3 857
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
+87 أيام
+2830 أيام
أرشيف المشاركات
Qajeelfama Lakk 08/2018
Qajeelfama Qabiyyee Durii Waraqaa Ragaa Abbaa Qabiyyummaa Hin Qabneefi Ijaarsa Seeraan Alaa Dambiin Duraa Lafa Magaalaa Naannoo Oromiyaa Sirna Qabsiisuuf Bahe
Repost from Mulugeta F.Binegde
Raawwiin himatamaan akka raawwatuuf kan murtaa'e qabiyyee lafaa ta'ee, yeroo raawwatamuuf jedhu -manni kan irra jiru yoo ta'e -manni murtii murtii hin raawwatamne jedhamoo? haala kamiin raawwachiisa ?kan jedhu ilaallata. Dubbisaa!
Repost from Abdi Asefa
የፌደራል ጠቅላይ ፍ/ቤት
ሰበር ሰሚ ችሎት ውሳኔዎች
ከጥቅምት 2017 እስከ የካቲት 2017 የተወሰኑ
239 የተጠቃለሉ የሰበር ችሎት ውሳኔዎች
በአብዱራህማን ሰይድ
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Bara 2018 keessa Murtii Mana Maree Feedereeshiniitiin kennaman!! Credit to Kedir Mohamed
Dambiifi Qajeelfamaa Misoomaa, Dabarsaa fi Bulchiinsa Manneenii Oromiyaa 👉https://t.me/linkibsa
8Directive_no_07_2021Directive_on_the_Conduct_of_Registration_of.pdf2.58 KB
Seerota Filannoo Itoophiyaa Qajeelfamoota Adda addaa(Electoral directives)
Repost from Desalegn B.
Dhaddachi Ijibbaataa MMWF hiikkoo seeraa kanaan dura lakk.Ga.249795 ta'e irratti kennee tureen "hojjetaan guyyaa shaniif itti fufiinsaan hojiirraa yoo hafellee osoo tokkoon tokkoon guyyaa inni hafe irratti hojjechiisaan akeekachiisa osoo hin kennin (warning in writing) waliigaltee hojii addaan kutuu hin danda'u" jechuun murteessee ture. Ta'us, dhaddachichi hiikkoo seeraa, abbootiin seera lakkoofsaan 7 ta'an irratti moggaafamaniin Lakk.Ga.271726 irratti, hiikkoo seeraan duraan kenname jijjiiruun labsii lakk.1156/2011 kwt 27(1)(b) irratti hundaa'ee hojjetaan guyyaa hojii shaniifi isaa oliif itti fufiinsaan yoo hojiirraa hafe, akeekachiisa barreeffamaa kennuun osoo hin barbaachisin waliigaltee hojii akeekachiisa malee addaan kutuun akka danda'amu murteesseera. Kunis, hiikkoon seeraa duraan kenname jijjiiramuu isaa agarsiisa Join:-@desberofMM Desalegn B.
Repost from Dereje Tariku Law Office
Investment-Incentive-Reg- 586 -2018.pdf1.02 MB
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
