ar
Feedback
BBC AFAAN OROMOO

BBC AFAAN OROMOO

الذهاب إلى القناة على Telegram

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

إظهار المزيد

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام BBC AFAAN OROMOO

تُعد قناة BBC AFAAN OROMOO (@bbcafannoromoo) في القطاع اللغوي Javanese لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 127 078 مشتركاً، محتلاً المرتبة 1 743 في فئة الأخبار والوسائط والمرتبة 213 في منطقة Ethiopia.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 127 078 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 31 يوليو, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 375، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 64، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 10.21‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 5.94‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 12 971 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 7 550 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 23.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 01 أغسطس, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة الأخبار والوسائط.

127 078
المشتركون
+6424 ساعات
+967 أيام
+37530 أيام
أرشيف المشاركات
Gorsaa olaanaa dhimma Arabaafi biyyoota Kaaba Afrikaa Pirezidant Tiraamp kan ta'an Maasaad Buloos dhihoo Kaayiroo keessatti ministiroota dhimma alaa Masrii, Ertiraafi Somaaliyaa waliin mari'ataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EdvcYPl

Sa'udi Arabiyaan dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan ta'an bakka Asir jedhamutti du'aan adabuu beeksiste. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9YFowia

Itoophiyaatti dubartoonni dhibbeentaa 50 ol abbaan warraa haadha warraa reebuuf sababa gahaa qabaachuu danda'a jedhanii akka amanan qorannoon Tajaajila Istaastiksii Itoophiyaa mul'ise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1BAlVgR

Itoophiyaan biyya seenaa dheeraa qabdu taatus rakkoo siyaasaa barootaf ishee sakaale furattee ijaarsa biyyaarratti xiyyeeffachuu hin dandeenye.Mootummoonni Itoophiyaa yeroo heddu karaa nagaa osoo hin taane waraanan, fonqolchaan ykn warraaqsa uummataan aangoo gadi lakkisu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/sIFiHBz

Kaaba baha Itoophiyaa bakkee Sudaan daangessutti waraana mootummaa federaalaafi humnoota Tigraay gidduutti Sambata ganama walitti bu'iinsi mudachuu maddeen garagaraa dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nOxHNEt

Sa'udi Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa dabalataa sadi du'aan adabuu ishee miidiyaan mootummaa biyyattii gabaase. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VgB1Qi6

Arsenaal fi Niw Kaasil Biruunoo Gimaarezh irratti waliigalan, Intar Miilaan Kartis Joons barbaacha itti fufeera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/CgNP3j8

Itoophiyaan Buufata Xiyyaaraa Idil-addunyaa Bishooftuu Afrikaa keessatti isa guddicha ta'a jedhame dhiheenya magaalaa Bishooftuutti ijaaraa jirti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TRktHLg

Lammiin Itoophiyaa tokko mana hidhaa keessaa yeroo BBC'f bilbilee sagalee isaa dhaggeesisu adaraa nu oolchaa jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/vp0jmer

Pirezdantii Ameerikaa Donaald Tiraamp Jimaata karoorri inni Gaazaatti nagaa buusa jechuun beeksise "boqonnaa haaraa" ta'uu hime. Garuu karoorri kun hojiitti osoo hin hiikamin gama Haamaasii fi Israa'el irraa diddaawwan mul'atan dhiibbaan qabaatan murteessoo dha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FOJHZEa

Yabbinni lafee keenyaa hamma tilmaamtaniin olitti yeroo yeroon hir'achaa deema. Garuu nyaata lafee keenyaaf nugargaaru soorachuun waan kana dura dhaabachuuf murteessaadha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dix4PGo

Dhihoo kana Ameerikaan biyyoota Afrikaa adda addaa waliin waliigaltee fayyaa irratti xiyyeeffatu mallatteessiteetti, dhimmi kun falmisiisaa ta'eera.Biyyoonni gariin waliigaltee kana yoo morman, kaan ammoo guutummaatti kan didan jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7brlO31

Halaalaa yoo ilaalan haleellaan tasaa Iraan torbee kana buufata waraanaa Ameerikaa Joordaan jiru irratti raawwatte maaliif akka tahe ibsuun rakkisa. Waan hin baratamne dha. Waliigaltee dhukaasa dhaabuu duraanuu gatantaraa ture diigeera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/b6mNnpA

Erga Pirezidanti Doonaald Tiraamp karoora nagaa Gaazaa Board of Peace jedhamu labsee booda Hamaas hidhannoo hiikkachuuf waliigaluu ibse. Dhimma kanarratti hanga yoonaa Israa'el yaada hin kennine. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ezJ6MYZ

Qormaata damee fayyaa addunyaa isa cimaa fi maqaa guddaa qabudha. Hubannoo beekumsa ogummaa yaala fayyaa olaanaa, hojiidhaan qoramee fi waytaawaa kan barbaadu qormaanni Ameerikaan kennitu hakiimonni addunyaa baay'een darbuuf ifaajee guddaa godhani. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/g2ITrFY

Qabeenyaan dubartoota addunyaarra jiran keessaa tokkoffaadha. Akka dubartiitti qofa osoo hin taane addunyaa irratti warra tarree biliyinerootaa jalqabaarra jiran keessaas ishee fuuldura irratti argamtudha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JdGOeiD

Ajjeechaa obboleettii hangafaa Ruut Yirgaalam hordofee hiriyaa Ruut dabalatee shakkamtoota kudhan to'achuusaa Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lVL0vK8

Pirezidantiin FIFA Jiyaanii Infaantiinoo xalayaa miseensota dhaabbatichaa 211 ta'an hundatti barreesseen biyyoonni karoora haaraa deeggaran doolaara miiliyoona 40 akka argatan ibseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fiKjev6

Gorsaa olaanaa dhimma Arabaafi biyyoota Kaaba Afrikaa Pirezidant Tiraamp kan ta'an Maasaad Buloos dhihoo Kaayiroo keessatti ministiroota dhimma alaa Masrii, Ertiraafi Somaaliyaa waliin mari'ataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/P5f2SK0

Saa'udii Arabiyaan sakaalama guddaa keessa jirti. Ameerikaa fi Israa'el Guraandhala 28 Iraan irratti waraana labsuun as Saa'udiin yeroo baayyee lolicha keessa harka galfachuu dhiisuun of eeggataa turte via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9aD1eqb