ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

BBC AFAAN OROMOO

BBC AFAAN OROMOO

前往频道在 Telegram

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

显示更多

📈 Telegram 频道 BBC AFAAN OROMOO 的分析概览

频道 BBC AFAAN OROMOO (@bbcafannoromoo) 爪哇语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 132 745 名订阅者,在 新闻与媒体 类别中位列第 1 666,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 217 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 132 745 名订阅者。

根据 10 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 2 488,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 10.87%。内容发布后 24 小时内通常能获得 7.08% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 14 403 次浏览,首日通常累积 9 380 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 30。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.”

凭借高频更新(最新数据采集于 11 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 新闻与媒体 类别中的关键影响点。

132 745
订阅者
无数据24 小时
+6287 天
+2 48830 天
帖子存档
Hoggantoonni Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) Maqalee dabalatee magaalota Tigraay hedduu keessaa erga bahanii booda naannichi Komaand Postii mootummaa Federaala jala akka turuu fi Tigraay keessatti filannoon akka gaggeeffamu Obbo Getaachoo Raddaa himeera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xpEoIyF

Haleellaa buufata xiyyaaraa magaalaa guddoo Sa'ud Arabiyaa, Riyaad irratti Sambata halkan gaggeeffameen yoo xiqqaate namoonni 12 ajjeefamanii, 309 kan ta'an ammoo baayyee madaa'uu aanga'oonni himan.Namoonni ajjeefaman kunneen afur Sa'ud Arabiyaa, lama Baangoilaadish, tokko Ameerikaa, tokko Yordaanos, tokko Filisxeem, tokko Sooriyaa, tokko Sudaan, akkasumas tokko Masirii irraati jedhameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xnTXs4O

Baqattuu kan turtee fi Leebar Paartii kan bakka buute dhalattuun Somaaliyaa Sagal Abdii Waalii, filannoo bakka bu'oota ummataa bakka hir'ate guutuuf gaddu galeessa Landan keessatti gaggeeffameen mo'atte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EVSovqb

Humni Addaa Sudaan (RSF) kutaa biyya Sudaan Itoophiyaa waliin wal daangessu naannoo Biluu Naayil keessatti haleellaa diroonii raawwateen namoonni 41 ajjeefamuu isaanii gareen mirga namoomaaf falmu tokko beeksiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s9Mj2AY

Ertiraan muddama Itoophiyaa waliin keessa jirtu Manni-maree Nageenyaa Dhaabba Biyyoota Gamtoomanii (UNSC) akka gidduu seenuuf gaafatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/p38WwgV

Ameerikaan qondaala waraanaa duraanii Niidaal Hasan jedhamu kan loltoota US meeshaa waraanaa hin hidhatiin 13 ajjeesee 32 madeesse osoo uummanni miidiyaan ilaaluu rasaasa itti roobsuun ajjeesuuf murteessite. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/XtfcoY9

Mindaa hojii duraanii gaafachuun namoota hojii barbaadan miira rakkisaa keessa galchuu danda’a. Biyyoota tokko tokko keessatti gaaffiin kun seeraan hin dhorkamne, garuu deebii kennuun dirqama miti. Gaaffii akkanaa yoo isin gaafatan akkamitti deebisuu qabdu? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1A9NTvZ

Kaansariin umrii waggaa 17’tti ishee mudate, waggoota 20 ol booda abjuun haadha ta’uu ishee dhugoomsuuf karaa bane. Kaassaandiraa Beekan tiishuu ovaarii waggoota 23f cabbii keessa kuufamee ture fayyadamuun umrii waggaa 44’tti daa’ima ishee jalqabaa deesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/18LskwX

Yeroo imaltu, namoota boraatii bobaa jala ykn morma irra kaa'atanii buufata xiyyaaraa keessa shaanxaa isaanii harkisaa deeman argitanii beektu ta'a. Tarii isin isaan keessaa tokko ta'uu dandeessu."Ani namoota akkasii keessaa tokko," jedhu ogeessi fayyaa qaamaa olaanaan, Dr. Kiriis Makaartiin. "Bakka deemu hundatti boraatii koo qabadhee deema."Boraatiin hamtuun dhukkubbii mormaa fiduu akka danda'u ogeessi kun ni beeka. Yeroo biyya biraa deemu boraatii isaa fudhatee hin deemu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hsDNyBJ

Buna fi sha'ee baayyee ho'aa ta'e dhuguun carraa dhibee kaanseriif saaxilamuu akka dabalu qorannoon Yunaayitid Kingidam (UK)tti taasifame mul'ise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Jy4Svqp

Barreessaa olaanaan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Antooniyoo Guterres, walitti bu'iinsi Itoophiyaa fi Eertiraa gidduutti hammaataa jiru dhaabuuf biyyootni lamaan hatattamaan gara marii dippiloomaasiitti akka deebi'an waamicha dhiyeessan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/scmp9Bg

Waraanan Kaaba Itoophiyaatti irra deebiin ka'e ilaalchisee xiinxalaan siyaasaa obbo Jawaar Mahaammad, dirooniiwwan Itoophiyaan fayyadamaa jirtu waraana kana irratti olaantummaa akka qabaattu gargaaru ibsu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/21URhYl

Pirezidaantiin Ameerikaa Donald Tiraamp, ammas badhaasa Noobelii Nagaa dhabnaan Noorweeyin akka malee qeeqe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5BzOTa6

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii gara maqalee adda kutee ture deebisee akka jalqabu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7YRJMLt

Ministirri Odeeffannoo Ertiraa obbo Yemane Gebremasqal, Itoophiyaan waggoota sadii oliif Ertiraa irratti dhiibbaa fi doorsisa waraanaa geessisaa turte jechuun Itoophiyaa deebisanii himatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lLT0HNi

TPLF kana booda waraana itti fufuun bu'aan argamsiisu waan hin jirreef carraan inni qabu harka kennachuu qofa akka ta'e himan Itaamjoor Shuumiin duraanii Raayyaa Ittisaa Itoophiyaa Jeneraal Saamoraa Yuunuus via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PaZb1HS

''Waggaa 10 dura ramaddiin dubartootaa Ministeera Dhimma Dubartootaa yookiin Aadaafi Tuurizimii bira darbee hinbeeku,'' jedhan ogeettiin seeraafi yeroo ammaa dhaabbata dhuunfaa keessatti hojii gorsuu kan hojjetan Aadde Bileen Asraat. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hSW8ygu

Keessumaa tapha dirree Liiverpuul, Anfiild irratti Dilbata Maanchester Siitii waliin taphatamu akkaan kan eegamudha. Sababiin isaa Maanchester Siitiin erga seerota faayinaansii 115 cabsuun yakkamaa ta'uun isaa itti murtaa'ee miira naasuu keessa wayita jiruttidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uwt53r8

Qondaalli waraanaa duraanii US adabbiin du'aa itti murtaa'e wayita garee dhukaastotaan ajjeefamu uummanni hundi ilaaluu qaba jedhe Ministirri Ittisaa Piit Heegset. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oJB1Xl4

Loltoonni Eertiraa daangaa Itoophiyaa seenuun haga Adigiraat imaluu BBC Verify mirkaneesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gWUS9Nt