ch
Feedback
QUBEE ACADEMY

QUBEE ACADEMY

前往频道在 Telegram

"Help others with what you can!" Contact: @Fayisa8 To get freshman and grade 12 EUEE Solution video tutor👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw ➤Buy ad : https://telega.io/c/qubeeacademy

显示更多

📈 Telegram 频道 QUBEE ACADEMY 的分析概览

频道 QUBEE ACADEMY (@qubeeacademy) 英语 语言赛道中的 是活跃参与者。目前社区聚集了 85 764 名订阅者,在 教育 类别中位列第 1 764,并在 埃塞俄比亚 地区排名第 352

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 85 764 名订阅者。

根据 11 七月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 1 062,过去 24 小时变化为 -47,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 17.73%。内容发布后 24 小时内通常能获得 6.87% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 15 208 次浏览,首日通常累积 5 891 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 58
  • 主题关注点: 内容集中在 grade, math, cell, keenya, following 等核心主题上。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
"Help others with what you can!" Contact: @Fayisa8 To get freshman and grade 12 EUEE Solution video tutor👇 https://youtube.com/channel/UCLPTQfMXS6we7aTT4g9MwCw ➤Buy ad : https://telega.io/c/qubeeacademy

凭借高频更新(最新数据采集于 12 七月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

85 764
订阅者
-4724 小时
+717
+1 06230
吸引订阅者
七月 '26
七月 '26
+869
在15个频道中
六月 '26
+708
在11个频道中
Get PRO
五月 '26
+1 114
在21个频道中
Get PRO
四月 '26
+372
在18个频道中
Get PRO
三月 '26
+432
在4个频道中
Get PRO
二月 '26
+591
在12个频道中
Get PRO
一月 '26
+1 283
在11个频道中
Get PRO
十二月 '25
+974
在15个频道中
Get PRO
十一月 '25
+1 473
在21个频道中
Get PRO
十月 '25
+2 188
在21个频道中
Get PRO
九月 '25
+691
在46个频道中
Get PRO
八月 '250
在15个频道中
Get PRO
七月 '25
+63
在23个频道中
Get PRO
六月 '25
+93
在27个频道中
Get PRO
五月 '25
+4
在21个频道中
Get PRO
四月 '25
+1 102
在20个频道中
Get PRO
三月 '25
+703
在24个频道中
Get PRO
二月 '25
+459
在18个频道中
Get PRO
一月 '25
+2 072
在43个频道中
Get PRO
十二月 '24
+2 512
在42个频道中
Get PRO
十一月 '24
+4 195
在38个频道中
Get PRO
十月 '24
+7 773
在26个频道中
Get PRO
九月 '24
+7 391
在37个频道中
Get PRO
八月 '24
+6 128
在23个频道中
Get PRO
七月 '24
+1 361
在66个频道中
Get PRO
六月 '24
+646
在33个频道中
Get PRO
五月 '24
+1 158
在33个频道中
Get PRO
四月 '24
+1 739
在42个频道中
Get PRO
三月 '24
+1 160
在55个频道中
Get PRO
二月 '24
+934
在42个频道中
Get PRO
一月 '24
+1 201
在42个频道中
Get PRO
十二月 '23
+755
在47个频道中
Get PRO
十一月 '23
+362
在33个频道中
Get PRO
十月 '23
+6 884
在31个频道中
Get PRO
九月 '23
+17 468
在0个频道中
Get PRO
八月 '23
+1 388
在0个频道中
Get PRO
七月 '23
+3 655
在0个频道中
Get PRO
六月 '23
+784
在0个频道中
Get PRO
五月 '23
+1 982
在0个频道中
Get PRO
四月 '23
+2 063
在0个频道中
Get PRO
三月 '23
+2 445
在0个频道中
Get PRO
二月 '23
+1 193
在0个频道中
Get PRO
一月 '23
+3 144
在0个频道中
Get PRO
十二月 '22
+815
在0个频道中
Get PRO
十一月 '22
+2 338
在0个频道中
Get PRO
十月 '22
+4 225
在0个频道中
Get PRO
九月 '22
+1 500
在0个频道中
Get PRO
八月 '22
+1 422
在0个频道中
Get PRO
七月 '22
+841
在0个频道中
Get PRO
六月 '22
+2 118
在0个频道中
Get PRO
五月 '22
+1 898
在0个频道中
Get PRO
四月 '22
+1 825
在0个频道中
Get PRO
三月 '22
+1 629
在0个频道中
Get PRO
二月 '22
+262
在0个频道中
Get PRO
一月 '22
+318
在0个频道中
Get PRO
十二月 '21
+393
在0个频道中
Get PRO
十一月 '21
+615
在0个频道中
Get PRO
十月 '21
+1 378
在0个频道中
Get PRO
九月 '21
+1 188
在0个频道中
Get PRO
八月 '21
+1 223
在0个频道中
Get PRO
七月 '21
+1 636
在0个频道中
Get PRO
六月 '21
+606
在0个频道中
Get PRO
五月 '21
+795
在0个频道中
Get PRO
四月 '21
+1 256
在0个频道中
Get PRO
三月 '21
+1 329
在0个频道中
Get PRO
二月 '21
+437
在0个频道中
Get PRO
一月 '21
+2 031
在0个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
12 七月0
11 七月0
10 七月0
09 七月+6
08 七月+6
07 七月+5
06 七月+52
05 七月+142
04 七月+110
03 七月+163
02 七月+307
01 七月+78
频道帖子
Barattoonni bara 2019tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattan👇👇👇👇 https://t.me/qubeeacademy/22695 Barattoonni bara 2020tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattan👇👇👇👇 https://t.me/qubeeacademy/22697

2
Barattoota bara dhufu (2019 E.C) qormaata biyyoolessaa fudhattan hundaaf! Qubee Akkaadaamiin barattoota bara 2019 tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattaniif: ✅ Sagantaa qo'annaa, ✅ Qormaata shaakalaa torbee torbeen, ✅ Qormaata moodeelaa marsaa 6 ykn 7, ✅ Leenjii garaagaraa (fknf. haala itti fayyadama yeroo, tooftaa qo'annaa, 'What is, Why and How to apply Scholarship' fi k.k.f mata duree gurguddaa 7 ykn 8 irratti) qopheessuun barattoonni keenya haala gahaa ta'een barumsaan, xiin-sammuudhaan, qophii qormaata biyyoolessaaf akkasumas jireenya isaanii gara fuulduraaf qophii akka godhaniif Qubee Akkaadaamiin qophii isaa xumuree jira. Haaluma kanaan sagantaa qo'annaa ganna kanaa gaafa 👉guyyaa 06/11/2018 kan eegallu yoo ta'u: 🎯Sagantaan kun bifa lamaan kan qophaa'edha: 👉1ffaa barattoota ganna kana 'topic' barnootaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa irratti nu hafe (Unit 4 ykn 5 irraa eegallee haga dhumaa) xumurree kutaa 12ffaa Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Warri sagantaa isa kana hordofuu barbaaddan jalqaba kutaa 9ffaa irraa kaanee erga xumurree booda kutaa 10ffaa immoo itti fufna. Ganna kutaa 9 fi 10 xumuruun Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa 'topic' walitti fiduun kan dubbifnu ta'a! 👉2ffaa barattoota ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda erga xumurree booda kutaa 9 -11ffaa immoo Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Barattootni sagantaa isa kanaan dubbisuu barbaaddan ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda isaa ni xumurra; achii Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa itti fufnee 'topic; walitti fiduun kan dubbifnu ta'a. 🎯Yaada Waliigalaa ✅Barattoonni ganna kana Mana Barumsaa keessanitti kitaabota kutaa 12ffaa barachaa jirtan akkasumas barattoonni ciccimoon, barattoonni 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa topic hunda xumurtan yoo sagantaa isa 2ffaa (ganna 12ffaa dubbisuu) osoo hordoftanii gaariidha. ✅Barattoonni ganna kana mana barumsaatti barachaa hin jirre, akkasumas 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa sirritti hin hubanne akkasumas hin xumurre, jalqaba 'basic concept' sirritti hubachuuf osoo sagantaa isa jalqabaa (ganna kana kutaa 9 fi 10) hordoftanii gaariidha! 🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf: 👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 05/11/2018 tti qarshii 1800 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. 👉2. Gaafa guyyaa 06/11/2018 irraa kaasee qarshii 2000 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. #HUBACHIISA Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa: 1. Baankii Daldala Itoophiyaa 1000222856608 Ykn 2. Baankii Awaash 01320263940100 Ykn 3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1032300012151 Maqaa: Feyisa Hailu Esho #Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8 #Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltu. Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu. #Beeksisi Kun Barattoota 'Natural Science' bara 2019 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan qofa ilaallata. Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇 Liinkii kana tuqi 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔗⛓ tg://openmessage?user_id=1387590746&message_id=249473
2 195
3
Barattoota bara dhufu (2019 E.C) qormaata biyyoolessaa fudhattan hundaaf! Qubee Akkaadaamiin barattoota bara 2019 tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattaniif: ✅ Sagantaa qo'annaa, ✅ Qormaata shaakalaa torbee torbeen, ✅ Qormaata moodeelaa marsaa 6 ykn 7, ✅ Leenjii garaagaraa (fknf. haala itti fayyadama yeroo, tooftaa qo'annaa, 'What is, Why and How to apply Scholarship' fi k.k.f mata duree gurguddaa 7 ykn 8 irratti) qopheessuun barattoonni keenya haala gahaa ta'een barumsaan, xiin-sammuudhaan, qophii qormaata biyyoolessaaf akkasumas jireenya isaanii gara fuulduraaf qophii akka godhaniif Qubee Akkaadaamiin qophii isaa xumuree jira. Haaluma kanaan sagantaa qo'annaa ganna kanaa gaafa 👉guyyaa 05/11/2018 kan eegallu yoo ta'u: 🎯Sagantaan kun bifa lamaan kan qophaa'edha: 👉1ffaa barattoota ganna kana 'topic' barnootaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa irratti nu hafe (Unit 4 ykn 5 irraa eegallee haga dhumaa) xumurree kutaa 12ffaa Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Warri sagantaa isa kana hordofuu barbaaddan jalqaba kutaa 9ffaa irraa kaanee erga xumurree booda kutaa 10ffaa immoo itti fufna. Ganna kutaa 9 fi 10 xumuruun Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa 'topic' walitti fiduun kan dubbifnu ta'a! 👉2ffaa barattoota ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda erga xumurree booda kutaa 9 -11ffaa immoo Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Barattootni sagantaa isa kanaan dubbisuu barbaaddan ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda isaa ni xumurra; achii Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa itti fufnee 'topic; walitti fiduun kan dubbifnu ta'a. 🎯Yaada Waliigalaa ✅Barattoonni ganna kana Mana Barumsaa keessanitti kitaabota kutaa 12ffaa barachaa jirtan akkasumas barattoonni ciccimoon, barattoonni 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa topic hunda xumurtan yoo sagantaa isa 2ffaa (ganna 12ffaa dubbisuu) osoo hordoftanii gaariidha. ✅Barattoonni ganna kana mana barumsaatti barachaa hin jirre, akkasumas 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa sirritti hin hubanne akkasumas hin xumurre, jalqaba 'basic concept' sirritti hubachuuf osoo sagantaa isa jalqabaa (ganna kana kutaa 9 fi 10) hordoftanii gaariidha! 🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf: 👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 05/11/2018 tti qarshii 1800 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. 👉2. Gaafa guyyaa 06/11/2018 irraa kaasee qarshii 2000 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. #HUBACHIISA Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa: 1. Baankii Daldala Itoophiyaa 1000222856608 Ykn 2. Baankii Awaash 01320263940100 Ykn 3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1032300012151 Maqaa: Feyisa Hailu Esho #Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8 #Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltu. Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu. #Beeksisi Kun Barattoota 'Natural Science' bara 2019 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan qofa ilaallata. Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇 Liinkii kana tuqi 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔗⛓ tg://openmessage?user_id=1387590746&message_id=249473
1
4
#Kutaa_12ffaa Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 kan barattoota Saayinsii Uumamaa karaa waraqaa fi online kennamaa ture har'a xumurame. Qormaatni marsaa sadaffaa guyyaa Roobii Adooleessa 1 bara 2018 irraa kaasee guyyoota walitti aanan sadiif kennamaa ture. Qormaanni marsaa Arfaffaan Adooleessa 6-8 bara 2018 ni kennama. Marsaa Arfaffaa qormaata biyyaalessaa kana barattoonni Saayinsii Hawaasaa karaa online fi waraqaa dhaan kan fudhatan ta'a. Barattoota Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 fudhattan hundaaf Carraa Gaarii hawwina Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
6 531
5
Barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barattan hundaaf! Qubee Academy'n barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barataniif ganna kana irraa eegalee sagantaa qo'annaa fi qormaata shaakalaa akkasumas leenjii garaagaraa tooftaa qo'annaa fi haala itti fayyadama yeroo dabalatee qopheessuun barattootni qormaata biyyoolessaa fuuldura isaanii jiruuf yeroodhaan qophii akka eegalaniif qophii isaa xumuree jira. 🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf: 👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 04/11/2018 tti qarshii 2300 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. 👉2. Gaafa guyyaa 05/11/2018 irraa kaasee qarshii 2500 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. #HUBACHIISA Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa: 1. Baankii Daldala Itoophiyaa 1000222856608 Ykn 2. Baankii Awaash 01320263940100 Ykn 3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1032300012151 Maqaa: Feyisa Hailu Esho #Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8 #Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltaniin waggaa lama (2) guutuu (2019 fi 2020) kan itti fayyadamtan ta'uu hubadhaa. Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu. #Beeksisi Kun barattoota 'Natural Science' bara 2019 kutaa 11ffaa baratan qofa ilaallata. Nagahee kaffaltii ykn 'Screenshot' erguuf👇👇👇👇👇👇 Liinkii kana tuqi 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔗⛓ tg://openmessage?user_id=490846021&message_id=249255
1
6
https://t.me/qubeeacademy/22695
8 534
7
Barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barattan hundaaf! Qubee Academy'n barattoota bara 2019 tti kutaa 11ffaa barataniif ganna kana irraa eegalee sagantaa qo'annaa fi qormaata shaakalaa akkasumas leenjii garaagaraa tooftaa qo'annaa fi haala itti fayyadama yeroo dabalatee qopheessuun barattootni qormaata biyyoolessaa fuuldura isaanii jiruuf yeroodhaan qophii akka eegalaniif qophii isaa xumuree jira. 🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf: 👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 04/11/2018 tti qarshii 2300 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. 👉2. Gaafa guyyaa 05/11/2018 irraa kaasee qarshii 2500 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. #HUBACHIISA Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa: 1. Baankii Daldala Itoophiyaa 1000222856608 Ykn 2. Baankii Awaash 01320263940100 Ykn 3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1032300012151 Maqaa: Feyisa Hailu Esho #Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8 #Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltaniin waggaa lama (2) guutuu (2019 fi 2020) kan itti fayyadamtan ta'uu hubadhaa. Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu. #Beeksisi Kun barattoota 'Natural Science' bara 2019 kutaa 11ffaa baratan qofa ilaallata. Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇 Liinkii kana tuqi 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔗⛓ tg://openmessage?user_id=490846021&message_id=249255
10 849
8
Barattoota bara dhufu (2019 E.C) qormaata biyyoolessaa fudhattan hundaaf! Qubee Akkaadaamiin barattoota bara 2019 tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattaniif: ✅ Sagantaa qo'annaa, ✅ Qormaata shaakalaa torbee torbeen, ✅ Qormaata moodeelaa marsaa 6 ykn 7, ✅ Leenjii garaagaraa (fknf. haala itti fayyadama yeroo, tooftaa qo'annaa, 'What is, Why and How to apply, Scholarship' fi k.k.f mata duree gurguddaa 7 ykn 8 irratti) qopheessuun barattoonni keenya haala gahaa ta'een barumsaan, xiin-sammuudhaan, qophii qormaata biyyoolessaaf akkasumas jireenya isaanii gara fuulduraaf qophii akka godhaniif Qubee Akkaadaamiin qophii isaa xumuree jira. Haaluma kanaan sagantaa qo'annaa ganna kanaa gaafa 👉guyyaa 05/11/2018 kan eegallu yoo ta'u: 🎯Sagantaan kun bifa lamaan kan qophaa'edha: 👉1ffaa barattoota ganna kana 'topic' barnootaa kutaa 9ffaa fi 10ffaa irratti nu hafe (Unit 4 ykn 5 irraa eegallee haga dhumaa) xumurree kutaa 12ffaa Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Warri sagantaa isa kana hordofuu barbaaddan jalqaba kutaa 9ffaa irraa kaanee erga xumurree booda kutaa 10ffaa immoo itti fufna. Ganna kutaa 9 fi 10 xumuruun Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa 'topic' walitti fiduun kan dubbifnu ta'a! 👉2ffaa barattoota ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda erga xummurre booda kutaa 9 -11ffaa immoo Birraa itti deebina jedhaniif sagantaa kophaatti qopheessuun wal wajjin qo'achuuf. Barattootni sagantaa isa kanaan dubbisuu barbaaddan ganna kana kutaa 12ffaa Unit hunda isaa ni xumurra; achii Birraa immoo kutaa 9 - 12ffaa itti fufnee 'topic; walitti fiduun kan dubbifnu ta'a. 🎯Yaada Waliigalaa ✅Barattoonni ganna kana Mana Barumsaa keessanitti kitaabota kutaa 12ffaa barachaa jirtan akkasumas barattoonni ciccimoon, barattoonni 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa topic hunda xumurtan yoo sagantaa isa 2ffaa (ganna 12ffaa dubbisuu) osoo hordoftanii gaariidha. ✅Barattoonni ganna kana mana barumsaatti barachaa hin jirre, akkasumas 'topic' kutaa 9ffaa fi 10ffaa sirritti hin hubanne akkasumas hin xumurre, jalqaba 'basic concept' sirritti hubachuuf osoo sagantaa isa jalqabaa (ganna kana kutaa 9 fi 10) hordoftanii gaariidha! 🎯🎯Egaa barattoonni galmaa'uun miseensa 'Qubee Academy Premium' ta'uun nu faana qo'achuu barbaaddan galmee eegallee jirra, galmaa'uuf: 👉1. Guyyaa har'aa irraa kaasee hanga gaafa 04/11/2018 tti qarshii 1800 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. 👉2. Gaafa guyyaa 05/11/2018 irraa kaasee qarshii 2000 kaffaluun galmaa'uu dandeessu. #HUBACHIISA Qarshii kan irratti kaffaltan lakkoofsa herregaa: 1. Baankii Daldala Itoophiyaa 1000222856608 Ykn 2. Baankii Awaash 01320263940100 Ykn 3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1032300012151 Maqaa: Feyisa Hailu Esho #Nagahee kaffaltii raawwachuu keessan agarsiisu ykn 'screenshot' isaa Telegiraamii kana irratti nuuf ergaa @fayisa8 #Kaffaltii si'a tokko qofa kaffaltu. Odeeffannoo dabalataaf: 09-25-31-13-51 irratti bilbiluu dandeessu. #Beeksisi Kun Barattoota 'Natural Science' bara 2019 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan qofa ilaallata. Galmaa'uuf👇👇👇👇👇👇 Liinkii kana tuqi 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔗⛓ tg://openmessage?user_id=1387590746&message_id=249473
16 754
9
Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti bu'aan Qormaata Xumuraa Kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa bara 2018 A.L.I. har'a ifatti ni beeksifama jechuun Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Magaalaa Finfinneetti qormaanni xumuraa Kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa kun Waxabajjii 8 hanga 10 bara 2018 B.A.tti, guyyoota sadiif buufata qormaataa 199 keessatti kennamaa turuun ni yaadatama. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
11 862
10
Applications for the 2026–2027 Shaggar Institute of Technology (SIT) Scholarship Program are now open. Join one of Ethiopia's leading centers of excellence in science, technology, and research. Eligible students will receive a full scholarship. 📅 Application Deadline: July 30, 2026 Apply now: https://sitedu.info/admission/application #ShaggarInstituteOfTechnology #SIT #AdmissionsOpen #Scholarship #ApplyNow #STEMEducation #Engineering #Innovation #HigherEducation #Ethiopia
14 126
11
🆕 Modified with Quality 💡Mathematics 2018 Second Round Entrance Exam With answer 📱 Join : https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
9 947
12
📭 2018 Biology First Round ESSLCE Questions !!! 📕Answer + Explanation JOIN US 👇🏿👇🏿 https://t.me/qubeeacademy  https://t.me/qubeeacademy
13 497
13
Qormaanni Xumuraa Kutaa 12ffaa marsaa jalqabaa kan guyyoota sadiif kennamaa ture har'a xumurameera. Qormaanni marsaa lammaffaa immoo bor, Waxabajjii 26, 2018 A.L.I. ni jalqaba. Barattoonni qormaata kana fudhatanis dhaabbilee itti ramadaman seenaniiru. Har'a barattoota qormaata fudhataniif seeraa fi qajeelfamoota qormaataa akkasumas dhimmoota isaan waliin walqabatan irratti ibsa (orientation) kennameeraaf. Barattoonni saayinsii uumamaa kanneen marsaa lammaffaa qormaata onlaayinii fudhatan, guyyoota sadii jechuun Jimaataa, Wiixataa fi Kibxata qormaata isaanii ni fudhatu. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
16 773
14
🧪Chemistry 2018 First Round Entrance Exam 📱 Credit: QesemAcademy https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
16 190
15
https://t.me/Oromiastudent_s/4536
17 730
16
📝SAT 2018 First Round Entrance Exam ©️ NextGen_12 📱 Credit: QesemAcademy https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
16 672
17
💎English 2018 First Round Entrance Exam Modified 📱 Credit: QesemAcademy https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
15 146
18
🆕 Modified ☢️Physics 2018 First Round Entrance Exam 📱 Credit: QesemAcademy https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
14 352
19
☢️Physics 2018 First Round Entrance Exam 📱 Credit: QesemAcademy https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
86
20
🆕 Modified 💡Mathematics 2018 First Round Entrance Exam With answer 📱 Credit: QesemAcademy https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
15 721