fa
Feedback
BBC AFAAN OROMOO

BBC AFAAN OROMOO

رفتن به کانال در Telegram

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام BBC AFAAN OROMOO

کانال BBC AFAAN OROMOO (@bbcafannoromoo) در بخش زبانی جاوه‌ای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 130 504 مشترک است و جایگاه 1 685 را در دسته اخبار و رسانه‌ها و رتبه 223 را در منطقه أثيوبيا دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 130 504 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 19 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 2 110 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 84 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 10.71% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 6.13% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 13 980 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 7 996 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 24 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 20 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته اخبار و رسانه‌ها تبدیل کرده‌اند.

130 504
مشترکین
+8424 ساعت
+3787 روز
+2 11030 روز
آرشیو پست ها
Hidhattoonni Huutii Iraaniin deeggaraman magaalaa guddoo Sa'udi Arabiyaa Riyaaditti dirooniifi misaa'ela baalistikii dhukaasuu dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ytoIUKC

Dorgommiin Piriimeerliigii Ingiliz baranaa erga eegalee Arsenaal tapha Sambata Biraayitan waliin taasiseen 3-0dhaan mo'amuu osoo hin taane, gahuumsa gadaanaa kan itti agarsiisedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1rjvUbs

Dorgommiin Piriimeerliigii Ingiliz baranaa erga eegalee Arsenaal tapha Sambata Biraayitan waliin taasiseen 3-0dhaan mo'amuu osoo hin taane, gahuumsa gadaanaa kan itti agarsiisedha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/1rjvUbs

Paatris Lumumbaa, Toomaas Saankaaraa, Anuwaar Saadaat, Melkiyoor Indaadaayee… tarreen hoggantoota Afrikaa osuma aangoorra jiranuu ajjeefamanii dheeraadha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7EXAh9M

Ameerikaa daandii baadiyyaa bulchiinsa Pensilvaaniyaa keessatti yoo of argite hawaasa pirootestaantii Amiisha jedhaman geejjibaaf gaarii qofa fayyadamanitti bahuu dandeessa. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HuOeBni

Haleellaa hidhattoonni Godina Wallagga Lixaa Aanaa Ganjii warshaa oomisha warqii Tulluu Kaappiitti raawwataniin maatiin miseensa maatii dhaban akka qoratamu gaafatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NkGZAT5

Eertiraan biyya taatee erga hundoofterraa hanga ammaa biyyattii bulchaa kan jiran Isaayyas Afawarqii, angaa'onni jijjiirama siyaasaa akka taasisan isaan gaafatan maqaa 'Garee 15' jedhuun caalaatti beekamu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mJnjDSG

Bulchiinsi Pirezidaant Donald Tiraamp qoqqobbii humna Ittisaa Ertiraa fi dhaabbilee biyyattii tokko tokkorra kaa'amee ture kaasuu beeksise.Murteen kun Jimaata, kaleessaa Fulbaana 18, 2026, Ameerikaadhan beeksifame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/EjBJcnZ

Haleellaa gareen hidhattoota Huutii Yaman Sa'uud Arabiyaa irratti raawwachaa jiran hammaachaa dhufuun, magaalaa guddoo biyyattii Riyad keessatti sagaleen yeroo balaadhaga'ameera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OfzHZQM

Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp miidiyaalee gurguddoo US kanneen akka CNN, MS NOW fi Politico hatattamaan Waayit Haawus irraa akka ittisu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PaKvxBD

Ongeen kanaan dura bakkaa bakkatti darbee darbee mul'ata kan jedhu jiraataan aanaa Bookee kun, kan baranaa kun guutummaatti ta'uus hima. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/2tQ4ey6

Receipts have become an unlikely health scare online, with fitness influencers warning that the chemicals used in thermal paper could disrupt hormones, lower testosterone and affect fertility. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/kgcK9Bh

Taphoota kilaboota Piriimer Liigii Jimaata galgala irraa kaasee dhum-torbee kana gaggeeffaman keessaa kan Arsenaal gara dirree Biraayiten deemuun taphatu akkaan warra eegaman keessaati. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DFLPin3

ABO-WBO gamtaa humnoota mootummaa Itoophiyaa mormuuf ijaaramanii Tsimdoo jedhamu keessa akka hin jirre ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LNEWI1c

Pirezidaantiin Ertiraa Isaayyaas Afawarqii ministirootafi hoggantoota waraanaa dabalatee namoota jijjiiramni siyaasaa akka adeemsifamu ifatti gaafatan to'annoo jala oolchuun eessa buuteesaanii erga dhabamsiisanii waggoonni 25 lakka'amaniiru.Angawoonni maqaa 'G-15' jedhamuun beekaman kunneen qabsoo bilisummaa Ertiraarratti hirmaataniiru. Itti aansees sadarkaa hoggansaa olaanaarra kan turan yemmuu ta'u, biyyattii keessatti jijjiiramni siyaasaa akka taasifamuuf ifatti xalayaan erga gaafatanii booda ture ALI Fulbaana 8, 1994 kan hidhaman. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qbo6i7F

Chaayinaan iyyata Sa'uudii Arabiyaa erga dhageessee booda Iraan akka hidhattoonni Huutii tarkaanfii fudhataa jiranirraa of qusatan gochuu qabdi jette. Maddeen Iraan dhimma kanatti dhihoo jiran Chaayinaan dhuunfaadhaan gaaffii kana Tehraaniif dhiheessuu Rooyitarsitti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OwWZ1nA

Ogeeyyiin mirga namoomaa kan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UN), haleellaa Ameerikaan Iraan keessatti marsaa lamaan keessatti yoo xiqqaate namoonni nagaa 177 ajjeefaman irratti biyyattiin yakka waraanaa raawwachuu ishee kan agarsiisu ragaan gahaan jira jedhan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9zwYgNL

Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa Godina Guraagee aanaa Abashgeetti haleellaa wixata darbe raawwatameen namootni nagaa 10'n caalan ajjeefamuu jiraattonni BBCtti himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZJU3aNu

Ameerikaan xiyyaarota waraanaa ammayyaawoo ta'an F-15 jedhaman Sa'uudii Arabiyaatti gurguruuf karoora qabdu ibsinaan falmiin guddaan ka'e. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jM4NFiw

Akkuma addunyaatti dubartoonni hojii walfakkaataaf dhibbeenta 20 dhiirotaa gaditti kaffalamaaf. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HBIG48q