cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

JAARRAA ABBAA GADAA

Goota falmuu dhiifnee Qeerroon Galee ciifnee Oromiyaa Dachii Goota Gantuu fi Yartuu Akkam Goggootaa !!! YAADAF๐Ÿ‘‰ @JAARRAABOT Channel youtube keenya Argachuuf ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://youtu.be/p51FnhhOuDY https://youtu.be/p51FnhhOuDY

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 964
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
-530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost fromย JAARRAA ABBAA GADAA
Seenaa sooressa Jaarraa Abba gadaa.pdf0.97 KB
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
๐€๐›๐๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐ฎ๐ญ๐š๐ญ๐ข๐ง๐š๐š! ๐ด๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘›๐‘ข๐‘ก๐‘– ๐ด๐‘๐‘‘๐‘–๐‘– โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘˜๐‘ข๐‘ก๐‘Ž๐‘›๐‘›๐‘’๐‘’๐‘“, ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘Ž๐‘๐‘‘๐‘–๐‘– ๐‘›๐‘ข๐‘ก๐‘ก๐‘– โ„Ž๐‘œ๐‘Ÿ๐‘ข๐‘ข๐‘› ๐‘“๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž ๐‘›๐‘ข๐‘ข๐‘“ ๐‘ก๐‘Ž'๐‘Ž๐‘› ๐‘™๐‘Ž๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘Ž! 1, ๐‘จ๐’ƒ๐’Š๐’“๐’‚๐’‰๐’‚๐’Ž ๐‘ณ๐’Š๐’Š๐’๐’Œ๐’‚๐’‚๐’. dhalatee waggaa 21ffaa isaatti daldala eegalee kisaaran isa mudate. ๐‘ฎ๐’‚๐’“๐’–๐’– ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰ Dhalatee waggaa 22ffaa isaatti immoo mana maree seera murtuuf hirmaatee hin milkoofne ๐‘ฎ๐’‚๐’“๐’–๐’– ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰ Dhalatee waggaa 26ffaa isaatti jaalalleen isaa biraa boqotte ๐‘ฎ๐’‚๐’“๐’–๐’– ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Dhalatee waggaa 27ffaa isaatti dhukkuba narviitiin qabamee baayyee dhukkubsatee ture ๐‘จ๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’š๐’š๐’–๐’– ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Dhalatee waggaa 34ffaa isaatti immoo Koongireesii Ameerikaaf dorgomee utuu hin milkaa'in hafe ๐‘ฎ๐’‚๐’“๐’–๐’– ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Dhalatee, waggaa 45ffaa isaatti akkasuma mana maree bakka bu'oota uummataa bakka bu'ee dorgomee kufe ๐‘ฎ๐’‚๐’“๐’–๐’– ๐’‚๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Dhalatee, waggaa 47ffaa isaatti itti aanaa pireezidantii Ameerikaa dorgomee kufe ๐‘จ๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Dhalatee, waggaa 49 isaatti mana maree bakka bu'oota Uummataa dorgomee kufe ๐’‚๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐’‚๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Dhalatee, waggaa 52ffaa isaatti ๐๐ข๐ซ๐ž๐ž๐ณ๐ข๐๐š๐ง๐ญ๐ข๐ข ๐€๐ฆ๐ž๐ž๐ซ๐ข๐ค๐š๐š ๐ญ๐š'๐ž๐ž ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐š๐ฆ๐ž. แตƒแต‡แตˆโฑโฑ แตแต˜แต—แตƒโฟโฟแตƒแตƒหข แตƒแต‡แตˆโฑโฑ แตแต˜แต—แตƒแถœสฐโฑโฑหขแต‰! 2, ๐Œ๐š๐š ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐€. ๐Š. ๐€ ๐‰๐š๐œ๐ค ๐Œ๐š๐š dureessi biyya chaayinaa kun yeroo heedduu kufaati keessummeessun nama beekamu kan tureedha. ๐Ÿ‘‰Barumsa sadarkaa 1ffaa yeroo baratu al-lama kufe ๐‘ฎ๐’‚๐’“๐’–๐’– ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Barumsa sadarkaa 2ffaatti yeroo sadii kufe ๐‘จ๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Seensa Yuunivarsiitii Hangizyuu tiif qoramee yeroo sadii kufe ๐‘จ๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Yuunivarsiitii Harvardiitti barachuuf yeroo kudhan (10)n iyyate kurnanuu jalaa kuffisan ๐‘จ๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Erga Barnoota xumuree booda yeroo soddoma qacaramuu dhaqee, hunduu fudhatama dhabe ๐‘จ๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Dhaabbanni KFC jedhamu namoota 24 dorgomsisee yommuu turetti, namoonni 23 darbanii inni qofti kufe ๐‘ฎ๐’‚๐’“๐’–๐’– ๐’‚๐’Ž๐’Ž๐’‚๐’” ๐‘จ๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’๐’๐’†! ๐Ÿ‘‰Humna waraanaa keessa seenanii hojjechuuf namoota shan (5) ta'anii iyyatanii turan; garuu afur (4) darbanii inni qofti kufe ๐‘ฒ๐’–๐’๐’Š๐’” ๐’‚๐’ƒ๐’…๐’Š๐’Š ๐’‰๐’Š๐’ ๐’Œ๐’–๐’•๐’‚๐’„๐’‰๐’Š๐’Š๐’”๐’๐’†. ๐”พ๐•’๐•ฃ๐•ฆ๐•ฆ ๐‘ฆ๐‘’๐‘Ÿ๐‘œ๐‘œ ๐‘Ž๐‘š๐‘š๐‘Ž๐‘Ž ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘Ž๐‘ก๐‘ก๐‘– ๐‘จ๐’ƒ๐’ƒ๐’‚๐’‚ ๐‘ธ๐’‚๐’ƒ๐’†๐’†๐’๐’š๐’‚๐’‚ ๐‘ฉ๐’Š๐’š๐’š๐’‚ ๐‘ช๐’‰๐’‚๐’‚๐’š๐’Š๐’๐’‚๐’‚๐’‡๐’Š ๐‘ฏ๐’–๐’๐’…๐’†๐’†๐’”๐’”๐’‚๐’‚ ๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’ƒ๐’ƒ๐’‚๐’•๐’‚ ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ฑ ๐Ÿ‡ฎ ๐Ÿ‡ง ๐Ÿ‡ฆ ๐Ÿ‡ง ๐Ÿ‡ฆ ๐’•๐’Š ๐Ÿ‘‡ ๐™ฐ๐š‹๐š๐š’๐š’ ๐š”๐šž๐š๐šŠ๐š—๐š—๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š”๐šŠ๐š— ๐š‘๐š’๐š’๐š”๐šŠ ๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ๐šŠ๐š๐šž ๐šข๐š˜๐š˜ ๐š—๐šž๐š๐š’ ๐™ฐ๐š‹๐š๐š’๐š’ ๐š”๐šž๐š๐šŠ๐š—๐š—๐šŽ๐šŽ๐š๐š‘๐šŠ ๐š–๐šŠ๐š•๐šŽ๐šŽ, ๐šŠ๐š‹๐š๐š’๐š’ ๐š”๐šž๐š๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šž๐šž ๐šข๐š˜๐š˜ ๐š‘๐š’๐š— ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šž๐š–๐š–๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐š’๐š—๐šž ๐š๐šŠ'๐šŽ๐šŽ, ๐™ฐ๐š‹๐š๐š’๐š’ ๐š”๐šž๐š๐šŠ๐š—๐š—๐šŠ๐šŠ ๐ป๐‘–๐‘–๐‘˜๐‘Ž ๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘๐‘ ๐‘–๐‘–๐‘ ๐‘ข๐‘ข ๐‘‘๐‘Ž๐‘›๐‘‘๐‘’๐‘’๐‘›๐‘ฆ๐‘Ž! Galatoomaa! Join for more: @JECHOOTAHAYYOOTA YAADAF๐Ÿ‘‰ @besilent12
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
Gorsษ‘ Jireenyษ‘ keenyษ‘ keessษ‘tti nu fษ‘yyษ‘du. 1 Gorsษ‘ lษ‘kkoofsษ‘ 5 irrษ‘ ilษ‘ษ‘li 2 Dhiifษ‘mษ‘ dogoggoreeti lษ‘kkoofsษ‘ 11 irrษ‘ illษ‘ษ‘li 3 Mee ษ‘l tokko hin dheekkษ‘min lษ‘kkoofsษ‘ 15 irrษ‘ ilษ‘ษ‘li 4 Tษ‘sgษ‘bbษ‘ษ‘'i Lษ‘kkoofsษ‘ 13 irrษ‘ isiniif jirษ‘ษ‘ 5 Durษ‘ษ‘n dursee lษ‘kkoofsษ‘ 2 ilษ‘ษ‘lษ‘ษ‘ 6 Mษ‘ษ‘ltu si ษ‘ษ‘rsษ‘ lษ‘kkoofsษ‘ 12 irrษ‘ ilษ‘ษ‘li 7 Dubbisuun guutuu nษ‘mษ‘ godhษ‘!. 8 Gorsin jechuuf bษ‘rbษ‘ษ‘de lษ‘kkoofsษ‘ 14 irrษ‘ jirษ‘ 9 Obsษ‘ษ‘n lษ‘kkoofsษ‘ 4 irrษ‘ ilษ‘ษ‘lษ‘ษ‘ 10 Isษ‘ dhumษ‘ษ‘ lษ‘kkoofsษ‘ 16 irrษ‘ ilษ‘ษ‘lษ‘ษ‘ 11 Dhiifษ‘mษ‘ guddษ‘ษ‘ lษ‘kkoofsษ‘ 6 ilษ‘ษ‘lษ‘ษ‘ mษ‘ษ‘l jedhษ‘? 12 Mษ‘ษ‘loo lษ‘kkoofsษ‘ 8 irrษ‘ ilษ‘ษ‘lษ‘ษ‘ 13 ษ‘bdii hin kutinษ‘ษ‘ lษ‘kkoofsษ‘ 10 irrษ‘ isiniif jirษ‘ 14 ษ‘kkษ‘m ษ‘kkษ‘n isiniin jedhu hin beeku cษ‘llisษ‘ษ‘tii lษ‘kkoofsษ‘ 3 irrษ‘ bษ‘rbษ‘ษ‘dษ‘ษ‘ 15 ษ‘kkษ‘ dheekkษ‘mtษ‘n nษ‘ษ‘f gษ‘lษ‘ gษ‘ruu lษ‘kkoofsษ‘ 9 irrษ‘ษ‘ ษ‘rgษ‘ttu 16 Obsษ‘ keessษ‘niif heddun isin gษ‘lษ‘teeffษ‘dhษ‘ Gorsichi lษ‘kkoofsษ‘ 7 irrษ‘ isiniif jirษ‘!. Shษ‘re แŽฝแŽฌแ’แŽพแŽพ แŽถแŽชแŽชแ’แŽฅแŽฅ @JECHOOTAHAYYOOTA
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
Milkaa'inaa fi Kufaatii โ Nama kamiifuu guyyaan borii  haaraadha. Kanaaf sochii hojjedhu. Hojii kee keessatii dogoggorri uumamu danda'a. ๐Ÿ’ช Kufaatiin illee akkasuma. Wanti fedhe yoo ta'e dogoggora hin sodaatiin. Yoo dogoggorte malee barachuu hin dandeessu. Kufaatii hin sodaatiin. ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ Bu'aa jireenyatu akkasi; jireenyumatu akkasitti injifatama. Kufaatiin filannoo biraadha. Yoo abdii kutatte kufaatii filachuu keetii. Yoo abdii qabaatte garuu kufaatiin mudannoo keeti. Mudannoo irraa muuxannootu dhufa. Muuxannoo yoo qabaatte hojii kamillee milkaa'inaan xumuruu dandeessa. โ Kufuun kee gaariidha; sababni isaa kufaatiin irree si jabeessudha. Jireenyi akka muuziqaati. Muuziqaan meeloodiin isaa takka ol ka'a, takka gadi bu'a akkasumas giddu galeessaan yeedaleeffamuun muuziqaa miidhagaa fi hawwataa ta'a. Jireenyi dhala namaas akkasumaan tola. Waa'ee maallaqaa hin yaadda'in, Yoo mul'ata qabaatte wanti hundinuu yeroo isaa eeggatee si dhaqaba. โ Jechoota jijjiiramaaf si qopheessu baay'inaan argachuuf channeli kana join godhi! Ittiin of jijjiirii! Akkasumas namoota kanneen biroof share godhi! Halkaan gaarii @Jechootahayyoota yaada kessaan comment jalatti nuf kennuu hin dagatina๐Ÿ™โค๏ธ
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
Kitaaba "The Power of Regret" (Humna Gaabbii) jedhu kan Daniel H. Pink, Gisela Chipe, et al.: 1. Gaabbiin kan hundaati. Namuu gaabbii qaba. Isaanis kutaa muuxannoo dhala namaa isa idilee ti. 2. Gaabbiin yakka ykn salphina tokko miti. Gaabbiin waaโ€™ee waan darbee yoo taโ€™u, yakki fi salphinni garuu waaโ€™ee yeroo ammaa ti. Gaabbii jechuun miira gadda ykn gaabbii waan taโ€™eef yoo taโ€™u, yakka jechuun miira waan taโ€™eef itti gaafatamummaa fudhachuu yoo taโ€™u, salphinni immoo miira salphinaa ykn salphina. 3. Gaabbiin kakaโ€™umsa cimaa taโ€™uu dandaโ€™a. Gaabbiin jireenya keenya irratti jijjiirama akka goonu nu kakaasuu dandaสผa. Fakkeenyaaf, daandii hojii murtaaสผe tokko hordofuu dhiisuu keenyatti yoo gaabbinu, abjuu sana dhugoomsuuf tarkaanfii fudhachuuf carraan keenya guddaa taสผuu dandaสผa. 4. Gaabbiinis madda ogummaa taโ€™uu dandaโ€™a. Gaabbiin dogoggora keenya irraa barannee gara fuulduraatti murtoo fooyyaโ€™aa akka goonu nu gargaaruu dandaโ€™a. 5. Namoonni baayโ€™een gaabbii ijoo afur qabu. Gaabbiiwwan kunniin: โ€ข The "Boldness Regret"โ€”Balaa fudhachuu fi jireenya guutummaatti jiraachuu dhiisuu keenyatti ni gaabbina. โ€ข "Gaabbii Walitti Hidhamiinsaa"โ€”Hariiroo namoota biroo wajjin qabnu irratti yeroo fi humna gahaa invast gochuu dhabuu keenyatti ni gaabbina. โ€ข The "Integrity Regret"โ€”Murtoo faallaa gatii keenyaa ta'e murteessuu keenyatti ni gaabbina. โ€ข The "Provision Regret"โ€”Fayyaa qaamaa fi maallaqaa keenya kunuunsuu dhabuu keenyatti ni gaabbina. 6. Gaabbii keenya gara humna gaariitti jijjiiruu dandeenya. Kana gochuu kan dandeenyu: โ€ข Gaabbii keenya adda baasuu. โ€ข Hundee gaabbii keenyaa hubachuu. โ€ข Gaabbii keenyaaf dhiifama ofiif gochuu. โ€ข Gaabbii keenya irraa barachuu. โ€ข Jireenya keenya irratti jijjiirama gochuun gaabbii keenya irra deebiโ€™uu irraa of qusachuu. 7. Jireenya keenya keessaa gaabbii dhabamsiisuuf yaaluu hin qabnu. Gaabbiin madda odeeffannoo fi kakaโ€™umsa gatii guddaa qabu taโ€™uu dandaโ€™a. 8. Kanaa mannaa gaabbii keenya toโ€™achuu irratti xiyyeeffachuu qabna. Kana gochuu kan dandeenyu ofitti mararfachuu, dhiifama gochuu fi galateeffachuu shaakaluudhaani. 9. Gara fuulduraattis murtoo fooyyaโ€™aa gochuuf gaabbiitti fayyadamuu dandeenya. Gaabbii keenya hubachuudhaan, gatiiwwan keenyaa fi wanta dursa kenninu adda baasuu dandeenya. 10. Gaabbiin mallattoo dadhabbii miti. Mallattoo ciminaa fi of beekuu ti. 11. Gaabbii nutti dhagaสผamuu sodaachuu hin qabnu. Miira fayya qabeessaa fi idilee ta'eedha. 12. Gaabbiin jireenya keenya akka toโ€™atu gochuu hin qabnu. Inumaayyuu akka meeshaa guddinaa fi jijjiiramaatti itti fayyadamuu qabna. 13. Gaabbiin jireenya caalaatti hiika qabu jiraachuuf nu gargaaruu dandaสผa. Gaabbii keenya hubachuudhaan, filannoowwan gatii keenyaa wajjin walsimu gochuu dandeenya. 14. Gaabbii keenyaaf galateeffachuu qabna. Isaan barachuu fi guddachuuf nu gargaaruu dandaสผu. 15. Gaabbiin humna gaarummaaf humna guddaa qabuudha. Jireenya keenya irratti jijjiirama akka fiduufi addunyaa irratti dhiibbaa gaarii akka geessisnu nu kakaasuu dandaโ€™a. Barumsawwan kana hordofuudhaan gaabbii keenya toโ€™achuu barachuu fi jireenya caalaatti hiika qabuu fi gammachuu qabu jiraachuuf itti fayyadamuu dandeenya. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
Yeroo callistu yaaduu dandeessa. Yeroo callistu dhaggeeffachuu dandeessa. Yeroo callistu yaadachuu dandeessa. Yeroo callistu miiraa kee mo'achuu dandeessa. Yeroo callistu of argachuu dandeessa. Argitee jireenya keenya keessatti wantoonni hedduu barbaachisoon callisuu keessa jiru. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
Hammasini ko'rsatish...
Repost fromย JECHOOTA HAYYOOTA
Yeroo tokko tokko wanni nuti barbaannu bakka nuti yaanne saniin ala waan jiru nutti hin fakkaatu. garuu bakka baayyee bakka ati hin yaanneen milkaayinni hedduutu jira. Waan tokkoon hin milkoofne jechuun; wanni hundi achirratti dhaabbate jechuu miti. Yeroo asiin cufamte achiin banaa tahuu  hubachuu qabna. @Jechootahayyoota
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Eastern Ethiopian Research and statistical Software analysis Groups ๐Ÿงฌ๐Ÿ’ฐ๐Ÿฉบ๐Ÿ’Š ๐ŸŒ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ‘ง

Statistical data and research analysis team

Karaalee ittiin yaada sammuu keenyaa cimsannu. 1. Sammuun kee waanuma tokkottiyyuu akka hin dhiphanneef of eeggadhu! Kan sitti himan caalaatti yaada keessa kee jiru itti yaaddee, maddisiiftee, barreessitee, karoorsitee utuu ittiin hojjattee yaada kee gabbifatta. Namoonni tokko tokko yaada bareedduu utuma ofharkaa qabanii yaada nama kan biraatiin liqimfamanii hafu. Yookiin immoo ani dandeettii hin qabu, namni kan biraa kan ana irra caalu jira jedhanii yaada isaanii ukkaamsu! 2. Namoota yaada keetti si jajjabeessanii fi yaada kee miidhan adda baafadhu! Beekumsaa fi dandeettii uumamaa kan addaa qabda. Beekumsi nama hundumaa immoo walitti dhufee hojii gurguddaa hojjata. 3. Yaada gaarii maddisiisuu! Yeroo hundumaa yaada gaarii maddisiisuuf of kakaasi! Yaada gaarii yaaduun sammuu namaa boqochiisa. Yaada gaarii maddisiisuun jireenya dhuunfaa irra darbee biyya ijaara! Yaadni namootaa garaagara. Yaada nama kan biraatiin liqimfamuu irra ati hoo maal yaadda? Namni kamiyyuu yaada dhuunfaa mataa isaa qaba. Yaada namoota hundumaa walitti fiduun yaada moo'ataa fi hojiif nama kakaasu ijaaruun ni danda'ama. @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota
Hammasini ko'rsatish...
Maallaqaan guddachuu barbaaddaa? Addunyaa kanarraa namni fedha maallaqaa dhabe hin jiru. Namni kamuu gama maallaqaan guddachuu ni barbaada, garuu hojjechuu hin barbaadu. Wantan hojjedhun dhabe akka jettu beeka, animmoo maaltu hojjetamen siin jedha. Namoonni hedduun waan xiqqoon eegaleen iddoo guddaa ga'a jechuu irra tokkichumaanan iddoo guddaa gahuu qaba jedhanii yaadu. Dandaa'amnaan gaariidha. Wanta hin dandaamneef garuu yeroo balleessuu irraa waan qabaniin eegaluun bilchina. Fedhiin tokkichaan maallaqaan guddachuu gurgurtaan lootariin akka baballatu taasiseera. Kanaaf namoonni hedduun hojii hojjechuu irra lootarii kutuu filataniiru. Akkuman duratti kaase namni maallaqaan guddachuu fedhu hedduudha. Garuu dhugummaan fedha guddinaa hin qaban! Utuu qabaatanii harka maratanii carraa lootarii hin eegan. Hojiin hin jiru jettee teessa taanaan bara baraan teessa malee yeroo hojiin siif argamu hin dhufu. Maaliifan wanti hojjetame hin jiru siin jedhe beektaa? Wanta biyyoota guddatanitti hojjetame keessaa hammamtu ykn maaltu biyya keenyatti hojjetame? Beeka haalli keessa jirru rakkoodha, garuu rakkoodhuma keessa teenye rakkoon ol tahuuf hojjechuu qabna. Maaltu magaalaan keessa ykn baadiyyaan keessa jirutti hin hojjetamne jedhii of gaafadhu. Hojii jechuun rakkoo furuu jechuudha? Bakka ati jiraattutti uummati maal bitee fayyadamuu barbaada, akkasuma maal immoo hedduminaan argachaa hin jiru? Of gaafadhu gaafa deebii argatte rakkoo sana furuuf hojjedhu. Kan biroo kennuudha. Business jechuun kennuu jechuudha. Nama kennuuf immoo dachaan kennamaaf. Uummataaf hamma dhiyeessitu argatta, caalattis argatta. Kana jechuun ati product dhiyeessita hawaasni product kee fudhachuuf maallaqa siif dhangalaasa. Amma argitee rakkoo furte jechuudha. Yaadi hojjedhuu carraan hojii keessa jiraa. Taa'umsa keessa carraa hin eegin! Dhuma irratti, fedhii qofti gahaa miti fedhiin amantii fi hojiin dabaalamuu qaban siin jedha. Sana booda jijjiramaa fi guddina jedhame fida. Kanaaf yaadi, amani, hojjedhu guddina barbaadde sana gonfadhu. @DEDRORO
Hammasini ko'rsatish...