cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

OROMO DV

DV, Passport fi kkf kan feetan nu qunnamaa!

إظهار المزيد
فنلندا552لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
11 439
المشتركون
-1724 ساعات
-237 أيام
+23730 أيام
توزيع وقت النشر

جاري تحميل البيانات...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
تحليل النشر
المشاركاتالمشاهدات
الأسهم
ديناميات المشاهدات
01
#2 Kaardii NATIONAL ID orijinaalli isaa baafamuu eegalee jira Namoota National ID galmooftanii kaardii isaa hin fudhatin jirtan hundaaf: - Kaardiin National ID keessanii orijinaalli isaa mana poostaa ykn ejensii dhaabbatichaa naannoo keessan jirutti akka isiniif ergamu ajajachuu ni dandeessu - Gatiin kaardii birr 343 qofa yoo ta'u, gatiin ittiin ajajamu immoo birr 300 dha. Waliigalatti birr 643 qofa kaffalchiisa - Birr 643 qofaan nu biratti ajajachuu kan barbaaddan FIN number keessan karaa T.me/OroDV1 nuuf ergaa! Inbox: T.me/OroDV1 @OromoDV
1 4583Loading...
02
#1 MASTERCARD - Tajaajila haaraa kana isiniif qabannee dhufaa jirra MASTERCARD or VISA PAYMENT CARD namoota barbaaddan hundaaf maqaa keessaniin isiniif banuu eegallee jirra. Passport ykn National ID namni qabu kamiyyuu baafachuu ni danda'a! Tajaajila kana ifoomsuun walqabatee badhaasni garagaaraa qophaa'ee waan jiruuf channel keenya @EbaDigital jedhu join gochuun nu eegaa! Odeeffaannoo guutuu boru isiniif maxxansina! Yeroo gaarii qabaadhaa! @OromoDV
2 9414Loading...
03
Badhaasa gurguddaa isin badhaasuuf jenna! Akkam jirtu maatii @OromoDV, dhiyootti hojiilee haaraa qabannee waan dhufaa jirruuf hojiilee kana yeroo ifoomsinutti maatii chaanalii keenyaa kan taataniif badhaasa garagaaraa isin badhaasuuf qophiirra jirra! Waan nu waliin jirtaniif galatoomaa! @OromoDV
5 3466Loading...
04
Passport - Damee Jimmaa ✅ Kaleessa beellama ashaaraa ji'a 1 fi ji'a 2 qofaan namoota hedduuf Passport guunnee turre. Namoonni daftanii fayyadamtan baga gammaddan! ✅ Har'a ganama gara ji'a 3 tti siqee kan ture yoo ta'u fi har'a waaree booda kanammoo ji'a 4 irra gahee jira. ✅ Inni amma ji'a 4 irra jiru kunis sa'atii muraasa booda ji'a 5 fi 6 tti waan dheeratuuf dafaa itti fayyadamaa! Inbox: T.me/OroDV1 @OromoDV
7 3825Loading...
05
Carra kana dafaa itti fayyadamaa! Kan ji'a 1 ture, turtii sa'a 6 keessatti ji'a 2tti siqee jira. Hanguma baay'ina nama galmaa'een yeroon isaa siqaa deema. Guyyoota lama sadii booda gara ji'a 4 oliitti siquunsaa hin oolu! Namoonni Damee Jimmaa irratti passport guutuu feetan dafaa carraa kanatti fayyadamaa!
7 0236Loading...
06
Carraa guddaa guyyaa 2'f turu Passport damee Jimmaa carraa guyyaa lamaaf turu baasee jira. Innis turtii Ji'a 1 qofatti ashaaraa kennuu akka dandeenyudha. Yoo bubbule turtiin isaa dheerachaa waan deemuuf dafaa itti fayyadamaa! Namoonni beellama kana qabsiifachuu barbaaddan nu qunnamaa! Inbox: T.me/OroDV1
6 6886Loading...
07
Passport ji'a 1 keessatti - Damee Jimmaa fi Dire Dawa irratti beellama ashaaraa ji'a 1 qofa turu yoo barbaaddan nu qunnamaa! Inbox : T.me/OroDV1 @OromoDV
5 7274Loading...
08
Carraa hojii biyya alaa namoonni 270000(270K) bilisaan argatanii jiru Ministeerri Hojii fi Dandeettii Itiyoophiyaa(E-LMIS) hanga bitootessa 12, 2016 qofatti namoota hojii barbaadan kuma 270'f carraa hojii biyya alaa uumuun biyya alatti erguusaa gabaaseera. Ministeerichi har'as guyyaa guyyaan namoota kumaan lakkaa'aman ergaa akka jiru beeksiseera. Namni lammii Itiyoophiyaa ta'e kamiyyuu carraa kana argachuu akka danda'u ibsuudhaanis akkaataatti carraa kana argatan ifoomsee jira. Hub: Namni barnoota sadarkaa 2ffaa, leevelii, digirii, maastersii haa ta'u gosa kamiyyuu kan barate akka ogummaa ykn fedhii isaatti gosa hojii sana filatee hojjechuu ni danda'a!
7 59529Loading...
09
Carraa hojii biyyoota Awurooppaa fi Eeshiyaa kana argachuufis wantoota 5'n kanneen gochuu qofatu nurraa eegama: 1. Websaayitii ministeerichaa seenuun eenyummeessa(account) banachuu 2. Form barbaachisu hunda bifa sirrii ta'een guutuu 3. Ejensii ministeerichaa naannoo keenya jiru deemuun ashaaraa kennuudhaan Lakkoofsa Addaa(ID number) argachuu 4. Barbaachisaa yoo ta'e leenjii gahumsaa fi qormaata gahumsaa(COC) dhaabbatichi kennu fudhachuu 5. Karaa websaayitii ykn app ministeerichaatiin ykn ejensii ministeerichaatiin hojii ogummaa keenyaa ykn gosa hojii jaallannu filachuun iyyata galfachuu Iyyataawwan keenya keessaa tokko fudhatama yoo argate viizaan hojii keenya guyyoota muraasa booda nuuf dhufa. Kallattiidhaan deemnee hojii keenya eegalla jechuudha. Hub 2: Carraa kana argachuuf akkasumas ashaaraa kennuuf kaffaltiin kaffalamu tokkollee hinjiru! Namoonni carraa hojii kanaa argachuu barbaaddanii akkaataan isaa isin rakkise karaa T.me/OroDV1 irratti nu qunnamuun deggersa argachuu ni dandeessu! @OromoDV
9 399120Loading...
10
Carraan hojii biyya alaa kaffaltii malee bilisaan Itiyoophiyaa keessatti akka kennamaa jiru beektuu? Namoota hin dhagahin jirtanitti soba fakkaachuu danda'a garuu dhugaadha, nama dhuunfaa osoo hintaane mootummaatu ergaa jira. Kan ergus ministeera Hojii fi Ogummaa Itiyoophiyaa(E-LMIS) dha. Akkamiin carraa kana akka argattan isiniif maxxansina. Nu eegaa! @OromoDV
7 46915Loading...
11
Namoota carraa keessan hin ilaallatin jirtaniif: - Akkaataatti carraa keessan ofii keessan ilaallattan viidiyoo fi barreeffamaan kan dhiyeessinee jirru ta'us, Hanga ammaatti ilaallachuun kan isin rakkise ofii keenyaan isiniif ilaaluuf haala mijeessinee jirra - Carraa isiniif ilaaluuf qarshii 1 illee isinirraa hin barbaadnu, Kan isinirraa feenu GROUP keenya @Oromo_DV seenuun nama 100 add akka nuuf gootan qofa dha - Namoota 100 add erga gootanii booda Confirmation number, Maqaa akaakayyuu fi Bara dhalootaa keessan akka DV irratti siif guutametti group sanarratti barreessaa! Bu'aa DV keessanii karaa keessaa isiniif himna! Carraa Gaarii! @OromoDV
6 36410Loading...
12
Namoonni DV guuttanii CONFIRMATION NUMBER keessan isin jalaa bade akkanaan carraa keessan ilaallachuu dandeessu! Viidiyoo gabaabduu kana ilaalaa! Link ittiin ilaallatan: https://dvprogram.state.gov/ESC/CheckStatus.aspx
8 41633Loading...
13
Akkam jirtu? Baay'ina maamiltoota muraasaaf deebii kennuu dhabuu keenyaaf nu ofkalchaa jechaa.... ✅ Namoota carraa DV keessan hin ilaallatin jirtan hundaafuu torban kana carraa ilaallaafi! ✅ Namoonni ilaallattanii abba carraa taatanimmoo nu qunnamaa! Deggersa barbaachisu isiniif goona! @OromoDV
7 1031Loading...
14
System DV jalqaba kanaaf busy ta'uu waan danda'uuf, yoo ammaaf hojjechuu dide xiqqoo turaa irra deebiin yaalaa! @OromoDV
2 3973Loading...
15
DV-2025 gadhiifameera! Carraa DV keessanii akkaataa itti ilaallachuu dandeessan viidiyoo kana daawwadhaa! Link ittiin ilaallatan: https://dvprogram.state.gov/ESC/CheckStatus.aspx ▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️▪️ Akkaataa itti DV ilaallatan barreeffamaan dubbisuuf(as tuqaa) Carraa Gaarii! @OromoDV
12 197171Loading...
16
Carraan DV-2025 har'a galgala sa'a 1:00 pm irraa kaasee ilaalamuu ni eegala! ✅ Akkaataatti ofii keessaniin carraa keessan ilaallattan viidiyoo fi barreeffamaan isiniif dhiyeessina ✅ Yoo carraan isiniif maal gochuu akka qabdan isin qajeelchina ✅ Namoota confirmation number keessan isin jalaa bades akkaataatti carraa keessan ilaallattan isiniif maxxansina @OromoDV
10 09316Loading...
17
Carraan DV-2025 Ebla gaafa 26 jechuun sambata duraa(qidaamee) dhufu galgala kaasee ilaalamuu ni eegala! 🔜 Akkaataatti ofii keessaniin carraa keessan ilaallattan barreeffama fi viidiyoodhaan isiniif maxxansina! 🔜 Namoota koodiin keessan isin jalaa bades akkaataatti ilaallattan isiniif maxxansina! 🔜 Namoonni abbaa carraa taatanimmoo waan isin gochuu qabdan isin qajeelchina, nu qunnamaa! ❌️ Namoonni nu biratti galmooftanii gatii galmee kaffaluu dhabuudhaan koodii keessan hin fudhatin jirtan, ammas koodii keessan isiniif hin ergamu waan ta'eef nun gaafatinaa! CARRAA GAARII! @OromoDV
11 86728Loading...
18
Of eeggannoof ⚠️ Ergaan "Subscribe - Get Rewarded✅" jedhu link tokko wajjin yoo isiniif ergame link sana hin tuqinaa! Namoonni waan kana isiniif ergan telegram isaanii hatamee jira. Isinis yoo tuqxan telegram keessan waan hatamuuf hin tuqinaa! @OromoDV
10 7404Loading...
19
Passport keessan kottaa fudhadhaa! - Apr 27/2024 Damee Dassee, Jigjigaa, Diredawaa, Hosayena, Gaambellaa, Adamaa fi Hawasaa, maamiltoonni keenya paaspoortii eeggachaa jirtan keessan walitti qabaa jirtan akkaataa sagantaa waajjira damee immigireeshinii isin iyyattan baaseen paaspoortii keessan fudhachuu ni dandeessu! Maqaa fi guyyaa itti fudhattan document armaan olitti maxxanfamee jirurraa ilaalladhaa! Kan maqaan keessan hin bahin jirus obsaan eegaa! @OromoDv
10 2446Loading...
20
Media files
12 3023Loading...
Photo unavailableShow in Telegram
#2 Kaardii NATIONAL ID orijinaalli isaa baafamuu eegalee jira Namoota National ID galmooftanii kaardii isaa hin fudhatin jirtan hundaaf: - Kaardiin National ID keessanii orijinaalli isaa mana poostaa ykn ejensii dhaabbatichaa naannoo keessan jirutti akka isiniif ergamu ajajachuu ni dandeessu - Gatiin kaardii birr 343 qofa yoo ta'u, gatiin ittiin ajajamu immoo birr 300 dha. Waliigalatti birr 643 qofa kaffalchiisa - Birr 643 qofaan nu biratti ajajachuu kan barbaaddan FIN number keessan karaa T.me/OroDV1 nuuf ergaa! Inbox: T.me/OroDV1 @OromoDV
إظهار الكل...
👍 18 6
Photo unavailableShow in Telegram
#1 MASTERCARD - Tajaajila haaraa kana isiniif qabannee dhufaa jirra MASTERCARD or VISA PAYMENT CARD namoota barbaaddan hundaaf maqaa keessaniin isiniif banuu eegallee jirra. Passport ykn National ID namni qabu kamiyyuu baafachuu ni danda'a! Tajaajila kana ifoomsuun walqabatee badhaasni garagaaraa qophaa'ee waan jiruuf channel keenya @EbaDigital jedhu join gochuun nu eegaa! Odeeffaannoo guutuu boru isiniif maxxansina! Yeroo gaarii qabaadhaa! @OromoDV
إظهار الكل...
👍 18
Badhaasa gurguddaa isin badhaasuuf jenna! Akkam jirtu maatii @OromoDV, dhiyootti hojiilee haaraa qabannee waan dhufaa jirruuf hojiilee kana yeroo ifoomsinutti maatii chaanalii keenyaa kan taataniif badhaasa garagaaraa isin badhaasuuf qophiirra jirra! Waan nu waliin jirtaniif galatoomaa! @OromoDV
إظهار الكل...
👍 94 38
Passport - Damee Jimmaa ✅ Kaleessa beellama ashaaraa ji'a 1 fi ji'a 2 qofaan namoota hedduuf Passport guunnee turre. Namoonni daftanii fayyadamtan baga gammaddan! ✅ Har'a ganama gara ji'a 3 tti siqee kan ture yoo ta'u fi har'a waaree booda kanammoo ji'a 4 irra gahee jira. ✅ Inni amma ji'a 4 irra jiru kunis sa'atii muraasa booda ji'a 5 fi 6 tti waan dheeratuuf dafaa itti fayyadamaa! Inbox: T.me/OroDV1 @OromoDV
إظهار الكل...
OroDV - Inbox

˙·٠• ●♥️ DV-2025, Digital services for Oromo people ♥️ ●•٠·˙

👍 18
Carra kana dafaa itti fayyadamaa! Kan ji'a 1 ture, turtii sa'a 6 keessatti ji'a 2tti siqee jira. Hanguma baay'ina nama galmaa'een yeroon isaa siqaa deema. Guyyoota lama sadii booda gara ji'a 4 oliitti siquunsaa hin oolu! Namoonni Damee Jimmaa irratti passport guutuu feetan dafaa carraa kanatti fayyadamaa!
إظهار الكل...
👍 10 7
Carraa guddaa guyyaa 2'f turu Passport damee Jimmaa carraa guyyaa lamaaf turu baasee jira. Innis turtii Ji'a 1 qofatti ashaaraa kennuu akka dandeenyudha. Yoo bubbule turtiin isaa dheerachaa waan deemuuf dafaa itti fayyadamaa! Namoonni beellama kana qabsiifachuu barbaaddan nu qunnamaa! Inbox: T.me/OroDV1
إظهار الكل...
OroDV - Inbox

˙·٠• ●♥️ DV-2025, Digital services for Oromo people ♥️ ●•٠·˙

👍 7 5
Passport ji'a 1 keessatti - Damee Jimmaa fi Dire Dawa irratti beellama ashaaraa ji'a 1 qofa turu yoo barbaaddan nu qunnamaa! Inbox : T.me/OroDV1 @OromoDV
إظهار الكل...
OroDV - Inbox

˙·٠• ●♥️ DV-2025, Digital services for Oromo people ♥️ ●•٠·˙

👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
Carraa hojii biyya alaa namoonni 270000(270K) bilisaan argatanii jiru Ministeerri Hojii fi Dandeettii Itiyoophiyaa(E-LMIS) hanga bitootessa 12, 2016 qofatti namoota hojii barbaadan kuma 270'f carraa hojii biyya alaa uumuun biyya alatti erguusaa gabaaseera. Ministeerichi har'as guyyaa guyyaan namoota kumaan lakkaa'aman ergaa akka jiru beeksiseera. Namni lammii Itiyoophiyaa ta'e kamiyyuu carraa kana argachuu akka danda'u ibsuudhaanis akkaataatti carraa kana argatan ifoomsee jira. Hub: Namni barnoota sadarkaa 2ffaa, leevelii, digirii, maastersii haa ta'u gosa kamiyyuu kan barate akka ogummaa ykn fedhii isaatti gosa hojii sana filatee hojjechuu ni danda'a!
إظهار الكل...
👍 36 10
02:04
Video unavailableShow in Telegram
Carraa hojii biyyoota Awurooppaa fi Eeshiyaa kana argachuufis wantoota 5'n kanneen gochuu qofatu nurraa eegama: 1. Websaayitii ministeerichaa seenuun eenyummeessa(account) banachuu 2. Form barbaachisu hunda bifa sirrii ta'een guutuu 3. Ejensii ministeerichaa naannoo keenya jiru deemuun ashaaraa kennuudhaan Lakkoofsa Addaa(ID number) argachuu 4. Barbaachisaa yoo ta'e leenjii gahumsaa fi qormaata gahumsaa(COC) dhaabbatichi kennu fudhachuu 5. Karaa websaayitii ykn app ministeerichaatiin ykn ejensii ministeerichaatiin hojii ogummaa keenyaa ykn gosa hojii jaallannu filachuun iyyata galfachuu Iyyataawwan keenya keessaa tokko fudhatama yoo argate viizaan hojii keenya guyyoota muraasa booda nuuf dhufa. Kallattiidhaan deemnee hojii keenya eegalla jechuudha. Hub 2: Carraa kana argachuuf akkasumas ashaaraa kennuuf kaffaltiin kaffalamu tokkollee hinjiru! Namoonni carraa hojii kanaa argachuu barbaaddanii akkaataan isaa isin rakkise karaa T.me/OroDV1 irratti nu qunnamuun deggersa argachuu ni dandeessu! @OromoDV
إظهار الكل...
👍 79 24

👍 104 7