Milki health science tutorial center 💉💊
前往频道在 Telegram
Center of empowering minds. WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community: https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_t
显示更多📈 Telegram 频道 Milki health science tutorial center 💉💊 的分析概览
频道 Milki health science tutorial center 💉💊 (@milkihsc) 是活跃参与者。目前社区聚集了 16 555 名订阅者,在 医学 类别中位列第 1 444,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 2 037 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 16 555 名订阅者。
根据 12 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 311,过去 24 小时变化为 3,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 22.55%。内容发布后 24 小时内通常能获得 13.13% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 3 728 次浏览,首日通常累积 2 171 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 14。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Center of empowering minds.
WhatsApp: Follow this link to join my WhatsApp community:
https://chat.whatsapp.com/KRS8CJF6RSkILpWRkfoGLP?mode=ac_t”
凭借高频更新(最新数据采集于 13 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 医学 类别中的关键影响点。
16 555
订阅者
+324 小时
+1307 天
+1 31130 天
帖子存档
Email keessanii, English..Next kan jedhu erga cuqaastanii booda maqaa guutuu dabalatee waan isin gaafatu qaba
#Leenjii_Hubannoo uumuu
African Union CIEFFA & Impact HER Fully Funded Online Capacity Building Training 2026:-
Mata duree leenjiin kun ilaallatu: Digital Skills, Financial Literacy, Entrepreneurship, and Gender Equality in Education.
Leenjiin Afaan Ingiliffaan kennama
Ulaagaa: Dhiirris shamarranis Afiriikaa keessatti dhalatanii kan guddatan kamiyyuu kan fedhii qaban galmaa’uu dandahu.
Leenjiin kun: karaa ‘Online’kennama.
Faayidaa inni qabu: Qarshii kamiyyuu isin hingaafatu (Bilisa), gaafa leenjii kana xumurtan ‘certificate’ isiniif kennama.
Guyyaa galmeen kun raawwatu: 31 July 2026 (Guyyaa 19tu isin hafe)
Guyyaa leenjiin kun itti eegalu: 31 August 2026
Kan fedha qabdan, galmaa’uuf karaa ‘Online’ liinkii armaan gadii fayyadamaa galmaa’aa:
https://docs.google.com/.../1FAIpQLSdUwmECIA4.../viewform...
Carraa gaarii
Hiriyaa keessaniif share godhaa.
Deggersa: Barattootni yeroo darbe Licensure exam/COC isa ji'a darbee kan qoramtanii turtan please, Qormaata qoramtan sana baayyeen barbaadaa jira. Akka tasaa yoo harka keessan galee jiraate, 0917047563 inbox nuuf godhaa. Dhaloota duuba keessan jiran akka isaan milkaa'aniif ittiin qarra. Galatoomaa.
Tik tok Milki health science dha, follow nuu tolchaa.
https://vt.tiktok.com/ZSXYNwxYW/
Sagantaa barnootaa Milki health science kan torbee jalqabaa (06/_12/11/2018) akka armaan gadiitti kan hojii irra oolu taha.
Sagantaan kan barattoota 'Exit Exam 2019 Online gaafa 'Tuesday (07/11/2018) halkan sa'a 2:30 irratti eegala, kan COC immoo gaafa 10/11/2018 halkan sa'a 2:30tti kan eegalu taha. Kan barattoota fuulaan magaalaa Naqamteetti baratanii gaafa Kamisaa (9/11/2018) sa'a booda 8:00 eegalee kan itti fufu taha.
Milkiin inni nu eegalsiise milkiin nuhaaxumursiisu.
Milkiin Milkaa'inaafi
Dhamaanee Waaqa kadhanna💪innis numilkeessa
#Jabaan_Waaqa
Milki HSTC, Oromia
Center of empowering minds 🧠
📢 MILKI HEALTH SCIENCE: MARSAA 6FFAA - BARNOOTA DABALATAA (COACHING/Tutorial) 📢
Barnoota dabalataa 'Milki Health Science' dhaan qophii 'Exit Exam' fi 'COC' irraa kennamu torbee kana kan eegallu taha.
……..
Milki Health Science, barnoota dabalataa qulqullina qabuu kennuun bara 2015 eegalee barattoota marsaa 5’f leenjisee qormaataaf geesisuun milkiin xumuruun isaa beekamaadha, ammas Marsaa 6ffaaf qophii taasisu xumuree jira.
Isinis milkaa’ina kana keessatti hirmaadha!
✅ Yoomi? Torbee kana.
✅ Akkaamiin? Karaa Fuula-fuulaan magaalaa Naqamteetti ykn Online👉🏻eessayyuu teessanii.
🎯 Kutaalee Barattootaa:
Exit Exam: Barattoota bara 2019 qormaata bahiinsaa fudhatan (Kanneen duraan hin milkaa’iniifis carraa guddaadha).
Licensure Exam/COC: Barattoota bara 2018 kana ji’a 12ffaa keessa qormaata COC fudhataniif.
⚠️ Hubachiisa: Barnootni keenya torbee kana waan eegaluuf, barnootni keenya kun akka isin hin darbineef Online barachuuf har’uma galmaa’aa, fuulaaf fuulaan barachuuf guyyaa sagantaa barnootaa isiniif maxxanfame dhuftanii galmaa’uu dandeessu.
📍 Bakka argama keenyaa:
Magaalaa Naqamtee, Gamoo OSSA, darbii 3ffaa. 0917047563
💻 Online galmaa’uuf, odeeffannoo guutuu Telegram keenya irraa argadhaa.
🔗 https://t.me/milkiHSC
⏰ Beeksisni: Sagantaa barnoota torbee kanaa sa’aatii tokko booda fuula keenya irratti ni maxxansinaatii nu Hordofaa.
Milki Health Science – Milkaa’ina Keessaniif isiniif Jirra!
Milkiin Milkaa’inaafi!
#MilkiHealthScience #ExitExam #COC #Naqamtee #Nursing #HealthScience #Education #Success
Jabaan Waaqa
#Licensure_Exam
Barattootni ji’a 12ffaa keessa Licensure exam (COC) qoramuuf jettan, barnoota dabalataa karaa Milki health online leenjisuu eegaluuf qophii hunda xumurree isin eegaa jirra.
Barnootni keenya halkan sa’a 2:30-4:30tti torbeetti lama kennama. Sagantaan torbee torbeetti jijjiirama, garuu torbeetti yerooma lama baratama.
Sagantan yoo isin jela darbe yoo network isin jeeqe waraabamee waan ta’uuf rakkoon hingodhatu.
Licensure exam dhaaf Muummee Bsc Nurse qofa leenjisna.
Kan barattoota Exit Exam leenji’anii torbeetti sadii dha, isaanis muumee fayyaa kan kana dura siniif eerree turredha.
Sagantaan barnootaa kan barattoota Exit Exam bara 2019 fudhatanii, torbee dhufu sagantaan torbanii bahee barnootni kan itti fufu ta’a, akkasumas kan barattoota Licensure exam baratan barattootni daddafanii galmoofnaan, torbee dhuftutti sagantaan torbanii kan bahu tahuu isin beeksisna.
Hangi Kaffaltii kan ji’aa kan barattoota Exit Exam leenji’an duukaa wal fakkaataafi hammuma kanaan duraa kan gahudha.
Barnootni keenya kallattiin kan darbuu fi barnoota kenninee qormaata isin shaakalsiisuu irratti qofa kan fuuleffatudha.
Galmaa’uuf CBE 1000072825741 Fantahun Guteta kan jedhuun kaffaltii xumuruun screenshot lakkoofsa bilbilaa 0917047563 irratti nuu ergaa.
Garee ‘private’ tahe waan jiruuf garee sanatti dabalamtu.
Milkiin Milkaa’inaafi
Milki health science TC, Naqamte
Center of empowering minds 🧠
#Oduu_Ammee!!
Biiroon Barnoota Oromiyaa barataa Kaalid kan yeroo darbe gaafa inni qormaata xumuraa kutaa 8ffaa fudhatu haati isaa jalaa boqottee gadda ofii danda'ee qormaata isaa xumureef mana jireenyaa ijaaruuf waadaa seenee jiraachuu Kominikeeshinii Eekkaa Xaafoo gabaasee jira.
Dr. Tolaa Bariisoo fi gareen hoggansa BBO murtoo kana murteessitan ulfaadhaa.https://t.me/milkiHSC
Barattootni Exit Exam milkooftanii ji'a 12ffaa Licensure exam qoramuuf jettan, Karaa Milki health Online barnoota dabalataa galmee eegaluu barbaadnee jirra.
Akkami ha eegalluu?
Yaada keessan nuu barreessaa.
Yaada keessan hanga hardha sa'a 12:30tti ilaallee gara galmeetti kan ceenu taha.
Galatoomaa
Hubachiisa: Yeroon kun erga darbee booda dabalataan kan hin kennamne waan ta'ef, maxansa kana Share gochuun waliif dabarsaa.
Carraa gaarii
#licensure_exam_updated
Licensure exam kan ji’a 12ffaa 2019
Oduu ariifachiisaa fi baay'ee murteessaa ta'e
Barattoota muummee fayyaa eebbifamtanii Exit Exam milkooftanii jirtan, fi ogeessota fayyaa qorumsa kana barbaaddan hundaaf.
Akkuma beekamu, Ministeerri Eegumsa Fayyaa Itoophiyaa qormaata gahumsa ogummaa (Licensure Exam) ji'a Adoolessa (12ffaa) Bara 2018 keessa kennuuf qophii xumuree jira.
Kanaan walqabatee, ragaalee qoramttootaa gurmeessuuf adeemsi galmee waan eegalamuuf jedhuuf, eebbifamtootni fi ogeessotni fayyaa qorumsa kan barbaaddan hundi keessan gochaawwan armaan gadii yeroo jedhame keessatti akka raawwattan beeksisee jira:
Guyyoota murteessoo:
• Boru (30/10/2018) irraa eegalee,
• Guyyaa Xumuraa: Hanga 17/11/2018 tti qofa.
Waantota Isin Irraa Barbaachisan:
1. Waraqaa Eenyummaa Biyyoolessaa keessan qopheeffachuun ‘FAN’ isa jedhu link armaan gadii irra galshuu.
2. Liinkii armaan gadii cuqaasuun ragaalee isin gaffataman hunda sirriitti guutuu.
As Cuqaasaa https://hple.moh.gov.et/
Barataa ‘Milki Health Science’ fuulaaf fuulaan magaalaa Naqamtetti barachaa kan ture, qaxaleefi jabaa adda duree dhaabbatichaa kan ta’e Yohaannis Baqqalaa jireenya hojii haaraatti cehee jira!
Yohaannis, hundeeffama ‘Milki Health Science’ keessatti gahee olaanaafi seena-qabeessa ta'e qabaachuu bira darbee, qorumsa ba'iinsaa (Exit Exam) qulqullina barnootaa mirkaneessuuf ministeera barnootaafi Ministeera Eegumsa Fayyaatiin qophaa'e qabxii seena-qabeessaafi boonsaa ta'een milkaa'ee darbuun dandeettii isaa mirkaneessee jira.
Akkuma kanaan, dorgommii beeksisa bakka hojii banaa waajjirri fayyaa godina Wallagga Bahaa baase irratti hirmaachuun, dandeettii fi dorgomtummaa olaanaa argisiisee carraa qofaan osoo hin taane dandeettii isaatiin injifatee jira. Haaluma kanaan, Godina Wallagga Bahaa jalatti kan argamtu Aanaa Eebaantuutti ramadamee hojii isaa eegaluuf qophii xumureera.
Yoonii, seenaa jabaa qorumsa irratti galmeessite kanaan gara dirree hojiitti cehuu keetiif baay'ee boonneerra.
Bara hojii gaarii siif hata'u
Milkiin Milkaaniif" jechuun keenya tasa miti; bu’aan Tottoobaa Baqqalaa Ayyaansaa ragaa tokkoffaadha.
Tottoobaa Baqqalaa Ayyaansaa Godina Wallagga Lixaa keessatti dhalatee guddate. Barnoota isaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaadhaan xumuree gara Yuunivarsiitii Jimmaatti kan qajeele yoo ta’u, yeroo sanatti carraan isaa muummee 'Engineering' ta’e. Haa ta’u malee, inniifi maatiin isaa garaa muratanii kan barbaadan barnoota fayyaa qofa ture. Tottoobaan fedhii isaafi kan maatii isaa irratti cichuudhaan, barnoota fayyaa filatee injifannoon xumureera.
Tottoobaan yeroo dheeraaf 'Milki Health Science' magaalaa Naqamteetti barnoota dabalataa hordofaa ture. Adeemsa barnoota isaa keessatti cimina inni agarsiise keessaa muraasni:
Qormaata 'Model Exam': Yuunivarsiitii Milki Health Science tti qophaa’e irratti, qabxii tokko qofaan caalamee 2ffaa ba’e.
Qormaata 'Comprehensive Exam': Yuunivarsiitii 'New Generation' damee Naqamteetti sadarkaa 1ffaan xumure.
Exit Exam: Qabxii gaarii fiduun milkaa’ina agarsiiseera; amma Licensure Exam qoramuu qofatu isa hafe.
Guyyaa har’aa guyyaa seenaa qabeessa Tottoobaa fi nuti hundi itti boonneedha. Yuunivarsiitii 'New Generation' irraa CGPA 4.00 qabachuudhaan eebbifameera. Bu’aan isaas akkaataa armaan gadiitti:
Muummee Bsc Nursing: 1ffaa
Kaampaasii (NGUC Naqamtee): 1ffaa
Milkaa’ina kanaafis Medaaliyaa Warqee (Gold Medal) fi Geephaa (Trophy) fudhatee, dadhabbii waggaa 16 olii injifannoon goolabee jira.
Baga Waaqni sigammachiise
Barattootni guyyaa hardhaa eebbifamtan akkasumas maatiin eebbifamtootaa hundi keessan baga gammaddan.
Jabaan Waaqa
Milkiin Milkaa’inaafi
Haamilee nuu kennaafii
barattootni barnoota dabalataa Exit Exam bara 2019 jettanii qarshii gashitanii jirtan nagahee keessan keessoon nuuf ergaa.
Isin simachuuf isin jelaa turuu keenyaaf nuhoofkalshaa.
Hanga ammaa galmee irra jirra.
Akkuma galmee xumurreen barnoota kan eegallu taha.
Guyyaa isaa torbee kana keessa kan isin beeksisnu taha.
Akkasumas barattootni Licensure exam’ jettanii barnoota dabalataa karaa Online barachuuf galmaa’uuf nugaafataa turtan xiqqoo nuuf obsaa guyyaa sadan tokko booda waan jiru mari’annee kan isin beeksisnu taha.
Galatoomaa
Milkiin Milkaa’inaafi
Milki hstc Naqamtee
Center of empowering minds
+1
#Licensure_Exam_result
Barataa keenya 'Milki health science Online' yeroo dheeraaf barataa kan ture Fayyisaa Qana’aa kan jedhamu, dadhabbii isaa wagga 16 olii injifannoon goolabee jira.
#Inbox
Milka'eera!! Akkuma itti fufetti jira Milka'inni koo bayye galatoomaa’’
Baga gammadde. Baga Waaqni sigammachiise Fayyoo
Milkiin Milkaa'inaafi
#Jabaan_Waaqa
https://t.me/milkiHSC
