Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
إظهار المزيد📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 48 292 مشتركاً، محتلاً المرتبة 3 638 في فئة التعليم.
📊 مؤشرات الجمهور والحراك
منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 48 292 مشتركاً.
بحسب آخر البيانات بتاريخ 09 أكتوبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 201، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 0، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.
- حالة التحقق: غير موثّقة
- معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 46.51%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 19.40% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
- وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 22 453 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 9 364 مشاهدة.
- التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 388.
📝 الوصف وسياسة المحتوى
يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 10 أكتوبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.
جاري تحميل البيانات...
| التاريخ | نمو المشتركين | الإشارات | القنوات | |
| 09 أكتوبر | 0 | |||
| 08 أكتوبر | +7 | |||
| 07 أكتوبر | +2 | |||
| 06 أكتوبر | 0 | |||
| 05 أكتوبر | +1 | |||
| 04 أكتوبر | +13 | |||
| 03 أكتوبر | +7 | |||
| 02 أكتوبر | +20 | |||
| 01 أكتوبر | +4 |
| 2 | 📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (14/10/2026 ykn 04/02/2019) halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna.
1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 9 632 |
| 3 | Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 11 278 |
| 4 | 📣 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee ni kennama.
🗓 Hanga guyyaa Qormaataatti waan barattan irra deebiin qo'achaa qophii taasisaa!!!
💡 Niyyaa Keessan quluqulleessaa!!
💡Kaka'uumsa keessan haaromsaa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 12 112 |
| 5 | 🏆 Viidiyoo gabaabaa Sagantaa Galateeffannaa fi Badhaasaa Akkaadaamii Afriikaa fi TV Afriikaatin Qophaa'ee!!
🎊 Sagantaa Kana irratti Gorsaa fi Dhaamsi garagaraa Ulamaa'ii babbeekkamoo biyya keenyaatin afaan lameenin darbee jira.
🎉 Dorgomtoonni injifataniis miira isaanitti dhagahamee fi dhaamsa isaanii dabarsanii jiru.
🔗https://youtu.be/7csjtI1cyLA?si=hpMZy7zmt-N95cil
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 12 570 |
| 6 | 📚 Kitaaba Guutuu korsii Aqiidaa | 14 876 |
| 7 | 🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟
Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan!
📚 Barnoonni Aqiidaa Dr. Jeeylaan Kadiirin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha jahan (16) xumuramee jira.
🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna.
🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbata, 10/10/2026 (30/01/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a.
📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!!
📌 Odeeffannoo qormaata waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
#Qormaata_xumuraa | 14 865 |
| 8 | Maqootaa fi sifoota Rabbii beekuun karaa Rabbiin ittiin beekaniidha. | 14 139 |
| 9 | Kanneen armaan gadii keessaa kamtu bu'aalee maqootaa fi sifoota Rabbitti amanuuti? | 15 127 |
| 10 | <iframe width="560" height="315" src="https://www.youtube.com/embed/igktkVMMWuU?si=_JRQ0jJfQTyIGxPz" title="YouTube video player" frameborder="0" allow="accelerometer; autoplay; clipboard-write; encrypted-media; gyroscope; picture-in-picture; web-share" referrerpolicy="strict-origin-when-cross-origin" allowfullscreen></iframe> | 16 131 |
| 11 | [@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 16ffaa.mp3 | 16 022 |
| 12 | Kutaa 16ffaa (1) (1).pdf | 16 329 |
| 13 | 📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Jahaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗
https://youtu.be/igktkVMMWuU | 2 787 |
| 14 | Sifoota Salbiyyaa jechuun sifoota Rabbiin of irraa dhabamsiise ykn Ergamaan isaa isarraa dhabamsiisee dha. | 17 279 |
| 15 | Sifoota Khabariyyaa jechuun maal jechuudha? | 16 471 |
| 16 | Barnoota Aqiidaa Kutaa 15ffaa.mp3 | 17 756 |
| 17 | 📚 Kitaaba Aqiidaa 15ffaa | 18 516 |
| 18 | 📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Shanaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗
https://youtu.be/_4Vl7vi2n6I?si=XE91fASCTLDTj9cq | 19 352 |
| 19 | 🔔 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun
deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 17 034 |
| 20 | Kamtu Sifa Zaatiyyaa Rabbii ol ta'e irraayi? | 16 599 |
