ❤ Kardii Mobaayila faa hangaa qarshii dhibbaatti argachuu ni dandessaan!! 100%Dhugaadha Ani itti fayyadamaan jira isiniis fayyadamaa!! Have you checked out Ask Anything Ethiopia yet? It's Ethiopia's first question and answer platform, where you can get answers to your biggest questions from thousands of people! You can join using the link below: https://telegram.me/ask_anything_ethiopia_bot?start=i5021470703

photo content

💫💫WANTOONI BARBAADAN HUNDU JIRA ➺MIDIYAALE BABEEKAMO ➺WAA'EE BARNOOTAA ➺SEENAA GOOTOAA ➺WAA'EE AMANTII ➺SIYAASA ➺OROMUMMAA . . . . . HUNDU JIRA ITTI MAKAMAA

Namoonni chanela keessaniif member baayyifachuu barbaaddan Channela banattani gudiisun yoo isin rakkise ta'e Yero gabaabaa kesatti Gudifachu dandessu. Promotion VIP 1000member ---- 250birr 2000member ---- 400 birr 3000member ---- 600birr 4000member ---- 800birr 5000 member _ _ _1000birr Gati isinirra gad xiqqessun Guddifachu ni dandessu Karaa @ABDETUOR quunnamuun yeroo gabaabaa keessatti hojjechiifachuu dandeessu.

#Qubee_Afaan_Oromoo Warreen Uumamu Qubee Afaan Oromoof Gahee Guddaa bahatan!! Isinis Seenaan Isin Yaadata!! 1.Abbaa Gammachii
+3
#Qubee_Afaan_Oromoo Warreen Uumamu Qubee Afaan Oromoof Gahee Guddaa bahatan!! Isinis Seenaan Isin Yaadata!! 1.Abbaa Gammachiis 2.Sheek Mohammad Abdullee 3.Hayilee Fiidaa 4.Usmaan Odaa Hubachiisaa: isaan kana qofa miti warreen Afaan Oromoo tokkoomsuufi Qubee Afaaan Oromoo guddisuu keessatti gahee isaanii bahatanis gara fuulduraatti ballinaan kan ilaallu ta'a. ABDII UMMATA BAL'AA!! 📡MIIDIYAA📡 @OROMOTOO @OROMOTOO 📩Yaada📩 @JAARRAABOT @JAARRAABOT

photo content

photo content
+4

Repost from JECHOOTA HAYYOOTA
#Kana_Beektuu_Laata!!! Qabsaa'ota Oromoo Achi Buuteen isaanii Dhabaman!! 1.Jaal Nadhii Gammadaa 2.Jaal Baqqalaa Dawwaanoo 3.H
#Kana_Beektuu_Laata!!! Qabsaa'ota Oromoo Achi Buuteen isaanii Dhabaman!! 1.Jaal Nadhii Gammadaa 2.Jaal Baqqalaa Dawwaanoo 3.Hayyuu Dabbasoo Guyyoo 4.Jaal Lammeessaa Booruu 5.Jaal Yooseef Bantii 6.Barsiisaa Kabbadaa Hurrisaa 7.Jaal Baroodaa fikkf. 📡MIIDIYAA📡 @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA

𝐒𝐈𝐑𝐁𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐀𝐅𝐀𝐀𝐍 𝐎𝐑𝐎𝐌𝐎𝐎 𝐈𝐓𝐓𝐈 𝐃𝐇𝐈𝐘𝐀𝐀𝐃𝐇𝐀𝐀.💪

Repost from JECHOOTA HAYYOOTA
🥀 ɢᴜʏʏᴀᴀ ➀ Namoonni Si (waa'ee kee) beekan waan ta'e amanuu dadhabu. Maatiin, hiriyootni keef namoota ati jiraachuu keen qofa wal barte sagantaa ho'aa tokko irratti wal argu. Maatii keessaa namni tokko, hiriyoota kee warra akka mataa keetti jaallatu bakka bu'ee namni tokko..namoota addunyaa hojiin si beekan dabalatee, warreen utuu imalli dheeraan hin eegalamiin dura hafuura keef ciminni, lubbuu keetiif boqonnaan as jira jechuun; Isa si uume waliin hariiroo akka qabaattuuf si gorsan keessaas inni tokko ol ka'ee jecha Si ibsu dubbachuuf namoota walitti qabaman fuuldura ni dhaabbata. Jireenyi Isaa/Ishee nuuf kana ture jedhu ! Amalaafi sabriin, sirnaafi fakkiin eenyummaa ke laphee cabsee isaan boossisa ta'a. Guyyichi guyyaa jireenyaaf kenname isa dhumaati. ➭Waan ta'uun si ibsuuf ➭Carraa siif kennameef ➭Jaalachuufis ta'e dhiifama gochuuf ➭Hojii sitti kennameef 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣 ➀ har'a ! 🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ. @jechootahayyoota @Jechootahayyoota

Bakka isa namni siif file caalaa isa ati ofii kee filatuti ta'uuf sitti mijata. Kanaafuu filannoo toli.

Bakka isa namni siif file caalaa isa ati ofii kee filatuti ta'uuf sitti mijata. Kanaafuu filannoo toli.

Bakka isa namni siif file caalaa isa ati ofii kee filatuti ta'uuf sitti mijata. Kanaafuu filannoo toli.

Bakka isa namni siif file caalaa isa ati ofii kee filatuti ta'uuf sitti mijata. Kanaafuu filannoo toli.

Bakka isa namni siif file caalaa isa ati ofii kee filatuti ta'uuf sitti mijata. Kanaafuu filannoo toli.

🌸🌸🌸🌓🕌🕌🕌USTAAZONI KEENYA GAMEEYIIN DHAALTONI AMBIYAA RAMADAANA SABABEEFACHUUN HAWAASA MUSLIIMA MARAAF ERGA BAGA GEESSANI AKKANA JECHUUN NUUF DHAAMAN TOKKO TOKKO ISAANI ILAALUUF MAQAA ISAANI TUQAA☘☘☘🍀🌿🌱🌱🌼🌻🌺🌺