Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育3 638
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 292 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 638。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 292 名订阅者。
根据 09 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 201,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 46.51%。内容发布后 24 小时内通常能获得 19.40% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 22 453 次浏览,首日通常累积 9 364 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 388。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 10 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
48 292
订阅者
无数据24 小时
-457 天
+20130 天
帖子数量
数据加载中...
反应
评论
Telegram 星星
按以下排序的热门帖子
数据加载中...
发布分析
帖子 | 浏览量动态 | |||||
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147
📋 Qajeelfama Qormaataa
🗓 Yeroo Qormaataa
🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa website irratti banameera.
Qormaanni kun Roobii, 14/10/2026 ykn 04/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama.
1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
📚 Qormaata xumuraa kana keessaatti gaafii 40 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 2'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa qabama.
🚫 Seera Qormaataa
Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha.
⏲ Hubachiisa
Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma.
🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa.
👉@AfricaacademyOromo | 6 526 | 20 | 0 | 204 | 登录以查看统计数据 | |
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (14/10/2026 ykn 04/02/2019) halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna.
1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 10 171 | 18 | 0 | 277 | 登录以查看统计数据 | |
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 11 539 | 21 | 0 | 253 | 登录以查看统计数据 | |
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee ni kennama.
🗓 Hanga guyyaa Qormaataatti waan barattan irra deebiin qo'achaa qophii taasisaa!!!
💡 Niyyaa Keessan quluqulleessaa!!
💡Kaka'uumsa keessan haaromsaa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 10 756 | 18 | 0 | 295 | 登录以查看统计数据 | |
🏆 Viidiyoo gabaabaa Sagantaa Galateeffannaa fi Badhaasaa Akkaadaamii Afriikaa fi TV Afriikaatin Qophaa'ee!!
🎊 Sagantaa Kana irratti Gorsaa fi Dhaamsi garagaraa Ulamaa'ii babbeekkamoo biyya keenyaatin afaan lameenin darbee jira.
🎉 Dorgomtoonni injifataniis miira isaanitti dhagahamee fi dhaamsa isaanii dabarsanii jiru.
🔗https://youtu.be/7csjtI1cyLA?si=hpMZy7zmt-N95cil
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 11 027 | 14 | 0 | 194 | 登录以查看统计数据 | |
📚 Kitaaba Guutuu korsii Aqiidaa | 12 661 | 58 | 0 | 372 | 登录以查看统计数据 | |
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟
Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan!
📚 Barnoonni Aqiidaa Dr. Jeeylaan Kadiirin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha jahan (16) xumuramee jira.
🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna.
🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbata, 10/10/2026 (30/01/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a.
📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!!
📌 Odeeffannoo qormaata waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_xumuraa | 14 865 | 16 | 0 | 306 | 登录以查看统计数据 | |
Maqootaa fi sifoota Rabbii beekuun karaa Rabbiin ittiin beekaniidha. | 16 966 | 10 | 0 | 377 | 登录以查看统计数据 | |
Kanneen armaan gadii keessaa kamtu bu'aalee maqootaa fi sifoota Rabbitti amanuuti? | 13 794 | 10 | 0 | 337 | 登录以查看统计数据 | |
<iframe width="560" height="315" src="https://www.youtube.com/embed/igktkVMMWuU?si=_JRQ0jJfQTyIGxPz" title="YouTube video player" frameborder="0" allow="accelerometer; autoplay; clipboard-write; encrypted-media; gyroscope; picture-in-picture; web-share" referrerpolicy="strict-origin-when-cross-origin" allowfullscreen></iframe> | 17 460 | 16 | 0 | 219 | 登录以查看统计数据 | |
[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 16ffaa.mp3 | 14 342 | 26 | 0 | 248 | 登录以查看统计数据 | |
Kutaa 16ffaa (1) (1).pdf | 16 329 | 22 | 0 | 186 | 登录以查看统计数据 | |
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Jahaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗
https://youtu.be/igktkVMMWuU | 2 787 | 6 | 0 | 43 | 登录以查看统计数据 | |
Sifoota Salbiyyaa jechuun sifoota Rabbiin of irraa dhabamsiise ykn Ergamaan isaa isarraa dhabamsiisee dha. | 17 279 | 12 | 0 | 363 | 登录以查看统计数据 | |
Sifoota Khabariyyaa jechuun maal jechuudha? | 16 471 | 11 | 0 | 325 | 登录以查看统计数据 | |
Barnoota Aqiidaa Kutaa 15ffaa.mp3 | 17 756 | 28 | 0 | 231 | 登录以查看统计数据 | |
📚 Kitaaba Aqiidaa 15ffaa | 18 516 | 26 | 0 | 232 | 登录以查看统计数据 | |
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Shanaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗
https://youtu.be/_4Vl7vi2n6I?si=XE91fASCTLDTj9cq | 19 352 | 13 | 0 | 122 | 登录以查看统计数据 | |
🔔 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun
deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 16 625 | 8 | 0 | 333 | 登录以查看统计数据 | |
Kamtu Sifa Zaatiyyaa Rabbii ol ta'e irraayi? | 17 189 | 12 | 0 | 271 | 登录以查看统计数据 |

