Rayyaa Abba maccaa official
📈 Analytical overview of Telegram channel Rayyaa Abba maccaa official
Channel Rayyaa Abba maccaa official (@rayyaabbamaccaa40k) is an active participant. Currently, the community unites 12 112 subscribers, ranking in the Other category.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 12 112 subscribers.
According to the latest data from 02 December, 2024, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 191 over the last 30 days and by 1 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.
📝 Description and content policy
Channel description not provided.
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 03 December, 2024), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Other category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 12 December | +6 | |||
| 11 December | +7 | |||
| 10 December | +2 | |||
| 09 December | 0 | |||
| 08 December | +3 | |||
| 07 December | +5 | |||
| 06 December | +1 | |||
| 05 December | +1 | |||
| 04 December | 0 | |||
| 03 December | +1 | |||
| 02 December | +1 | |||
| 01 December | +1 |
| 2 | Dhiraa waan dhufuufii waan. Biyya miidhuu Dursee beekuu rabbiin si ha baasuu 🤲
Dawaa biyyaa kanaati atii !! | 6 051 |
| 3 | No text... | 5 562 |
| 4 | Marti keessanuu Baga Rabbi nagaan isin baase akkuma kana hidhamtoota hunda isaanii Rabbi nuuf habaasu. AMIIIN. | 5 105 |
| 5 | YAA RABBI FURMAANNI HARKAKEE JIRAA NUFURI. | 5 015 |
| 6 | kunis Raajiidha yeroo hamtuu kana keessa Majliisni Federaalaa hojii isaa dur sana itti fufee jira.
guyyaa Har'aa Boordii Majliisa federaalaa kan koree fala barbaadduu 9 beekamtii mootummaatiin hundaa'een muudaman Obbo Kamaal Haarun hoogganaan Majliisa federaalaa xalayaadhaan akka Aangoorraa ugguran beeksisanii jiru. dhimma kana yeroo hamtuu kana keessa maaliif akka kaasuu barbaadan hin beekamne. koreewwan akkas jechaa jiru....
Eenyuyyu eenyuun ugguruuf Aangoo hin qabu waan ta'eef hindanda’u. Manni maree Ulamaas tahee boordiinis koreewwan saglaniin filamanii muudaman waan ta'eef itti gaafatamummaan jarri fudhatan amaanaa tiksuu keessatti wal qixa.
amaanaan jaratti kenname hanga ummanni nama isaaf tahu filatutti ceesisuu qofa.
hangasittuu marti isaaniituu itti gaafatamummaa isaanii bahuu qabu. kanaafu Uggurri kun dharaafi shiratu keessa jira.
yookaan yeroon jarri Amaanaa fuudhan waan dhumateef marti isaaniituu ugguramanii Ummanni Muslimaa Nama isaaf ta'u bakka buufachuu qaba.
የፈደራል መጅሊስ በዝች መጥፎ ስዓት እንደ ልማዳቸው እኩይ ተግባራቸውን ቀጥለዉበታል።
የፌደራል መጅሊሱ በ9 ኮሚተዎች የተመረጠ የቦርድ ፀሀፊ አቶ ከማል ሐሩንን በዛሬው እለት ከዑለማው ምክርቤት በተፃፈ ደብዳቤ አግደዋል።
ነገር ግን ማንም ማንን ማገድ አይችልም ::ሁለቱም (የኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም) እኩል በዘጠኙ ኮሚቴ በጊዜያዊነት ተመርጦ የመጣ ነው:: ሁለቱም በተሰጣቸው የኃላፊነት ቦታ ከህዝብ ለተመረጠ አካል እስኪያስረክቡ ድረስ ኃላፊነታቸውን ተናቦ መወጣት ነው ያለባቸው:: ይህ እገዳ ህገወጥና ሸፍጥ ነው:: ተቀባይነት የለውም:: ያለበለዚያ ሁላቸውም ኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም ጊዜያቸውን ስለ ጨረሱ መታገድ ያለባቸው ናቸው:: የጉዳዩ ባለቤት ሕዝበ ሙስልሙ ነውና። | 5 285 |
| 7 | No text... | 4 760 |
| 8 | Karaan kijibaan dabran deebiin isaa nama dhiba. Jedhama
Mucaan wallaggaa dhihaa Gullisootti Haadhaaf Abbaan isaa Ajjeefaman jedhamee ololli hafarfamaa ture yeroo Argu sana Akka male nagaddisiisee ture. Garuu
Har'ammo Magaalaa Dasee Aayyoo Isaatii waliin Nagaadhaan jiraachuusa yoon Argu natti tole. | 4 553 |
| 9 | Tarkaanfiin Ummata nagaa irratti fudharamu kallattii kamiinu balfamuu qaba.
baayyee Nama Gaddisiisa. | 4 592 |
| 10 | Biyya Turkiitti dachiin sadarkaa 6,6 Raafamee hanga yoona nama 4 Ajjeesse 120 madeesse. jum'aa asrii jirraa Du'aa'ii godhaafi jzk | 4 717 |
| 11 | https://fb.watch/1oW325JIrT/ | 4 781 |
| 12 | Ayiiii TURKI Mataa ol nuqabachiifte Rabbi Ammallee Mataa Ol Sihaa qabu. AMIIIIIIIIN | 4 504 |
| 13 | Muslimni Omisha Faransayitti yeroo Ammaa fayyadamu Mooticha faransaayi waliin Ergamaa Rabbiitti duuluudhaan garaagarummaa hinqabu. | 4 494 |
| 14 | Motowwan biyyoota Islaamaa keessaa kan Ergamaa Rabbi hordofuufi jaallatu Sulxaan Ordogaan qofa ta'emo isa qofatu Motummaa faransaayitiin hudha wal qabaa jira. Embaasii isaa biyya faransaayiirra gara biyuaatti waammatee jira jedhan. mataa olnuqabe Rabbi umrii isaa nuuf hadheeressu. | 4 436 |
| 15 | Nagayaafi Rahmanni Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadirra Hajiraatu
اللهم صلي وسلم على نبينا محمد | 4 233 |
| 16 | No text... | 4 247 |
| 17 | Imaama masjiidaa dabalatee Namoonni lakkoofsaan 20 tahan dheengadda gurra fardaatti Ajjeefaman bakka tokkotti Awwaalaman Rabbi Rahamata hagodhuifi | 4 025 |
| 18 | Waan dhageettan hunda hin haasa'inaa
#Dhaamsa_Ulamaa'ii
👥~ibnu wahab Imaamu maalik kan akkana jedhu dhaga'e jedha;
"Namni waan dhaga'e hunda haasa'uun balaa guddaa akka ta’e beeki....‼
قال ابن وهب رحمه الله: "سمعت مالكا يقول: "اعلم أنّه فسادٌ عظيمٌ أن يتكلم الإنسانُ بكلِّ مايسمع"
✦✧✧𝚔𝚒𝚝𝚊𝚊𝚋𝚊(𝚂𝚒𝚢𝚊𝚛𝚞_𝙰'𝚊𝚕𝚊𝚊𝚖𝚒𝚗𝚗𝚞𝚋𝚊𝚕𝚊8/66)𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚒𝚕𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊. ✧✧✦
سير أعلام النبلاء (٦٦/٨) | 3 997 |
| 19 | Majliisni federaalaa guyyaa kaleessaa harcaatuu warra durii funaannatee Godinoota Oromiyaarraa walitti sassaabbatee Ummaa hoteelitti walgahii qopheessee gaggwesaa oolerratti
Majiilisa Oromiyaa kan dhiheenya kana ijaarame fonqolchuudhaaf sochii eegalee jira. | 3 754 |
| 20 | https://www.facebook.com/1376814612637342/posts/2762380357414087/?sfnsn=scwspmo | 4 003 |
