DAGNU STUDIO
Відкрити в Telegram
@DAGNUSTUDIO This page Dagnu Studio ,only mezmur ortodox Tewahido church and services |Nu Qunnaamuuf| 📞0919423314/0969426212
Показати більше1 195
Підписники
Немає даних24 години
+17 днів
+2130 днів
Архів дописів
1 195
Guddaadha Angoonsaa | F/taa D/n Abdii Abarraa| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa.
https://youtu.be/Y8F-7rbGMFU
1 195
🌼Abaaboo :Faarfattoota 7'n :Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo ,Bara Haaraa 🌻
https://youtu.be/wGNfH2rBzqU
1 195
Ani Siifan adda bahe:A/F/Luba Firanol Moosisaa | LIVE PERFORMANCE | @dagnustudio3457
https://youtu.be/Vn34iePhcHw
1 195
Haadha Iccitiikoo | F/taa Darajjee Jimaa | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa |
https://youtu.be/w-Ej-orJmkQ
1 195
Abuubbisu Buubbeen,
Yoomuu hin faarfatamti durbeen,
Sobaa fi gurra koo hin ergisuu,
Si faarfachuu eenyuree kan na daangessuu?
Ceesisa
Haadhaaf ilma adda baaftaa,
Garaaf jettee of dhamaaftaa?
Ilmi haadha malee argamaaree?
Dubbiin kun hin yaadamaaree?
Ceesisa
Manni qaalluu diigameeraa,
Jawwichis hidhameeraa,
Suuraan kan kee diinaa afuufaa,
Si faarfachuun itti fufaa.
Ceesisa
Yaa goomattu, nan dandeessuu?
Jechi kan kees nan madeessuu?
Haa caraanu inni caraanuu,
Sin faarfadha, harmeekoo, ani baraanuu.
Ceesisa
Hin qeeqinaa, hin qeeqamtuu,
Haadha Gooftaati, hin shakkamtuu.
Ishee nan oole an badiisaa,
Haadha Gooftaakoo nan leellisaa.
Ceesisa
Aadaa kootu isheen qooree,
Yeroon joore, isheen na sooree.
Ani haadhakoo sin kabajaa,
Sirraa adda baanaan nan fajajaa
1 195
Karaaf Dhugaa | F/taa D/n Dawwit Hayilee | Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa |
https://youtu.be/tDqGty9dKUg
1 195
Ilillee Libaanoos |F/taa Gulummaa Asaffaa| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa|
https://youtu.be/pK-jRSpFpLc
1 195
Ergamaa Raamaa "F/taa Dn Mul'ataa Tazzarraa"Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa"
https://youtu.be/AkKSk47249w
1 195
Kan Dhaamsite Abiddicha| F/taa Dn Lalisaa Habtaamuu| Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo.
https://youtu.be/Q93JGW856tE
1 195
Itti Hin Qaana'u |2Xim 1:12|B/saa Gosaayee Ballaxaa | Eebba Mana Kiristaanaa Katedireela Abboo Amboo
https://youtu.be/SQtt6Q_nZJw
1 195
Daa'imummaa Keenyaan |Faarfattoota Kutaa Faaruu Daa'immaan Waldaa Afuurawaa Barattoota Oromoo WABOOT
https://youtu.be/52n74M8C-3s
