cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Milkaa'ina jireenyaa✍

YAALII DADHABI MALEE YAALUU HIN DADHABIN! ✓GORSA BAREEDDUU JIREENYA KEESSAN JIJJIIRTU GUYYAA GUYYAAN ISINIIF LAATNA! NU HORDOFAA Channel dabalataa:👉 @GOLA_JAALALLEEWWANII_2nd Facebook: yaadaaf: @MilkiiMilkaainaa_bot

Show more
Finland227The language is not specifiedPsychology963
Advertising posts
20 486
Subscribers
+824 hours
+267 days
+28130 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
2300Loading...
02
Namni nuti irra caaluuf carraaquu qabnu nu isa kaleessaati. Mudannoo, dogoggoraafi balleessawwaan keenya kaleessaa irraa barannee sammuu keenyaafis dhiifama gochuun haala, ilaalchaa fi amala keenya fooyyessuun gaariidha. Kaleessa irraa baratama malee; kaleessa keessa hin jiraatamu! Kaleessa ofiirraa baratanii jireenya ofii gara fuulduraa bareeffachuun immoo gamnummaadha. Mudannoowwan irraa barachuun immoo gara argannoo haaraatti nama geessa. Akka of argannu nu taasisas. Akkasumas daandii jireenya haaraa, jireenya isa boqonnaafi aara galfiin guutamettis nu geessuu danda'a!
9872Loading...
03
Namni haqaatiis beekkamaadha Namni dharaatiis beekkamadha Kan nama rakkaa jiru ammoo nama hogguu laaltu nama gaarii keessi isaa ammoo summii baadhatee deemu, Weyta haasawu arraba nama dhugaa dubbatuutiin haasawa isaa bareecha, immoo keessi isaa hamtuun inni baadhatee deemu silaa gaara gubbaa kaayani gaarri addaan dhoohee faca'a RABBIIN keessaa fi gubbaa keenya nuhaa bareechu.
1 3291Loading...
04
"Amba dadhaban jedhe namichi ka isaa dadhaban" Mammaaksa
1 7830Loading...
05
Jireenya keessatti namoota hunda jaalachuun aarsaa tokko maleedha, sababniis waan jaalachuu qabduuf jaalatta akkasuma sababa malees akkasumatti waan isaan qabduuf jaalatta waan ta'eefi. Waa'ee isaanii baruufis ta'ee keessatti qooda fudhachuun itti gaafatamummaa qabaachuu hin dandeessu. Immoo nama tokko kan jireenya keetitti dabalamee, dabaltee atis kan isaatti dabalamtee si dabalatee waliin jiraatuu feetu tokkoof aarsaa guddaa kanfalta, akkasumaas sababoota hedduu waliin jaallata. Waa'ee isaatirrattis qooda qabaachuu fi itti gaafatamummaa mataa keetii fi isaas ni qabaatta. ✍S.U 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
2 2234Loading...
06
.... garaankee nyaata dhabee akka hin beelofneef, qaamnikee dhukkuboota hanqina nyaataatiin akka hin hubamneef, maashaaleefi seelonni qaamakee dadhabanii dalagaa isaanii akka raawwataniif, ..., gosoota nyaata adda addaa yeroosaa eegdee sooratta taanaan ati qaama keetiif baay'ee yaadda jechuudha. Ati namni kun kunuunsa qaama keetiif goote kana sammuu keettillee hirdhisuu hin qabdu. Kanammoo obboleessa kee sibiraa waan nyaatu dhabee agabuu oolee buluuf xiqqoo qabdurraa qooddeefii yoo beela oolchite, deeggarsa humnikee danda'u hundumaan namoota deeggaramuu qaban ilaaltee yoo deeggarte, gochaa gaarii hundumaa raawwachuu keessatti yoo qooda fudhatte fa'aa sammuu keetiif yaadde jedhama. Gama biraatiin gochoota kana lamaan walduukaa yoo raawwattu qaama keerraa jalqabdee hanga xiinsammuu keetti of kunuunsaa jirta. .....
3 0681Loading...
07
✍ Dandeettii Afur qarshii guddaa siif argamsiisan 1.👉 Dandeettii Amansiisuu 💪Daldalaa fi industirii hedduu keessatti namni akka malee barbaadamu 👉Nama nama amansiisuu danda'uudha 👉Amansiisuu jechuun yaada kee nama biroo irratti fe'uu osoo hin taane👉Sammuu nama itti dubbattuu san keessatti wanta barbaadduu fi isa fayyadu facaasuu yookiin biqilchuudha 💪 Kabajamoo Business keessatti maamilli kee gatii ati jetteen akka bitu yoo barbaadde customer kee akkamitti akka qabattu beekuun dirqama 💪Maamila qabachuuf immoo ijoon 👉Product si bira jiru akka isa fayyadu beeksisuu fi amansiisuun gahee kee isa duraati 💪 Kanaaf position barbaadde irra yoo jiraatte dandeettii amansiisuu keetii fooyyessuu qabda 2.👉 Dandeettii Hogganuu 💪Jireenya keessatti galii ati argattu kan murteessu 👉Itti gaafatamummaa ati ba'atteedha 💪 Company fi hojii mataa keetiitiin Milkaa'uuf dandeettii hogganuu keetii cimsuu qabda 💪Hogganuu jechuun bakka(Position) irra jiran jechuu qofaa miti 💪Namoota si jala jiran guddisuu fi jajjabeessuu jechuudha 💪 Namoota sitti dhufan fedhii isaanii guuttee 💪 Yeroo biroo akka isaan deebi'an godhuu danda'uudha 💪 Kabajamoo dandeettii hogganuu kee yoo fooyyesite galii fi sadarkaan jireenyaa keetis fooyya'aa dhufti Kanaaf dandeettii hogganuu kee jabeessi 3.👉 Dandeettii Rakkina Furuu 💪 Addunyaa keenya kana irratti namoonni 👉Rakkina Maallaqaa hin qabne 💪Warra rakkina namoota baay'ee fureedha 💪Kaayyoo fi hojii tee keessatti dursi rakkina namootaa furuu fi Jireenya namootaa fooyyessuu yoo ta'e 💪Ati imala guddinaa eegaltee jirta 💪 Kabajamoo rakkina namootaa furuu jechuun 💪💪💪 Dandeettii fi kalaqa qabdu fayyadamtee jireenya manaa fi maatii keetii akkasumas hawaasa keetii fooyyessuu jechuudha 💪Manni ati keessaa baate rakkina Maallaqaa qaba yoo ta'e mul'ata keetiin qarshii argattee furuu qabda 💪San bira kutaa ollaa hanga biyyaa deemuu qabda 💪Hin dagatin namoonni rakkina namootaa furuu irratti xiyyeeffatan 💪Rakkinni isaanii yeroo hunda furamaa jireenyi isaanis jijjiiramaa deema Kanaaf rakkina qabdu gadi taa'i adda baasi gochaan furi achi booda 👉Namoota rakkina akkasii keessa jiran akkamitti akka baate itti argisiisi gaafas rakkina furte jedhama 4.👉 Dandeettii Waan haaraa uumuu 💪Jaarraan amma keessa jiru carraa fi balbala guddinaa hedduu qabatee dhufee jira 💪Carraa kanatti fayyadamuuf immoo 💪Yaadaa fi kalaqa addunyaa guddachaa jirtu kana madaalu burqisiisuu qabda 💪Gaafa dur san kalaqa qabattee hawaasa bal'aa bira ga'uuf baay'ee ulfaata ture amma garuu sekondii tokkotti kennaa kee addunyaa biraan ga'uu dandeessa kuni carraa addaati 💪 Kabajamoo rabbiin waan hunda uumee xumuree jira samii gaditti wanti haaraan uumamu hin jiru beekamaadha garuu immoo 💪Kanuma dura jiru bifa si fakkaatuun bareechitee yoo ol baaste addunyaan ammaa harka lamaan sirraa fudhatti 💪Hin dagatin rabbiin siifi Albert Einstein ija tokkoon ilaala akkuma isaaf kennaa addaa kenne siifis Kennaa bareedaa kenne 💪Barbaaddee argachuun hojii mataa keetiiti 💪Akka kalaqaa fi wanta haaraatti market ammaa irratti kan barbaadamu hin jiru Kanaaf kabajamoo👉 Of-gaafadhu 💪Maal dandeessa? 💪 Yeroo ijoollee turte maal jaalatta ture?? 💪Deebisi 💪 Nama kalaqaa ta'i Maallaqaaf hin rakkattu ✍Isin kana keessaa kam kessatti ramadamtu? kamtu keessani? 👉 Comment jalatti naaf barreessaa Lammii Motivation @Lemimotivation @Lemimotivation Yaadota akkanaa hedduu argachuuf Chaanaalii kana join godhuu hin dagatinaa namoota birootiif share godhaa "Dhaloota Mul'ata qabatee Mul'atu Uumaa jirra"
3 25725Loading...
08
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
1 7870Loading...
09
Namootni danuun waan tokko gochuuf ka'anii, yeroo dadhabaniimmoo of duuba deebi'an sitti mul'atuu? Ati yeroo teessee ilaaltu jara kana akkamitti ilaalta? Akka natti fakkaatutti waan sitti tolu miti. Atis egaa yeroo waan tokko yaaltee osoo fiixaan hinbaasiin ofduuba deebitu kanuma fakkaatta. Oromoon yeroo mammaaku “Qeerransa eegee inqaban, qabnaan ingadhiisan!” jedha. Akkuma kana jabinni namaas kan beekamu gaafa waan dadhabe deebisee irbaata dandeettii isaa taasifatudha. Gootummaan nama tokkoos kan beekamu yeroo waan salphaa fiixaan baasu osoo hintaane, yeroo waan maqaa qabuufi sammuu namaa gararraa tahe hojjatee agarsiisudha. Akka beektonni jedhanitti waan fiixaan baasuu indandeenye jalqabuurra waan fixuu danda'an jalqabuu yookaanimmoo dhiisuu wayya jedhu. Namoonni nuti jaboodha jennee waamaa oolluufi namoonni Addunyaa kanaaf fakkeenya ta'anii waantota adda addaa hojjatanii lafa kaa'an baay'een isaanii namoota kufaatiin michuu taasifatee turedha. Hammuma kufan dogoggora ofiirraa barataa adeemu. Jireenyimmoo mana barnootaa gaariidha waan ta'eef, haala gaariidhaan nama barsiifti. Osoo kufaatiin hinjirree jireenyi hinjiru. Qorteetu nama qoraafti. Qoraaftees gaara nama baafti. Qormaanni qoraasuma milkiiti. Kufaatiinimmoo yaaliirraa dhufa. Sammuun teessu gidiraa qofa yaaddi. Namni taa'uu guddisus huuba lafaa fuudhee ka'a jedhama mitiiree? Akka dhaabbilee barnootaafi dhaabbilee hojii adda addaatti qoramaniitu qormaaticha darbu yookaan kufu. Akka yaaliifi boqonnaalee Addunyaa jireenyaattimmoo kufaniitu baratu; kufaatiirraas baratu. Namoonni tokko tokko yoo waan irra deebiin yaaluu kaafteef abdii kutannaa sitti himu. Sanaafimmoo furmaanni irra deebiin yaaduufi irra deebiin yaaluu qofadha Gorsa xinsammuu Fi seenaa ajaa'ibsiisoo Adda addaa argachuuf... Channel telegram kana join godhaa @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa
4 05510Loading...
10

1 8720Loading...
11
WAL-NYAACHUU IRRA WALIIN NYAACHUU WAYYA! "...IJOOLLEEN GARUU WAAN AJAA'IBAA HOJJATAN..." ▬▬▬▬▬▬▬▬ Seenichi akkas ture,... ❏ Antirooppooloojistii tokkotu ijoollee Afrikaa gosa/saba garaa garaa keessaa dhufaniif tapha (game) tokko dhiyeesse. Guuboo/qiriccoo tokko keessa burtukaana mi'aawaa muraasa kaa'ee muka tokko bira godhe. ❏ Ijoolleen Afrikaa sunis meetira 100 akka irraa fagaatan godhee akkas jedheen, "...namni ariitiidhaan fiigee dursee asi gahe burtukaana mi'aawaa kana guutummaa isaa fudhata..." jedheen. ❏ Ergasii, "..qophooftanii?... 1-2-3" jedhee dorgommicha jalqabsiise. Ijoolleen sun garuu waan ajaa'ibaa tokko hojjatan,... akkuma inni dorgommicha jalqabsiisuuf lakkoofsa xumureen, isaan garuu harka walqabatanii gara burtukaana mi'aawaa badhaasaaf isaaniif qophaayeetti fiigan! ❏ Ergasii walumaan bira gahanii burtukaanicha gargar kukkutanii qoqqoodatanii WALIIN nyaatan, waliin gammadan. ❏ Antirooppooloojistichis gocha isaanii kana dinqisiifatee, "...maaliif akkas gootan?..." jedhee isaan gaafate. ❏ Isaanis, 'UBUUNTUU' jedhanii deebisaniif. "Maal jechuudha?, jedhee gaafannaan, "...namni baay'een kana dhabee osoo gadduu namni tokko dursee fudhatee akkamitti qofaa isaa gammaduu danda'a..." jedhanii deebisaniif. ➛ "Ubuuntuu" jechuun afaan isaaniitiin (lammiilee Afrikaa Kibbaatiin) "Ani Kan Jiru Nuti Waan Jirruufidha" akka jechuuti. Kun seenaa gabaabaa ergaa guddaa qabuudha. ➛ Waliif yaaduu, ➛ waliin jiraachuu, ➛ waliin gammaduun barbaachisaa fi murteessaa akka ta'e barsiisa! Kanaafuu, Ergaan kiyya: ⁃ Wal-nyaachuu irra waliin nyaachuu wayya! ⁃ Wal-diiguu irra wal-ijaaruu wayya! ⁃ Wal-qancarsuurra wal-qarqaaruu wayya! ⁃ Wal-garboomsuurra wal-gargaaruu wayya! ⁃ Wal-butuchuurra waliin bulchuu wayya! ⁃ Wal-maraachuurra waliin mari'achuu wayya! ⁃ Wal-abaaruurra wal-eebbisuu wayya! #Ergaan kun dhaloota keenya kanaaf ergaa guddaa qaba jedheen amana! ➦ Gαℓαтσσмαα sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ @milkaainajireenyaa 🔺ᴊᴏɪɴ🔺
3 99419Loading...
12
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
3900Loading...
13
🆕 Dhaabbanni hulepay haga April 27 tti gatii affeerraa nama tokkoof qarshii 1 ture, gara qarshii 3tti ol guddiseera. Kunoo linkii gadiin seenuun namoota affeeraa qarshii danuu hojjedhaa!👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii sadi kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
8530Loading...
14
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0158985235 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!
1 2190Loading...
15
Media files
9000Loading...
16
Hamileen gariin qileeedha ❤️ Fuudhaaf heeruma jechuun, tiksituu qaamaati, too'attuu ijaati, Utubduu manaati, ijaartuu jiruuti, mi'eessituu dhandhama hundaati, Bohaarsituu Udumeeti, fageessituu rakkinaati, Garuu baay'inaan bultiin amma ijaaramtu haga bultii muraasaa qofa tolti, Hicciitii waan kanaa Namaa galuu baatus hamma ta'e inuma beekama. Dubartii fira firoomsitu, dalagaa gaarii si dalaysiiftu, ta akkasii Namni argate Wallakkaa Amantii isaa guuttattee jirta. Hiree walii walitti hin booressinaa wal qabadhaa wal jaaladhaa wal aanfadhaa wal aarfadhaa wal fuunfadhaa waan cufa waliif ta'aa, wal hin dararinaa walitti hin dukkaneessinaa waliif IFAA Hiree fii hamileee ta duubni daaraatii mitii ta duubni durummaa isinii haa taatu .! 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
4 87019Loading...
17
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
1 2000Loading...
18

5890Loading...
19
👉 jechoota kana hubadhu👈 👉uffata kee caala onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. Onneen takka xurooftu hin miicamtu waan ta'eef. 👉wanti nama bareechu(miidhagsu) bareedina fuulaa ykn uffata qaalii osoo hin taane Amala, eenyummaa fi maalummaa keessoo namaati. 👉bareedina nama tokko gubbamarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu ni Malta. Garuu hubadhu! Kan waliin jiraattuu haalaaf Amala malee fuulaa miti. 👇👇👇👇👇join👇👇👇 @milkaainajireenyaa @milkaainajireenyaa
5 16122Loading...
20
📌 Logo 📌 Cover book 📔 📌 flyer 📌 Banner 📌 Pamphlet 📌 YouTube thumbnail 📌 Facebook Profile & Cover 📌 Business & Thank you Card 📌 Others... Graphics Haala isin feetaniin isiniif qopheessina. Asiin Na qunnamaa 👇 @fileembar1 @fileembar1
4130Loading...
21
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
80Loading...
22
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 10k fi isaa ol bilisaan isiniif beeksifna. Na qunnamaa @seyfal_islam
10Loading...
23

650Loading...
24

5250Loading...
25
Karaan filatamaan ittiin nama tokko barsiisnu(qajeelchinu) inni baay'ee gaariiniifi filatamaan fakkeenya ta'uunidha(The best way of teaching others is being example). Kanaaf, jireenyi nuti jiraannu kallattiinis ta'e alkallattiin daa'imman irratti dhiibbaa taasisu kan mataa isaatii qaba. "Ijoollonni wanta ati dubbattu caalaa, wanta ati taate(eenyummaakee) irraa baratu". W.E.B. DuBois
5 93414Loading...
26
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
760Loading...
27

5620Loading...
28

4910Loading...
29
❌❗️Here is a few reasons why "Cancel Culture" is STUPID and humanity can do way better: 1- It can be arbitrary and inconsistent: Cancel culture often relies on subjective judgments about what is considered offensive or controversial, and the punishment meted out can be arbitrary and inconsistent. What is considered acceptable today may be deemed offensive tomorrow, leading to confusion and uncertainty. 2- It can suppress free speech: Cancel culture can lead to a culture of fear where people are afraid to speak their minds for fear of being publicly shamed or ostracized. This can suppress free speech and hinder open and honest discourse. 3- It can be unfair and unjust: Cancel culture can be unfair and unjust, particularly when people are "cancelled" without due process or the opportunity to defend themselves. It can also disproportionately target certain groups or individuals, leading to a lack of diversity of opinion. 4- It can be counterproductive: Cancel culture may not achieve its intended goals of creating a more inclusive and just society. Instead, it may lead to the polarization of society, with people retreating into their own echo chambers and refusing to engage with those who hold different views.
5 8861Loading...
30
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
4430Loading...
31
Waa'ee keetii abbaan fadhe waan fadhe yaaduu danda'a, ni yaadanisi garuu yaadni isaanii filannoo isaaniti. Ati waa'ee keetii si daran kan dhugaa keessa beeku waan hin jirreef, yaada ofiif qabdu atumti filadhuu yaadi. Akkana goonaan waa'ee keetii wanti namoonni biraa yaadan hagas mara barbaachisaa hin ta'u. 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
5 04911Loading...
32
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
3500Loading...
33
❏ Nutti dabalamaa! ❏ Hiriyyoota Keessanis Affeeraa! ┏┓ ⇣ ┃┃❏️ Gorsɑɑf ┃┃❏️ Ergaalee barsiisoo ┃┃❏️ Iccitii Milkɑɑ'inɑɑ ┃┃❏️ Kitɑɑbɑ PDF ┃┃❏️ Bashannansiisoo ┃┃❏️ Qoosaa ┃┃❏️ Falaasama ┃┃❏️ Ogbarruu Oromoo ┃┃❏️ Xinsammuu ┃┃❏️ .......... ┗┛
7220Loading...
34
✍ Hanga feete gaariis taatu; hundaa ol bareedinnas qabaattu.. nama sababa tokko malee si jibbu hin dhabdu. maaliif na jibban jettee hin rifatin. ✍ Hunda dura waa barachuu beekaa tahi... garuu dubbataa dhumaa tahi...! ✍ Yaada mormuu dandeessa... garuu nama yaada san qindeesse hin falmin. ✍ Humnaa ol hin abjatin... hanga abjuun ati keessa seente, iddoo jirtu si dagachiisu takka jechuudha.. bakki ati jirtuu fi haalli ati keessa jirtus akka sin hiine,... hanga abjuu fi kaayyoo manaa baateef dagattu takka. hundaa giddugaleessa godhachuu qabda. ✍ Yoo ta jaalatte fuudhuu dadhabde... ta fuute jaaladhu... kaayyoo ati kufte sana isheen harka keessaa hin qabdu waan taheef...! ✍ Wantoota osoo ol baasii dalagi siin jedhanii dalaguu saalfattu tokko, maaf dhoksitee akka dalagdu uf gaafadhu mee__?! ✍ Hin sodaatin.. wantoonni sodaannu gariin nutti dhufuu dhabuus danda'a waan taheef...! 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
6 06518Loading...
35
✅𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 ⭕ 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.     ╭━━━━━━━╮     ┃  ●   ══ ▪️      ┃          ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃           ⭕             |     ╰━━━━━━━╯ 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 ⭕ 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 ➕ 𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 ➕
2430Loading...
36
❏ Nutti dabalamaa! ❏ Hiriyyoota Keessanis Affeeraa! ┏┓ ⇣ ┃┃❏️ Gorsɑɑf ┃┃❏️ Ergaalee barsiisoo ┃┃❏️ Iccitii Milkɑɑ'inɑɑ ┃┃❏️ Kitɑɑbɑ PDF ┃┃❏️ Bashannansiisoo ┃┃❏️ Qoosaa ┃┃❏️ Falaasama ┃┃❏️ Ogbarruu Oromoo ┃┃❏️ Xinsammuu ┃┃❏️ .......... ┗┛
4190Loading...
37
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 10k fi isaa ol bilisaan isiniif beeksifna. Na qunnamaa @seyfal_islam
9040Loading...
38
Kallattii: ✍Namni wallaalaa siin jedheef, wallaalaa hin tatu, beekaa siin jedheefis beekaa hin taatu. Jechi namoonni namaan jedhan amma yaada isaaniiti, ammuma yaadan sana ga'u(dubbatus). Beekaas wallaalaas kan si godhu sammuuketti fayyadamuuf dhiisuuke qofa. Jalates jibites bekas walalas tai namni waan sin jedhu hin dhabduu.sammuketii fayyadamii Kallattii hin dhabin Join👇 @milkaainajireenyaa
6 59920Loading...
39
Ofiif boonya yaa #Battee! Atillee obbaafattetta Dhiphinaafi gidiraa Kabajaan dhaqxee teessa Gootota akka kee bira! Lubbuun kee qulqullittiin Yoo bakka dhugaa geessu Gidiraa dachee Oromoo Hin agartu - hin dhageessu! Ajjeechaatti shaakallee Du’aa - kolfuutti kaane Ofiif boonya Battee koo Kan warra ‘araamuu’ taane! Ganama ‘RIP’ jenna Galgala sirbi jenna! Qaaliin nu keessaa harca’e Qe’een onaa nu ta’e… Bullee dhugaa hin gaafannu Duunee gumaa hin baafannu! Atillee haara-galfatta Bakka dhugaa dhaabattee Kan bor waan taanu hin beekne Ofiif boonya yaa Battee! #leta_kenei_Aga
7 37811Loading...
40
EID MUBARAK! EID MUBARAK EID MUBARAK
6 3420Loading...
Show all...
☆𝐉𝐎𝐈𝐍☆
☆𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐓𝐄𝐋𝐄𝐆𝐈𝐑𝐀𝐌 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋☆
☆𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥☆
✦𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧✦
Namni nuti irra caaluuf carraaquu qabnu nu isa kaleessaati. Mudannoo, dogoggoraafi balleessawwaan keenya kaleessaa irraa barannee sammuu keenyaafis dhiifama gochuun haala, ilaalchaa fi amala keenya fooyyessuun gaariidha. Kaleessa irraa baratama malee; kaleessa keessa hin jiraatamu! Kaleessa ofiirraa baratanii jireenya ofii gara fuulduraa bareeffachuun immoo gamnummaadha. Mudannoowwan irraa barachuun immoo gara argannoo haaraatti nama geessa. Akka of argannu nu taasisas. Akkasumas daandii jireenya haaraa, jireenya isa boqonnaafi aara galfiin guutamettis nu geessuu danda'a!
Show all...
👍 3
Namni haqaatiis beekkamaadha Namni dharaatiis beekkamadha Kan nama rakkaa jiru ammoo nama hogguu laaltu nama gaarii keessi isaa ammoo summii baadhatee deemu, Weyta haasawu arraba nama dhugaa dubbatuutiin haasawa isaa bareecha, immoo keessi isaa hamtuun inni baadhatee deemu silaa gaara gubbaa kaayani gaarri addaan dhoohee faca'a RABBIIN keessaa fi gubbaa keenya nuhaa bareechu.
Show all...
"Amba dadhaban jedhe namichi ka isaa dadhaban" Mammaaksa
Show all...
Jireenya keessatti namoota hunda jaalachuun aarsaa tokko maleedha, sababniis waan jaalachuu qabduuf jaalatta akkasuma sababa malees akkasumatti waan isaan qabduuf jaalatta waan ta'eefi. Waa'ee isaanii baruufis ta'ee keessatti qooda fudhachuun itti gaafatamummaa qabaachuu hin dandeessu. Immoo nama tokko kan jireenya keetitti dabalamee, dabaltee atis kan isaatti dabalamtee si dabalatee waliin jiraatuu feetu tokkoof aarsaa guddaa kanfalta, akkasumaas sababoota hedduu waliin jaallata. Waa'ee isaatirrattis qooda qabaachuu fi itti gaafatamummaa mataa keetii fi isaas ni qabaatta. ✍S.U 📢JOIN & 🔗SHARE ╔══════════════════╗ 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa 📚JOIN: @milkaainajireenyaa ╚══════════════════╝
Show all...
👍 18 1
.... garaankee nyaata dhabee akka hin beelofneef, qaamnikee dhukkuboota hanqina nyaataatiin akka hin hubamneef, maashaaleefi seelonni qaamakee dadhabanii dalagaa isaanii akka raawwataniif, ..., gosoota nyaata adda addaa yeroosaa eegdee sooratta taanaan ati qaama keetiif baay'ee yaadda jechuudha. Ati namni kun kunuunsa qaama keetiif goote kana sammuu keettillee hirdhisuu hin qabdu. Kanammoo obboleessa kee sibiraa waan nyaatu dhabee agabuu oolee buluuf xiqqoo qabdurraa qooddeefii yoo beela oolchite, deeggarsa humnikee danda'u hundumaan namoota deeggaramuu qaban ilaaltee yoo deeggarte, gochaa gaarii hundumaa raawwachuu keessatti yoo qooda fudhatte fa'aa sammuu keetiif yaadde jedhama. Gama biraatiin gochoota kana lamaan walduukaa yoo raawwattu qaama keerraa jalqabdee hanga xiinsammuu keetti of kunuunsaa jirta. .....
Show all...
👍 11 6
Repost from Lammii Motivation
✍ Dandeettii Afur qarshii guddaa siif argamsiisan 1.👉 Dandeettii Amansiisuu 💪Daldalaa fi industirii hedduu keessatti namni akka malee barbaadamu 👉Nama nama amansiisuu danda'uudha 👉Amansiisuu jechuun yaada kee nama biroo irratti fe'uu osoo hin taane👉Sammuu nama itti dubbattuu san keessatti wanta barbaadduu fi isa fayyadu facaasuu yookiin biqilchuudha 💪 Kabajamoo Business keessatti maamilli kee gatii ati jetteen akka bitu yoo barbaadde customer kee akkamitti akka qabattu beekuun dirqama 💪Maamila qabachuuf immoo ijoon 👉Product si bira jiru akka isa fayyadu beeksisuu fi amansiisuun gahee kee isa duraati 💪 Kanaaf position barbaadde irra yoo jiraatte dandeettii amansiisuu keetii fooyyessuu qabda 2.👉 Dandeettii Hogganuu 💪Jireenya keessatti galii ati argattu kan murteessu 👉Itti gaafatamummaa ati ba'atteedha 💪 Company fi hojii mataa keetiitiin Milkaa'uuf dandeettii hogganuu keetii cimsuu qabda 💪Hogganuu jechuun bakka(Position) irra jiran jechuu qofaa miti 💪Namoota si jala jiran guddisuu fi jajjabeessuu jechuudha 💪 Namoota sitti dhufan fedhii isaanii guuttee 💪 Yeroo biroo akka isaan deebi'an godhuu danda'uudha 💪 Kabajamoo dandeettii hogganuu kee yoo fooyyesite galii fi sadarkaan jireenyaa keetis fooyya'aa dhufti Kanaaf dandeettii hogganuu kee jabeessi 3.👉 Dandeettii Rakkina Furuu 💪 Addunyaa keenya kana irratti namoonni 👉Rakkina Maallaqaa hin qabne 💪Warra rakkina namoota baay'ee fureedha 💪Kaayyoo fi hojii tee keessatti dursi rakkina namootaa furuu fi Jireenya namootaa fooyyessuu yoo ta'e 💪Ati imala guddinaa eegaltee jirta 💪 Kabajamoo rakkina namootaa furuu jechuun 💪💪💪 Dandeettii fi kalaqa qabdu fayyadamtee jireenya manaa fi maatii keetii akkasumas hawaasa keetii fooyyessuu jechuudha 💪Manni ati keessaa baate rakkina Maallaqaa qaba yoo ta'e mul'ata keetiin qarshii argattee furuu qabda 💪San bira kutaa ollaa hanga biyyaa deemuu qabda 💪Hin dagatin namoonni rakkina namootaa furuu irratti xiyyeeffatan 💪Rakkinni isaanii yeroo hunda furamaa jireenyi isaanis jijjiiramaa deema Kanaaf rakkina qabdu gadi taa'i adda baasi gochaan furi achi booda 👉Namoota rakkina akkasii keessa jiran akkamitti akka baate itti argisiisi gaafas rakkina furte jedhama 4.👉 Dandeettii Waan haaraa uumuu 💪Jaarraan amma keessa jiru carraa fi balbala guddinaa hedduu qabatee dhufee jira 💪Carraa kanatti fayyadamuuf immoo 💪Yaadaa fi kalaqa addunyaa guddachaa jirtu kana madaalu burqisiisuu qabda 💪Gaafa dur san kalaqa qabattee hawaasa bal'aa bira ga'uuf baay'ee ulfaata ture amma garuu sekondii tokkotti kennaa kee addunyaa biraan ga'uu dandeessa kuni carraa addaati 💪 Kabajamoo rabbiin waan hunda uumee xumuree jira samii gaditti wanti haaraan uumamu hin jiru beekamaadha garuu immoo 💪Kanuma dura jiru bifa si fakkaatuun bareechitee yoo ol baaste addunyaan ammaa harka lamaan sirraa fudhatti 💪Hin dagatin rabbiin siifi Albert Einstein ija tokkoon ilaala akkuma isaaf kennaa addaa kenne siifis Kennaa bareedaa kenne 💪Barbaaddee argachuun hojii mataa keetiiti 💪Akka kalaqaa fi wanta haaraatti market ammaa irratti kan barbaadamu hin jiru Kanaaf kabajamoo👉 Of-gaafadhu 💪Maal dandeessa? 💪 Yeroo ijoollee turte maal jaalatta ture?? 💪Deebisi 💪 Nama kalaqaa ta'i Maallaqaaf hin rakkattu ✍Isin kana keessaa kam kessatti ramadamtu? kamtu keessani? 👉 Comment jalatti naaf barreessaa Lammii Motivation @Lemimotivation @Lemimotivation Yaadota akkanaa hedduu argachuuf Chaanaalii kana join godhuu hin dagatinaa namoota birootiif share godhaa "Dhaloota Mul'ata qabatee Mul'atu Uumaa jirra"
Show all...
👍 36 11
Show all...
👍 1

13👍 8
Show all...
☆𝐉𝐎𝐈𝐍☆
☆𝐁𝐄𝐒𝐓 𝐓𝐄𝐋𝐄𝐆𝐈𝐑𝐀𝐌 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋☆
☆𝐀𝐝𝐝 𝐲𝐨𝐮𝐫 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥☆
✦𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧✦