en
Feedback

Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels 👉 If you want to see the tag, subscribe 👈

DAGNU STUDIO

DAGNU STUDIO

Open in Telegram

@DAGNUSTUDIO This page Dagnu Studio ,only mezmur ortodox Tewahido church and services |Nu Qunnaamuuf| 📞0919423314/0969426212

Show more
1 197
Subscribers
No data24 hours
-47 days
No data30 days
Posts Archive
Ulfinnisa Adda : F/taa B/saa Taaxeq Soorreessaa : Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo | https://youtu.be/zszVHbnWnrw

Maariyaam | F/ttuu Biraanee Hirphaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/qw3LiRUKZJM

Masqaalli Angafa | F/taa Iddoosaa Gadaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/_rC98cN-C9E

Guddaadha Angoonsaa | F/taa D/n Abdii Abarraa| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa. https://youtu.be/Y8F-7rbGMFU

🌼Abaaboo :Faarfattoota 7'n :Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo ,Bara Haaraa 🌻 https://youtu.be/wGNfH2rBzqU

Ani Siifan adda bahe:A/F/Luba Firanol Moosisaa | LIVE PERFORMANCE | @dagnustudio3457 https://youtu.be/Vn34iePhcHw

Haadha Iccitiikoo | F/taa Darajjee Jimaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/w-Ej-orJmkQ

photo content

Abuubbisu Buubbeen, Yoomuu hin faarfatamti durbeen, Sobaa fi gurra koo hin ergisuu, Si faarfachuu eenyuree kan na daangessuu? Ceesisa Haadhaaf ilma adda baaftaa, Garaaf jettee of dhamaaftaa? Ilmi haadha malee argamaaree? Dubbiin kun hin yaadamaaree? Ceesisa Manni qaalluu diigameeraa, Jawwichis hidhameeraa, Suuraan kan kee diinaa afuufaa, Si faarfachuun itti fufaa. Ceesisa Yaa goomattu, nan dandeessuu? Jechi kan kees nan madeessuu? Haa caraanu inni caraanuu, Sin faarfadha, harmeekoo, ani baraanuu. Ceesisa Hin qeeqinaa, hin qeeqamtuu, Haadha Gooftaati, hin shakkamtuu. Ishee nan oole an badiisaa, Haadha Gooftaakoo nan leellisaa. Ceesisa Aadaa kootu isheen qooree, Yeroon joore, isheen na sooree. Ani haadhakoo sin kabajaa, Sirraa adda baanaan nan fajajaa

Karaaf Dhugaa | F/taa D/n Dawwit Hayilee | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/tDqGty9dKUg

Ilillee Libaanoos |F/taa Gulummaa Asaffaa| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa| https://youtu.be/pK-jRSpFpLc

Ergamaa Raamaa "F/taa Dn Mul'ataa Tazzarraa"Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa" https://youtu.be/AkKSk47249w