QUBEE ACADEMY
"Help others with what you can!" Contact: @Fayisa8 To get freshman and grade 12 EUEE Solution video tutor👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw ➤Buy ad : https://telega.io/c/qubeeacademy
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام QUBEE ACADEMY
تُعد قناة QUBEE ACADEMY (@qubeeacademy) في القطاع اللغوي الإنكليزية لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 85 703 مشتركاً، محتلاً المرتبة 1 770 في فئة التعليم والمرتبة 354 في منطقة Ethiopia.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 85 703 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 16 يوليو, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 1 002، وفي آخر 24 ساعة بمقدار -5، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 19.35%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 6.51% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 16 589 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 5 583 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 81.
- الاهتمامات الموضوعية: يركز المحتوى على مواضيع رئيسية مثل grade, math, cell, keenya, following.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“"Help others with what you can!"
Contact: @Fayisa8
To get freshman and grade 12 EUEE Solution video tutor👇
https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw
➤Buy ad : https://telega.io/c/qubeeacademy”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 17 يوليو, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.
جاري تحميل البيانات...
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 17 يوليو | +6 | |||
| 16 يوليو | +5 | |||
| 15 يوليو | 0 | |||
| 14 يوليو | +9 | |||
| 13 يوليو | +22 | |||
| 12 يوليو | 0 | |||
| 11 يوليو | 0 | |||
| 10 يوليو | 0 | |||
| 09 يوليو | +6 | |||
| 08 يوليو | +6 | |||
| 07 يوليو | +5 | |||
| 06 يوليو | +52 | |||
| 05 يوليو | +142 | |||
| 04 يوليو | +110 | |||
| 03 يوليو | +163 | |||
| 02 يوليو | +307 | |||
| 01 يوليو | +78 |
| 2 | +3 ╔═══╗
📚JOIN: @qubeeacademy
📚JOIN: @qubeeacademy
╚════ | 1 |
| 3 | #Hubachiisa
Barattoonni ganna kana dursitanii kutaa 12ffaa qo'achuu barbaaddan sagantaa isa:
👉 Summer Study Program: Natural Science Grade 12: Week 1 (Grade 12) jedhu fayyadamtu.
Barattoonni ganna kana dursitanii kutaa 9 fi 10 ffaa qo'achuu barbaaddan sagantaa isa:
👉 Summer Study Program: Natural Science Grade 12: Week 1 (Grade 9) jedhu fayyadamtu. | 9 226 |
| 4 | Guyyaan xumuraa hir'isa gatii siniif taasifnee har'adha; dursitanii galmaa'uun fayyadamaa ta'aa.
Kutaan 11 qarshii 2300
Kutaan 12 qarshii 1800
Bor irraa eegalee:
Kutaan 11 qarshii 2500
Kutaan 12 qarshii 2000
#Hubachiisa
#Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltaniin barattoonni kutaa 11ffaa waggaa lama (2) guutuu (2019 fi 2020), barattoonni kutaa 12ffaa waggaa tokko (1) guutuu (2019) kan itti fayyadamtan ta'uu hubadhaa. | 3 311 |
| 5 | #QubeeAcademy
#Summer Study Program Week 1
Barattoonni 'Qubee Academy Study Program' fayyadamuun qo'annaa keessan eegaltaniif.
Yeroo dubbiftan
✓Qormaata seensa Yuunivarsiitii (entrance exam) qoramtaniif qophii taasisaa akka jirtan hubadhaa.
✓Kaayyoo (objective) boqonnaa sanaa irratti xiyyeeffachuun dubbisaa.
✓Yaadannoo (Note) namni biraa baase fayyadamuu irra kitaaba irrattii fi note ofii keessannii (yoo note baasuun qo'attu yoo ta'e) baafattan akka fayyadamtan isin gorsina.
✓Viidiyoowwan, waan isiniif hin galle hubachuuf itti fayyadamaa.
✓Yeroo viidiyoo ilaaltan 'Speed' isaa 1.25× ykn 1.5× ykn 1.75× irra kaa'uun (kan isiniif mijatu) fayyadamuu dandeessu.
✓Gaafa Sanbata Xiqqaa sa'aatii booda (sa'aati 10:00 irraa eegalee) qormaata karaa 'online' kan isiniif kenninu ta'a.
Qo'annaa Gaarii!
Barattoonni Kutaa 12ffaa galmaa'uu barbaaddan link kanaan odeeffannoo guutuu argachuu dandeessu.
👇👇👇👇👇
https://t.me/qubeeacademy/22702
https://t.me/qubeeacademy
Don't forget if you like react now. | 8 616 |
| 6 | لا يوجد نص... | 1 |
| 7 | لا يوجد نص... | 1 |
| 8 | Barattoonni bara 2019tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattan👇👇👇👇
https://t.me/qubeeacademy/22695
Barattoonni bara 2020tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattan👇👇👇👇
https://t.me/qubeeacademy/22697 | 9 144 |
| 9 | Barattoota bara dhufu (2019 E.C) qormaata biyyoolessaa fudhattan hundaaf!
Qubee Akkaadaamiin barattoota bara 2019 tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattaniif:
✅ Sagantaa qo'annaa,
✅ Qormaata shaakalaa torbee torbeen,
✅ Qormaata moodeelaa marsaa 6 ykn 7,
✅ Leenjii garaagaraa (fknf. haala itti fayyadama yeroo, tooftaa qo'annaa, 'What is, Why and How to apply Scholarship' fi k.k.f mata duree gurguddaa 7 ykn 8 irratti) qopheessuun barattoonni keenya haala gahaa ta'een barumsaan, xiin-sammuudhaan, qophii qormaata biyyoolessaaf akkasumas jireenya isaanii gara fuulduraaf qophii akka godhaniif Qubee Akkaadaamiin qophii isaa xumuree jira.
Haaluma kanaan sagantaa qo'annaa ganna kanaa gaafa 👉guyyaa 06/11/2018 kan eegallu yoo ta'u:
🎯Sagantaan kun bifa lamaan kan qophaa'edha:
👉1ffaa barattoota ganna kana 'topic' barnootaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa irratti nu hafe (Unit 4 ykn 5 irraa eegallee haga dhumaa) xumurree kutaa 12ffaa Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Warri sagantaa isa kana hordofuu barbaaddan jalqaba kutaa 9ffaa irraa kaanee erga xumurree booda kutaa 10ffaa immoo itti fufna. Ganna kutaa 9 fi 10 xumuruun Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa 'topic' walitti fiduun kan dubbifnu ta'a!
👉2ffaa barattoota ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda erga xumurree booda kutaa 9 -11ffaa immoo Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf.
Barattootni sagantaa isa kanaan dubbisuu barbaaddan ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda isaa ni xumurra; achii Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa itti fufnee 'topic; walitti fiduun kan dubbifnu ta'a.
🎯Yaada Waliigalaa
✅Barattoonni ganna kana Mana Barumsaa keessanitti kitaabota kutaa 12ffaa barachaa jirtan akkasumas barattoonni ciccimoon, barattoonni 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa topic hunda xumurtan yoo sagantaa isa 2ffaa (ganna 12ffaa dubbisuu) osoo hordoftanii gaariidha.
✅Barattoonni ganna kana mana barumsaatti barachaa hin jirre, akkasumas 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa sirritti hin hubanne akkasumas hin xumurre, jalqaba 'basic concept' sirritti hubachuuf osoo sagantaa isa jalqabaa (ganna kana kutaa 9 fi 10) hordoftanii gaariidha!
🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf:
👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 05/11/2018 tti qarshii 1800 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
👉2. Gaafa guyyaa 06/11/2018 irraa kaasee qarshii 2000 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
#HUBACHIISA
Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa:
1. Baankii Daldala Itoophiyaa
1000222856608
Ykn
2. Baankii Awaash
01320263940100
Ykn
3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
1032300012151
Maqaa: Feyisa Hailu Esho
#Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8
#Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltu.
Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu.
#Beeksisi Kun Barattoota 'Natural Science' bara 2019 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan qofa ilaallata.
Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇
Liinkii kana tuqi
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔗⛓ tg://openmessage?user_id=1387590746&message_id=249473 | 5 519 |
| 10 | Barattoota bara dhufu (2019 E.C) qormaata biyyoolessaa fudhattan hundaaf!
Qubee Akkaadaamiin barattoota bara 2019 tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattaniif:
✅ Sagantaa qo'annaa,
✅ Qormaata shaakalaa torbee torbeen,
✅ Qormaata moodeelaa marsaa 6 ykn 7,
✅ Leenjii garaagaraa (fknf. haala itti fayyadama yeroo, tooftaa qo'annaa, 'What is, Why and How to apply Scholarship' fi k.k.f mata duree gurguddaa 7 ykn 8 irratti) qopheessuun barattoonni keenya haala gahaa ta'een barumsaan, xiin-sammuudhaan, qophii qormaata biyyoolessaaf akkasumas jireenya isaanii gara fuulduraaf qophii akka godhaniif Qubee Akkaadaamiin qophii isaa xumuree jira.
Haaluma kanaan sagantaa qo'annaa ganna kanaa gaafa 👉guyyaa 05/11/2018 kan eegallu yoo ta'u:
🎯Sagantaan kun bifa lamaan kan qophaa'edha:
👉1ffaa barattoota ganna kana 'topic' barnootaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa irratti nu hafe (Unit 4 ykn 5 irraa eegallee haga dhumaa) xumurree kutaa 12ffaa Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Warri sagantaa isa kana hordofuu barbaaddan jalqaba kutaa 9ffaa irraa kaanee erga xumurree booda kutaa 10ffaa immoo itti fufna. Ganna kutaa 9 fi 10 xumuruun Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa 'topic' walitti fiduun kan dubbifnu ta'a!
👉2ffaa barattoota ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda erga xumurree booda kutaa 9 -11ffaa immoo Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf.
Barattootni sagantaa isa kanaan dubbisuu barbaaddan ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda isaa ni xumurra; achii Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa itti fufnee 'topic; walitti fiduun kan dubbifnu ta'a.
🎯Yaada Waliigalaa
✅Barattoonni ganna kana Mana Barumsaa keessanitti kitaabota kutaa 12ffaa barachaa jirtan akkasumas barattoonni ciccimoon, barattoonni 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa topic hunda xumurtan yoo sagantaa isa 2ffaa (ganna 12ffaa dubbisuu) osoo hordoftanii gaariidha.
✅Barattoonni ganna kana mana barumsaatti barachaa hin jirre, akkasumas 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa sirritti hin hubanne akkasumas hin xumurre, jalqaba 'basic concept' sirritti hubachuuf osoo sagantaa isa jalqabaa (ganna kana kutaa 9 fi 10) hordoftanii gaariidha!
🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf:
👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 05/11/2018 tti qarshii 1800 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
👉2. Gaafa guyyaa 06/11/2018 irraa kaasee qarshii 2000 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
#HUBACHIISA
Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa:
1. Baankii Daldala Itoophiyaa
1000222856608
Ykn
2. Baankii Awaash
01320263940100
Ykn
3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
1032300012151
Maqaa: Feyisa Hailu Esho
#Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8
#Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltu.
Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu.
#Beeksisi Kun Barattoota 'Natural Science' bara 2019 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan qofa ilaallata.
Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇
Liinkii kana tuqi
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔗⛓ tg://openmessage?user_id=1387590746&message_id=249473 | 1 |
| 11 | #Kutaa_12ffaa
Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 kan barattoota Saayinsii Uumamaa karaa waraqaa fi online kennamaa ture har'a xumurame.
Qormaatni marsaa sadaffaa guyyaa Roobii Adooleessa 1 bara 2018 irraa kaasee guyyoota walitti aanan sadiif kennamaa ture.
Qormaanni marsaa Arfaffaan Adooleessa 6-8 bara 2018 ni kennama.
Marsaa Arfaffaa qormaata biyyaalessaa kana barattoonni Saayinsii Hawaasaa karaa online fi waraqaa dhaan kan fudhatan ta'a.
Barattoota Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 fudhattan hundaaf Carraa Gaarii hawwina
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s | 10 525 |
| 12 | Barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barattan hundaaf!
Qubee Academy'n barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barataniif ganna kana irraa eegalee sagantaa qo'annaa fi qormaata shaakalaa akkasumas leenjii garaagaraa tooftaa qo'annaa fi haala itti fayyadama yeroo dabalatee qopheessuun barattootni qormaata biyyoolessaa fuuldura isaanii jiruuf yeroodhaan qophii akka eegalaniif qophii isaa xumuree jira.
🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf:
👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 04/11/2018 tti qarshii 2300 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
👉2. Gaafa guyyaa 05/11/2018 irraa kaasee qarshii 2500 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
#HUBACHIISA
Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa:
1. Baankii Daldala Itoophiyaa
1000222856608
Ykn
2. Baankii Awaash
01320263940100
Ykn
3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
1032300012151
Maqaa: Feyisa Hailu Esho
#Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8
#Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltaniin waggaa lama (2) guutuu (2019 fi 2020) kan itti fayyadamtan ta'uu hubadhaa.
Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu.
#Beeksisi Kun barattoota 'Natural Science' bara 2019 kutaa 11ffaa baratan qofa ilaallata.
Nagahee kaffaltii ykn 'Screenshot' erguuf👇👇👇👇👇👇
Liinkii kana tuqi
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔗⛓ tg://openmessage?user_id=490846021&message_id=249255 | 1 |
| 13 | https://t.me/qubeeacademy/22695 | 13 081 |
| 14 | Barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barattan hundaaf!
Qubee Academy'n barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barataniif ganna kana irraa eegalee sagantaa qo'annaa fi qormaata shaakalaa akkasumas leenjii garaagaraa tooftaa qo'annaa fi haala itti fayyadama yeroo dabalatee qopheessuun barattootni qormaata biyyoolessaa fuuldura isaanii jiruuf yeroodhaan qophii akka eegalaniif qophii isaa xumuree jira.
🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf:
👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 04/11/2018 tti qarshii 2300 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
👉2. Gaafa guyyaa 05/11/2018 irraa kaasee qarshii 2500 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
#HUBACHIISA
Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa:
1. Baankii Daldala Itoophiyaa
1000222856608
Ykn
2. Baankii Awaash
01320263940100
Ykn
3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
1032300012151
Maqaa: Feyisa Hailu Esho
#Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8
#Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltaniin waggaa lama (2) guutuu (2019 fi 2020) kan itti fayyadamtan ta'uu hubadhaa.
Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu.
#Beeksisi Kun barattoota 'Natural Science' bara 2019 kutaa 11ffaa baratan qofa ilaallata.
Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇
Liinkii kana tuqi
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔗⛓ tg://openmessage?user_id=490846021&message_id=249255 | 16 536 |
| 15 | Barattoota bara dhufu (2019 E.C) qormaata biyyoolessaa fudhattan hundaaf!
Qubee Akkaadaamiin barattoota bara 2019 tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattaniif:
✅ Sagantaa qo'annaa,
✅ Qormaata shaakalaa torbee torbeen,
✅ Qormaata moodeelaa marsaa 6 ykn 7,
✅ Leenjii garaagaraa (fknf. haala itti fayyadama yeroo, tooftaa qo'annaa, 'What is, Why and How to apply, Scholarship' fi k.k.f mata duree gurguddaa 7 ykn 8 irratti) qopheessuun barattoonni keenya haala gahaa ta'een barumsaan, xiin-sammuudhaan, qophii qormaata biyyoolessaaf akkasumas jireenya isaanii gara fuulduraaf qophii akka godhaniif Qubee Akkaadaamiin qophii isaa xumuree jira.
Haaluma kanaan sagantaa qo'annaa ganna kanaa gaafa 👉guyyaa 05/11/2018 kan eegallu yoo ta'u:
🎯Sagantaan kun bifa lamaan kan qophaa'edha:
👉1ffaa barattoota ganna kana 'topic' barnootaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa irratti nu hafe (Unit 4 ykn 5 irraa eegallee haga dhumaa) xumurree kutaa 12ffaa Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Warri sagantaa isa kana hordofuu barbaaddan jalqaba kutaa 9ffaa irraa kaanee erga xumurree booda kutaa 10ffaa immoo itti fufna. Ganna kutaa 9 fi 10 xumuruun Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa 'topic' walitti fiduun kan dubbifnu ta'a!
👉2ffaa barattoota ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda erga xummurre booda kutaa 9 -11ffaa immoo Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf.
Barattootni sagantaa isa kanaan dubbisuu barbaaddan ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda isaa ni xumurra; achii Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa itti fufnee 'topic; walitti fiduun kan dubbifnu ta'a.
🎯Yaada Waliigalaa
✅Barattoonni ganna kana Mana Barumsaa keessanitti kitaabota kutaa 12ffaa barachaa jirtan akkasumas barattoonni ciccimoon, barattoonni 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa topic hunda xumurtan yoo sagantaa isa 2ffaa (ganna 12ffaa dubbisuu) osoo hordoftanii gaariidha.
✅Barattoonni ganna kana mana barumsaatti barachaa hin jirre, akkasumas 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa sirritti hin hubanne akkasumas hin xumurre, jalqaba 'basic concept' sirritti hubachuuf osoo sagantaa isa jalqabaa (ganna kana kutaa 9 fi 10) hordoftanii gaariidha!
🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf:
👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 04/11/2018 tti qarshii 1800 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
👉2. Gaafa guyyaa 05/11/2018 irraa kaasee qarshii 2000 kaffaluun galmaa'uu dandeessu.
#HUBACHIISA
Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa:
1. Baankii Daldala Itoophiyaa
1000222856608
Ykn
2. Baankii Awaash
01320263940100
Ykn
3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa
1032300012151
Maqaa: Feyisa Hailu Esho
#Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8
#Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltu.
Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu.
#Beeksisi Kun Barattoota 'Natural Science' bara 2019 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan qofa ilaallata.
Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇
Liinkii kana tuqi
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🔗⛓ tg://openmessage?user_id=1387590746&message_id=249473 | 26 366 |
| 16 | Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti bu'aan Qormaata Xumuraa Kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa bara 2018 A.L.I. har'a ifatti ni beeksifama jechuun Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise.
Magaalaa Finfinneetti qormaanni xumuraa Kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa kun Waxabajjii 8 hanga 10 bara 2018 B.A.tti, guyyoota sadiif buufata qormaataa 199 keessatti kennamaa turuun ni yaadatama.
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s | 15 500 |
| 17 | Applications for the 2026–2027 Shaggar Institute of Technology (SIT) Scholarship Program are now open.
Join one of Ethiopia's leading centers of excellence in science, technology, and research. Eligible students will receive a full scholarship.
📅 Application Deadline: July 30, 2026
Apply now: https://sitedu.info/admission/application
#ShaggarInstituteOfTechnology #SIT #AdmissionsOpen #Scholarship #ApplyNow #STEMEducation #Engineering #Innovation #HigherEducation #Ethiopia | 19 059 |
| 18 | 🆕 Modified with Quality
💡Mathematics 2018 Second Round Entrance Exam With answer
📱 Join :
https://t.me/qubeeacademy
https://t.me/qubeeacademy | 9 947 |
| 19 | 📭 2018 Biology First Round ESSLCE Questions !!!
📕Answer + Explanation
JOIN US 👇🏿👇🏿
https://t.me/qubeeacademy
https://t.me/qubeeacademy | 13 497 |
| 20 | Qormaanni Xumuraa Kutaa 12ffaa marsaa jalqabaa kan guyyoota sadiif kennamaa ture har'a xumurameera.
Qormaanni marsaa lammaffaa immoo bor, Waxabajjii 26, 2018 A.L.I. ni jalqaba. Barattoonni qormaata kana fudhatanis dhaabbilee itti ramadaman seenaniiru.
Har'a barattoota qormaata fudhataniif seeraa fi qajeelfamoota qormaataa akkasumas dhimmoota isaan waliin walqabatan irratti ibsa (orientation) kennameeraaf.
Barattoonni saayinsii uumamaa kanneen marsaa lammaffaa qormaata onlaayinii fudhatan, guyyoota sadii jechuun Jimaataa, Wiixataa fi Kibxata qormaata isaanii ni fudhatu.
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/knowledgy_hub
https://t.me/knowledgy_hub
Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇
https://t.me/Oromiastudent_s
https://t.me/Oromiastudent_s | 21 009 |