en
Feedback
QAROO-MAGAZINE

QAROO-MAGAZINE

Open in Telegram

🌟 Qaroo'n argartuudha. 🌏Maddeen Odeeffannoo dhugaa fi amaanamoo ta'an karaa telegram Afaan Oromoon tin argachuuf kunooti channel kenyaa #join gochuun hordofaa. Website➡️ http://WWW.QAROO.ORG 📩 Inbox @QarooMagznBot

Show more
8 984
Subscribers
No data24 hours
-297 days
-11530 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
March '25
March '25
+7
in 0 channels
February '25
+31
in 0 channels
Get PRO
January '25
+50
in 0 channels
Get PRO
December '24
+48
in 0 channels
Get PRO
November '24
+50
in 0 channels
Get PRO
October '24
+76
in 0 channels
Get PRO
September '24
+142
in 1 channels
Get PRO
August '24
+330
in 1 channels
Get PRO
July '24
+51
in 0 channels
Get PRO
June '24
+60
in 0 channels
Get PRO
May '24
+54
in 0 channels
Get PRO
April '24
+32
in 0 channels
Get PRO
March '24
+23
in 2 channels
Get PRO
February '24
+17
in 0 channels
Get PRO
January '24
+25
in 0 channels
Get PRO
December '23
+16
in 0 channels
Get PRO
November '23
+25
in 0 channels
Get PRO
October '23
+82
in 2 channels
Get PRO
September '23
+29
in 0 channels
Get PRO
August '23
+158
in 0 channels
Get PRO
July '23
+142
in 0 channels
Get PRO
June '23
+37
in 0 channels
Get PRO
May '23
+52
in 0 channels
Get PRO
April '23
+25
in 0 channels
Get PRO
March '23
+53
in 0 channels
Get PRO
February '23
+96
in 0 channels
Get PRO
January '23
+466
in 0 channels
Get PRO
December '22
+273
in 0 channels
Get PRO
November '22
+322
in 0 channels
Get PRO
October '22
+536
in 0 channels
Get PRO
September '22
+1 128
in 0 channels
Get PRO
August '22
+465
in 0 channels
Get PRO
July '22
+182
in 0 channels
Get PRO
June '22
+88
in 0 channels
Get PRO
May '22
+291
in 0 channels
Get PRO
April '22
+357
in 0 channels
Get PRO
March '22
+836
in 0 channels
Get PRO
February '22
+534
in 0 channels
Get PRO
January '22
+31
in 0 channels
Get PRO
December '21
+211
in 0 channels
Get PRO
November '21
+1 504
in 0 channels
Get PRO
October '21
+2 494
in 0 channels
Get PRO
September '21
+267
in 0 channels
Get PRO
August '21
+308
in 0 channels
Get PRO
July '21
+788
in 0 channels
Get PRO
June '21
+3 796
in 0 channels
Get PRO
May '21
+1 231
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
14 March0
13 March0
12 March0
11 March+1
10 March+1
09 March0
08 March+1
07 March+1
06 March+1
05 March+1
04 March0
03 March0
02 March+1
01 March0
Channel Posts
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leadi
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches. ⚡️ Place your ad here in three simple steps: 1 Sign up 2 Top up the balance in a convenient way 3 Create your advertising post If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it. Start your promotion journey now!

2
Ramaddiin Yunivarsitii ifoomee. Barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii yuunivarsiitiiwwan mootum
Ramaddiin Yunivarsitii ifoomee. Barattoonni bara 2016 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii yuunivarsiitiiwwan mootummaatti ramadamuuf qabxii darbiinsaa galmeessan yeroo ammaa irraa eegalee karaa liinkii armaan gadiitiin Yunivarsitii itti ramadaman ilaaluu ni danda'u. Ramaddii keessan ilaaluuf👇 Karaa Marsariitii👇 https://result.ethernet.edu.et Bootii Telegiraamii👇 https://t.me/moestudentbot Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa Yuunivarsitii akka #hin_fudhanne ibseera. Yuunivarsitii itti ramadamtan irraa waamicha eeggachuun barnoota keessan itti fufu ni dandeettu jedhameera. @QarooMagazine  
2 182
3
Meet your dream friend ✨ @SweetFriend_Bot
Meet your dream friend ✨ @SweetFriend_Bot
685
4
Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii barattoota bara barnootaa 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii ifoomeera. Haaluma kanaan:- 1.Barattoota dhiiraa Saayinsii Uumamaa fi Haawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 204, 2.Barattoota Shamarranii Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192, 3.Barattoota dhiiraa naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 192, 4.Barattoota Shamarranii naannolee guddattootaa fi naannawaa Horsiisee bulaarraa Saayinsii Uumamaa fi Hawaasummaan qormaata 600 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 186, 5.Barattoota dhiiraa qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 160, 6.Barattoota Shamarranii qaroo dhabeeyyii Saayinsii Hawaasummaan qormaata 500 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 155, 7.Barattoota dhiiraa sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 238, 8.Barattoota Shamarranii sagantaa qophaa’inaa Saayinsii Uumamaan qormaata 700 keessaa fudhataniif qabxiin seensaa 224 ta’uu ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul’isa. Via FBC @QarooMagazine
3 770
5
Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii bara 2017 ifoome
Qabxiin seensa sagantaa fooyyessa dandeettii bara 2017 ifoome
2 740
6
🚨GET VIP SIGNALS FOR FREE🚨 We accept 30 more people without money ✅👇 https://t.me/+N2MBVMe_WG4zMTZi We are giving VIP Tria
🚨GET VIP SIGNALS FOR FREE🚨 We accept 30 more people without money ✅👇 https://t.me/+N2MBVMe_WG4zMTZi We are giving VIP Trial free for those members who are in need.  Join VIP Trial group 👇 https://t.me/+N2MBVMe_WG4zMTZi
222
7
#Waamicha #Yuunivarsitii_Booranaa Guyyaan galmee Fulbaana 25 fi 26/2017 Barattoota haaraafi Rimidiyaala dabartan Fulbaana 23 fi 24/2017 @QarooMagazine
3 720
8
Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 boru eegala - BBO Naannaaoo Oromiyaatti adeemsii baruu fi barsiisuu bara bar
Oromiyaatti adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2017 boru eegala - BBO Naannaaoo Oromiyaatti adeemsii baruu fi barsiisuu bara barnootaa 2017 guyyaa boruu Kibxata, Fulbaana 7, 2017 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa beeksiseera. Manneen Barnootaa kuma 37, 941 ol keessatti Barsiisota kuma 300 oliin barattoota miliiyoona 12 ol simachuun barsiisuuf qophii ta'uu ibsameera. @QarooMagazine
3 060
9
Barnoonni boru eegala! Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti barnoonni idilee bara barnootaa 2017 guyyaa boruu Wiixata Fulbaana 6,
Barnoonni boru eegala! Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti barnoonni idilee bara barnootaa 2017 guyyaa boruu Wiixata Fulbaana 6, 2017 akka eegalu biiroon barnoota magaalicha beeksiseera. @QarooMagazine
2 670
10
Barattoota miiliyoona 10’f Tajaajilli nyaataa ni kennama! Naannoo Oromiyaatti Bara barnoota 2017tti barattoota miiliyoona 10
Barattoota miiliyoona 10’f Tajaajilli nyaataa ni kennama! Naannoo Oromiyaatti Bara barnoota 2017tti barattoota miiliyoona 10 ta’aniif tajaajilli nyaataa kan kennamu ta’uu Biiroon Barnoota naannichaa Beeksise. Bara baajatichaatti manneen barnootaa kuma 20 keessatti barattoonni idileen duraa fi sadarkaa1ffaa miiliyoonni 10.1 fayyadamoo tajaajila nyaataa akka ta’an Hoogganaa Itti Aanaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Obbo Girmaa Bayyisaan ibsaniiru. Manneen barnootaa keessatti bakkeewwan baruuf barsiisuuf hin olleetti hojiillen misooma qonnaa kan hojjetaman ta’uu kaasaniiru. Bara 2016 barattoonni miiliyoona 6.8 fayyadamoo tajaajila nyaataa ta’uu ibseera. #TOI @QarooMagazine
2 479
11
#Mawulida: Guyyaan dhaloota Nabi Muhaammad (s.a.w) waggaa 1499ffaa guyyaa boruu #Mawulida akka kabajamu Manni Murtii Waliigal
#Mawulida: Guyyaan dhaloota Nabi Muhaammad (s.a.w) waggaa 1499ffaa guyyaa boruu #Mawulida akka kabajamu Manni Murtii Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Itoophiyaa beeksise. @QarooMagazine
2 161
12
Himanni irratti banamee jira! Namoota 6 "nageenya Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa balaaf saaxiluuf socho'an" jedhaman irratti+1
Himanni irratti banamee jira! Namoota 6 "nageenya Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa balaaf saaxiluuf socho'an" jedhaman irratti dhaddacha dabaree mana murtii Federaalaa Olaana Lidataatti himannaan banameera. Himannaan Ministeera Haqaa dhimmoota gurmaa'anii fi daangaa ce'anii maal jedha? - Yakka xiyyaara dogoggoraan qabachuu, - Yakka hojjataan mootummaa tokko hojii isaa akka hin raawwanneef mormuu fi ajajamuu diduu jedhuun himatamaniiru. Dabalataan himatamaa 1ffaa Joohaannis Daani'eel qofa irratti "Yakka maqaa daandii xiyyaaraa balleessuuf Viidiyoo sochii karaa sirna kompiitaraan raabseera" jechuun himatameera. Himatamtoonni himannaan iratti baname: - Yohaannis Daani'eel - Amaanu'eel Mawuchaa, - Naataanaa'eel Wandosan, - Eliyaas Dirribaa, - Yididiyaa Natsannat fi Illeenii Kinfaati. @QarooMagazine
2 535
13
#Irreecha Dirree Araaraa, Galataafi Ulfinaa! Irreechi dirree araaraa, galataa, nagaafi ulfinaa yoo ta'u, faajjii tokkummaafi+2
#Irreecha Dirree Araaraa, Galataafi Ulfinaa! Irreechi dirree araaraa, galataa, nagaafi ulfinaa yoo ta'u, faajjii tokkummaafi obbolummaa dagaagsudha. Irreechi tokkummaa Oromoo cimsuu cinaatti, tokkummaa sabaafi saba-lammoota waliin qabnu cimsuu keessaatti shoora olaanaa qaba. Kanaaf faajjii tokkummaafi obbolummaa kan ta'e miidhaksuun hawwattummaa isaa daraan dabaluun ga'ee keenya waan ta'eef Irreechaa bara kanaa kan baroota darbanii caala miidhaksuun karaa aadaafi duudhaa isaa eeggateen akka kabajamu gochuuf gama hundaan qooda keenya ba'uu qabna jedhameera. (Komunikeeshinii oromiyaa) @QarooMagazine
2 171
14
Namoonni ilaalchuu isin rakkisee, comment jalaati registration number keessan barreessaa. Team @QarooMagazine ✅ isin gargaaruuf qophii dha
140
15
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https:
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. @QarooMagazine ✅
7 422
16
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Iti
Karaan ittiin bu'aa qormaata kutaa 12ffaa ilaalan ifoomeera Bara barnootaa 2016 bu’aa Xumura mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Itiyoophiyaa (kutaa 12) ilaaluuf hidhi ifoomeera. Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2016 bu’aa isaanii karaa filannoowwan armaan gadiititiin sa’aatii 6:00 irraa eegalee ilaaluu ni danda’u. Haaluma kanaan 1. Poortaala: https://result.eaes.et 2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata. @QarooMagazine ✅
3 054
17
#Dabalata Ministeera Barnootaa, "Bara Naannoleen hundu barattoota bara duraa dabarsan caala dabarsanii jiru" jedhan. "Dhibbee
#Dabalata Ministeera Barnootaa, "Bara Naannoleen hundu barattoota bara duraa dabarsan caala dabarsanii jiru" jedhan. "Dhibbeentaa fi lakkoofsa qabatamaatiin kan bara duraa ni caala" jedhameera. Lakkoofsi qabatamaan gadi aanaa ta'e naannoo Amaaraati jedhan. Naannichatti sababa nageenyaan lakkoofsi barattoota qoratamanii walakkaa gadi waan ta'eef jedhame. Haa ta'u malee, barattoonni dhibbeentaa 6.65 qormaata kana darbaniiru. Bara duraa irraa bara kana dhibbeentaa 4.1 Caalee argameera. @QarooMagazine ✅
2 461
18
Remediyaalii (barnoonni sirreeffamaa) bara kanas ni jiraata. "Bara darbe kenninee jirra. Bara kanas hamma barataa xiqqeessunn
Remediyaalii (barnoonni sirreeffamaa) bara kanas ni jiraata. "Bara darbe kenninee jirra. Bara kanas hamma barataa xiqqeessunn barnoonni sirreeffama ni keennama. Sagantaan sirreeffamaa suuta suutaan hir'ata dhufa" jedhan Prof. Birhaanu Naggaa. @QarooMagazine ✅
2 174
19
#kutaa_12ffaa Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qab
#kutaa_12ffaa Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera: 📌 Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa har’aa halkan sa’a 6tti gadhiifama. 📌 Galmee bara kana irratti fooyya’iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaa’an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu ta’u, bara kana fooyya’iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame. 📌 Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe 📌 Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyya’aan qoruu irratti ni hojjetama. 📌 Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera. 📌 Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaa’e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaa’eera. 📌 Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u, qabxii guddaan 675/700 galmaa’eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru. 📌 Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine. @QarooMagazine ✅
2 504
20
Daballiin miindaa jedhame Fulbaana tokko irraa eegalee hojii irra akka oolu beekamee jira. Odeeffennoo beeksisa wayitawaa guy+2
Daballiin miindaa jedhame Fulbaana tokko irraa eegalee hojii irra akka oolu beekamee jira. Odeeffennoo beeksisa wayitawaa guyyaa guyyan bahu argachuuf @QarooMagazine
3 652