en
Feedback
𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊!

𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊!

Open in Telegram

Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf 👇 @baahar_Umar

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel 𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊!

Channel 𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊! (@baharorotelegram) in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 24 934 subscribers, ranking 7 839 in the Education category and 1 396 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 24 934 subscribers.

According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 609 over the last 30 days and by 16 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 15.38%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 3.37% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 3 835 views. Within the first day, a publication typically gains 841 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 34.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf 👇 @baahar_Umar

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

24 934
Subscribers
+1624 hours
+1717 days
+60930 days
Posts Archive
Koottu mee gad taa'i Ija keetan laalaa Kan nyaadhu kan dhugu Isatu naaf caalaa Argaan kee soora koo Gororri kee dammaa Ija koo ilaalaa Na dhungadhu ammaa ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa... https://t.me/baharOrotelegram

🕊️ 💕🫶🌏 An simbirroo samiiti ‎At qurxummii galaanaa ‎Halaalarra dhaabbannee ‎Fageenyarraa wal yaanna ‎ ‎Akka walitti hin siqneef ‎Uumamatu daangaadha ‎Akka walirraa hin siqneef ‎Jaalalatu danqaadhaa ‎ ‎Qurxummii koo nagaatti ‎simbirroon kee si yaaddii ❤️💗💟fuula Jaalala❤️ ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. Https://t.me/baharOrotelegram

Moodela Shaggarii Mucaa Dirree Dawaa Bareedduu Wallaggaa Boontuu warra Shawaa Maashoo warra Jimmaa Intala warra mootii Kennaa koo ganamaa Naaf qabeenya kooti Intala warra Arsii Haftee warra Aanolee Siifan wareegama Siifan falma lolee Warra Arfan Qalloo Dhiiga warra Calanqoo Yoomiiyyuu sin jibbu Sin jaalladha waankoo Bareedduu Waabee gamaa Kan qalbii na fuutu Intala warra Baalee Mucaa Waaqoo Guutuu Fakkaattii Warqituu Magaala qalloo koo Mucaa warra Raayyaa Goototti Walloo koo Mucaa Bakar Waaree Intala Harargee Isheen halkan rafee Aabjuu kootiin arge Boontuu warra Shawaa Obboleettii Haacaaluu Kan darbeef kan dhufus Eenyullee sin caalu Intala Kamisee Bareedduu Karrayyuu Akkuma kaleessa Sin jaalla arrayyu❤ Yaada qabaannaan @Baahar_Umar ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.! https://t.me/baharOrotelegram

Mee Altakkaaf Seenaati naaf dubbisaa kabajamtoota kiyya maatin jaalalaa..

Ka'ee warqii siif ta'ee Morma keetti diramuu? Ka'ee moo filaa ta'ee Rifeensa keen filamuu Natti himi bareeduu koo Maal sif ha baasu arsaa Waanan akkatti sijaalluu Anaafuun galle waansaa 💗❤️🥰Jaalala💟 ✍️..by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram

I love you so much💗My familly🌹

Utuun si barbaaduu Bifa dhabee daaree Taatee achiin haftee Miilla bakar waaree Si dhabuun anattii Madaa qubaa taatee Maalif yuusuu didee Bineensi si nyaatee Abdiidhaan si eeguu Ja'ee ganaa dhuftaa Moo akkuma salphaatti Deemtee achiin haftaa Waloon walooma keenya ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram

Biiftuu Oromiyaa Biqiltuu uumamaa Beektuu warra Maccaa Intala Tuulamaa Giiftii warra lixaa Mucaa Abbishee Garbaa Daandiitti na eegi Si dubbiseen darbaa Boontuu warra Shawaa Sanyii warra Daraaraa Mucaa safuuf duudhaa Haadha siinqee araaraa Boontuu waabee gamaa Warra Aliyyii Cirrii Ishee orma hawwu Kan jaallatu firri Arsittii warra Nadhii Mucaa Sikkoof mandoo Gaaddisa aduu bonaa Dibaabee gaaf yandoo Maashoo Gibee gamaa Mucaa abbaa Jifaarii Intala Warqituu Goota gaafa aarii Muca Abbaa Gammachis Warra Abbaa Booraa Suuraa fi surraan keen Qalbii kankoo soora Mucaa Bakar Waaree Intala afran qalloo Beektu enyummaashee Sanyii Raayyaaf walloo Intala Booranaa Beektuu safuuf duudhaa Ati tole jennaan Jaarsa ergeen si fuudha 💗😍Yaada qabaannan     👇👇👇👇   @Baahar_Umar Nuqunnamaa.. ✍️.. By @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. Https://t.me/baharOrotelegram

Mudhiin qabaan guutu Mormi taakkuu lama Naaf himi qomoonkee Maccamoo Tuulama? Garami teessoonkee Daseedhamoo Walloo Harargeedhaa laata Warra afran qal'oo Nagaan oolaamee Ummata jaalalaa😍 Walaloon kun itti fufam... ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram

Soorata kee ta'uu? Akka na cuffattuu Jaappoonii kee ta'uu? Akka na uffattuu..... Walaloo 💗jaalalaa Guutuu Waloo kanaa namoonni fidi jattaan yaada kannadhaa.... ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram

Mee yeroo garii Channaloota keenya kan APP Adda addaan bannee irraan nujajjabeessaa follow gochun👇👇👇👇👇👇👇 https://whatsapp.com/channel/0029Vb7YSto5PO0uvbM6tq20

Walaloo Gaggabaabdu akkanaa🥰 Akka dhiyeeysinu Sagaleen feenaan yaada keessan nuuf gumaacha😍🥰

Sansalanni sakaala kee Sansalanni sakaala kee Naqabeera akka haphee Ana michiin jaalala kee Na dhaheera gara laphee Elaa yaad
Sansalanni sakaala kee Sansalanni sakaala kee Naqabeera akka haphee Ana michiin jaalala kee Na dhaheera gara laphee Elaa yaada kulkulaa Dhaba kee nan dadhaba An araada jaalala kee Utuun taa'uun gaggaba Qilee keettan gatame Qe'ee keettan hatame Onnee kiyya weerarte Mootee natti geerarte Mootittii mootii miiraa Gootittii gooftaa dhiiraa Deemsi koos faana keeti Keessi koos suma feeti. #Haadha_Manakoof... 💟🌹🥰 ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram

Mee Ka'ee Barrisuu... Mee ka'ee barrisuu Qilleensarra kaadhuu Hanga dachiif samii Rakkorraa fagaadhuu. Samii gubbaa yaabee Gadi ilaaluu dachii Rakkinni rakkattuun Jirtii laata achii. Jettee na waswaaste Qalbiin obsa dhabdee Waan duraan hin qabne Eessaa naaf jalqabdee... Kan qochaadhaaf kaa'e Allaattiin hin fuutuu Humnaa ol hin hawwin, Teessee hawwuu qofaan Hawwin kee hin guutuu. Aboo tasgabbaa'i Tasgabbaa'uu wayyaa Hundumaayyuu qabda Qabaannaniin fayyaa #Kutaan_2ffaan itti fufa..... ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa... https://t.me/baharOrotelegram

Namoonni Tiktok fayyadamteen mee mucaa qaxalee kana jajjabeessaa Walaloo gaggabaabdu sagaleen asirraan tamsaasa jiraa... 👇👇
Namoonni Tiktok fayyadamteen mee mucaa qaxalee kana jajjabeessaa Walaloo gaggabaabdu sagaleen asirraan tamsaasa jiraa... 👇👇👇👇👇linki🔗 https://vt.tiktok.com/ZS4HsrmQB/

Ija kee qulquullu Aduu caalma ifuu Hidhii kee bunuuti Isa damma tiifuu Mootii Mootitti Siida aksuumin jedhuu Funyaan kee konk
Ija kee qulquullu Aduu caalma ifuu Hidhii kee bunuuti Isa damma tiifuu Mootii Mootitti Siida aksuumin jedhuu Funyaan kee konkoona Maal utuun jiraadhee Si bira yerookanaa Gurraatti Afriikaa Tarree Kan Mahiibuuba Yaadi kee akka abiddaa Waxaalee na gubaa Dawwannan Koo suma Eessa hin deemu lammu Silaa  akka haasa kee Hin miyyaa'um dammuu! 𝗧𝗮𝗺𝘀𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗪𝗮𝗹𝗮𝗹𝗼𝗼💟𝗷𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗘𝗲𝗴𝗮𝗹𝗹𝗲𝗲𝗿𝗮!... yaada qabaannan @Baahar_Umar Nuqunnamaa... ✍️.. By @baahar_Umar Guddaa galatoomaa! https://t.me/baharOrotelegram

#Maalif_Komatta_Hiree? Yoo ati qabsoofte malee Onneedhaa hanga tiruu Carraaqqiidha malee... Carraan lafarran jiruu Akka waan rabbirraa Rakkinni isaaf murtaa'ee Namni carra maaf jedha ? Osoon hojjanne taa'ee Ka tattaafate hundaaf Milkiin jiraam karraa Taa'anii milkaa'udhaaf Hin jedhamu carraa ... Situu darbuu qaba Gufuu meeqaa ciree Ofiikee yoo tahe malee Maaliif komatta hiree? ✍️.. by @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. https://t.me/baharOrotelegram