uz
Feedback
Ibsa Chemeda Law Office

Ibsa Chemeda Law Office

Kanalga Telegram’da o‘tish

Ko'proq ko'rsatish
3 952
Obunachilar
+324 soatlar
+107 kun
+5530 kun
Postlar arxiv
Yaadachiisa Maamiltoota MMWO hundaaf ---------------------------- (Fulbaana 24,2019 MMWO,Caffee Araaraa,Finfinnee)-Komiin oliyyannoo kanaan dura Dhaddachoota Dhaabbii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaaf ergamaa ture hafee jira.Komiin oliyyannoo gaafa 21/1/2019 dura baname hanga xumura argatutti achumatti kan hordofamu ta'ee, komiin ol iyyannoo sana booda dhiyaatu Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaaf ta'ee kan irraa hordofamus Finfinnee Caffee Araara irraayi. Walumaagalatti, komiin oliyyannoo kanaan dura Mana Murtii Ol'aanaa irraa gara Dhaddachoota Dhaabbiitti ergamaa ture hafee Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaaddacha Giddugaleessatti ergama jechuu dha.Komiin yemmuu barreeffamus 'Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti Dhaddacha Hariiroo Hawaasaa ykn Yakkaa' jedhamee kan barreeffamuu fi teessoon Finfinnee Caffee Araaraa ta'a jechuu dha. Himannaan kallattii yeroof haaluma duraan waan itti fufuuf jijjiiramni hin jiru. Oliyyannoonis haaluma kanaan duraan karaa E_Faayilaa kan ergamu dha.Odeeffannoo dabalataa Manneen Murtii keenya sadarkaan jiran kamuu irraa qaamaan argachuun ni danda'ama. ------------------------------- Daayireektoreetii Keenniinsa Tajaajila Abbaa Seerummaa

Repost from Desalegn B.
Obbo Tafarii Baqqalaa qorataa seeraa ILQSO yemmuu ta'u, ogeessa seeraa muuxannoo qorannoo gaggeessuu Ol'aanaa qabudha. Obbo T
Obbo Tafarii Baqqalaa qorataa seeraa ILQSO yemmuu ta'u, ogeessa seeraa muuxannoo qorannoo gaggeessuu Ol'aanaa qabudha. Obbo Tafariin qorannoowwan manneen murtii Naannoo keenyaa galtee taasifatan hedduu kan gaggeessedha. Keessattuu, hangan yaadadhutti qorannoowwan madaallii raawwii hojii abbaa seeraa, Qulqullinaafi si'aayina hojii KTAS irratti inni hojjetee ture kan dagatamu miti. Kana malees, walitti qabaa koree gulaallii Joornaalii Seeraa Oromiyaa ta'uudhaan maxxansi qulqullina qabu, hojii qabatamaadhaan walqabatu akka maxxanfamu taasisuun ogeessa sadarkaan joornalichaa akka ol ka'ee beekamu taasisedha. Amma immoo PHD isaa xumuree 'defend' gochuuf akka jiru gaafan dhagahu baay'een gammade. Baga gammadde! Congratulations!🎉 🎉    (Suuraan fuula fb Dr. Abdii Gurmeessaa irraa fudhatame)       Desalegn B.

+3
forr law Entrance Examer .pdf1.61 KB

የግል ዳታ ጥበቃን ለመደንገግ የወጣ አዋጅ ቁጥር 1321/2017

+9
English Grade 8.pdf8.04 MB

813/2

photo content
+1

Repost from N/a
The_Ethiopian_National_Dialogue_Assessme.pdf4.17 KB

By Milki Makuriya

Repost from N/a
Dambii Sirna Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Naannoo Oromiyaa Diriirsuuf Bahe Lakkoofsa 226/2014

Repost from N/a
Dambii_Lakk_226_2014_Dambii_Sirna_Carraa_Hojii_Uumuufi_Ogummaa.pdf3.69 KB

Labsii Lak 83 bara 1996 Seera Maatii Oromiyaa.pdf25.65 MB

photo content

photo content

Garaagarummaa 'Commercial Travelers', 'Commercial Representatives', 'Commercial Agent', 'Broker', 'Commision Agent' fi 'Stock Brockers' Gidduu Jiru (Akka Abrahaam Yoohaannis barreessetti)    👉Fuula Fb Aberham Yohanes (barsiisaa seeraa kiyya kan ture) jedhu irraa kan fudhatame) °°°°√√√°°°°°√√√√√°°°°°°°°√√√√√√√°°°°°° ፧📋 የንግድ ተላላኪዎች እና እንደራሴዎች፣ የንግድ ወኪሎች፣ ደላሎች፣ የኮሚሽን ወኪሎች እና የአክሲዮን ደላሎች ንጽጽር እና ትርጓሜ Aberham Yohanes 💼 የንግድ ተላላኪዎች እና እንደራሴዎች 🏪 የንግድ ወኪሎች 🤝 ደላሎች 📊 የኮሚሽን ወኪሎች እና የአክሲዮን ደላሎች 🚶 1. የንግድ ተላላኪዎች (Commercial Travelers) • 📌 አንቀጽ 36፡ የንግድ ተላላኪዎች • 🏠 መኖሪያ ቦታ፡ መኖሪያቸው የንግዱ መደብር ዋና መሥሪያ ቤት ባለበት ቦታ የሆነ። • 📝 የሥራ ሁኔታ፡ ከነጋዴው ጋር በተዋዋሉት የሥራ ውል መሠረት የሚሠሩ። • 🔄 ተግባር፡ ነጋዴው እያዘዛቸው ደንበኞች በሚገኙበት ቦታ እየተዘዋወሩ በነጋዴው ስምና ምትክ ዕቃ የሚያቀርቡ ወይም አገልግሎት የሚሰጡ። • ⚖️ የሕግ ደረጃ፡ ነጋዴ አይደሉም (በቅጥር የሚሠሩ ናቸው)። 🌍 2. የንግድ እንደራሴዎች (Commercial Representatives) • 📌 አንቀጽ 37፡ የንግድ እንደራሴዎች • 📍 መኖሪያ ቦታ፡ መኖሪያቸው የወካዩ ነጋዴ ዋና መሥሪያ ቤት ባለበት ሥፍራ ያልሆነ። • 🎯 ተግባር፡ ◦ በተወሰኑ ቦታዎች የነጋዴውን ምርቶች እና አገልግሎቶች ማስተዋወቅ። ◦ የገበያ ጥናት ማካሄድ። ◦ ለነጋዴው ሥራ መስፋፋት የሚረዱ ተመሳሳይ ሥራዎችን ማከናወን። • ⚖️ የሕግ ደረጃ፡ ነጋዴ አይደሉም። ✍️ 3. የንግድ ወኪል (Commercial Agent) • 📌 አንቀጽ 42 - 52፡ የንግድ ወኪል • 📖 ትርጓሜ፡ ከነጋዴው ጋር በሥራ ውል የተቀጠረ ሳይሆን ራሱን ችሎ የሚሠራ ሰው ወይም የንግድ ማኅበር። • 🌐 የሥራ ወሰን፡ በተወሰነ ስፍራ ወይም ለተወሰኑ ደንበኞች ሁልጊዜ በነጋዴው ስምና ምትክ የሚሠራ ወይም ውል የሚዋዋል። • ➕ ተጓዳኝ ሥራ፡ የውክልና ሥራውን እያከናወነ በተጓዳኝ የደላላነትም ሥራ መሥራት ይችላል። • ⚖️ የሕግ ደረጃ፡ በሕጉ መሠረት በማንኛውም ሁኔታ ነጋዴ ተብሎ ይቆጠራል። 🔍 4. ደላላ (Broker) • 📌 አንቀጽ 54 - 57፡ ደላላ • 🤝 ትርጓሜ፡ ውል የሚዋዋሉ ሰዎችን (ሽያጭ፣ ኪራይ፣ ኢንሹራንስ፣ ማመላለሻ) ፈልገው የሚያገናኙና የሚያዋውሉ ሰዎች ወይም የንግድ ማኅበር። • ⚙️ አሠራር፡ ራሱን የቻለ የሙያ ተግባር አድርገው ጥቅም ለማግኘት የሚሠሩ። • ⚖️ የሕግ ደረጃ (አንቀጽ 54 ንዑስ 2)፡ የሚያስፈጽሟቸው ውሎች ዓይነት ወይም የሚያገናኟቸው ሰዎች ማንነት ሳይታይ በሕግ ረገድ ነጋዴዎች ተብለው ይጠራሉ። 💼 5. የኮሚሽን ወኪል (Commission Agent) • 📌 አንቀጽ 58 - 60፡ የኮሚሽን ወኪል • 📋 ትርጓሜ፡ ራሱን ችሎ፣ የሙያ ተግባሩ አድርጎ ስለ ወካይ ሆኖ በራሱ ስም ሸቀጦችን/ንብረቶችን የሚገዛ፣ የሚሸጥ ወይም የመጓጓዣ ውል የሚዋዋል ሰው ወይም የንግድ ማኅበር። • 🔀 ዋና ልዩነት (ከንግድ ወኪል ጋር)፡ ◦ ተራ የንግድ ወኪል፡ በወካዩ ስም ስለሚዋዋል በራሱ ላይ መብትና ግዴታ አይፈጥርም። ◦ የኮሚሽን ወኪል፡ ውሉን የሚያስረው በራሱ ስም (In his own name) በመሆኑ ለሦስተኛ ወገኖች እንደ ዋና ተዋዋይ ሆኖ ይቀርባል። • 📈 የኢኮኖሚ ውጤት፡ ጥቅምና ኪሳራዎች በሙሉ በቀጥታ ወደ ወካዩ ይተላለፋሉ። 📉 6. የአክሲዮን ደላሎች (Stock Brokers) • 🏦 የሕግ ማዕቀፍ፡ በአንቀጽ 60 ንዑስ አንቀጽ (1) መሠረት። • 🏢 የሥራ ቦታ፡ በአክሲዮን ገበያ (Stock Market) ውስጥ የሚንቀሳቀሱ። • ⭐ ልዩ ደረጃ፡ በሕግ ረገድ ተራ ደላላ ሳይሆኑ የኮሚሽን ወኪሎች ናቸው። 📊 ማጠቃለያ (ንጽጽር)የሕግ አካላቱ አጭር ንጽጽር • 🛑 የቅጥር ሰራተኞች (ነጋዴ ያልሆኑ)፡ የንግድ ተላላኪዎች እና የንግድ እንደራሴዎች። • ✅ ራሳቸውን ችለው የሚሠሩ (ነጋዴ የሆኑ)፡ የንግድ ወኪል፣ ደላላ እና የኮሚሽን ወኪል. • 👤 በወካይ ስም የሚሠሩ፡ የንግድ ተላላኪ፣ የንግድ እንደራሴ እና የንግድ ወኪል. • ✍️ በራሳቸው ስም የሚሠሩ፡ የኮሚሽን ወኪል (የአክሲዮን ደላሎችን ጨምሮ).       Join:-@desberofMM               Desalegn B.

Labsii Taaksii Fooyya'e lakk.1434/2018

Share cc3b07c9_5fea_4ac8_aa1f_b74d0b0bddaa_New_Criminal_Code_2018_Final.pdf

New criminal procedure Final

+4
Cuunfaa Qorannoowwan ILQSOn bara2018 gaggeesse