es
Feedback
East Bale Zone Job Creation Opportunity & Vocational Office

East Bale Zone Job Creation Opportunity & Vocational Office

Ir al canal en Telegram
608
Suscriptores
-224 horas
-47 días
-830 días
Archivo de publicaciones
Subject: Invitations to provide feedback on selected TVET TRaining programs Dear Trainer, regional labor and skill bureaus, TVET sector officials and other concerned bodies, You are kindly invited to participate in the questionnaire response prepared for TVET trainers. All trainers engaged in the listed occupations are encouraged to openly share their feedback on the quality, relevance, and technological advancements of the training programs. Your input is vital to ensuring the competitiveness and continuous improvement of these programs. We greatly value your professional insights and look forward to your contributions. Thank you for your time and commitment.

Repost from N/a
Akkam jirtu hundi keessan? Ogummoota armaan gaditti tarreffaman hunda irratti Curriculum fi TTLM qopha'ee gadi bu'ee irratti qawwaa mulatu adda bafne akka gaafiilee qopha'ee guutne akka erginu waan gaafatamne jiruuf kolleejjoni ogummaa kana irratti leenjii kennan hunda guchisisun akka nuuf ergitan isiin yaadachifna.

Dhiifama, 2. B-A (L-VII) Ogummaa 19 sirrateera.

Kan dorgommii kamii dhabde Ejersoo? kan C-B (L-VI), B-A (VII), PhD (VIII) Xalayaa federala irraa ergame isiniif ergee jira, isa keessa ilaalii. Xalayoota federaa irraatti: 1. C-B (VI) Ogummaa 20 2. B-A (L-VII) Ogummaa 21 3 PhD (L-VIII) Ogummaa 2 xuqameera

CamScanner 09-30-2026 09.13.pdf

CamScanner 09-29-2026 12.00.pdf2.41 MB

CamScanner 09-30-2026 09.10.pdf

+1
carraa barn. olaanaa-19.1.2019..xlsx0.10 KB

Carraa barnootaa gadi isinii ergine kana dhaabbileen leenjii Teeknikaa fi Ogummaa hindinuu haala ulaagaa taa'een Atatamaan dorgomsiiftanii akka nuu ergitan cimsinee isin beeksifna. Nagaa wajjiin.

+1
Piroofaayilii_fi_Ulaagaa_Leenjii_LeenjistootaaTOT_BDS_fudhatan_2019.xlsx0.14 KB

Leenjii BDS ToTf PTG 4 Kol Gololchaa 3 Kol. Raayituu 2 Atatamaan akka ergitan Leenjifamtoota asiin dura ergitan hin ilaalTu

🌻🌻🌻🌼🌻🌻🌻 Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maatii W/DCHU investment taatan Hundaaf! Baga Ayyaana Masqalaatiif nagayaan, gammachuun, jaalalaan isin gahe. Ayyaanni kun kan roobaaf gabbinna isinii haa ta'u.🌻🌻🌻🌻🌻🌼🌼🌻🌺🌺🌺🪻🪻🪻🪻

Dhaabbileen LTO Godina keenyaa hundaaf Gabaasa feestivaalaa Ogummaa torbee torbeen Gabaafamu guyyaa kamisaa hanga saa'aa 10tti haala unki gaafatuun qindeessaa nuu ergaa. Torbee ''industirii ''

‎Agarsiisa Feestivaalii Ogummaa Torbee Industiriitiin! ‎ ‎Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu Kolleejjii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Raayituutti Agarsiifni Feestivaalii Ogummaa Gaggeeffamaa Jira. ‎ ‎Agarsiisa Feestivaalii Ogummaa Gaggeeffamaa Jiruun Torbee Industirii Sababeeffachuun Leenjiin Ogummaa Kolleejjichi Kennaa Jirus Daaw'atameera. ‎ ‎Daaw'annichi Bakka IttibGaafatamaan Ijaarsaa Waajjira Paartii Badhaahdunaa Damee aanaa Raayituu Obbo Tasfaayee Mokonnin, Bakka Bu'aan Diinii Kolleejjii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Raayituu Obbo Anuwaar Sulxaan, Itti Gaafatamaan Waajjira Daldala, Carraa Hojii Uumuu fi Invastimantii Obbo Umar Kadiir, Bakka Bu'aa Itti Gaafatamaan Waajjira Barnootaa Obbo Aliyyii Waaqayyoo, Hawaasni Kolleejichaa, Dura Bu'oonni Manneen Barnootaa Jiranitti Kan Gaggeeffame Yoo Ta'u, Agarsiisa Feestivaalii Gaggeeffamaa Jiruun Ogummaa fi Dhaweessummaa Irratti Hubannoo Qaamolee Garaagaraa Cimsuu Kan Kaayyeffateedha. ‎ ‎Agarsiisa Feestivaalii Kanaan, Wiirtuun Leenjii Horsiisaa, Qonnaa,Leenjii Ogummaa Mukaa, Akkasumas Kutaan Leenjii ICT Kolleejjichaa Daa'atamaniiru. ‎ ‎Kolleejjiin Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Raayituu Yeroo Ammaa Leenjii Kennuun Cinatti, Galii Keessoo Dabaluuf Oomisha Bu'aa Mukaa Kanneen Akka Gaagura Ammayyaa, Siree, Gabatee Gurraachaa fi Kan Biroo Baldhinaan Oomishuuf Karoorfatee Hojjachaa Jiraachuunis Himameera. Kominikeeshinii Aanaa Raayituu. ‎

Karoora mootummaan qabate keessa tokko Aadaa fi duudhaa bakkatti deebisuun dagaagsudha.Nutis dargaggoonni magaalaa Gindhiir Goobee haala miidhagina qabuun jalqabnee jirra.