en
Feedback
Walabuma Media Network

Walabuma Media Network

Open in Telegram
2 887
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
May '24
May '24
+3
in 0 channels
April '24
+7
in 0 channels
Get PRO
March '24
+23
in 0 channels
Get PRO
February '24
+25
in 0 channels
Get PRO
January '24
+38
in 0 channels
Get PRO
December '23
+13
in 0 channels
Get PRO
November '23
+12
in 0 channels
Get PRO
October '23
+9
in 0 channels
Get PRO
September '23
+4
in 0 channels
Get PRO
August '23
+14
in 0 channels
Get PRO
July '23
+17
in 0 channels
Get PRO
June '23
+16
in 0 channels
Get PRO
May '23
+19
in 0 channels
Get PRO
April '23
+20
in 0 channels
Get PRO
March '23
+8
in 0 channels
Get PRO
February '23
+35
in 0 channels
Get PRO
January '23
+49
in 0 channels
Get PRO
December '22
+113
in 0 channels
Get PRO
November '22
+53
in 0 channels
Get PRO
October '22
+50
in 0 channels
Get PRO
September '22
+79
in 0 channels
Get PRO
August '22
+114
in 0 channels
Get PRO
July '22
+881
in 0 channels
Get PRO
June '22
+434
in 0 channels
Get PRO
May '22
+117
in 0 channels
Get PRO
April '22
+201
in 0 channels
Get PRO
March '22
+98
in 0 channels
Get PRO
February '22
+37
in 0 channels
Get PRO
January '22
+205
in 0 channels
Get PRO
December '21
+291
in 0 channels
Get PRO
November '21
+339
in 0 channels
Get PRO
October '21
+115
in 0 channels
Get PRO
September '21
+190
in 0 channels
Get PRO
August '21
+319
in 0 channels
Get PRO
July '21
+242
in 0 channels
Get PRO
June '21
+630
in 0 channels
Get PRO
May '21
+458
in 0 channels
Get PRO
April '21
+131
in 0 channels
Get PRO
March '21
+1 983
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
28 May0
27 May0
26 May0
25 May0
24 May0
23 May0
22 May0
21 May0
20 May0
19 May0
18 May0
17 May+1
16 May0
15 May0
14 May0
13 May0
12 May0
11 May0
10 May0
09 May0
08 May+2
07 May0
06 May0
05 May0
04 May0
03 May0
02 May0
01 May0
Channel Posts
Oduu: Waliigaltee #Itoophiyaa fi #Somaalilaand hordofee wal-gaarreeffannaa Gaanfa Afrikaatti mul'achaa jiru akka tasgabbaa'u #Ameerikaan waamicha taasifte Waliigaltee “seena qabeessa” Itoophiyaafi Somaaliilaand gidduutti mallatteefame hordofuun wal gaarreeffannaa Gaanfa Afrikaatti umamuu danda’u akka qabanaa’uu Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa gaafateera. Dubbi-himaan ministeerichaa Maatiw Millar ibsa Roobii miidiyaaf laateen, gabaasni Gaanfa Afrikaatii bahaa jiru Ameerikaa kan yaaddeessu ta’uu himeera. “Nuti [Ameerikaa] waahillan birootti dabalamuun waldhabdee Gaanfa Afrikaatti dabalaa jiru kun guddaa kan nu yaaddeessu ta’uu ibsina,” ibsichatu jedhe. Dubbi-himaan kuni waliigalteen Itoophiyaafi Somaaliilaand kuni fudhatama qabamoo hin qabu kan jedhu ifatti osoo hin deebisin “qaamoleen dhimmichi ilaallatu marii nageenyaa akka gaggeessan waamicha taasifna” jedheera. Gabaasa https://www.facebook.com/100077394851493/posts/390811750175317/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

2
Jawaar Mohammed Waa'ee laptop obbo lammaa magarsaaf kenne irratti maal jedhe? https://vm.tiktok.com/ZM6yTrans/
1 575
3
#Follow gochuun hordofaa akkasuma guutuu vedio kanas asi jalaa argattu. https://vm.tiktok.com/ZM6yTrans/
#Follow gochuun hordofaa akkasuma guutuu vedio kanas asi jalaa argattu. https://vm.tiktok.com/ZM6yTrans/
1 327
4
Jawaar Mohammed yeroo dheertuu boods har'a gaafii deebii godhe jira. Maal jedhe itti dhihaadha. https://vm.tiktok.com/ZM6yTmAqw/
1 061
5
Oduu gammachiisaa Daqiiqaa 30 boodaa
1 105
6
No text...
825
7
Uummata Oromoo miidhama ulfaata sababa lola Oromiyaan isa mudataa jiru jalaa oolchuuf, gareen wal waraanan lameen karaa dhugaa ta'een araaramaanii nagaa buusuu qabu jedhe Waldaan Maccaa fi Tuulamaa. Rakkoo Uummanni Oromoo keessa jiruuf falli waraana dhaabanii araara buusuudha kan jedhu Waldaan kun, hammam Nagaa fi Araarri murteessa ta’uu Aangawoonni Mootummaa olaanoon illee irra deddeebiin dubbataa turanis, hojiin mul’isuu hin dandeenye jedhe. Haguma dhimmi araaraa bubbuleen Lubbuun namaa fi qabeenyi manca'aa jiraachuu yaadachiisuun, gareen wal waraanan lameen badii ummata irra gahaa jiru kana hubatanii, lola deemaa jirutti xumura akka godhaniif waamicha dhiyeesse. “Dhimmichi dhimma garee lameeniti jedhanii callisaan ilaaluu hin ta’u” kan jedhu Waldaan Maccaa fi Tuulamaa, yoo gareeleen lameen araara didan, ummanni Oromoo, hayyoonnii fi hawaasni addunyaa dubbicha ilaalee, karaa nagaan argamu akka falatuuf dhaame. Waldaan Maccaa fi Tuulamaa rakkoo nageenyaa Oromiyaa ilaalchisuun ibsa baaseen, lola Oromiyaa waggootaaf walitti fufiinsaan geggeeffamaa jiruun miidhaan ulfaataan Uummata mudataa jiraachuu ibse. Roorroo fi rakkoo gama dinagdee, siyaasaa fi hawaasummaatiin uummata irra ga'aa turee fi jiru, uummata gargaaree hiikuun kaayyoo waldichaa isa duraati kan jedhu ibsi kun, biyyi keenya yeroo ammaa waraanaan nagaa dhabdeetti, uummanni keenyas beelaa fi dhibeen midhamaa jira, haalli mul’atu yaaddessaa dha jedhe. Seeraan ala nama hidhuu, ukkaamsuu fi miliqsuun, akkasumas reebichii fi ajieechaan dhufaa darbaa mootummoota Itoophiyaatiin raawwatamu kan baratame ta'ullee, addatti waggoota afurii asitti Oromiyaa keessatti haalli kun hammaatee itti fufuu, namni ukkamfamaa, hidhamaa, reebamaa, fi ajjeefamaa jiraachuu ibse. Dubartootni ulfaallee manni irratti gubatee haati fi ilmoon bakkeetti hafaa jiru, ï»żï»żMannii fi qabeenyi Ummataa saamamaa fi manca’aa jira, bakka bakkatti manneen barnootaa cufamanii daa’imman barnootaan ala ta’aa jiru jedhe. ï»żï»żOromiyaa keessa nagaan hin jiru, Nagaa malee immoo jireenyi hin jiru kan jedhu Waldaan Maccaa fi Tuulamaa, Uummata nagaa dhabuun jireenya dadhabsiise, beellii fi dhibeen adda addaa kanneen akka Busaa fi Koleeraa itti dabalamuun fixaa jiraachuu yaadachiise. Humni namaa silaa hojjetee biyya misoomsu, kaan waraanaan, kaan beelaan, kaan immoo dhibee waraanni, beelli fi caamsaan fideen dhumaa jiru jedhe. Isaan sababa kanaan qabeenyi duraa barbadaahee, jireenyi isaanii manca'ee, qe’ee ofiirraa buqqa’anii dirreerra faca’anis danuu tahuu yaadachiisuun, Oromoon waliif rifachuu qaba jedhe. Miidhama uummata Oromoo mudataa jiruuf bu’uurri ijoon wal-waraansa Oromiyaa keessatti deemaa jiru tahuu kan akeeku ibsi Waldaa Maccaa fi Tuulamaa, falli jiru waraana dhaabanii araara buusuu tahuu hubachiisa. Rakkoo Oromiyaaf nagaa fi araarri murteessa ta’uu Pirezidaantii biyyattii, Ministira Muummee fi Pirezedaantii Oromiyaa dabalatee, Aangawooti olaanoo biyyattiillee waan irra deddeebiin dubbataa turanidha, haata’u malee dubbii afaaniirra darbee nagaa barbaadamu hojiin mul’isuun hin dandaa’amne kan jedhu waldaan kun, Haguma dhimmi araaraa bubbuluun, lubbuun namaa fi qabeenyi manca' aa jiraachuu yaadachiise. Miidhama ulfaata sababa lola Oromiyaan uummata mudataa jiru hambisuuf, gareen wal waraanan lameen karaa dhugaa ta'een araaramaanii nagaa buusuu akka qaban gaafateera. Haata’u malee dhimmicha dhimma garee lameenii qofa godhanii callisaan ilaaluun hin barbaachisu jedhe. Yoo gareeleen lameen araara didan, ummanni Oromoo, hayyoonnii fi hawaasni addunyaa dubbicha ilaalee, karaa nagaan argamu faluu akka qabuuf gaafate. Kana malees Ummanni Oromoo buqqaatii, du' aa fi gadadoo barmaatilee godhachuu akka hin qabne dhaamuun, yeroo gosti isaa, lammiin isaa miidhamu walii rifachuu fi wal gargaaruun akka barbaachisu waamicha godheera.
740
8
+1
No text...
532
9
"Godina Shawaa Lixaa aanaa Ilfataa ganda Hidhabuu Sandii keessatti Onkololeessa 17, 2023 ganama naannoo sa’aatii 2tti maatiin kun osoo buna dhugaa jiranuu waraanni mootummaa itti seenee manaa gad yaase. Sababa gara qe’ee warra kanaatti imaleefis maalif akka isaan barbaades nutti hin himne jedhu maatiin kunneen. Manaa gadi gaafa nu yaasan tarii qorannoodhumaaf nu barbaadu jennee gadi yaanef jedhan. Achumatti namoota shan bakka tokkotti rasaasaan fixe jedhu. Nama lama immoo madeesse jedhan. Gochaan waraanni mootummaa uummata nagaa irratti raawwate gar jabinaan kan guutame akka ta’e himu maatiin. Warra ajjeefaman keessaa abbaa fi ilmi keessatti argamu. Irra caalaan namoota ajjeefamanii umriin waggaa 50 olii yoo ta’an hanga 10 warra qabantu jiru. Haati buleettiin tun manguddoo waggaa 50ti. Gochaa garjabinaa kanaan abbaa warraa fi ilma ishee dhabde. “Gaafan maaloo na jalaa hin ajjeesin jedhee watwataa ture anas qawwee mudhiirra na dhaabee sin ajjeesa jedhee natti dhaadataa ture” jetti. Booda reeffa namoota dhumanii kaafnee manatti gaaf galchinu sagal nutti deddeebi’anii du’uuf jiraachuu isaanii mirkaneefachaa turan jetti. Miseensonni waraana mootummaa bakkanatti gochaa gara jabinaa hamaa raawwatan battala rasaasni jalaa dhumetti illee nama uleedhaan reebanii ajjeesuu himu maatiin. Maatiin miidhamtootaa reeffa isaanii awwaallachuufis dhorkamnee turre jedhu. Gochi gara jabinaa hidhattoota mootummaa qe’ee tana godaannisa hamaa itti dhiisee darbe kun naannichatti rifaatuu guddaa uume. Waajjirri dhimmoota kominikeeshinii aanaa Ilfataa ajjeechaawwan kan ilaalchisee yaada karaa miidiyaa hawaasaa maxxanseen mootummaan olaantummaa seeraa kabajchiisaa jira. Namni nagaa ajjeefame kan jedhu oduu sobaati jechuun haalee ture. Sababa gochaa gar jabinaa waraanni mootummaa raawwate kanaa ijoolleen kikichuun waggaa kudhanii gadii dabalatee warri of hin dandeenya kurnaniin lakkaawaman warra Abbaa isaanii malee hafanii jiru. "
648
10
Ummanni oromoo saba Amaara kanneen finxaaleyyii waliin hiriirani jiranif of eeggannoo fi dhaamsa dabarsani jiraniif dhaggeeffadhaa Share godhaa. 👇👇👇 https://vm.tiktok.com/ZMjQ8M4U6/
1 304
11
Warra umurii isaanii guutuu mirga Oromoof, dhugaa Oromoof jecha aarsaa meeqa kaffalaa turanii fi kaffalaa jiran kanneen mana
Warra umurii isaanii guutuu mirga Oromoof, dhugaa Oromoof jecha aarsaa meeqa kaffalaa turanii fi kaffalaa jiran kanneen mana hidhaatti uguranii YouTuberii tokko (Abbaan Gingilchaa) Hoteela abbaa Urjii 4 qabaniifii, Bodyguard'dhaan eegsisaa kabaja guddaadhaan Irreecha yoo irreefachiisan argeen baay'ee na aarse, baay'ee nadhibe. Jarri kun Osoo haal duree mootummaan kaa'e fudhatan akkuma nama hundaa bor ganama hidhaa irraa ni bahu. Bahuu qofa miti suufii babbareedaa uffatanii, eegduun ramadameefii socho'uu danda'u ture. Isaan garuu waadaa saba keenyaaf galle hin haallu jechuun maatii isaanii dirree irratti facaasanii mana hidhaa filatan. Warra "Dhugaa ummata keenyaa hin nyaannu" jedhee aarsaa kaffalaa jiru kanneen dagannee warra waan mootummaan jedhe fudhatee jala fiigaa jiruuf harka rukkutuu maaliif akka filanne nadhiba.
664
12
#Waraana Yeroon Hamaas jiraattonni magaalaa Ashqalon magaalattii gadhiisuun akka ba'an akeekkachiiste ga'aa jira. Gareen hidhattoota Falasxiin haleellaa Israa’el Gaazaa irratti  raawwatteef deebii jabaa kennuuf jirattonni magaala Ashaqaloon gadhiisanii akka ba'an akeekkachiiftee kan turte yommuu ta'u yeroon isaa ga'eera. Ashqooliin alattis bilbilli akeekkachiisaa Beersheva fi Tel Aviv keessatti dhaga'amaa akka jiru himama. Haleellaa qilleensaa Israa'el Gaazaa fi naannawa ishee irratti taassisteen lubbuun namoota qulqulluu hedduun badee jira. Waldhabdee Hamaas fi Israa’el gidduutti Dilbata darbe eegale keessatti lakkoofsi namoota du’anii garee lameen irraa 1,750 ol gaheera.
992
13
Follow gochuun hordofaa. https://www.facebook.com/100071117835489/posts/363903902656868/?mibextid=Ew1nDRTySroIIJQ7
687
14
Guyyaa Har'a Seenaan galmaa'e jira. Shiftoota Faannoo Aanaa Fantaalle iddoo Qorkee jedhamtu dhunfatani waggoota dheeraaf turan guyyaa har'a guutumatti buqqifamani jiru. https://www.facebook.com/sona.oromia.1422/videos/1283714662518056/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
812
15
https://www.tiktok.com/@maamesabaa1/video/7252441577585380613?_r=1&u_code=e2j6ikdk2b8ibl&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=e6lkfdjeflg458&share_item_id=7252441577585380613&source=h5_m&timestamp=1688594654&user_id=7118724294649349125&sec_user_id=MS4wLjABAAAAGvaqSJh7vuOoKkr9ordC21kE5q0QbJzL9QLXS5_4MzmxE7jqpzjQWPy_BhwjbBnT&social_share_type=0&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7250679095724476166&share_link_id=b9d0ed3c-3d55-48cc-a839-a249a456908d&share_app_id=1233&ugbiz_name=Main&ug_btm=b8727%2Cb2878
773
16
https://www.tiktok.com/@maamesabaa1/video/7252411767274360069?_r=1&u_code=e2j6ikdk2b8ibl&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=e6lkfdjeflg458&share_item_id=7252411767274360069&source=h5_m&timestamp=1688594602&user_id=7118724294649349125&sec_user_id=MS4wLjABAAAAGvaqSJh7vuOoKkr9ordC21kE5q0QbJzL9QLXS5_4MzmxE7jqpzjQWPy_BhwjbBnT&social_share_type=0&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7250679095724476166&share_link_id=f75d01b0-4379-4969-b047-07402750acfa&share_app_id=1233&ugbiz_name=Main&ug_btm=b8727%2Cb2878
546
17
https://www.tiktok.com/@maamesabaa1/video/7252448140215782662?_r=1&u_code=e2j6ikdk2b8ibl&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=e6lkfdjeflg458&share_item_id=7252448140215782662&source=h5_m&timestamp=1688594372&user_id=7118724294649349125&sec_user_id=MS4wLjABAAAAGvaqSJh7vuOoKkr9ordC21kE5q0QbJzL9QLXS5_4MzmxE7jqpzjQWPy_BhwjbBnT&social_share_type=0&utm_source=telegram&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7250679095724476166&share_link_id=cf46e931-f9e7-4caa-9462-5be7dd468e7f&share_app_id=1233&ugbiz_name=Main&ug_btm=b8727%2Cb2878
544
18
Haasaa ajajaaan waliigalaa Jaal Marroon kanaan dura dubbate keessa muraasa. ============================ ☞Uummanni Oromoo fal
Haasaa ajajaaan waliigalaa Jaal Marroon kanaan dura dubbate keessa muraasa. ============================ ☞Uummanni Oromoo falmachaa jira malee qaaniirra hin jiru. Falmiitti jirra malee salphannee hin jirru. ☞ABO-WBOn araaraan gowwomfamee Qabsoo Oromoo hin sharafu. ☞Nuti warra marsu malee warra marfamu miti. ☞Nuti dhaloota didedha. Kan dinne ammoo nagaa miti roorroodha. ☞WBOn, waraana dhoqqee keessaa ba'ee warqee mormaa ta’edha. ☞Dhiigas dhangalaanu, lafees itti cabnu, lubbuus itti baanu, bilisummaa keenya ni arganna. ☞ABO-WBOn, balbala alagaa araaraaf tokko tokkoon hin rukunne. Kadhaa araaraaf ganda namaa hin dhaqne. Nutu araaraaf kadhatame. ☞Nuti hiikkachuu kan beeknu, ofirraa otuu hin taane diina irraati. ☞Oromiyaan kan ilmaan Oromooti, Ilmaan isheen ni bilisoomti. ☞Shimeefaan ammas obsa isiniif haa baay’isu. ☞Warra Iji Isaan Dhukubuuf Homaa Isaanif Goonu Hin Qabnu" Ilaalatuma Haa Sukkummatan Malee. https://www.facebook.com/100071117835489/posts/306217295092196/?mibextid=R1qvczR0htUL5aAJ
984
19
+1
No text...
1 071
20
Mariin WBO fi PP Waliin gaggeeffamaa jiru akkuma itti fufetti jira. Marii kun yeroo gabaabaa keessatti raawwachuu baatus fuldurri gaariidha. Hawwiin ummata keenya hundaa walii galuu akka ta'e hubanne jirra. WBOn Nagaa buusuuf yeruma hunda Karri isaa banaadha. Nagaan kan waaqati waraanni kan seexanati. Hanga Mariin kun dhumatu obsaan eeguun barbaachisaadha. https://www.facebook.com/100071117835489/posts/281318337582092/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
783