cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Milkaa'ina jireenyaa✍

YAALII DADHABI MALEE YAALUU HIN DADHABIN! ✓GORSA BAREEDDUU JIREENYA KEESSAN JIJJIIRTU GUYYAA GUYYAAN ISINIIF LAATNA! NU HORDOFAA Channel dabalataa:👉 @GOLA_JAALALLEEWWANII_2nd Facebook: yaadaaf: @MilkiiMilkaainaa_bot

Show more
Finland221The language is not specifiedPsychology986
Advertising posts
20 403Subscribers
No data24 hours
+527 days
+44430 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

WAL-NYAACHUU IRRA WALIIN NYAACHUU WAYYA! "...IJOOLLEEN GARUU WAAN AJAA'IBAA HOJJATAN..." ▬▬▬▬▬▬▬▬ Seenichi akkas ture,... ❏ Antirooppooloojistii tokkotu ijoollee Afrikaa gosa/saba garaa garaa keessaa dhufaniif tapha (game) tokko dhiyeesse. Guuboo/qiriccoo tokko keessa burtukaana mi'aawaa muraasa kaa'ee muka tokko bira godhe. ❏ Ijoolleen Afrikaa sunis meetira 100 akka irraa fagaatan godhee akkas jedheen, "...namni ariitiidhaan fiigee dursee asi gahe burtukaana mi'aawaa kana guutummaa isaa fudhata..." jedheen. ❏ Ergasii, "..qophooftanii?... 1-2-3" jedhee dorgommicha jalqabsiise. Ijoolleen sun garuu waan ajaa'ibaa tokko hojjatan,... akkuma inni dorgommicha jalqabsiisuuf lakkoofsa xumureen, isaan garuu harka walqabatanii gara burtukaana mi'aawaa badhaasaaf isaaniif qophaayeetti fiigan! ❏ Ergasii walumaan bira gahanii burtukaanicha gargar kukkutanii qoqqoodatanii WALIIN nyaatan, waliin gammadan. ❏ Antirooppooloojistichis gocha isaanii kana dinqisiifatee, "...maaliif akkas gootan?..." jedhee isaan gaafate. ❏ Isaanis, 'UBUUNTUU' jedhanii deebisaniif. "Maal jechuudha?, jedhee gaafannaan, "...namni baay'een kana dhabee osoo gadduu namni tokko dursee fudhatee akkamitti qofaa isaa gammaduu danda'a..." jedhanii deebisaniif. ➛ "Ubuuntuu" jechuun afaan isaaniitiin (lammiilee Afrikaa Kibbaatiin) "Ani Kan Jiru Nuti Waan Jirruufidha" akka jechuuti. Kun seenaa gabaabaa ergaa guddaa qabuudha. ➛ Waliif yaaduu, ➛ waliin jiraachuu, ➛ waliin gammaduun barbaachisaa fi murteessaa akka ta'e barsiisa! Kanaafuu, Ergaan kiyya: ⁃ Wal-nyaachuu irra waliin nyaachuu wayya! ⁃ Wal-diiguu irra wal-ijaaruu wayya! ⁃ Wal-qancarsuurra wal-qarqaaruu wayya! ⁃ Wal-garboomsuurra wal-gargaaruu wayya! ⁃ Wal-butuchuurra waliin bulchuu wayya! ⁃ Wal-maraachuurra waliin mari'achuu wayya! ⁃ Wal-abaaruurra wal-eebbisuu wayya! #Ergaan kun dhaloota keenya kanaaf ergaa guddaa qaba jedheen amana! ➦ Gαℓαтσσмαα sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ @milkaainajireenyaa 🔺ᴊᴏɪɴ🔺
Show all...
👍 11 2
Show all...
☆𝐉𝐎𝐈𝐍☆
☆𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐓𝐄𝐋𝐄𝐆𝐈𝐑𝐀𝐌 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋☆
☆𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥☆
✦𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧✦
🆕 Dhaabbanni hulepay haga April 27 tti gatii affeerraa nama tokkoof qarshii 1 ture, gara qarshii 3tti ol guddiseera. Kunoo linkii gadiin seenuun namoota affeeraa qarshii danuu hojjedhaa!👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii sadi kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Show all...
Repost from ABDII SABAA
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
Show all...
4👍 2
Kitaabolee argachuuf....
Kitaaba Xiinsammuu....
Kitaaba Asoosamaa....
Kitaaba Seenaafi Falasamaa....
Barreeffamoota barsiisoofi oonnachiisoo....
Walaloo argachuuf....
Booka Beekumsaa👍
GALATOOMAA!👏
Hamileen gariin qileeedha ❤️ Fuudhaaf heeruma jechuun, tiksituu qaamaati, too'attuu ijaati, Utubduu manaati, ijaartuu jiruuti, mi'eessituu dhandhama hundaati, Bohaarsituu Udumeeti, fageessituu rakkinaati, Garuu baay'inaan bultiin amma ijaaramtu haga bultii muraasaa qofa tolti, Hicciitii waan kanaa Namaa galuu baatus hamma ta'e inuma beekama. Dubartii fira firoomsitu, dalagaa gaarii si dalaysiiftu, ta akkasii Namni argate Wallakkaa Amantii isaa guuttattee jirta. Hiree walii walitti hin booressinaa wal qabadhaa wal jaaladhaa wal aanfadhaa wal aarfadhaa wal fuunfadhaa waan cufa waliif ta'aa, wal hin dararinaa walitti hin dukkaneessinaa waliif IFAA Hiree fii hamileee ta duubni daaraatii mitii ta duubni durummaa isinii haa taatu .! 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
Show all...
👍 8🥰 2 1
Show all...
👍 3
☆𝐉𝐎𝐈𝐍☆
☆𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐓𝐄𝐋𝐄𝐆𝐈𝐑𝐀𝐌 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋☆
☆𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥☆
✦𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧✦
Show all...
👍 2
☆𝐉𝐎𝐈𝐍☆
☆𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐓𝐄𝐋𝐄𝐆𝐈𝐑𝐀𝐌 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋☆
☆𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥☆
✦𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧✦
👉 jechoota kana hubadhu👈 👉uffata kee caala onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. Onneen takka xurooftu hin miicamtu waan ta'eef. 👉wanti nama bareechu(miidhagsu) bareedina fuulaa ykn uffata qaalii osoo hin taane Amala, eenyummaa fi maalummaa keessoo namaati. 👉bareedina nama tokko gubbamarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu ni Malta. Garuu hubadhu! Kan waliin jiraattuu haalaaf Amala malee fuulaa miti. 👇👇👇👇👇join👇👇👇 @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa
Show all...
20👍 9
📌 Logo 📌 Cover book 📔 📌 flyer 📌 Banner 📌 Pamphlet 📌 YouTube thumbnail 📌 Facebook Profile & Cover 📌 Business & Thank you Card 📌 Others... Graphics Haala isin feetaniin isiniif qopheessina. Asiin Na qunnamaa 👇 @fileembar1 @fileembar1
Show all...
👍 6