cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

GUMAATA๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ‘‰๐ƒ๐ก๐š๐š๐ฆ๐ฌ๐š๐š๐Ÿ๐ข ๐ฆ๐ฎ๐๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐ง ๐ข๐›๐ฌ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐Ÿ‘‰Beeksisa Hojii haaraa yeroo yerootti ๐Ÿ‘‰Oduufi Odeeffannoo ๐Ÿ‘‰Barnootaa fi ๐Ÿ‘‰Bashannansiisuu Taajajila isin nu irraa argattanidha!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 118
Obunachilar
-124 soatlar
-97 kunlar
-1930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

MALKAA: Jatani Ali Scholarship (Borana University). Cognizant of its mission to contribute to human resource development efforts of our country (with particular focus on education of pastoralists' boys and girls), Borana University hereby heralds to the University community, friends, partners and all concerned that a block account has been opened to launch the eagerly- awaited " MALKAA: Jatani Ali Scholarship"! The general objective of the Scholarship is to contribute to human resource development by playing both enabling and excelling roles i.e by making weak students strong and strong students stronger. In particular, we aspire to: 1. Contribute to an improved access and quality of general education 2. Reach out to needy students, at all levels, with material and financial support 3. Tuition waiver to postgraduate students 4. Raise community literacy and numeracy skills Dear colleagues, friends and partners, this is a call of history. The University management firmly believes that a positive - impact making and meaningful development must start with self-reliant attitude and collective agency. We may start small today but will grow bigger tomorrow because we value and trust our collective efforts. All concerned are, therefore, cordially invited to respond through contribution of ideas and resources in order to render this grand initiative a reality. Account number: 1000625003702 Bank: Shaleka Jatani Ali Branch, Commercial Bank of Ethiopia, Yaballo Office of the President @gumaat @gumaat
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#Dhageessaniittuu๐Ÿ™ #DACHOO_MULTIMEDIA Ogummaa, barnootaan, Muuxannoo gaazexeessummaan kan dabaalameefi kennaa uumamaan kan badhaadheen sagantaalee qopheeffattan isiniif miidhaksina. #Tajaajiloota nuti kenninu: ๐Ÿ‘‰Beeksisa waltajjii, Eebba, Cidhaafi kan biroo, ๐Ÿ‘‰Beeksisa Sagalee Iddoo Jirtanitti Sin Biraan ni Geenya, ๐Ÿ‘‰Karaa Toora โ€œFacebookโ€™ keenyaa siniif maxxansina, ๐Ÿ‘‰Leenjii Gaggabaabaa Fayyadama Kominikeeshiniifi Midiyaa Dargaggootaafi Gaggeessitootaaf ni Kennina (Sanbattan 2โ€™n Finfinneefi Magaalota Naannoo Finfinneetti dhiyootti Galma Mijeeffattanitti). Jabaatanii Jabaa Taโ€™u! Waloomaniit Milkaa'u! ๐Ÿ‘‰Gatii madaalawaan tajaajila milkaa'aa fi miidhagaa ni kennina. #Argama: Karaa Fuula Facebook koo #Dachasa_Labataโ€™ Inbox Gochuun nu Argachuu ni Dandeessu. #Finfinnee ๐Ÿ‘‰DACHOO MULTIMEDIA Fakkeenya Dhalootaa! Bilisa Ne qaxalee bifaafi harki faranjii fakkaatu #Loogoo๐Ÿ‘‡ bareedaa kana waan naaf hojjetteef galatoomi! #Share gochuun namoota biroos akka dhaqqabsiistan abdiin qaba. @gumaat @gumaat
Hammasini ko'rsatish...
Warri dafqee dafqasaan Maatiifi qomoosaa sooru Warri dhara baqatee Dhugaatti gale koolu Warri qarshii tokkotti Karaa dharaa hinbarbaanne Warri dafqnee nyaachuun Araadatti qabamne. Warri teessoo yaabbatee Sabasaa gooluu hin beekne Warri dafqee nyaachuutiif Matumaa of hin qeeqne Baguma hundaa daadeenyee Guyyaa kan keenya geenye ! Kabajamoo dafqaan bultoota addunyaa kana maraaf ! @gumaat @gumaat
Hammasini ko'rsatish...
โค 5๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
Kabajamtoota maatii gumaataa maraaf  May 4, 2024, at 12 p.m. Yookan Ebla 26 fuldura keenya irraa eegaluun koodii DV keessaniif isinii kenname link armaan gadii irra galchuun ilaallachuu dandeessu. Carraa Gaarii ๐Ÿ™ dvprogram.state.gov/ESC/. Kuni karaa tokkicha ittiin ilaallachuu dandeessu waan ta'eef gara namoota deemuun maallaqa kaffaltan irraa bilbila harkaa keessan fayyadamuum of qusadhaa @gumaat @gumaat
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 1
Kabajamtoota maatii gumaataa maraaf May 4, 2024, at 12 p.m. Yookan Ebla 26 fuldura keenya irraa eegaluun koodii DV keessaniif isinii kenname link armaan gadii irra galchuun ilaallachuu dandeessu. Carraa Gaarii ๐Ÿ™ dvprogram.state.gov/ESC/. Kuni karaa tokkicha ittiin ilaallachuu dandeessu waan ta'eef gara namoota deemuun maallaqa kaffaltan irraa bilbila harkaa keessan fayyadamuum of qusadhaa
Hammasini ko'rsatish...
Xalayyaa Jaalalaa Imalaan daandiin dhabu Qillessatu isaaf karaa Nyaadhee maafin gabbdhu ... Dhugee maaf naan sifaa'u... Narraa ciisi yaa garaa ๐Ÿ™ Otoon suuraakeen argiin Waggootan lakkofsisee Boraatiinkoo naan hiluu Ciisinikoo na doorsise Harmee na deesse ganee Abbakoo irraanffadhee Hiriyyoottan dagadhee Kunoo galaa naqaadhee ... Erguman manaa ba'ee Guuyyooni kuma darbee ... Kitila ta'uuf deema Tasan badaan jiramoo Si bira gahuun deema !? Sagaleen boraatiikoo Maqaakee natti kaasaa Abjuuf yaaddoon maqaakee Hirribarraa na kaasa... Kanaaf.. Kanaaf nyaachaa soofameen Biilla garbuutti ba'e Ganama, galgala, guyyaa hin jedhuu Maqaakee lafan kaa'uu Kana soofee na nyaata Nyaadhee suga naan ta'u ๐Ÿ˜“ Gurraachi Lixa Afrikaa Ilmii Taaddasaa Birruu Gaanfureen gurrachoota Gootichi Madeellayyuu Waggoota digdaamootaaf Abjuun qaba dhaadate Hin jedhu matumayyuu Maaliif natti barfate ๐Ÿ’ช Maarree nan ceepha'iin yaa garaa Garaakoo garaa xiiqii Abdii kutannaa dhiisii Kaayyookee qofaaf fiigii Waca warra har'umee Sagalee lolaa dhiisi Galaana ta'i malee Dololoo ta'uu dhiisi Guyyoonni kuni darbe Nii Jetta guyyaa sanaa Ana bututtuu sanatu Har'a ga'ee addana ๐Ÿ‘Œ Kanaaf cisee yoon ka'u Kanaaf bahee Yoon galu Kanaaf yeroon soorradhu Kanaaf yeroon boqodhuu Imimmankoo harcaaseen Dafaqa kiyyaan kukkuuleen Yaadee yaada yaachiseen Rakkoo dachee nyaachiseen Xalayyaan siif barressa Na dhaghi lubbuuko Kaayyoko na dhageessaa? Lubbukoonis haa dhuftu Maaltu walirraa seenasa Abdiin muratiin malee Gadheen abdatiin malee Waaqan dagatiin malee Lafa yaadde nii geessa ๐Ÿ™ . GALATOOMAA ! ยฉWalqixxee Indaalee Guuttataa Ebla, 19 Halkan Walakkeessa Galatoomaa Kabajamtuu jaalalleekoo kan taate Kaayyookootiif No need of tag, photo, like and share just read it ๐Ÿ™
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 5
Photo unavailableShow in Telegram
Hammasini ko'rsatish...
Baga Ayyaana Gootota Oromoo geessan ! Har'a warra jiru taane guyyaa Gootota kabajna boru yoo darbinee ammoo goota taane tarree goototaa hirriirra Seenaa Gabaabaa Nimoonaa Xilahuun (1986-2014GC) ==== Nimonaa Tilaahun Imana Godina Wallaga bahaa Magalaa Jimmaa arjootti bara 1986GC dhalate. Nimoonaan abbaa isaa Obbo Xilahuun Imaanaa fi haadha isaa Aadde Laaqechi Indaalammaa Mulโ€™ataa irraa godina Wallaggaa Bahaa magaalaa Arjootti dhalate. Barnoota isaa kutaa tokkoo eegalee hanga kudha lamaatti achuma magaalaa Arjootti baratee xumuruun barnoota sadarkaa olaanaatti fufuuf bara 2004GC yuunvarsiitii Finfinnee seene. Baruma kana diddaa barattoota Oromoo dhimma Finfinnee waliin walqabatee kaโ€™een murtii jalโ€™aa mootummaa wayyaaneen barattoota Oromoo 400 ol taโ€™an irratti dabreen, Nimoonaa Xilahuun waggaa tokkoof barnoota irraa arihatame. Nimoonaa Xilahuun (1986 2014GC) Waggaa tokko boodas barumsa isaatti debiโ€™ee bara 2005-2007GCtti โ€œBSc / Banking and Insurance โ€œ dhaan eebbifame. San booda bara 2007GC keessa godina Shawaa Kaabaa aanaa Qimibitti/magalaa Shanootti mindeeffamee achitti hojii eegale. Achitti utuu barsiisuu hiriyoota isaa biraa konkolataan Patrol/3F kan jedhamuun humnooti tika wayyanee ukkaamsanii fudhatan. Haga jiโ€™a tokkootti Mayikalawwitti dhoksaan hidhamee mana dukkana akeessatti gidiraa guddaa argaa ture. Dhiibbaa fi iyyannaa qaamota miran namoomaatiin dhiyaachaa tureenis, himannaan itti banamee gara mana Hidhaa Qaallittiitti dabarfame. Manni murtii Wayyaanees dhaddecha jallootiin murtii jalloo waggaa 11 akka hidhamuuf itti murteesse. Nimoonaan mana hidhaa Qaalittii, Zuwayii fi Qilinxoo keessaatti garafamaa ture; Reebicha garmalee irra gaโ€™eenis dhibeef saaxilame. Mana hidha akeessatti walโ€™aansa gahaa waan dhabeef hedduu miidhame. Dhukkuba kanaan erga hiraarfamee boodas, bara 2012GC keessa gara Hospitalaa Xiqur-Anbassaatti geeffamee ture. Haataโ€™uutii, walโ€™aansa garaa baqaqsaa godhameef iyyuu sirnaan otuu madaan isaa hin qoorin gara mana hidhaa Qaallititti deebifame. Achitti doorsisaafi dararaa guddaattu irra gaโ€™aa ture. Dhukkubni isaa itti hamaachaa waan dhufeef, dhiyeenya kana gara Hospitaala Xiqur-Anbassaatti deebisan. Garuu, qaamni laafee, bututee waan jiruuf dhibee san irraa dandamachuu dadhabee Waxabajjii 6, bara 2014GC ganama barii keessaa saatii 6:00 irratti lubbuun isaa addunyaa kana irraa dabarte. Sirni awwaalcha Nimoonaa Xilahuun bakka warrii fi lammileen hedduu argamanitti bakka dhalootasaa Arjotti raawwatee jira. โ€œQabsaaโ€™aan ni kufa; qabsoon itti fufa. @gumaat
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.