East Bale Zone Job Creation Opportunity & Vocational Office
رفتن به کانال در Telegram
606
مشترکین
+124 ساعت
-37 روز
-530 روز
آرشیو پست ها
Koolleejjii BLTO Raayituutti, leenjisaa keenya Obbo Feysaal Ahamad, bara dheeraaf dhaabbata BLTO hanga sadarkaa koollejji keessatti tajaajilaa fi leenjisaa turan, har'a guyyaa kana sirni gaggeessaa isaanii hojjattootaa fi hoggansa koolleejjichaan kabajaan raawwatameera.
Leenjisaa Feysaal Ahamad, Koolleejjii BLTO Raayituu irraa gara KP Shashamanee tti jijjiiramuun isaanii hojii isaanii itti fufuuf ta'uun ni beekama.
Kabajamaa Leenjisaa Feysaal Ahamad, yeroo dheeraaf Koolleejjii BLTO Raayituu keessatti ogummaa, muuxannoo fi gumaacha keessaniin tajaajilaa turuu keessaniif galatoomaa. Hojii keessan keessatti milkaa'ina, gammachuu fi bu'aa gaarii akka argattan hawwina.
Imalli keessan milkaa'aa haa ta'u!
Koolleejjii BLTO Raayituu keessatti yeroo waliin dabarsineef galatoomaa. Yaadni keessan yeroo hunda nu bira jiraata. 🌹
Guyyaa 10-,02-2019
Simannaa Kilaastara Gindhiir
Simannaaa Waliigalaa hanga maa 2017 10-02-2019 (1).xlsx0.11 KB
Duub-deebii Raawwii Simannaa kilaastara Gindhiir guyyaa 10-03-2019
HES Partcipant Manual Sept 24-2026 Updated.pdf3.10 MB
Discover_Yourself_and_Develop_an_Entrepreneurial.pdf2.04 MB
Design and Launch Your Ventuer.pdf2.78 MB
Hirmaattota Leenjii Foundeeshinii Marsaa 3ffaa.xlsx31.79 MB
Duub-deebii Simannaa Leenjifamtoota kolleejota GKBO kilaastaraan.
Duub-deebii Raawwii Simannaa Whatsapp. South east Oromia zone irratti nuu ergan.
Dhiiroo duub-deebii Simannaa kana laalaa.
Sagalee Guddiftuun labsamee itti haa deemamu
Ulaagaa Simannaa leeenjifamtoota BLTO 2019.docx1.11 KB
Dhiifama guddaa waliin pirofaayilii leenjisaa industirii isa kana fayyadamaa
Repost from N/a
Guca Leenjifamtootaa Iddile itti Gabaasamu 2019.xlsx0.17 KB
Simanaa Buuleyyii fi Haaraa haala unka Biiroo kanaan qindeessaa nuu ergaa.
Duub-deebii Simannaa Buuleyyii bara 2019 isinii ergine jira ilaala.
unka_Gabaasa_Raawwii_Hojii_Guyyaa_Guyyaa_Damee_Ogummaa_bara_2019.xlsx0.25 KB
