uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

BBC AFAAN OROMOO

BBC AFAAN OROMOO

Kanalga Telegram’da o‘tish

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

Ko'proq ko'rsatish

📈 Telegram kanali BBC AFAAN OROMOO analitikasi

BBC AFAAN OROMOO (@bbcafannoromoo) Yava til segmentidagi kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 134 625 obunachidan iborat bo'lib, Yangiliklar & Media toifasida 1 588-o'rinni va Efiopiya mintaqasida 210-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 134 625 obunachiga ega bo‘ldi.

21 Noyabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 1 170 ga, so‘nggi 24 soatda esa 57 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 9.90% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 5.89% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 13 332 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 7 936 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 32 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 22 Noyabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Yangiliklar & Media toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

134 625
Obunachilar
+5724 soatlar
+3227 kun
+1 17030 kun
Postlar arxiv
Yeroo hoggantoonni kampaaniiwwan tekinooloojii, namoonni siyaasaa bebbeekamoon, akkasumas bulchitoonni biyyaa kiyyoo jaalaala ykn jaaltoo dhoksaan qabaachuu keessatti kufan, yeroo baayyee namoonni waanuma akka isaan jireenya dhuunfaa isaanii keessatti qaaniin isaan mudate qofaatti ilaalu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/TLmvrG2
12 Noy, 00:43

Siyaasa Gaanfa Afrikaa:- Gorsaan Dhimmoota Baha Afrika Ministiraa Muummee Itoophiyaa, obbo Getaachoo Raddaa, mootummaan Ertiraa fi Sudaan gareewwan hidhattoota mootummaa Itoophiyaa lolaa jiran deeggaruun haleellaawwan diroonii walitti fufinsaan Itoophiyaa keessatti raawwataman keessa harka qabaachuu isaanii himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zoRZFnc
11 Noy, 08:43

Haleellaan saayiberii dhiheenya Faransaayitti raawwatame haleellaan saayiberii kompitarootaa fi weebsaayitootarra darbee jireenya guyyuu dhala namaa miidhuu akka danda'u mul'ise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WRJrUyl
11 Noy, 05:43

Daa'imman Sudaan miliyoonaan lakkaawaman waraanni jireenya isaanii jeeqe keessaayi. Waraana keessatti miila lamaan dhabe. Taphataa Riyaal Maadriid Viinishiyees JR kan dinqisiifatu mucaan viidiyoodhaan wal arganii isa jajjabeessera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/fSaBtxg
11 Noy, 01:43

Eeyyama kongirasii malee Iraan irratti waraana bane jechuun Ministira Ittisaa US Piit Hegset aangoorraa buqqisuuf yaaliin taasifame fashale. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cBPGDsH
11 Noy, 00:43

Naannoo Benishaangul Gumuuz Aanaa Odaa Bildigiluu ganda Daalattii keessatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin namoonni 52 ajjeefamuu Komishiniin Poolisii naannichaa BBC'tti dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LzDZKhs
11 Noy, 00:43

Iraan yoo xiqqaate dhiyeenya buufataalee misaa'elaashee lamatti ijaarsawwan gurguddaa haaraa gaggeessaa akka jirtu xiinxalli suuraawwan saatalaayitii agarsiise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jibD59I
10 Noy, 23:43

Ispeen keessatti ifatti ykn nama durattis ta'u addabaabaayiirratti namoonni yeroo wal dhungatan arguun waan guyyaa guyyaan mul'atudha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NrFyEos
10 Noy, 23:43

Hogganaan mormituu Gaadii Ayizaankoot wayita Ministira Muummee imaanaa kan ta'e Beenjamiin Netaaaniyaahuu buusuu barbaadaa jirutti, parlaamaan haaraa Israa'el Kibxata har'aa kakuu seenee hojii jalqabuuf jedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/o6pm3qj
10 Noy, 20:43

Guyyaan isaa hanguma dhiyaachaa dhufeen, sodaan "bara dhumaa ykn dhuma biyya lafaa" qaqqabeera jedhu miidiyaa hawaasaa fi miidiyaalea biroo irratti bal'inaan dhimma marii ta'uu jalqabeera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/frOHinw
10 Noy, 20:43

Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp tarkaanfiin waraanaa Iraan irratti fudhatamu dhaabbateera jedhe. Waraana Baha Giddugaleessaa xumuruuf mariin gaggeeffamus bu'aa abdachiisaa argamsiisaa jira jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Kp9zQh2
10 Noy, 20:43

Hojjetaan mootummaa tokko yeroo tokkoon hojiiwwan gosa adda addaa shan kan yeroo hojii guutuu gaafatanitti qacaramuun hojjechaa ture himannaa waliindhahuu irratti banameen yakkamaa ta'e. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PbdojYH
10 Noy, 20:43

Yunivarsiitii Maqalee hakiimota marsaa 17ffaaf ALI Onkololeessa 14, 2019 eebbise keessaa dubartoonni sadi walitti aansuun qabxii olaanaa galmeessanii jiru.Doktar Mabrihiit Girmaay qabxii waliigalaa giddu-galeessaa (GPA) 3.92 galmeessisuun Koolleejjii Saayinsii Fayyaa yuunivarsiitichaa keessaa qabxii ol'aanaa fideerti. Doktar Eedan Warqinah 3.90, Doktar Imabeet Barihuu ammoo 3.77 galmeessisaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZFsHn8O
10 Noy, 20:43

Maanchistar Yunaayitid leenjisaa isaa Maayikil Kaarik ofirraa gaggeessuu mala. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BAetkTw
10 Noy, 20:43

Yeroo maatiin qe'ee isaaniirraa buqqa'an Moyyaalee keessa bakka naga-qabeessa ta'e qubatan barbaadaa jiranitti, muddama jiru tasgabbeessuu fi nagaa deebisuun ummanni daangaa ce'anii gara Keeniyaatti baqatan mana isaaniitti akka deebiyan akka godhaniif gita isaanii Itoophiyaa gaafachuu Musaaliyaa Mudaavaadii himaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nrReEYS
10 Noy, 20:43

Yuniversitii Ambootti du'a barattuu Midwifery waggaa afraffaa Masarat Abarraa jedhamtuun walqabatee poolisiin qorannoo gaggeessaa jiraachuu yuniversitichi BBCtti hime. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/QPpntGM
10 Noy, 20:43

Rifeensi bareedina fuulaa dabaluun alatti miira ofitti amanamummaa fi hawaasa keessatti bifa ofiif kennan irratti dhiibbaa akka qabu ogeessonni xiinsammuu himu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/U9TNoS4
10 Noy, 20:43

Tapha Maanchistar Yunaayitid fi Aston Viilaa kanarratti diraamaa hedduutu ture, gooliin saddeet lakkaa'ameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Qi7X0W8
10 Noy, 20:43

Maatiinsaa Baas deeggarsa hakiimaan bara 2024tti lubbuu isaanii dhaban. Ilmisaanii Baas murtoo isaanii deeggarsu qophummaafi gaddi guddaa isa argachuu hima. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/O6l7na3
10 Noy, 20:43

Naannoo Benishaangul Gumuuz Aanaa Odaa Bildigiluu ganda Daalattii keessatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin namoonni 52 ajjeefamuu Komishiniin Poolisii naannichaa BBC'tti dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LzDZKhs
10 Noy, 20:43