cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

JESUSGLOBAL🌍

GOSPEL FOR ALL IN ALL LANGUAGES, CULTURES, VALUES AND ASPECTS.....🌲🌲🌲🦢🦢🦢☘️☘️☘️

Show more
Finland1 525The language is not specifiedEducation49 918
Advertising posts
708
Subscribers
No data24 hours
-67 days
-2230 days
Posts Archive
Repost from DIRREE WANGEELAA
Ogummaa sadii (3) 1. Ariifattee deemuu yoo barbaadde qophaa deemi, fagoo deemuu yoo barbaadde nama waliin deemi. Mul'ata fagoo ga'uu yoo qabaatte, qophaakee eessayyuu ga'uu hindandeessu 2. Si'a torba yoo kufte, si'a saddeet ka'i. Tolaan torba kufa torba ka'a jechuun si'a torba booda ka'uu hindanda'u achumatti hafa jechuu miti. Kanaaf yeroo hundumaa ammayyuu abdiin jira jedhi🙏 3. Jechootni hinlakkaa'aman ni madaalamu malee. Kanaaf yeroo dubbattu jecha filadhu malee, dubbii hinbaayi'isin. ....itti fufa.... 👇👇👇👇👇👇👇 @oromsisJesus @DirreeWangeelaaDotCom
Show all...
“wanti warri haxxootaa hojjetan fiixaan akka hin baaneef, inni akeeka isaanii in gufachiisa;” — Iyo. 5:12
Show all...
Show all...
Repost from N/a
Gorsa xiqqoo #Tajaajiltootaaf. Nagaa hin daganne,akkam jirtu? Umuriiko kanatti waanan waaqayyo na hubachiisen isiniif qooda. Itti fufa. 1. Yaa nama waaqayyoo dibamuun barbaadamuudha. Kan bade,kan dhokatetu akka mul'atu ta'a. Of hin argisiisiinaa. Dibatichi haa mul'atu. 2. Lafa kaatee dagannaan fagoo hin geessu. Yoo fagoo yaaltes,naannoo sitti taha. 3. Kan tajaajiltu saba qulqulluu dha. Malee akka tuffatamu kana miti. #Itti qophaahuun,kadhachuun,akkasumas sodaa waaqayyoon saba kana tajaajili. 3. Kan dibame,ofis,namas hin ibsu yesuus isa fannifame ibsa. #Konkolaataanko miikiyoona hangana #Qopheenkoo 10,000 #Ambaasaaddarrikoo #Shamiziin koo 5000 #Haati manaa koo #Abbaan manaakoo Minamin kun hundi ishee haasaa nama "Wallaalaati. #Uffata ke hamma bitte siif qaalii tahus,iddoo aarsaarratti hin barbaachisu. Sabni kun rakkateera. 4. Dhugaa bahumsi gaariidha,garuu isa darbee haasawaa yeroo hin fixiin. Har'a waan qabdu sabaaf kenni. Har'i kaleessaaf,kaleessis har'aaf wabii hin tahu. Hafuura ati gaggeeffamtutu caala 5. Gandummaan sitti haa hafu,gamnummaan baay'ees miila nama dhowwata. Saba kana #Waanuma gaarii sooriiti bu'ii deemi. 6. Qarshiin jireenyaaf gaariidha malee jireenya miti. Isheerratti xiyyeeffannaan badde. #konkolaataa oofaa si'ol galuurra,lafa deemtee saba hiyyeessa kana waliin mootummaa waaqayyoo galta. 7. Sabni kun beekaadha. Kabaji,konkolaataarraa bu'ii dubbisi,phiiph gootee gurra hin duuchiin. 9. Faaraa hin tahiin jechuun ashaboo,mixmixa,qimamii,itti hin baay'isiin amma waaqayyo si gargaare tajaajili. 10. Saba kana of jijjiirii jijjiiri malee waldaa keessa waliin hin rafiin. Saatii 1,2 tti bar Addunyaa maraaf ibsuu dandeessa. #####👉👉👉 👉👉👉👉 👉11. Kadhadhu akka kadhata dhaabde sabni ni beeka,kilil jechaa jirtahoo. Nuyi hin kadhannu taanaan 'kolkolllee taana. Yoo kadhanne namattis,seexannis gaaffii taana. 12. Sagantaa tajaajiltu,jecha dubbattu adda baasi,har'a fixu malee hin jedhii. #Barumsaafi lallaba,waaqeffanbaaf,fayyina adda baasi #sabboonaa fayisa
Show all...
Repost from JESUSGLOBAL🌍
Photo unavailableShow in Telegram
Maqaa Gooftaa Yesuusiin abjuu gaarii argi @DirreeAfaanOromooChurch
Show all...
Repost from Sanyii Guddataa
Barreessaan #RoobertKoyaasaakiidha. Garaagarummaa #hojjetaafi #hojjechiisaa jidduu jiru isa sirrii lafa kaa'a. Sooressi maaliif akka soorome, hiyyeessi maaliif akka hiyyoome suura kaasee namaa ibsa. Maaliif akka galgalli barataa cimaa, yeroo baay'ee, harka barataa isa cimaa hintaaneetti akka kufuuf deebii quubsaa qaba. Itti dhiyaadhaa ilaalaa. "Abbaa laman qaba!" jechuun eegala, barreessichi karaa kitaaba isaa kanaa (RICH DAD, POOR DAD). 'Ajaa'iba! Abbaa lama irraa dhalatuu?' jechaan dubbisuu itti fufe. Innis hin dhaabne, ittuma fufa. Abbaan isaa inni tokko sooressa, inni biraan immoo hiyyeessa akka ta'etti hima. Abbaan isaa inni tokko baay'ee kan barateefi digirii hedduu of harkaa kan qabudha. Faallaa kanaa, abbaan isaa inni biraan immoo kutaa 8ffaa iyyuu kan hin xumurredha. Lamaanuu hojii isaaniitti cimoofi milkaa'oo ta'uun immoo wal isaan fakkeessa. Garuu inni tokko rakkoo maallaqaan mudatama, inni biraan immoo nama sooressa beekamaa ganda isaaniiti. Inni tokko doolaara miiliyoona kudhan maatii, mana waaqeffannaa isaafi gargaarsa biraaf dhiisee du'e. Inni biraan immoo, waraqaa ittiin liqiin irraa kanfalamu dhiiseefii du'e. Inni kun, isa hiyyummaa dhala isaa dhaalchisee du'edha. Akkuma sila jenne, lamaanuu jaboofi dhiibbaa uumtotadha. Lamaan isaanii ni gorsuunii; garuu waan wal fakkaataan isa hin gorsani. Namoonni kun lamaanuu haalaan barnootatti amanu. Garuu, kenninsa barnoota wal fakkaataa hin gorsaniin. Inni tokko, "Jabaadhuu baradhu; koolleejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii filatamaatti qacarami!" yoo jedhu, inni biraan immoo, "Jabaadhuu baradhu; koollejjii galiis qabxii olaanaan xumurii kaampaanii mataakee horadhu!" jedhaani. "Osoon abbaa tokko qofaa qabaadheera ta'ee, yaada isaa tokkicha qofaa fudhadha yookaan fudhachuun dhiisa. Abbaa lama qabaachuunkoo filannoo yaada waliif faallaa kanaaf gorsa naa kenna. Haalaan wal bira qabee akkan filadhu na godha!" Akkanaan abbaa lama qabaachuu isaaf waan itti dhagaahamu ibsata. Yaada faallaa qabaachuun abboota isaan lamaan kanaa akkuma itti fufetti. Fakkeenyaaf: Inni tokko, "Jaalalli qarshii hundee jal'inaati!" jedha; inni biraan immoo, "Dhabinsi qarshii madda jal'inaati!" jedha. ●Guutummaa kitaabichaa siniif dhiiseera. Akkuma jara olii kana, gaaffii hedduuf akka deebii argattan hin shakku. Yaadichi mata duree guddaafi dhaloonni irratti xiyyeeffachuu qabu ta'uu eddan hubadhee booda, siniif qooduun filadhe. Dubbisaa! Viv Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2022 @segnigudeta @wabisegni Dargaggoonni keenya ammayyuu Qabsoo Diinagdee guddaa nu barabaachiisa ilalchaa hojii irratti qaban sirreessuu, ilalchaa biizinaasii irratti qabnu gabbifachuu baay'ee murteessaadha.                    Ilamee obbolee koo. Soorata Sammuu maltuu barabachisaa.? ❏ Namni guyyaattis ta'u torbeetti hangam qaamni isaa akka dabale ilaaluuf hangaa fi dheerina isaa ni safara. ➢ Akkuma qaamaaf nyaanni barbaachisu #sammuun dhala namaa barnootaan guddachuu qaba. Barnoonni sirriin soorata sammuuti. ➢ Barnoota sirrii yoo jennu barnoonni dhugaan kan waa'ee dhala namaa, addunyaa, ardiif samii akkasumas kan waa'ee uumamaa fi uumaa dhugaa qabatamaan jiruun barsiisu jechuudha. ➢ Barnoonni sirriin dhugaa qabatamaa lafarra jiru waliin was simee sammuu dhala namaa misoomsuu qaba. ➢ Sammuun dhala namaa barnoota sirriin gabbatee jiruu fi jireenya namaa jijjiiruu qaba. Kana irraa maqnaan jireenyi dhala namaas milkii irraa maquun, guddinaaf gumaata dhiisee gufuu ta'a. ➢ Maarree guddinni dhala namaa sirrii akka ta'uuf, sammuun barnoota sirriin misoomee dagaaguu qaba. ➢ Hamma kana hin argannetti garuu dhamaatii gatiif hiika hin qabne, jireenya furtuu malee gad dhiisii ta'ee fi yaada hin hogganamneen raafamuudhaaf saaxilamna. We are in Personal Development Training. Keessan na dubbisaa @segnigudeta
Show all...
Repost from Sanyii Guddataa
Hiyyeessotaa fi dureessota! Poor dad kana jala phd cirtificate baatee hiyyeessa akkamitti ta'e,Richi dad kana jala immoo kutaa 8 qofa baratee duroomeera...akkamitti? Barnoonni callaatti yoo hin jijjiiramne kaanserii sammuu namatti ta'a,warreen akkasii akka isaan hin jijjiiramne kan godhu confort zone(haala keessa jiran haala mijataadha jedhanii of amansiisuu isaaniidha)kanaaf kallattii kamiin iyyuu waanta biraa yaaduu fi hojjechuun kufaatii itti fakkaata,jireenyi isaanii miindaa ji'aa isaanii qofaan daangeffamaa jechuudha,Kanaaf yeroo kam beekumsa utuu qabanii garba ta'anii jiraachuuf saaxilamu,yeroo hunda maallaqni isaan argatan isaan waan hin geenyeef wantota gurguddaa karoorsuu hin danda'an,kanneen wantoota guguddoo fedhan immoo hatuu,matta'aa fudhachuu fi k.k.f n hawwaasaa fi waaqaan wal dhabanii jireenya gammachuu hin qabne jiraatu. Kana hunda kan isaanitti fide of ilaaluu dadhabuu isaaniiti,utuu dhuguma dandeettii isaanii beekanii akkas garba ta'anii hiyyummaa jala hin jiraatan ture. Yoona uffata meeqa jijjiirrachuuf guyyaatti 3 foon nyaattee dhugaatiin garaa of ruurressaa ooluun jireenya sitti fakkaata ta'a,of hin gowwomsin lafa kanarratti kan ati uumamteef hojjechaa ooltee biddeen nyaattee buluuf miti,namni hundi akeekaa fi kaayyoo waaqayyo isa uumeef qaba,gara addunyaa kanaa gaafa dhuftu iccitii addunyaa kanaaf furmaata ta'u waaqayyo si keessa kaa'eeraa jechuudha,ati garuu isa hubattee ofiifis dhalootaafis furmaata ta'uu irra biiroo namaa keessa ruuqamtee waa'ee qaala'insa jireenyaa mataa cabaa oolta. Qarshiin duroomuun siif hawwaa jira sitti hin fakkaatin,qarshii danuu qabaatee mandarakee keessa raata'aan meeqatu jira,Wanti an siif hawwu inni guddaan mul'ata qabaachuu keedha,yeroo tokko tokko nama danuutti gaa'ila dhaabanii daa'imman barsiifatanii hojii qabsiisuun mul'ata itti fakkaata,Mul'anni maaliree.....akkamiin mul'ata kee beektee irratti hojjechuu dandeessa? Birmadummaa dinagdee akkamiin goonfachuu dandeessa? Barreessaan Roobert Koyaasaakiidha. Garaagarummaa hojjetaafi hojjechiisaa jidduu jiru isa sirrii lafa kaa'a. Sooressi maaliif akka soorome, hiyyeessi maaliif akka hiyyoome suura kaasee namaa ibsa. Maaliif akka galgalli barataa cimaa, yeroo baay'ee, harka barataa isa cimaa hintaaneetti akka kufuuf deebii quubsaa qaba. Itti dhiyaadhaa ilaalaa. "Abbaa laman qaba!" jechuun eegala, barreessichi karaa kitaaba isaa kanaa (RICH DAD, POOR DAD). 'Ajaa'iba! Abbaa lama irraa dhalatuu?' jechaan dubbisuu itti fufe. Innis hin dhaabne, ittuma fufa. Abbaan isaa inni tokko sooressa, inni biraan immoo hiyyeessa akka ta'etti hima. Abbaan isaa inni tokko baay'ee kan barateefi digirii hedduu of harkaa kan qabudha. Faallaa kanaa, abbaan isaa inni biraan immoo kutaa 8ffaa iyyuu kan hin xumurredha. Lamaanuu hojii isaaniitti cimoofi milkaa'oo ta'uun immoo wal isaan fakkeessa. Garuu inni tokko rakkoo maallaqaan mudatama, inni biraan immoo nama sooressa beekamaa ganda isaaniiti. Inni tokko doolaara miiliyoona kudhan maatii, mana waaqeffannaa isaafi gargaarsa biraaf dhiisee du'e. Inni biraan immoo, waraqaa ittiin liqiin irraa kanfalamu dhiiseefii du'e. Inni kun, isa hiyyummaa dhala isaa dhaalchisee du'edha. Waliif #Share gochuu hin dagatinaa @segnigudeta @wabisegni
Show all...
https://youtu.be/60NtvQwNhIA SHARE, LIKE, COMMENTS GODHAA🙏❤️🙏
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Hundee Jireenyaa🙏
Show all...
💐"ፍጹም ሁን" 📖“አንተ ግን በአምላክህ በእግዚአብሔር ዘንድ ፍጹም ሁን።”         — ዘዳግም 18፥13 አንድ ሰው ህይወታችሁን የቀየረው ምክር የቱ ነው ብሎ ቢጠይቀን እያንዳንዳችን መልስ ይኖረናል ብዬ አስባለሁ። ምን አልባት እንደዚህ አይነት ምክር እከሌ ባይመክረኝ ኖሮ አሁን ላይ እዚህ ግባ የማልባል ሰው እሆን ነበር ብለን ምስክርነት የምንሰጥ ብዙዎች ነን። መልካም ምክር ህይወትን የመለወጥ ኃይል አለው። በተቃራኒው ደግሞ ጠንቅ የሆነ ምክርን ተመክረው ህይወታቸው የጨለመባቸው ሰዎች እጅግ ብዙ ናቸው።  ምክርን የሚሰጠን አካል ወሳኝነት እንዳለው ልብ ይሉአል። ለእስራኤላዊያን የተሰጣቸው ምክር አስደናቂ ነበር። ወደ ፊታቸውንም በበረከት እና በብርሃን የሚሞላው አቻ የማይገኝለትን ቀመር እራሱ እግዚአብሔር እንዲህ ሲል ሰጣቸው፦ “አንተ ግን በአምላክህ በእግዚአብሔር ዘንድ ፍጹም ሁን።” (ዘዳ 18፥13) ምን አልባት "ፍፁም መሆን ማለት ምን ማለት ነው?" ብለን እንጠይቅ ይሆናል። ይህን ሀሳብ ይበልጥ ለመረዳት የአንድን ሰው ታሪክ በጨረፍታ እንመልከት። ይህ ሰው እርክስና በሞላበት ዘመን ሌሎች ይድኑ ዘንድ ዘመኑን በሙሉ በመስጠት አምላኩን ያገለገለ፣ በአምላኩ በመታመን የድነት መንገድ ያለመታከት ያሳየ፣ ሌሎች ሲያፌዙበት እና ሲሳለቁበት ተስፋን ያልቆረጠ ሰው ነበር። መፅሐፍ ቅዱስ ስለዚህ ሰው ምስክርነት ሲሰጥ “ኖኅም በትውልዱ ጻድቅ ፍጹምም ሰው ነበረ፤ ኖኅ አካሄዱን ከእግዚአብሔር ጋር አደረገ።” (ዘፍ 6፥9) ኖኅ በትውልዱ ሁሉ እንከል ያልተገኘበት ፍፁም ሰው ነበር። ወዳጆቼ፣ ፍፁም መሆን ይቻላል። ይህን መረዳታችን ነፍስም የማያስቀርልን የምስራች ነው። ፍፁማን የምንሆነው በራሳችን ብርታት ወይም መልካምነት ሳይሆን በክርስቶስ ፀጋ ነው። ስለዚህ እርኩሰት ከሞላበት አለም በመራቅ ፍፁማን እንሆን ዘንድ ፍፁም ወደሆነው አምላክ እንቅረብ። እርሱ ፍፁም ነውና። ይህንንም ባህሪውን በእኛ ውስጥ እንዲታይ ይፈልጋል። ለዚህ ነው “እንግዲህ የሰማዩ አባታችሁ ፍጹም እንደ ሆነ እናንተ ፍጹማን ሁኑ።” (ማቴ 5፥48)  በማለት የሚናገረው። ስለዚህ በምናደርገው በእያንዳንዱ ነገር ሁሉ ይህንን ህይወት ያለበትን ምክር በውስጣችን በማኖር ልንመላለስ፣ ፍፁማንም ልንሆን ያስፈልጋል። ከዛ በኃላማ ህይወታችን ለራሳችን እስኪገርመን ድረስ ሲለወጥ እናስተውላለን። በዙሪያችንም ላሉት ሰዎች መልካም መዓዛ እንሆናለን። 🛐ፀሎት፡ አምላኬ ሆይ፣ እንከን የሌለብህ ፍፁም ስለሆንክ አከብርሃለሁ። የዚህ ባህሪይ ተካፋይ እሆን ዘንድ እፀልያለሁ። አሜን። Bible Club በተወዳጁ ቻናል | KALTUBE   "Daily Spiritual Feeding" 👇💐👇💐👇💐👇💐👇💐             @KALTUBE             @KALTUBE             @KALTUBE
Show all...
AFFEERRAA CHANNEL ❏️ Barsiisa Wangeelaa ❏️ Gaaffii Kadhataa ❏️ Lallaba Maacaafa Qulqulluu ❏ Qo'annaa Macaafa Qulqulluu ❏ Faarfannaa Addaa Addaa ❏️ Gorsa ❏ Odeefannoo Haaraa 👇👇👇👇 JOIN ALL CHANNEL HERE! ❏ Enjoy & Stay Connected! ❏ Nu waliin waan jirtaniif galatoomaa!
Show all...
📓Barsiisa Wangeelaaf📓
🙈Gaaffii Kadhataaf🙏
🎆 Faarfannaa Garaa Garaaf🎆
📝 Qo'annaa Macaafa Qulqulluuf 🔖
📖 Lallaba Kallattii (Live )
📡 Odeeffannoo Kiristaanaa📡
🕹Kanneen Biroo🗜
🎁Hunda Bakka Tokkotti🎊
Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Watch "🔴#Ergaa_Yeroo Raajii Garbooleen waa'ee Biyyaa Keenyadubbatan. Maaltu Ta'uuf Deema???" on YouTube https://youtu.be/MHO4jiw2ea4
Show all...
00:54
Video unavailableShow in Telegram
Video
Show all...
Watch "Seenaa hinirraanftamane-#Faarfannaa #Afaan #Oromoo" on YouTube https://youtu.be/6jAishsnQrg
Show all...
Watch "Maaloo Kottu, Aaran Galfadhaa. Faarfannaa Afaan Oromoo, Faarfannaa kadhannaa" on YouTube https://youtu.be/QqKggWjZ0Yg
Show all...
Music
Show all...
Repost from Tefera Lemi
Photo unavailableShow in Telegram
የሰላሳ ቀን በዓሎች
Show all...
Repost from Tefera Lemi
Far. 95 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Kottaa Waaqayyoon in faarfannaa! Kattaa isa itti baqannee oollutti gammaduu keenyas in dhageessifna. ² Galataan fuula isaa duratti in dhi'aanna, isatti gammaduu keenya faarfannaadhaan in dhageessifna. ³ Waaqayyo gooftaa isa guddaa waan ta'eef, waaqayyolii hundumaa irrattis inni mootii guddaa dha; መዝሙር 95 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ ኑ፥ በእግዚአብሔር ደስ ይበለን፤ ለአምላክ ለመድኃኒታችን እልል እንበል። ² በምስጋና ወደ ፊቱ እንድረስ፥ በዝማሬም ለእርሱ እልል እንበል፤ ³ እግዚአብሔር ታላቅ አምላክ ነውና፥ በአማልክትም ሁሉ ላይ ታላቅ ንጉሥ ነውና።
Show all...
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️Garakee yommuun ilaalu aaran galfadha
Show all...
Watch "Garakee yommuun ilaalu aaran galfadha. Faarfannaa Afaan Oromoo" on YouTube https://youtu.be/NNVXuTcPg4A
Show all...
01:52
Video unavailableShow in Telegram
Yoh. 10 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Yesus itti fufee, "Dhuguma, dhuguman isinitti hima, namni gola hoolotaatti balbalaan ol galuu dhiisee, karaa biraatiin lixu, inni hattuu dha, saamtuu dhas. ² Namni balbalaan gola hoolotaatti ol galu garuu, inni tiksee hoolota sanaa ti. ³ Tiksee sanaaf kella eegduun in bana, hoolonni sagalee isaa in beeku, inni hoolota isaa maqaa maqaa isaaniitiin isaan waamee gad isaan in baasa. ⁴ Hoolota isaa hundumaa erga gad yaasee, fuula isaanii dura in adeema; hoolonni sagalee isaa waan beekaniif isa duukaa in bu'u. ⁵ Sagalee warra ormaa waan hin beekneef, nama orma in baqatu malee, isa duukaa hin bu'an" jedhe. … ¹⁴ Tikseen gaariin ana, ani hoolota koo beeka, hoolonni koos ana beeku. ¹⁵ Abbaan akkuma ana beeku, anis akkuman abbaa beeku, anii fi hoolonni koo wal beekna; lubbuu koos hoolotaaf nan kenna. ¹⁶ Warra gola kanatti galan malees hoolota kan biraa qaba; isaan immoo yaasuun anaaf in ta'a, sagalee koos in dhaga'u; walitti karra tokko in ta'u, tikseen isaaniis tokko in ta'a.
Show all...
Cal jedhee na gammachiisa,, ዝም ብሎ ያስደstengal
Show all...
Watch "Na gammachiisa, cal jedhew na gammachiisa." on YouTube https://youtu.be/W37gt7igtJc
Show all...
“Gaarummaan Waaqayyoo guyyaa hundumaa achuma jira; ati immoo yaa nama dira'aa, hamaa hojjechuu keetiin maaliif of jajja ree?”... “Waaqayyo garuu yeroo hundumaaf gad si cabsuuf jira; godoo kee keessaa butee si baasuuf jira; biyya warra jiraatoo keessaas hundeedhaan si buqqisa.” — Far. 52:1-5 “መዝሙር 52 (አዲሱ መ.ት) ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ ኀያል ሆይ፤ በክፋት ለምን ትኵራራለህ? አንተ በእግዚአብሔር ዐይን የተናቅህ፣ እንዴትስ ዘወትር ትታበያለህ? … ⁵ እግዚአብሔር ግን ለዘላለም ያንኰታኵትሃል፤ ይነጥቅሃል፤ ከድንኳንህም መንጥቆ ያወጣሃል፤ ከሕያዋንም ምድር ይነቅልሃል። ሴላ
Show all...
Watch "Abbaakoo" on YouTube https://youtu.be/lBCkP6KL9cg
Show all...
Watch "Afaan Oromoo. Jaalala" on YouTube https://youtu.be/k38ELs2Iweg
Show all...
Repost from #KALTUBE
        አላማችሁን ከእግዚአብሔር መንግስት አንፃር ቃኙት   የእግዚአብሔርን ፈቃድ አድርጋችሁ የተሰጣችሁን የተስፋ ቃል እንድታገኙ መጽናት ያስፈልጋችኋልና። ወደ ዕብራውያን 10 : 36 ✦እግዚአብሔር በእያንዳንዱ አማኝ የተለየ አላማ አለው። የእግዚአብሔር አላማ እንድንናሳካ በልባችን የሞላውና በእኛ ያለው ሃሳቡ ነው። በእግዚአብሔር አላማ መኖር በህይወት መኖርን ጣዕም ይሰጠዋል። ✦እግዚአብሔር በዘላለማዊ ሃሳቡ አላማውን በእናንተ ሊያሳካ ጠርቷችኋል። አማኝ በመጀመርያ የሰማይን አላማ አንግቦ ለማሳካት ይተጋል። እንደ አማኝ ዋነኛው አላማችን ከእግዚአብሔር መንግስት ጋር የተያያዘ ሊሆን ይገባል። አላማችን ሁሉ ከእግዚአብሔር መንግስት አንፃር የተቃኘና ለእግዚአብሔር ክብር እንዲሆን በክብር ተጠርተናል። ሃሌሉያ! ✦ከእግዚአብሔር መንግስት አንፃር ያልተቃኘ የትኛውም የኛ አላማ ትርጉም የለሽ ነው። በምናስበውና በምናቅደው ነገሮች ውስጥ የእግዚአብሔር መንግስት አለበት? ?ከሌለ አላማን ለማስተካከል ጊዜው አሁን ነው። እቅዶቻችሁን ሁሉ ከሰማይ ፈቃድ ጋር እናገናኘው። ያኔ የተትረፈረፈ ህይወት ውስጥ መግባት ይሆንልናል። ✦አንድ አማኝ የእግዚአብሔርን መንግስት ማዕከል ያደረገ ዕቅድ ሲኖረው እቅዱ እንዲፈፀም የሰማዩ መንግስት አስፈላጊውን በጀትና፣ሃይል ወዘተ  ሁሉ ይለቃል። ✦ስለ ሰማይ እያሰባችሁ ልታሳኩ የምትሄዱበትን እርምጃ ሁሉ ሰማይ እውቅና ይሰጣል።አንዳች የሚጎድልባችሁ አይኖርም። እስቲ ቆም ብለን እራሳችንን እንጠይቅ። ~የቀለም ትምህርት የምማረው ለምንድነው?መማሬ ከእግዚአብሔር ሃሳብ ጋር ይገናኛል??የምማረው ለማነው? ~የምሰራው ለምንድነው??ስራዬ የእግዚአብሔርን መንግስት ያማከለና የሚገልጥ ነውን??ስራዬ ለእግዚአብሔር ክብር ማምጫ ነውን? ~በማገኘው ገንዘብ የእግዚአብሔርን መንግሰት(ቤ/ክ) እየደገፍኩ ነውን??በገንዘቤ ምን እያረኩ ነው?በገንዘቤ የእግዚአብሔርን ሃሳብ እያገለገለኩ ነውን?? ~በሞያዬ የእግዚአብሔር መንግስት እየከበረ ነውን?? ~በተቀበልኩት የፀጋ ስጦታ መንግስቱን እያገለገልኩ ነውን? ብለን እነዚህን የመሳሰሉትን ጥያቄዎች ለራሳችን መጠየቅ አላማችንን ከእግዚአብሔር መንግስት አንጻር እንድንቃኝ ይረዱናል። ✦ከእግዚአብሔር አላማ አንፃር ያልተቃኘ ሃሳብ ሁሉ ሰማይ የማያውቀው ሰማይ ድጋፍ የማይሰጠው ከንቱ ሩጫ ነው። ሰማይ የማያውቀውን አላማ አንግቦ መኖር አሳዛኝ ነገር ነው። ✦ከእግዚአብሔር መንግስት አንፃር የተቃኘ አላማ እግዚአብሔርን ያከብራል። ስለዚህ በአመታዊ እቅዳችሁ፣በወርሃዊ እቅዳችሁ፣ወዘተ ክርስቶስን ማዕከል አድርጉት ማዕከል እናድርገው። ያለ ክርስቶስ ማዕከላዊነት ምንም አታስቡ፣ያለ ክርስቶስ አታቅዱ፣ያለ ክርስቶስ አታልሙ፣ያለ ክርስቶስ አትልፉ።ያለ ክርስቶስ አትድከሙ። የጌታችን የመድኃኒታችን የኢየሱስ ክርስቶስ ፀጋ ከሁላችን ጋር ይሁን። አሜን! ሻሎም!! ©በነቢይ መሳይ አለማየሁ 💐💐💐💐 @KALTUBE @KALTUBE @KALTUBE
Show all...
Music
Show all...
Voice message
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Iji koo gara gaarotaatti ol in ilaala, gargaarsi koo eessaa dhufa? Gargaarsi koo Waaqayyo biraa in dhufa; inni immoo isa bantiiwwan waaqaa, lafas uumee dha. Kunoo, inni Israa'elin eegu, matumaa hin mugu, hin rafus. Waaqayyo si eega, Waaqayyo gaaddisa kee ti, inni gara mirga kee jira. Guyyaa aduun si hin rukutu, halkanis ji'i si hin miidhu. Waaqayyo hamaa hundumaattii si eega, inni jireenya kee in eega. Waaqayyo gad ba'uu kee, ol galuu kees ammaa jalqabee hamma bara baraatti in eega. Faarfannaa 121:1-8 ዐይኖቼን ወደ ተራሮች አነሣሁ ረዳቴ ከወዴት ይመጣል? ረዳቴ ሰማይና ምድርን ከሠራ ከያህዌ ዘንድ ይመጣል፡፡ እግርህ እንዲንሸራተት አይፈቅድም አንተን የሚጠብቅህም አይተኛም፡፡ እነሆ እስራኤልን የሚጠብቅ አይተኛም አያንቀላፉምም:: ያህዌ ይጠብቅሃል፤ ያህዌ በቀኝህ በኩል ይከልልሃል፡፡ ፀሐይ በቀን አያቃጥልህም ጨረቃም በሌሊት አይጐዳህም፡፡ ያህዌ ከክፉ ሁሉ ይጠብቅሃል እርሱ ሕይወትህንም ይጠብቃል፡፡ ከአሁን ጀምሮ እስከ ዘላለም ያህዌ በምታደርገው ሁሉ ይጠብቅሃል፡፡ መጽሐፈ መዝሙር 121:1-8
Show all...
Watch "Aster Abebe | Kemayemechu Hunietawochie - ከማይመቹ ሁኔታዎቼ" on YouTube https://youtu.be/DCTEhrKnHCE
Show all...