ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

DAGNU STUDIO

DAGNU STUDIO

前往频道在 Telegram

@DAGNUSTUDIO This page Dagnu Studio ,only mezmur ortodox Tewahido church and services |Nu Qunnaamuuf| 📞0919423314/0969426212

显示更多
1 192
订阅者
无数据24 小时
-47 天
-830 天
帖子存档
Gooftaakoo Si Qofa :F/ttuu Haannaa Takkalaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/Vb9YEBiEyvw

ᘜOOᖴTᗩᗩ KOO SI QOFA 𝗙/𝗧𝗧𝗨𝗨 𝗛𝗔𝗔𝗡𝗡𝗔𝗔 𝗧𝗔𝗞𝗞𝗔𝗔𝗟𝗔𝗔 FAARUU HAARAA YEROO DHIYOOTTI DAGNU STUDIO 0919423314
ᘜOOᖴTᗩᗩ KOO SI QOFA 𝗙/𝗧𝗧𝗨𝗨 𝗛𝗔𝗔𝗡𝗡𝗔𝗔 𝗧𝗔𝗞𝗞𝗔𝗔𝗟𝗔𝗔 FAARUU HAARAA YEROO DHIYOOTTI DAGNU STUDIO 0919423314

Ulfinnisa Adda : F/taa B/saa Taaxeq Soorreessaa : Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo | https://youtu.be/zszVHbnWnrw

Maariyaam | F/ttuu Biraanee Hirphaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/qw3LiRUKZJM

Masqaalli Angafa | F/taa Iddoosaa Gadaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/_rC98cN-C9E

Guddaadha Angoonsaa | F/taa D/n Abdii Abarraa| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa. https://youtu.be/Y8F-7rbGMFU

🌼Abaaboo :Faarfattoota 7'n :Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo ,Bara Haaraa 🌻 https://youtu.be/wGNfH2rBzqU

Ani Siifan adda bahe:A/F/Luba Firanol Moosisaa | LIVE PERFORMANCE | @dagnustudio3457 https://youtu.be/Vn34iePhcHw

Haadha Iccitiikoo | F/taa Darajjee Jimaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa | https://youtu.be/w-Ej-orJmkQ

photo content

Abuubbisu Buubbeen, Yoomuu hin faarfatamti durbeen, Sobaa fi gurra koo hin ergisuu, Si faarfachuu eenyuree kan na daangessuu? Ceesisa Haadhaaf ilma adda baaftaa, Garaaf jettee of dhamaaftaa? Ilmi haadha malee argamaaree? Dubbiin kun hin yaadamaaree? Ceesisa Manni qaalluu diigameeraa, Jawwichis hidhameeraa, Suuraan kan kee diinaa afuufaa, Si faarfachuun itti fufaa. Ceesisa Yaa goomattu, nan dandeessuu? Jechi kan kees nan madeessuu? Haa caraanu inni caraanuu, Sin faarfadha, harmeekoo, ani baraanuu. Ceesisa Hin qeeqinaa, hin qeeqamtuu, Haadha Gooftaati, hin shakkamtuu. Ishee nan oole an badiisaa, Haadha Gooftaakoo nan leellisaa. Ceesisa Aadaa kootu isheen qooree, Yeroon joore, isheen na sooree. Ani haadhakoo sin kabajaa, Sirraa adda baanaan nan fajajaa