cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

MADDA BEEKKUMSAA๐ŸŒณ

"Abdii uummata bal'aa!" -dhimma oromoo fi oromiyaaf -galaa jireenyaaf -seenaa qabsawotaaf -imanaa beektotaaf -Madda beekkumsaf โ–ทkayyoodhaf hojanna โ˜†Waliintaanee seenaa galmeessin! YOUTUBE KEENYAF๐Ÿ‘‡ https://youtu.be/p51FnhhOuDY

Show more
Finland804The language is not specifiedPolitics6 873
Advertising posts
7 025Subscribers
-324 hours
-137 days
-6530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
hordoftoota Amantaa Musliimaa Martuu Baga Ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan. Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
Show all...
๐Ÿ‘ 6๐Ÿฅฐ 1
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
D๐™๐™–๐™ก๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™– ๐™š๐™ ๐™š๐™ง๐™–๐™–! Minilik bara isaatti mootii ture. Bara sana impaayera Itoophiyaa ijaaree, bulchee jiras. Bara isaatti injifannoowwan heddus gonfatee jira(namoota inni hoogganuun ta'us). Amma garuu Minilik ekeraadha. Kan nama gaddisiisu du'uu isaa namoonni amananii hin fudhanne ammas ni jiru. Ekeraa faarsaa,sagadaa fi waaqessaa jiraatan jiru. Dhaloonni ekeraa faarsee sagaduuf silas ekeraadhuma. Dhaloota ekeraa! @Jechootahayyoota
Show all...
๐Ÿ‘ 11
Jireenyi eenyufillee barnoota bilisaa hin kennitu. "Jireenyi na barsiiste " namni jedhu gatii heddu kafalee jira jechudha.                   -Nagib mahfouz @Oromotoo @Oromotoo
Show all...
๐Ÿ‘ 4
โœ Mul'atni hin ilaalu ni arga malee. Arguufi ilaaluun baayyee garaa gara. Kanaafuu abbaan mul'ata ni arga malee hin ilaalu.        HIIKA MUL'ATAA 1. Adeemsa sammuuti. 2. Ta'udha malee taa'uu (iddoo qabachuu miti) 3. Boba'aa geggeessaan tokko ittiin adeemuu danda'uudha. 4. Humna ittiin waan haaraa uumaniidha. 5. Shaamaa ittiin dhaloota keessaa ga'umsa barbaadanii arganiidha. 6. Funyoo ittiin boolla gadi fagoo keessaa ol ba'anii tulluu irra ittiin  dhaabbataniidha. 7. Kan namoonni gurguddoon addunyaa kanaa wareegamaniifiidha. 8. Har'a caalaa fira boriiti. 9. Ija foonii caalaa fageessee arga. 10. Madda qaba madda isaa malee ba'ee hin mul'atu. 11. Kutannoo fi ija jabina malee nama keessaa hin ba'u. 12. Haala amma keessa jirtu ganuu akka qabdu sitti hima. 13. Hojii garee miti. 14. Ni tarkaanfata malee hin tiratu. 15. Nama biraa ta'u akka hin dandeenye sitti hima. 16. Wanta ati ofi harkaa qabduu irratti hin hundaa'u. 17.Biyya ati dhalatte irratti hin hundaa'u. 18. Sin gatu yoo ati gatte malee. 19. Si hin sobu, yoo ati sobde malee. 20. Dhabamuu sababa baduu dhaloota baay'ee ta'eera . 21. Dhabamuun hiyyummaa namoota baay'eef sababa ta'era. 22. Dhabamuun akka geggeessitoonni baay'een uummata   miidhan godheera.                By Miratu Shanko            @Jechootahayyoota            @Jechootahayyoota
Show all...
๐Ÿ‘ 10โค 1
โœ Daandii qabattee jirtu hamma milkeessitutti yookaan hamma raawwattee kuftuttii goonkumaa addaan hin kutiin yookaan daandii biraa hin eegalin. Dhimma kana irratti H.Rozi Perot akkas jedha; "Namoonni baay'een wayita milkaa'inatti dhiyaatan hojii dhaabu. Namoonni kunneen rakkoolee hedduu dandamatanii dhufanii wayita tarkaanfiin tokko qofti isaan haftu abdii kutaanii addaan kutu"    @Oromotoo @Oromotoo
Show all...
โค 9๐Ÿ‘ 1
SAMMUU KEENYATTI HAMMAM FAYYADAMAA JIRRAA? ========================== โžก๏ธ Dandeettiin sammuu namaa dhokataadha. Yommuu ittin hojjetan ba'ee mul'ata. Ittiin hin hojjenne taanaan garuu sammuun dadhabaa fakkaata. โžก๏ธ Sammuu ofii hojjechiisuun dandeetti horachiisuu osoo hin taane, dandeetti sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha. โžก๏ธ Saayintistichi beekaman dhalootaan Yihuudii, Lammummaan isaa Ameerikaa ta'e Albert Enstian utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaayibsiifattuu akkana jedhe, " Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa haraka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata jedhe!" โžก๏ธ Hayyuun Wiliyam Jems jedhamu immoo giddu galeessaan ilmaan namootaa 10% -12% qofaa sammuu isaaniitti akka fayyadamanii darban ibseera. Kana jechuun sammuun ilmaan namaa heedduminaan sammuu isaa utuu hin hojjetin akkuma waliin dhalatetti  waliin du'a jechuudha. Biyyeen albuuda guddaa ammana ga'u kuufachaa jirti. โžก๏ธ Addunyaa kana caalaatti dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha. โžก๏ธ Akka ta'utti sammuu kee hojjechiisuu shaakali.    โ–ถ๏ธ Karoorsi!    โ–ถ๏ธ Hojjedhu!    โ–ถ๏ธ Waan hojjettu madaali!    โ–ถ๏ธ Bu'a qabeessa ta'e!    โ–ถ๏ธ Addunyaan dirree wal dorgommiiti, ammuma ka'i dirreetti makami! ๐Ÿ‘‰ Milkaa'inni fagoo miti, barruu harka kee keessa jira. @Oromotoo @Oromotoo
Show all...
"Barachuu mana barnootaa seenuu hin godhinaa. Ani Yunivarsiitii Harvardiin hin seennee garuu namoonni anaaf qacaramanii hojjettan namoota Yunivarsiitii Harvardi Seenanii turaniidha." #ElonMusk @Oromotoo
Show all...
Channali waa'ee jaalala Argachuuf Join godha๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œโœ‹โœ‹๐Ÿ—ฃ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
Waa'ee Jaalala๐Ÿซโค๏ธ
Walaloo Jaalalaaโค๏ธ
Seenaale jaalalaa โค๏ธ
Assossama jalala ๐Ÿ™๐Ÿ’‹
Waa,ee jaalala barudhaafโœโœ
Dhirraf qofaf
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ’‹
๐Ÿ‘„๐Ÿซฆ๐Ÿซฆ๐Ÿซฆ๐Ÿซฆ
Shamarran qofaf๐Ÿง›๐Ÿ’๐Ÿ’๐Ÿ’โ€โ™€
Cross ykn admin argachuuf
โœ Daandii qabattee jirtu hamma milkeessitutti yookaan hamma raawwattee kuftuttii goonkumaa addaan hin kutiin yookaan daandii biraa hin eegalin. Dhimma kana irratti H.Rozi Perot akkas jedha; "Namoonni baay'een wayita milkaa'inatti dhiyaatan hojii dhaabu. Namoonni kunneen rakkoolee hedduu dandamatanii dhufanii wayita tarkaanfiin tokko qofti isaan haftu abdii kutaanii addaan kutu" @Jechootahayyoota
Show all...
โค 1