East Bale Zone Job Creation Opportunity & Vocational Office
前往频道在 Telegram
564
订阅者
+124 小时
+17 天
+830 天
帖子存档
Ragaa Leenjifamaa Gaafachuu Ta'a (1).xlsx0.15 KB
Dhaabbilee LTO Ragaa Leenjifamtootaa gaafatame hin deebisin
1. Kolleejii LTO Raayituu
2. dhaabbata LTO Laga Hidhaa , Sawweena, Gindhiir fi Dhaawwee Sarar
Ta'uu beektanii bor hanga saa'aa 3tti akka nuu ergitan cimsisinee isin beeksifna.
Dhaabbilee LTO Ragaa Leenjifamtootaa gaafatame hin deebisin
1. Kolleejii LTO Raayituu
2. dhaabbata LTO Laga Hidhaa , Sawweena, Gindhiir fi Dhaawwee Sarar
Ta'uu beektanii bor hanga saa'aa 3tti akka nuu ergitan cimsisinee isin beeksifna.
Gaalii Koolleejjii BLTO Raayituu Cimsuuf Hojii Omishaa Furniture Making fi Mechanics Irratti Hojjatamaa Jira
Godina Baalee Bahaa keessatti kan argamu Koolleejji BLTO Raayituu gaalii isaa cimsuuf hojii omishaa Furniture Making fi Mechanics irratti kallattii addaatiin hojjechaa jira.
Koolleejji BLTO Raayituu omisha meeshaalee manaa barnootaa, jechuunis teessoo fi gabatee manneen barnootaa Aanaa Raayituu keessatti argamaniif hojjechaa ture yeroo ammaa hojii isaa xumuree jira.
Hojiin omishaa meeshaalee barnootaa kun waliigaltee Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituu fi Koolleejjii BLTO Raayituu gidduutti taasifameen kan jalqabame yoo ta’u, hojii kana kan raawwatan leenjistoota Koolleejjii BLTO Raayituu dha.
Kaayyoon hojii kanaa manneen barnootaatiif meeshaalee kana gatii madaalawaan fi yeroo barbaachisetti dhiyeessuu, akkasumas koolleejjiin galii akka argatu taasisuudha. Hojii kana keessatti Koolleejji BLTO Raayituu qulqullinaa fi sadarkaa barbaachisaa eeggatee omishuun manneen barnootaa birootti bal’inaan tajaajila kennuuf ulaagaalee barbaachisan hunda guutuu irratti argama.
Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituutti itti gaafatamaa Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituu Obbo Sa’aad Abdaa (Management) Waajjira Barnootaa Aanaa Raayituu hundaaf galanni guddaan isaanii haa ta’u.
Dabalataanis, leenjistoota Koolleejjii BLTO Raayituu keessaa Obbo Anawar Sulxaan, Obbo Faysaal Ahmad, akkasumas leenjistoota fi (Management) Koolleejjii BLTO Raayituu hundaaf galanni guddaan isaanii haa ta’u.
Formaatii_Invantarii_Intarpiraayizootaa_Bara_2018_final_of_final.xlsx3.65 KB
Akkam jirtan jaallan? iddoo jirtan hundatti nageenyi isiniif haa tahu jechaa Invantarii bara 2018 akka guyyaa 16/10/2018 irraa gara hojii galamuuf karooraa fi unkoota hojii kanaaf barbaachisu isinii erginee jirra waan taheef, koree hojii kana deeggaru hundeessuu hojitti akka galtan isin beeksifna.
Akkam ooltan?
Dhaabbileen LTO keenya hundi ragaan kun waan barbaadamuuf atattamaan hanga gasfa 16/10/2018 saa'aa 4tti qindeessaa nuu ergaa.
Gabaasaa_Daarektoreetii_TEI_bara_2018_Hanga_Ji'a_Gurraandhala_Haala.xlsx3.22 KB
Warri sawweenaa gabaasni (TEI) keessan harcaatii qaba waan taheef sirreessaa. Harcaatiin kunis:-
1. Gabaasni unka xumura waggaatti guutamuu qaban hundi osoo hin guutamin duwwaa jira.
2. Gabaasichi gabaasa waggaa tahuu hin ibsu.
3.Gabaasa Technology Bara 2018 LTOAG Aana gindhir 2018.xlsx0.21 KB
Aanaan Gindhiir gabaasa jedhee unka duwwaa ergaa jiru waa taheef kana sirreessanii waan raawwattan nuu ergaa.
Guyyaa 09/10/2018 Aanota Gabaasa raawwii hojii Waggaa Ergan:-
1. D/Qaachan
2. Kol.Gololcha
3. A/Gindhiir (TEI qofa ergan) kan Teknolojii nuu ergaa.
4. PT Gindhiir
5. Kol. Raayituu
现已上线!2025 年 Telegram 研究 — 年度关键洞察 
