Oromia State University ✍👌️️
Open in Telegram
Dandeetti hooggansaa cimsuu Ummata oromoo keessatti dadammaqiinsa uumuu fi haala keessa jirru wal hubachiisuu irratti xiyyeeffanna. Mootummaa keenna cinaa dhaabbachuuf https://t.me/+Xfnc7MJL_z8zYjN
Show more626
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '25
July '250
in 0 channels
June '250
in 0 channels
Get PRO
May '250
in 0 channels
Get PRO
April '250
in 0 channels
Get PRO
March '250
in 0 channels
Get PRO
February '250
in 0 channels
Get PRO
January '250
in 0 channels
Get PRO
December '24
+9
in 0 channels
Get PRO
November '24
+39
in 0 channels
Get PRO
October '24
+30
in 0 channels
Get PRO
September '240
in 0 channels
Get PRO
August '240
in 0 channels
Get PRO
July '240
in 0 channels
Get PRO
June '240
in 0 channels
Get PRO
May '240
in 0 channels
Get PRO
April '240
in 0 channels
Get PRO
March '240
in 0 channels
Get PRO
February '24
+1
in 0 channels
Get PRO
January '240
in 0 channels
Get PRO
December '23
+1
in 0 channels
Get PRO
November '23
+2
in 0 channels
Get PRO
October '23
+4
in 0 channels
Get PRO
September '23
+3
in 0 channels
Get PRO
August '23
+37
in 0 channels
Get PRO
July '23
+26
in 0 channels
Get PRO
June '23
+27
in 0 channels
Get PRO
May '23
+14
in 0 channels
Get PRO
April '23
+17
in 0 channels
Get PRO
March '23
+18
in 0 channels
Get PRO
February '23
+17
in 0 channels
Get PRO
January '23
+27
in 0 channels
Get PRO
December '22
+69
in 0 channels
Get PRO
November '22
+38
in 0 channels
Get PRO
October '22
+47
in 0 channels
Get PRO
September '22
+60
in 0 channels
Get PRO
August '22
+75
in 0 channels
Get PRO
July '22
+53
in 0 channels
Get PRO
June '22
+41
in 0 channels
Get PRO
May '22
+43
in 0 channels
Get PRO
April '22
+15
in 0 channels
Get PRO
March '22
+13
in 0 channels
Get PRO
February '22
+40
in 0 channels
Get PRO
January '22
+50
in 0 channels
Get PRO
December '21
+66
in 0 channels
Get PRO
November '21
+692
in 0 channels
Get PRO
October '21
+446
in 0 channels
Get PRO
September '21
+408
in 0 channels
Channel Posts
𝘽𝘼𝙂𝘼 𝘼𝙔𝙔𝘼𝘼𝙉𝘼 𝙄𝙄𝘿 𝘼𝙇-𝙁𝘼𝙓𝙄𝙍 𝙒𝘼𝙂𝙂𝘼𝘼 1446'𝙁𝙁𝘼𝘼𝙉 𝙄𝙎𝙄𝙉 𝙂𝘼𝙃𝙀!!
Wishing a blessed and joyful Eid to all celebrating.
#Eidmubarak 2025
1446ኛው የኢድ- አልፈጥር በዓል በነገው እለት ተከብሮ ይውላል።
| 2 | #Namana!
Nama hin abdatiin
Buleetu haara’a
Abdii hin kutatiin
Sumatu nama ta’aa!
Gaafa harkaa qabdu
Hiriyaa hin dhabdu
Gaafa harkaa dhabdu
Firayyuu hin qabdu
Gaafa dhabni dhaanee
Rakkoon si rukute
Danuun si baqata
Firoomakee kutee
Gaaf sana dhiibamtee
Qarqaratti baata
Tiksuudhaaf yoo baate
Loontu si baqata
Eegee ofirraa dhabdus
Jeedaladha taata!
Lafa nagaa oola!! | 280 |
| 3 | #Breaking_News
Guyyaa harraa jimaata February 28, 2025 baatiin ji’a Ramadaanaa waan mul’atteef, Sabtii borii Ramadaanni 1 jedhee kan jalqabu ta’a.
Rabbi warra irraa fayyadamu nu haa taasisu. | 73 |
| 4 | #Breaking_News
Guyyaa harraa jimaata February 28, 2025 baatiin ji’a Ramadaanaa waan mul’atteef, Sabtii borii Ramadaanni 1 jedhee kan jalqabu ta’a.
Rabbi warra irraa fayyadamu nu haa taasisu. | 65 |
| 5 | #Breaking_News
Guyyaa harraa jimaata February 28, 2025 baatiin ji’a Ramadaanaa waan mul’atteef, Sabtii borii Ramadaanni 1 jedhee kan jalqabu ta’a.
Rabbi warra irraa fayyadamu nu haa taasisu. | 280 |
| 6 | Lammiileen miliyoonan lakkaa'aman sa'aatii kabajanii sagantaa caayaa_OBN akka hordofan ta'eera‼️
Sagantichi sa'aatii tokko qofaaf darbus jaalatamummaa fi kabaja guddaa hawaasa Oromoo baldhaa biratti horateera.Sababni isaa Oromoon haqa jaallata waan ta'eef sagantaa haqa lammiilee baasuf hundaa'e kana keessoo isaatii ofitti fudhatee miira addaatin hordofuu jalqabeera.kuni jijjiirama miidiyaa OBN keessatti muldhate isa ijoodha.
Bulchaan Aanaa Gambichuu namoota mallaqa ummataa qarshii 300,000 sobanii buusa gonafaa irraa baafatan hawaasa irraa fageessina maqaa jedhuun sadarkaa gandatti ummata gadi siksuun muudama kennaniifi jiru.
Gurmaa'insa gandaa cimaa ijaarra mootummaan naannoo Oromiyaa jedhus Aanaa Gambichuu fi Aanota Oromiyaa biroo hedduu dabalatee namoota maqaa saamichaa kanaan himataman hedduu ummatatti gadi siksaniiru kuni immoo ummataa fi mootummaa dugda walitti gara galchuuf kan hojjatameedha waan ta'eef paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Oromiyaa adeemsa kana iddoo hundatti qorachuun ummatarraa saamtota akka kaasu ummanni wal-tajjiiwwan garaagaratti himateera.
Garuu sagaleen ummataa akka hin dhagahamne kanneen diraama sobaa qindeessanii sirnaa fi mootummaa laamshessan aangoo mootummaa irra hanga ammatti taa'a jiru waan ta'eef mootummaan kanas xiyyeeffannoo itti kennuun irratti hojjachuu akka qabu qabsaa'onni PB gaafataniiru.
Shimelis Abdisa
Oromia Prosperity Party / OPP / | 134 |
| 7 | በስተመጨረሻም ግብጽ የሚያዋጣትን መንገድ መርጣለች ኤርትራ እና ሶማሊያም ባዶዋቸውን ቀርተዋል!
የግብፅ ህልውና በተመሰረተበት የዓባይ ወንዝ ዙሪያ በሦስተኛ ወገን የሚኖረን አካሄድ ከዛሬ ጀምሮ ቀሪ (Void) ሆኗል። አስመራ (ኤርትራ) ተገኝተን ከኤርትራ እና ከሶማሊያ ጋር ያሰርነው የሦስትዮሽ ሥምምነት (Tripartite Agreement) ከዛሬ ጀምሮ ቀሪ ነው። በቅርቡ የግብፅን የልዑካን ቡድን ወደ አዲስ አበባ እንለካለን...”በማለት አልሲሲ መልክት አስተላልፈዋል! | 672 |
| 8 | #Oduu- Bareedduu‼️
Mootummaan Gibxii kana booda marii kan goonu Itiyoophiyaa qofa waliin jechuun ejjannoo qabu ibseera‼️
Akka odeeffannoon mootummaa Gibxii irraa bahe ibsutti ummanni Gibxii jireenyi isaanii 90% Laga naayil irratti kan hundaa'e waan ta'eef naayil immoo harka 90% Laga Abbaayyaa kan Itiyoophiyaa irraa burqa kanaaf ummata gibxii fi mootummaan gibxii dhimma kana irratti xiinxala gaggeessineen wal-hubannaa haqaa tolfannee jirra waan ta'eef walii galtee torbeewwan sadi dura #Asmaratti taasifne kufaa goone gara Itiyoophiyaatti fuula keenya deeffanna jechuun warri Masrii warwaataniiru.
Garee araaraf deemus dhiheenya hundeessinee gara Itiyoophiyaatti jaarsummaaf ni ergina jechuun ibsaniiru.
Haqa qabaachun moo'uf humna guddaa si gargaaru ta'uu inni kuni ragaa guddaadha. | 527 |
| 9 | #Oduu- Bareedduu‼️
Mootummaan Gibxii kana booda marii kan goonu Itiyoophiyaa qofa waliin jechuun ejjannoo qabu ibseera‼️
Akka odeeffannoon mootummaa Gibxii irraa bahe ibsutti ummanni Gibxii jireenyi isaanii 90% Laga naayil irratti kan hundaa'e waan ta'eef naayil immoo harka 90% Laga Abbaayyaa kan Itiyoophiyaa irraa burqa kanaaf ummata gibxii fi mootummaan gibxii dhimma kana irratti xiinxala gaggeessineen wal-hubannaa haqaa tolfannee jirra waan ta'eef walii galtee torbeewwan sadi dura #Asmaratti taasifne kufaa goone gara Itiyoophiyaatti fuula keenya deeffanna jechuun warri Masrii warwaataniiru.
Garee araaraf deemus dhiheenya hundeessinee gara Itiyoophiyaatti jaarsummaaf ni ergina jechuun ibsaniiru.
Haqa qabaachun moo'uf humna guddaa si gargaaru ta'uu inni kuni ragaa guddaadha. | 428 |
| 10 | #Itoophiyaan Raayyaa Ittisaa diina kamiiyyuu ofirraa qolachuu danda'u ijaarte. #Itoophiyatti Itaamajorri woliigalaa Raayyaa Ittisa biyyaa Fild Maarshaal #Biraanuu_Juulaa ibsa baasaniin Raayyaa ittisaa diina kamiiyyuu qolachuu danda'u ijaaruu himan. Magaalaa #Jigjigaatti guyyaa hundeeffama Ajaja Bahaa woggaa 47ssoo sagantaa adda addaatiin gaggeeffamaa jiru irrattiidha kan isaan dubbatan. | 540 |
| 11 | Qabxiin Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ssoo wiixata dhufa kana ifooma.
Qabxiin Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ssoo wiixata dhufu kana akka ifoomu ministerri barnootaa beeksise.
Ministerichi akka ibsetti, bara barnootaa 2016tti barattoota akka biyyaatti qormaata ce'umsaa kutaa 12ssoo qoramuuf galma'an Kuma 701 fi 749 keessaa parsantii 97.5 akka qoraman ibseera.
Barattoota qormaata qoraman kana keessaa kuma 29 fi 718 karaa interneerii akka qoran ibsamee jira. | 476 |
| 12 | No text... | 454 |
| 13 | Oduu Ammee!!
1, Humni Waraana Itoophiyaa fi Somaliyaa yeroo wal bira qabamee ilaalamu goongumaa kan wal hin madaalle ta'uu isaa dhaabbanni sadarkaa biyyoota baasu addeesse. Kana jachuun carraan Somaliyaan Itoophiyaa waliin gara waraana seenuuf qabdu baay'ee xiqqaadha. Sababni Humna wal gituu miti. Garuu dhimma masrii irratti damnaqinaan hordofuun barbaachisaadha.
2, IZra"ael Masjiidul Aqsaa irratti dhiibbaa uumuu wal qabate biyyoonni baay'een dhimmicha balaalleffataa jiru. Akkasumaas namoonni Masjiidul Aqsaa irratti miidhaa geessuuf yaalan saaxilaman.
3, Obbo Taayyee Danda'aa yakki inni himatameen hanga waggaa 8 hanga 25 adabsiisu danda'a jadha n abbootiin murtii. Dubbiin Taayyee kun osoo akka aadaa Oromootti araaraan xumuramee baay'ee gaariidha.
4, Raashiyaan Yukireen irratti haleellaa cimsuun Yukireen gara biyyoota lixaatti waywaachuu eegaltee jirti.
5, Netanyaahuun erga UK uggura meeshaa waraanaa IZra"ael irra keesse booda waan abdii Gaa-zaa irratti qaban harka gatame fakkaata. Dubbiin isaa gara Gaa-zaa keessa ni baana hin baanuutti ceete.
6, Netanyaahuun Gaa-zaa keessa yoo baane Ira"an halkan tokkotti nu weerarti jachuun hoggantoota Addunyaatti fakkeessuuf yaale garuu dubbiin isaa madaala hin kaafne. Biyyoonni lixaa irraa caalaa akka Gaa-zaa keessa bahu fadhii akka qaban itti himaa jiru jadhan gabaasni keessa beektoonni baasaa jiran.
7, Raashiyaa fi Ameerkaan ija walitti babaasaa jiru. Kanaaf kan sababa ta'e lola Raashiyaa fi Yuukireen ta'uun wal nama hin gaafachiisu.
Kun cunfaa Odeeffannoo guyyaa har'aati. | 468 |
| 14 | Hoggansi Gandaa Maal Bulcha?
Caaseeffama haarayaan hoggansi barnootaa sadarkaa digrii hanga doktoraa gandatti ramadameera.
Ganda jechuun iddoo hoggansi kun itti dhalatee guddateefi itti barate.
bakka maatiin hooggansaa abbaa hanga gosaa jiraniidha.
Hoggansi hojjatu kamuu nyaataa qe'ee irraa eeggatuudha.
Hoggansi ramadame Kun: warra horee kiila lixe, warra gannaa bona qotuun callaa tuulee galchu, sooqidda malee waan biraan bitanne , kan eebbisu geessu bira dhaqu.
Kun carroomuu bira darbee namoomuudha.
Qonnaan bulaan keenya maal akka dalaguufi yoom akka dalagu itti hin himan, garuu ogeessi achi ramadamu , ogummaafi teeknolojii fayyadamuun akkamitti akka dalagamu muldhisa waliin dalaga.
Hoggansi carroomaan Kun:
Qonna babaldha abdachiisaa amma arganne kana industuriitti jijjiira. Warshaalee babaldhisee jireenya fooyyessa.
Oomisha dheedhii gabaatti baasuu dhiisee sona itti dabaluun, gatii ifaajee dachaan dabala.
Gandi bu'uraalee misoomaatiin badhaadhaa akka ta'u gayee taphata. Hawaasni sirnaan karaa ommisha gabaatti baafatuuniifi deettuu ittiin hospitaala geessu hojjata.
Fayyaa hawaasaa eega, buufataa hanga hospitaalaatti akkuma barbaachisummaatti gandatti ijaara.
Inshuraansiin yaala, hawaasa fayya qabeessa horata. Kana carraamuun!
Haati dhiiraa akka dukkana hinbulle ifaa diriirsuun jireenya qoraaniifi kosii fooyyessuun imimmaan isaanii ogummaa barateen haqa.
Lafa xiqqoo irraa callaa kuntaala hedduun akka hamburatu karaa akeeka.
Buluun Ganda ta'uu qabatamaan agarsiisa.
Lafaafi qabeenya beeyladaatti fayyadamuun qonnaan bulaa hojii dabalataa, dargaggootaa carraa hojii uumuun hawaasa hiyyummaa lagachiisa.
Boruufis namni barate hoogganuun ganda ta'uufi bu'aa qabatamaafi saffisaa kan argamu ta'uu leenjisa. | 380 |
| 15 | https://t.me/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId802167665
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token AirDrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium | 155 |
| 16 | sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://video-earns.top/6083310759591510/?s=tg
Liki kanan seentee Sign up tuqxee profile kee guttannan akkauntii kee irratti doolariin 10 siif gala dabalataan video ilaaluu qofaan doolarri sii dabama addunyaan SI Bira fagaatte | 177 |
| 17 | https://t.me/quizearnbot/quiz?startapp=27162893660925191
Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. | 168 |
| 18 | Linki kana I start godhuu qofaan doolarri kudhan Akka isini galu yoo barbaaddan start godha fayyadamaa | 137 |
| 19 | No text... | 252 |
| 20 | Warri kun eenyu isaan?
Tarii, namoota tokko tokkoof diraamaa fakkaachuu mala. Kaaniif ammoo ayyaana Irreechaas itti fakkaachuu danda'a. Garuu akkas miti!
Warri kun, warra laftisaanii aramaa fi daggalli jalaa weerare. Warri kun warra Okolee isaaniitti Sarariitiin mana ijaarratte. Warra Gootaraa fi Gumbiin isaanii jalaa onee kuusaa Hantuutaa ta'edha. Warra bariifi dhiha lafaa sagalee rasaasaa akka oduu Raadiyoonii fi muuziqaa dhaggeeffatani. Warra hirriba malee bulanii fi tasgabbii malee yaadaa fi yaaddoof kaadhimamanii jiraatani. Warra manaa fi nama ofii dhabani. Warra manni barnootaa jalaa cufamee, ilmaan isaanii qalamaa fi baarulee lafa keessee cooligaa jirtudha. Warra obsee, obsee, obsee dadhabedha. Warra namarraa abdii kutee Waaqatti iyyataa jirudha.
Ofii jarri kun eenyu?
Isaan warra lafa akaakilee fi abaabilee keenya tiksanii asiin gahani. Warra aadaa fi seenaa keenya nubarsiisani. Warra lafee fi dhiiga isaanii gabbaraa lafaa fi nafa keenya har'aan gahanidha.Warra seenaa, duudhaa fi afaan keenya kunuunsee nuun gahedha. Warra kanatu...
Isa kaleessaa qofa miti bar!
Warri kun hanga har'aattiyyuu abidda laboobu gidduu taa'ee Aannan, Dhadhaa, Killee, Xaafii, Qamadii, Buna, Garbuu fi Misira magaalaa sooraa as gahe. Osoo baadiyyaaf magaalaatti sooruu, osoo ija tokkoon ilaaluu ofiif ammoo daddarbame. Kana mara osoo obsuu, osoo gorsuu, osoo dhoksuu nama isa dhaga'ummoo dhabe. Nama garaa isaaf laafu dhabe. Uummata miskiina kana!
Amma gamnaafiin karaarratti bahe. Alagaa mitii,ilmaan inni na jiraachiftiif dhalfatee barsiifatellee baadiyyaaf magaalaatti dhaga'uu didnaan Waaqatti iyyataa jira. Adaraa keessan; paartileen siyaasa Oromoo uummata keessaniif dursa laadhaa. Biyyi uummataan biyya jedhamti. Biyyi nama hin qabne, Gaagura Kanniisa hin qabnedha. Uummata har'aa fi boru bulchitaniif gurra kennaa!
Miidiyaaleen Oromoo fi ogeessonni miidiyaa miidhama fi iyyata uummata keenyaarratti hojjedhaa. Ajandaan uummata caalu matumaa hin jiraatin.
Egaa, ani kanarra waanan jedhu | 263 |
