ch
Feedback
GUMAATA👌

GUMAATA👌

前往频道在 Telegram

👉Beeksisa Hojii haaraa yeroo yerootti 👉Oduufi Odeeffannoo 👉Barnootaa fi 👉Bashannansiisuu akkasumas 👉𝐃𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐦𝐮𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧 𝐢𝐛𝐬𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 Taajajila isin nu irraa argattanidha!

显示更多
1 062
订阅者
无数据24 小时
-37 天
-1030 天

数据加载中...

标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
一月 '26
一月 '26
+1
在0个频道中
十二月 '25
+2
在0个频道中
Get PRO
十一月 '25
+2
在0个频道中
Get PRO
十月 '25
+1
在0个频道中
Get PRO
九月 '25
+3
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+4
在0个频道中
Get PRO
七月 '25
+4
在0个频道中
Get PRO
六月 '25
+7
在0个频道中
Get PRO
五月 '25
+6
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+5
在0个频道中
Get PRO
三月 '25
+4
在0个频道中
Get PRO
二月 '25
+4
在0个频道中
Get PRO
一月 '25
+9
在0个频道中
Get PRO
十二月 '24
+37
在3个频道中
Get PRO
十一月 '24
+96
在0个频道中
Get PRO
十月 '24
+73
在0个频道中
Get PRO
九月 '24
+30
在0个频道中
Get PRO
八月 '24
+46
在0个频道中
Get PRO
七月 '24
+7
在0个频道中
Get PRO
六月 '24
+10
在0个频道中
Get PRO
五月 '24
+22
在0个频道中
Get PRO
四月 '24
+19
在1个频道中
Get PRO
三月 '24
+20
在0个频道中
Get PRO
二月 '24
+36
在1个频道中
Get PRO
一月 '24
+20
在0个频道中
Get PRO
十二月 '23
+16
在0个频道中
Get PRO
十一月 '23
+14
在1个频道中
Get PRO
十月 '23
+20
在1个频道中
Get PRO
九月 '23
+18
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+32
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+32
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+21
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+39
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+11
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+16
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+15
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+17
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+40
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+20
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+28
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+32
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+31
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+39
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+51
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+109
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+118
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+88
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+25
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+15
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+14
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+28
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+54
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+32
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+40
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+126
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+137
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+180
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+41
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+68
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+21
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+699
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
04 一月0
03 一月0
02 一月0
01 一月+1
频道帖子
Harree ta'i jennaan Harres isaaf ta'e Ba'aa fi dibdaabasa Isaafan danda'e. 'Magaajas' na goonaan Magaajas nan ta'e Dooninyaasaa baadheen Tabba guddaan ba'e 😭 Kan baranaa hin beekuu Hoolaa ta'i jedhuu Ayyaanti dhiyaatee Na qalachuu fedhuu !? 🥲

2
Si yaadeera Biyyee daaknee Dhoqqees bukeesinee Uffannee yoo baanes qullaas hin dhoksine Daadoo ijollummaa waliin buqqiffannee Waliin daaddee deemnee waliin kan guddanne Galgalli bari'ee sinbirroon yoo waccu Aduun bay'ees hafe roobnis yoo jiraate Dhagaa boroo dubaatti fiignee wal barbaanna Yaaddaaf yaaddoo halkanii Dharraa walii baana Tasa dogoggore yoon sii mufachiise Sekoondota booda kolfaan na simatta Ijjikee imimmaa naaf seeqxee dabarta ! Safuu bara sana bara hundaan guutuu Ijoollummaa yaada hara'agaa hundumtuu Hiriyyaa ganamaa Koodee yaa tiruukoo Jiruun adda baanee Atis nan gaafattu Anis sin argadhu Baakkuma jirtutti Jirruun sitti haa tolu Qoreen sin waraanin Nageenya argadhu Ani si yaadera Atis na yaadadhu @gumaat @gumaat
163
3
Nattiin hiiqiin jiilan qaba Ilkaan kankeen yoo naaf seeqxu Yoo na tuqxuu yoo naaf beektu Yoon si argu yoo kolfitu Yoon sitti aare yoo obsituu... Na boojita miira kiyyaa Qalbii kiyyaa na rarraasta Natti taatee hojii manaa Dhibee durii natti kaasta 🙈 Onneen kaankoo gowwaadhatii Boji'amnaan hin deebitu Nattii hiiqiin jiilaan qaba Madaakoorraa hin fayyinee Yoon na laaltu qaroon qaba Garu haga ammaa ofin hinarginee Nattin siiqiin hadarakee Natti kaasta madaa kankoo Qofummaakoo anaaf wayyaa Yoo gammachuus gaafa rakkoo 😭 ✍️Walqixxee I. Guttataa Hagayya 8/2017 @gumaat @gumaat
245
4
Na dhukkuba gaaffiin qabu Na gugguba waa siin galu Firan qabu cinakooti Cinaachikoo ciisa dhabe Siif siin galu sanyii mooti Na gaafaadhu yoo siif gale Si jechuunkoo siif boo'uunko Si filachun siif marachuun Natti dhaanta dhiigakooti Na mararta sanyiikooti Nattin qoosiin naaf birmadhu Ijakeetiin na mil'adhu Siif soofamee qal'adheera Nyaachuuf dhuguu lagadgeera Nattin furu gubaankeeti Jira jedhi lakkii meeti Sagaleenkee naaf dawwdha Naaf naa ibsa guyyaa kiyya Hargansuunkoo harkakeeti Si taateetti sombi kiyyaa Bakka jirtu na yaadadhu Nan dagatiin leelloo kiyyaa @gumaat @gumaat
254
5
Cophxoo irratti Fanxoo.pdf
280
6
Eenyu Isaan (1).pdf
289
7
Namoonni dadhaboon gaafa waa'ee kee waan gaarii dhaga'an qulqulleeffachuuf dhufanii si gaafatu;Gaafa waan hamaa dhaga'an ammoo dafanii amanu!
311
8
Dhibeen kiya tiruu miti Jiruun kiyyas jiruu miti Caba lafee miti, cabni kiyyaa Waan nyaatamuuf miti, iyyi kiyyaa! Yoon gad ciisu na dammaksa Qofaa kiyyaan duddubadha Firan dhabe kan naa beeku Eelaakeetiin dhukkubsadha 🥲 Naan jiraadhaaf hin hiraanne Du'ees tasa biyyeen nyaanne Itti dhiisuuf naman dhiisu Na guggubee cilaatta'e Jirun natti bitaacha'e 🥲 Yoon yaadadhu guyyaa sana Guyyaa fokkuu hundaan addaa Na rifata qaamakootu Na surura miirri hundaa Fakkeessitee waan naaf dhootu Kan na goote himeen fixu Si himachuuf sin himadhu Si komachuuf sin komadhu Badiikeetiif adbameen Yakkakeetiin himatama Namni hin duune bor nii arga Nama akkasa maaliif dhaba @gumaat @gumaat
411
9
Gammachuu argattuu fi rakkoo si mudatuuf itti gaafatamaan si'ii fi si qofa.Jireenya keef eenyullee itti gaafatama hin fudhatu!
418
10
KOLFAAMA NA AWWAALE ======================= Gubataa fuulakooti Kan jiraan cilaatta'ee Hubamaa jiruukootii Kan natti bitaacha'e Mar'immaankoo beela'ee Qooqee dugda qaqqabe Qoonqon na babbaqaqee Iyyee ergan fira dhabee Jiraadhe akkan jireetti Kan jiruun gadi taa'ee Jiruuf abdii kutaadhee Guyyaa du'aa lakkaa'e Hiriyyaan na baqate Firanis wal wallaallee Gaafan lubbuun darbemmoo Ijasatu imimmani Kolfama na awwaale 😭 Written before 8 years ago, edited soon @gumaat @gumaat
441
11
Waaqolii_Pilaaneetii_Lafaa_Lil_Matiy_dhaan_kan_hiikame_!!.pdf
314
12
Gumaata kana qooddadhaa! 📖 TITLE: Waaqolii Pilaaneetii Lafaa 📖 AUTHOR: Yuval Noah Harari: Homo Deus; Brief History of Tomorrow Translated by Lil.Matiy (Seexaa) 📖 GENREs: Science and Philosophy 📖 NUMBER OF PAGES: 21 @gumaat @gumaat
284
13
"Addunyaa kanarraa fakkaatti isaa kan ajjeesu dhala namaa qofadha." #Bhagwan_Shre_Rajneesh(#Osho)
"Addunyaa kanarraa fakkaatti isaa kan ajjeesu dhala namaa qofadha." #Bhagwan_Shre_Rajneesh(#Osho)
311
14
#Duuti_waan_hin_oollee! Abbaa feete jaalattee Kaaniif qabaattus jibbaa Hammamuu sooressa taatee Qabaattus gamoo dhibbaa Gaarii namaa yoo taates Feetu nama hammaataa Hiyyeessaa harka duwwaa Yookaan immoo qabaataa Har'a yoo geessites Namarraan dararaa Yoo taatee beekkamtes Nama nagaaf aaraaraa Rakkinnoota furuuf Yoo taatellee foollee Hammaatus yoo tolte Duuti waan hin oollee
682
15
DU'A ⏺Awwaalcha kee sa'aatii tokko booda, Boo'ichi ni hir'ata. Maatiin kee gara manaatti deebi'ee  nyaataa fi dhugaatii kennuun firoota kee kunuunsuu jalqabu. Yeroositti qaamni kee biyyee waliin wal argu. ▶Sa'aatii lama booda, Warri boo'ichakee hin dhufne mana keessanitti bilbilanii sirna awwaalcha irratti argamuu dadhabuu isaaniif sababa dhiheessanii maatii kee dhiifama gaafatu. Yeroon booda  namoonni mana keessan keessa jiran tokko tokko waa'ee ispoortii, tapha adda addaa  fi siyaasaa dubbachuu jalqabu. ⏩Sa'aatii jaha booda, Maatii kee dhiyoo qofatu hafe. Namni hundi gara manaatti deebi'ee karoora guyyaa itti aanu karoorfachuu jalqaba. Abbaaf haatikee suuraa kee guddifamee fireemiin hojjatame sana ilaalaa gaddu. ⏺Sa'aatii digdamii afur booda, Qaamonni keessoo kee bulbulamuu jalqabu. Gidduu kana ergaa fi bilbilli namoota du'uu kee hin beekne irraa bilbila  kee irratti dhufuu itti fufeetuma jira. Garuu namni kaasu hin jiru. Maatiin kee ilaalaniituma deebii dhabanii dhiisu. ▶Guyyaa sadii booda, Bakka hojii keetitti bakka kan kee guutuuf af-gaaffiin dorgomtoota waliin taasifama. Yeroo sanatti qaamni kee dhiita’uu kan jalqabu yoo ta’u, dhangala’aan foolii qabu afaanii fi hidhii kee keessaa ba’a. ▶Guyyaa shan booda, Intalti fi ilmi kee hojiitti deebi'u(yoo qabaachuu baattemmoo homtuu. Yeroo kanatti  qaamoleen dhiigaa kee manca'uu waan jalqabuuf qaamni kee magariisa irraa gara diimaatti jijjiirama. ▶Torban lama booda, . Ijoolleen keessan qabeenya qooddachuuf abukaatoo waliin mana murtiitti wal argu.  Yeroo kanatti cimdii fi ilkaan kee harca'uu jalqaba. ▶️Waggaa tokko booda namni tokko, " erga du'ee/duutee hanga kana qofaa?  kaleessa fakkaataam jedha." -Waggaa kudhan booda, Hiriyaan tokko suuraa durii irratti si argee si yaadata.Qaama kee irraa kan hafe lafee qofatu jira. Yeroon booda lafichis bullaa'ee biyyoo ta'a. Jireenyi ilma namaa hanganuma. Yeroo qabdu keessatti yoo waan gaarii hin hojjanne,muka firii hin qabne taatee hafuudha.Umurii jireenya ofii guutuu waan dhugaa osoo hojjetanii yoo du'an garuu gaabbii hin qabu!
313
16
“Mirgi diimokiraatawaa seeraan kabajamee osoo jiruu, mirga sarbuufi salphisuun jiraachuu danda’a. Hirreekee isan tuffadhullee dhandhamuun qaba. Seerri kophaa isaa miira sabboontota Oromoo gara bakka isaa jalqabaatti deebisuu hin danda’u. Uummanni Oromoo boonuudhaafi kabaja isaa irraa mulqame deebisee kan argatu seeraanidhaa? Maal odeessita? Shororkeessaa lafakee irra qubatee si salphisu geessitee mana murtii dhaabuufidhaa? Aachumaanis ‘Seerri haa murteessu!’ jedhamuudhaafii? Ani kana hin fudhadhu. Akka fakkeenyaatti ‘#Gaallaa’ naan hin jedhiinaa! Jedheera. ‘Gaallaa’ kan naan jedhu maalin godha? Akkan himadhudha kan ati na gorsitu? Gorsikee yoo kana ta’e sabboontonni Oromoo raawwatee balleessa. Furmaanni isaa himachuu osoo hin taane buunyaa gaariidhaan funyaan isaa cabsuudha.” (#Callisuu_Burqaa_fuula_266) 
240
17
Guyyaa sana miira laman takkaatti keessummeesse. Miirri inni jalqabaa gammachuu daangaa hin qabne ture battalan gammachuukoo ibsadhee hin xumurretti ammoo gaddi daangaa hin qabne na mudate. Mar'immaankooti na dhagala'e. Dugdikootu bakka lamatti na hirame. Hin argine jedhee darbuuf ijakoo lamaaniin guuteen arge hin dhageenye jechuuf nama dhiisi lafaafi haafatu odeessa. Miira dhiirummaakoo dagadheen kofoo keessatti fincaanutu na dhibe. Gaddi duruu jira gaddi ulfaatan gammachuu guddaa ibsattee hin xumuruunitti aanee dhufu garuu daran ulfaatadha. Umuriin hamma ammaa jiraadhe keessa otoo guyyaan sun hir'ifamee himadhe nii xiqqaat. Sababiin isaas har'ayyuu yoon guyyaa gammachuukoo ajaa'ibaa sana argee foolii gammachuukoo otoon hin unatiin ajaan gadda ulfaataa dhufee na jalaa faale yaadadhu waanan kaa'eefi waanan fuudhutu wal na jalaa dhaha. Waanan harkatti qabadhee jiruun borsaakoo keessa barbaada. Nan ilaala, garuu hin argu! Sagaleen iyya ulfaataa guyyaa sanaa na dura deddeebi'u. Guyyaa sana maaltu ta'e seetan Martin Odgard kubbaa Sakaaf dabrsee kenne. Sakaan otoo namuu bira hin qaqqabiin kubbatti saphanatti mare. Goolii eegaan jaraa akka nama maraateetti lafarra gangalattus goolii sana oolchuun daran itti cimee ture. Yeroo sana ol utaaleen akka nama maraateettin iyye maal godha garuu anaafi hiriyyoonnikoo iyya keenya otoo hin xumuriin taphataan sarara fuulduraa jaraa irra deebiin kubbaa daran ulfaatu bobaa Devid Rayaa jala dabarsuun saaphanatti marage tish akkam nama guba🥲 Miira Qoosaa @gumaat @gumaat
202
18
Qarshiin/Maallaqni ☆Nyaata gaarii siif bituu danda'a;garuu fedhii nyaata sana siif bituu hin danda'u. ☆Siree gaarii siif bituu danda'a;garuu hirriba hin bitu. ☆Lakkooftu sa'aatii siif bituu danda'a;garuu yeroo hin bitu. Kanaafidha kaniin humna maallaqni qabutti hin amanneef!
270
19
#Hadaraa_kee_ Godoo dhugaa keenya tiksii Gamoo sobaa nurraa jigsii dhugaa mooraatti nuuf naqii immimmaan dhalootaa haqii Mukti dhugaa haa dagaaguu Darbee dhalootaaf haa raaguu Qilxuu sobaa garagalchii Dhugaa qe'eetti ol nuuf galchii Haqni dabalee haa latuu Ulfi sobaa haa gatatuu Uumama harka kee ajajii Damee dhugaa nuuf kabajii Mooraatti nu kuuse xurii Damee sobaa nurraa murii Dhalachuudhaaf hin rimaa'iin Yoo dhalate hin mii'ayiin Gatiin dharaa haa rakasu Murtiin dhugaa haa kasasu Abuukattoon haqaaf boo'uu Mirga argatee soba haa moo'uu Dhararraa aangoo sassaabii Alaabaa haqaa nuuf dhaabii Faachisaa biyya haa dhuunfatuu Ijji sobaa haa dunuunfatuu Miciree dharaa kolaasii Dhugaa dirreetti nuuf baasii Inni daraaree naqatuu dhugaan bakka haa qabatu #Hadaraa_kee_Uumaa_koo ✍️ Dastaa Taaddasaa
446
20
NAGAATTI 🥲🥲🥲🥲 Nagaattigaa tiruukoo Hiriyyaa garaan lamaa Dandiin ati adeemte Dugda lukkuu haata'uu ... Isaa ati anaaf taate Waaqayyo siif haa ta'u. Imaanan waliin qabnu Waadan keenyi inni kalee Jaalallikee inni gubu Akka ibidda saafaa Obse obse dadhabe Imimmaankoon haa ba'u🥲 Otoon siif jira jettuu Dhibba waadaa naa galtuu Otoo kiyyaako jettuu Afaan mason na waamtuu !? Tasa of duraa si dhabnaan Abdiikoo gurraacha'ee ... Akka abjuu halkanii Dhugaadhaaf dhugaa miti Sobas jedheen amanu Olmaa ati naaf oolte Waaqaygo siif haa oolu Akkam sif ta'e laata Jireenyi inni jalqabde? Arrabakee mi'aa keessi qara qarabaa Fuulakee mimmidhagaa Garuu kessisaa yeeyyi Hin barre ta'a innis Akka kiyya duraanii? Hadara isa gootee Isaafimoo of eegi Jaalalatti hin hammatiin Nama ta'uukee beeki. Edaa.. Edaa du'atti na naachuuf Sagal na dhudhuggatta Akkuma yihudaatti !! Edaa Edaa na dhiistee deemuuf Sagal naf kakkakatta Akkuma budaa jaarti !! Furtu banuu hin dandeenyen Cuftee baate karrakoo Imimman dhiiga buusee Boo'ee siif hin gadoodu Miroonnikoo na mormuu Corawwankoo naan oodu ... Deemi nagaan jiraadhu Bultii gaariin siif hawwaa Dhibee ani dhibameef Waaqayyo hin dhabu dawwaa ! Walqixxee Indaalee Guuttataa Caamsaa 24, barii lafaa @gumaat @gumaat
319