DAGNU STUDIO
رفتن به کانال در Telegram
@DAGNUSTUDIO This page Dagnu Studio ,only mezmur ortodox Tewahido church and services |Nu Qunnaamuuf| 📞0919423314/0969426212
نمایش بیشتر1 197
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
-47 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
آرشیو پست ها
1 197
Ulfinnisa Adda : F/taa B/saa Taaxeq Soorreessaa : Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo |
https://youtu.be/zszVHbnWnrw
1 197
Maariyaam | F/ttuu Biraanee Hirphaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa |
https://youtu.be/qw3LiRUKZJM
1 197
Masqaalli Angafa | F/taa Iddoosaa Gadaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa |
https://youtu.be/_rC98cN-C9E
1 197
Guddaadha Angoonsaa | F/taa D/n Abdii Abarraa| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa.
https://youtu.be/Y8F-7rbGMFU
1 197
🌼Abaaboo :Faarfattoota 7'n :Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo ,Bara Haaraa 🌻
https://youtu.be/wGNfH2rBzqU
1 197
Ani Siifan adda bahe:A/F/Luba Firanol Moosisaa | LIVE PERFORMANCE | @dagnustudio3457
https://youtu.be/Vn34iePhcHw
1 197
Haadha Iccitiikoo | F/taa Darajjee Jimaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa |
https://youtu.be/w-Ej-orJmkQ
1 197
Abuubbisu Buubbeen,
Yoomuu hin faarfatamti durbeen,
Sobaa fi gurra koo hin ergisuu,
Si faarfachuu eenyuree kan na daangessuu?
Ceesisa
Haadhaaf ilma adda baaftaa,
Garaaf jettee of dhamaaftaa?
Ilmi haadha malee argamaaree?
Dubbiin kun hin yaadamaaree?
Ceesisa
Manni qaalluu diigameeraa,
Jawwichis hidhameeraa,
Suuraan kan kee diinaa afuufaa,
Si faarfachuun itti fufaa.
Ceesisa
Yaa goomattu, nan dandeessuu?
Jechi kan kees nan madeessuu?
Haa caraanu inni caraanuu,
Sin faarfadha, harmeekoo, ani baraanuu.
Ceesisa
Hin qeeqinaa, hin qeeqamtuu,
Haadha Gooftaati, hin shakkamtuu.
Ishee nan oole an badiisaa,
Haadha Gooftaakoo nan leellisaa.
Ceesisa
Aadaa kootu isheen qooree,
Yeroon joore, isheen na sooree.
Ani haadhakoo sin kabajaa,
Sirraa adda baanaan nan fajajaa
1 197
Karaaf Dhugaa | F/taa D/n Dawwit Hayilee | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa |
https://youtu.be/tDqGty9dKUg
1 197
Ilillee Libaanoos |F/taa Gulummaa Asaffaa| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa|
https://youtu.be/pK-jRSpFpLc
1 197
Ergamaa Raamaa "F/taa Dn Mul'ataa Tazzarraa"Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa"
https://youtu.be/AkKSk47249w
