cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

JESUSGLOBAL🌍

GOSPEL FOR ALL IN ALL LANGUAGES, CULTURES, VALUES AND ASPECTS.....🌲🌲🌲🦢🦢🦢☘️☘️☘️

Show more
Finland1 525The language is not specifiedEducation49 918
Advertising posts
708
Subscribers
No data24 hours
-67 days
-2230 days
Posts Archive
Ija Waaqayyootiin rakkina keenya ilaaluu
Show all...
“Hoolonni koo sagalee koo in dhaga'u, ani isaan beeka, isaanis na duukaa in bu'u.” — Yoh. 10:27
Show all...
01:52
Video unavailableShow in Telegram
Hoolonnikoo sagaleekoo beeku
Show all...
“Namni hamaa yoo isin irratti hojjete, deebiftanii hamaa irratti hin hojjetinaa! Waan fuula nama hundumaa duratti fudhatamaa ta'e yaadatti qabadhaa!” — Rom. 12:17
Show all...
06:57
Video unavailableShow in Telegram
00:18
Video unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Hamma Dhumaatti Dhaggeeffadhu... waatu jiraa. “Durii durii jalqabee, namni ija nama jaamaa ta'ee dhalatee akka bane, dhaga'amee hin beeku.” — Yoh. 9:32 Yesuus qofatu abaarsa uumamaa, dhukkuba uumamaa, rakkina uumamaa, sirraa kaasa: Guyyaa Gaarii
Show all...
“Jaallatamoo obboloota ko, egaa utuu hin socho'in jabaadhaatii dhaabadhaa! Itti dadhabuun keessan gooftaa biratti akkasumaan akka hin ta'in beektanii, yeroo hundumaa hojii gooftaa caalchisaa hojjedhaa!” — 1Qor. 15:58
Show all...
Carraa keessan yaalaa Waaqayyo isin haa gargaaru
Show all...
Repost from Sanyii Guddataa
Photo unavailableShow in Telegram
Yuunivarsiitii Bulee Horaa Namoota 95 ol Zero Experience @segnigudeta @wabisegni
Show all...
06:00
Video unavailableShow in Telegram
ቤተልሄም ተዘራ Bethelhem Tezera ይቅር ባዬ Share & Join 🙏🙏🙏 @yetamenaltube @yetamenaltube 🔺follow us🔺
Show all...
Repost from Natnael Mekonnen
Photo unavailableShow in Telegram
የብሔራዊ ባንክ ገዥ ዶ/ር ይናገር ደሴ ፦ - ኢትዮጵያዊያን በግለሰብ ደረጃ ከ100 ሺህ ብር በላይ ለድርጅቶች ደግሞ ከ200 ሺህ ብር በላይ ቤት ውስጥ ማስቀመጥ የተከለከለ መሆኑን መገንዘብ ይኖርባቸወል። - ገንዘብ በባንክ መቀመጥ አለበት ፤ የግብይት ስርዓትም በባንክ ማካሄድ ይቻላል። - መመሪያው ከሚፈቅደው የገንዘብ መጠን በላይ አስቀምጦ የተገኘን አካል #የጠቆመ ግለሰብ 15 በመቶ የወረታ ክፍያ ይከፈለዋል። - በውጭ አገራት ገንዘብ ግብይት መፈጸምም ሆነ በህገወጥ መንገድ ይዞ መገኘት አይቻልም። - ወርቅን በህገወጥ መልኩ ቤት ውስጥ ማከማቸት የማይቻል ሲሆን በህገወጥ መልኩ ወርቅን ያከማቸ ግለሰብ ለጠቆመ ግለሰብ ባንኩ በወቅቱ ባለው ግብይት የ15 በመቶ ወረታ ይከፈለዋል። - በህገወጥ የሃዋላ የውጭ አገራት የተሰማሩ አካላትን ለጠቆመም እስከ 25 ሺህ ብር ወረታ ይከፈለዋል። - በህገወጥ ገንዘብ ህትመት የተሰማሩ አካላትን ያጋለጠም ከ20 ሺህ እስከ 200 ሺህ ብር ወረታ ይከፈለዋል። - ጠቋሚዎች ወረታውና ሽልማቱ የሚበረከትላቸው #ደህንነታቸው እና #ሚስጥራዊነታቸው በተጠበቀ መልኩ ነው። Credit : ENA
Show all...
Urgent Position: One-to-one support (Psychologist) Place: Sarbet, Karl square (Sonnenland International Preschool) Experience: 0-1 year. Note: Female applicants only. Salary: 6000-7000 net Required number: 5 Send your CV to @GeorgePsych
Show all...
itti eebbifaama
Show all...
Ibr. 13 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹⁵ Egaa kottaa karaa isaa utuu gargar hin kutin, aarsaa galataa Waaqayyoof in dhi'eessinaa! Aarsichis maqaa isaa beeksisuudhaaf wanta afaan keenya keessaa ba'uu dha. ¹⁶ Wanta gaarii gochuu, waan qabdan warra kaaniin ga'uus hin dagatinaa! Waaqayyo aarsaa akkasiitti in gammada. ¹⁷ Geggeessituun keessan akka warra itti gaafatamanii waan hojjetan himuuf jiraniitti, waa'ee lubbuu keessaniif dammaqanii waan yaadaniif, isin isaaniif abboomamaa karaas kennaaf! Kanas gaddaan utuu hin ta'in, gammachuudhaan akka isaan hojjetan godhaa! Isaan gaddaan yoo hojjetan garuu isiniif ba'ees'sa miti.
Show all...
00:30
Video unavailableShow in Telegram
Utuu namoonni si ilaalanii ulfinaa gara ulfinaatti barrisuun siif haa ta'u Maqaa Yesuusiin.
Show all...
“Inni fedha warra isa sodaatanii fiixaan in baasa; iyya isaaniis immoo in dhaga'a, isaan in oolchas.” — Far. 145:19 Kanuma
Show all...
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu KUTAA TOKKOFFAA SEERA UUMAMAA
Show all...
#ይነበብ! በመንገድ ላይ ሲጓዝ የነበረ አንድ ሰውዬ መርዛማ የሆነ እባብ በእሳት ሲቃጠል ተመለከተና ከእሳቱ ውስጥ ሊያወጣው ወሰነ። ከእሳቱ ውስጥ ሊያወጣ ሲያነሳው እባቡ እጁ ላይ ነደፈው። ሰውዬው በድንጋጤ እባቡን ወረወረው እባቡም ተመልሶ እሳቱ ውስጥ ወደቀ። ሰውዬውም በድጋሚ ሁለት እንጨቶችን ተጠቅሞ ከእሳቱ አወጣው። እናም የእባቡ ሕይወት ተረፈ። ቆሞ ድርጊቱን ይመለከት የነበረ አንድ ሰው ወደ ሰውየው ቀርቦ "ይህ እባብ በመርዙ ነድፎህ ሳለ ድጋሚ ልታድነው የምትሞከረው ለምንድነው?" ብሎ ጠየቀው። ሰውየውም "የእባቡ ባህሪ መንደፍ ነው የእኔ ደሞ ማትረፍ ነው። ሁለታችንም ያለንን ነው ያንፀባረቅነው። ለሱ ክፉ ባህሪ ብዬ የኔን መልካም ባህሪ መለወጥ የለብኝም" ብሎ መለሰ። መልዕክቱ እንደራስ አረዳድ ቢለያይም ጠቅለል ሲደረግ እንዲህ ነው.....። ክፉ ነገር በክፉ ሊመለስ አይገባም። መጥፎ ሰዎች በዙሪያህ ቢኖሩም፣ የቱንም ያህል ክፋት ቢሰሩብህ አንተ የራስህን መልካም ባህሪ አንፀባርቅ ። እራስህን ሁን!!!! ወንድሜ እራስህን ሁን🙏 እህቴ እራስሽን ሁኚ 🙏
Show all...
itti eebbifaama
Show all...
dhaggeeffadha itti Eebbifaama
Show all...
01:59
Video unavailableShow in Telegram
01:59
Video unavailableShow in Telegram
01:59
Video unavailableShow in Telegram
Repost from Tefera Lemi
“Yeroo hundumaa walii keessaniif, namoota hundumaafis gaarii gochuu yaadaa malee, namni tokko illee waan hamaadhaaf hamaa akka hin deebifne ilaalladhaa!” — 1Tas. 5:15 “ማንም ለሌላው በክፉ ፈንታ ክፉ እንዳይመልስ ተጠንቀቁ፥ ነገር ግን ሁልጊዜ እርስ በርሳችሁ ለሁሉም መልካሙን ለማድረግ ትጉ።” — 1ኛ ተሰሎንቄ 5፥15
Show all...
Repost from Gadaa Post
#Yaadachiisa Barattoota kutaa 12ffaa maraaf Qormaata seensaa bara 2014/15 gara mooraa itti ramadamnii yeroo imalan wanta qabachuu qaban, wantota hayyamamaniifi hin hayyamamne armaan gaditti isiniif ibsinee jirra. Wantota qabachuun danda'amu 👉Uffata qorraa 👉Uffata Firaashii fi hirkoo 👉Nyaata qooraa 👉Uffataafi Boorsaa 👉Kaardii qorumsaa, Irsaasii, Laaphisii, Qalama, daftara yaadannoo, waraqaa qulqulluu, kitaaba Wantoota qabachuu hin danda'amne 👉Wantota sagalee viidiyoofi suuraa waraaban. 👉Kaameeraa 👉Wantota sarara teeleenis ta'e sanaan ala ergaa erguufi fudhachuu danda'an,(Taabileetii, Laaptooppii, bilbila, Haard Diiskii, Filaashii Miimoorii) Barattoota Saayinsii Hawaasaa 👉26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii 👉29-01/2015 Oorenteeshinii 👉30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa Barattootaa Saayinsii Uumamaa 👉05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii 👉07/02/2015 Oorenteeshinii 👉08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa #Reposted @Gadaapost @Gadaapost
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
ፓይለት ለመሆን በኢትዮጵያ አቪዬሽን አካዳሚ መማር ለምትፈልጉ በሙሉ መልካም መረጃ ፦ We are pleased to announce that registration for pilot training is open at Africa’s largest center of excellence, Ethiopian Aviation Academy. Our highly qualified ground and flight instructors are ready to help you realize your childhood dream. Upon successful completion of the training, we will facilitate type rating training and accumulation of hours on selected fleet at an additional cost to enhance your employability. Click here to register https://corporate.ethiopianairlines.com/eaa/programs-and-applications መረጃውን በማጋራት እድሉን መጠቀም ለሚፈልጉ አድርሱ ተማሪ ነክ መረጃዎች ያግኙ @NATIONALEXAMSRESULT Click here for advertisement @studentsnewsadv35bot
Show all...
“Ani kunoo mar'ataa irra, torbaan-qabaa irra, aangoo diinaa hundumaa irras ejjechuu akka dandeessaniif, gooftummaa isiniif kenneera; homtinuus isin hin miidhu.” — Luq. 10:19
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram