cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dr mohammed Ibrahim

Fayyaan ummata keenyaaf!

Show more
Finland1 155The language is not specifiedMedicine3 654
Advertising posts
5 974
Subscribers
+224 hours
+97 days
-1430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Qalbii nama cabsa! Maqaan koo Asiiya jamaalin jedhama, Kan dhaladhe Godina Arsii bahaa Aanaa shanan Koluuti, Ani maatii koof ilmoo Hangafati, Haatii koo Ana deessee umriin koo yeroo waggaa 12 gahu dahuumsarratti gara fuula Rabbii deemte, ani yeroo sana barattuu kutaa 7ffaa ture, anis du'a haadha koo booda barnoota addan kutee obboloota koo guddisuuf oliif gad jechun jalqabe, Abban koos bakka haadhaaf Abbas bu'ee nu guddisuu itti fufus, ana gargaarsa naa gochuun dirqama ta'a, anaa malee obbolloota dhiira 3 fi dubara 1 qabna, anaa waalin nama 5 jechuudhaa. Osoo jireenyan qabsoo waal qaba jirru haatii koo dutee waggaa 5 gaafa guutu Abbaan koos dhukkubsate miilli isaa tokko irra cite. Isa duraa caalaa jireenyan Afaan walwallaalle, jirenyii nutti cime,obboleettiin haadha tiyyaa; biyya Saudia Arabia jirtuu tokko; akkan biyya arabaa deemuu naa gorsite, Anis tole jedheen DEEGGARSA isii irra argadheen gara biyya arabaa deeme, Akka lakkoofsa biyyaa Ethiopiyaatti 2007 gara biyya Qatar deeme, Alhamdulillaah Jireenyii biyyaa isa biyyaa caalaa bitaa natti galus ammas irra deebi'en Alhamdulillah jedha. Biyya ormaa dhaqee waggaa lamaa 2 booda Abbaa koof miila isaa dhaabsiiseef, gaafan Waggaa sadin 3 koo fiixuu Suuqii baaneef, Haadha warras akka fuudhu godhe, abbaa koof obbolloota koo jireenya haarawaa jalqabsiise, Niitiin😔Abba kootii haadha koon firummaa qabdi, seenaa haadha koos heddu beekti, heddu jaalattis, maatii koos hedduu jaalatti, kunuu Anaaf boqqonna tokko Alhamdulillah. Waggoota muraasa booda akka ani waa ijaaraadhu naa dirqamsiisuu jaalqaban, anis tolee jedheen waan hojjadhe walitti qabee itti ergee bara 2010 magaalaa Adamaatii lafa xiiqqoo mana xiqqa tokko of irra qabdu naf bitan, Abbaan koo horii fi lafaa gurguree irratti naaf dabalee naf bite, achiin booda mana baareedaa irratti ijaaruu jaaqabe. Waggaa 5 booda xumurree amma reefuu ji'aa 5 kiiresseen ture, Kiraan isaa ji'aan birrii 15000, anis hedduu gammadee bara kan galuuf karoora baasee ture. Amma wanta ani hin yaadintuu ta'e manni koo gafaa Adolessa 1/2024 Qaama seeratiin narra diigame. Falli koo maali jetti obboleettiin teenya ? 😭😭😭😭😭 Asiya Jamaal
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Galatoomaa! Gama facebook kiyya follower 100000 gaheen jira
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Fayyadama
Show all...
WAnta launch godha irraa fayyadamne
Show all...
https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId359921314 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 +2k Coins as a first-time gift 🔥 +25k Coins if you have Telegram Premium
Show all...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId359921314 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 +2k Coins as a first-time gift 🔥 +25k Coins if you have Telegram Premium
Show all...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.