en
Feedback
Lammaa Magarsaa official page

Lammaa Magarsaa official page

Open in Telegram

Lammaa Magarsaa official page

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
3 206
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Posts Archive
Repost from Nuuralhudaa
Majliisni Naannoo Amaaraa bifa haarawaan hundeeffame. https://nuuralhudaa.com/30950/

Repost from Nuuralhudaa
Dubartiin Abbaa Manaa isii waliin walqunnamtii raawwattee janaabaa irraa qulqullaahuuf yeroo dhiqattu, rifeensa mataa isii akkamitti dhiqachuu qabdi? https://nuuralhudaa.com/fnh/477/

Repost from Nuuralhudaa
Saala daa'imaa tuquun wuduu'a balleessaa? Qaama saalaa ofii harkaan tuquun hoo akkami? link tuqaa deebisaa barreeffamaa dubbisaa. sagaleefi viidiyoonis liinkima kana keessa isiniif jira. https://nuuralhudaa.com/fnh/567/

Hanqina sharafa alaa kan qabdu Itoophiyaan tajaajila baankii dhaabbilee biyya alaaf banaa gochuufi https://www.bbc.co.uk/afaanoromoo/articles/c4n0972pemeo?at_medium=RSS&at_campaign=KARANGA

Repost from Nuuralhudaa
Allaattiin tun yeroo garii qurxummii gurguddaa liqimsitee hudhamtee duuti. link tuqaa garruu guutuu dubbisaa https://nuuralhudaa.com/30918/

Repost from Nuuralhudaa
Dubrummaa dhiiraa maaliin mirkaneessan? link tuqaa dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/fnh/249/

Repost from Nuuralhudaa
Qurxummii Lukkuu Gaalaanaa jedhamuun beekamu beeytuu? link tuqaa qurxummii kanaan wal baraa. https://nuuralhudaa.com/30901/

Repost from Nuuralhudaa
Dhalaan Muslimaa dhiira ajnabii irraa mallaqa fudhachuu dandeessii? Warri walitti kijibee mallaqa walirraa nyaatu Fatwaa kana haa dubbisu. https://nuuralhudaa.com/fnh/414/

Repost from Nuuralhudaa
Hooggantoonni Mana Marii dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Gara Naannoo Sidaamaa imalan. https://nuuralhudaa.com/30900/

Repost from Nuuralhudaa
Gammachuu dhugaa barbaadduu? Gammachuun dhugaa tan cinqaafi hiraarii hin qabne eessaa argamti? Viidiyoo kana daawwadhaa. barumsa guddaa irraa argattan. https://youtu.be/bmKoyGOfFJ0

Repost from Nuuralhudaa
An yeroo heddu itti dabalamuu fedha. isiin fayyaa hin qabu jetti. Dhaddacha Jaalalaa Doosee 5ffaa https://youtu.be/XCtEc-_urnM

Repost from Nuuralhudaa
Qurxummiin kun Kilograama 50,000 hanga 150,000 ulfaata. bineensi uggee isatti dhihaatu tokkolleen hin jiru. yoo guyyaan isaa gahee bishaan keessatti du'e, reefki isaa mudannoo jabduu mudata. link tuqaa barruu guutuu dubbisa. https://nuuralhudaa.com/30869/

Repost from Nuuralhudaa
Qurxummiin kun Kilograama 50,000 hanga 150,000 ulfaata. bineensi uggee isatti dhihaatu tokkolleen hin jiru. yoo guyyaan isaa gahee bishaan keessatti du'e, reefki isaa mudannoo jabduu mudata. link tuqaa barruu guutuu dubbisa. https://nuuralhudaa.com/30869/

Repost from Nuuralhudaa
Sirni daakinsa soorata uumama kanaa akkaan saffisaadha. Garaachi uumama kanaa soorata saffisa ajaa’ibaatiin daaka. Sababa kanaaf soorata irraa boqonnaa fudhachuun hin jiru. Halkaniifi guyyaa, ganamaa fi galgalas ilkaan isaa wahuma alanshaa oola. Bineensi kun guyyaa walakkaaf soorata malee turraan, carraan inni qabu du’uu qofa. Wanti inni liqimse hundi daqiiqaawwan muraasa keessatti daakamee bullaaya. Kanaaf ilkaaniin ariifachuun isarratti dirqama jechuudha. Walumaa galatti bineensi kun bineensa nyaata qofaaf jiraatu jechuun ni danda’ama. link tuqaa barruu guutuu dubbisaa https://nuuralhudaa.com/30826/