uz
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Kanalga Telegramโ€™da oโ€˜tish

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Ko'proq ko'rsatish
2 413
Obunachilar
-524 soatlar
-277 kunlar
-9630 kunlar
Postlar arxiv
Seenaa Gooticha #Osaamaa_Bin_Laaden                           #Kutaa_3ffaa Kutaa dabre keessatti Osaamaan gama Afgaanistan deeme qabsoo jalqabu isaa dubbanne. Qabsoon itti fufaa dubbisaa. Osaamaan nama Qabsawaa dhaadannoon diinaa kaayyoo isaa irraa boodatti isa hin deebifne. Osaamaan Muslimoota alagaan nyaatte bilisa baasuuf imala qabsoo isaa tokko jaee eegalee jira. Sodaa Rabbiif halkan salaataan dhaabbachaa kan bultu qaqalloon miilla Osaamaa yaaddoo guddaa diinota Islaamaa taatee jirti. Mujaahidoonni muraasni hooggansa Osaamaan bobbahan dhiibbaa olaanaa fi hojii boonsaa galmeessaniin dargaggoota hedduu gara gurmuu kanaatti harkisuu dandayanii jiran. Waan nama ajaayibu Osaamaan turtii qabsoo Afgaanistaanitti taasiseen irratti lubbuu fi qabeenya isaa baase. Dirree Afgaanistaan keessatti qabsicha tarkaanfachiisuuf qabeenya abbaa isaa irraa dhaale gumaachaa kan ture Osaamaan bara 1984 keessa Mujaahidoota haaraya alarraa dhufan simachuuf Paakistaanitti biiroo bane. Imala qabsoo biyya Afgaanistaan keessatti geggeessaniin magaalaa hedduu Sooviyetii jalaa baasuu kan dandayan gurmuun Mujaahidoota hooggansa Osaamaa jalatti argamanii akka lakkoofsa warra dhihaatti bara 1986 'tti giddu-gala leenjii waraanaa daangaa Paakistaanitti banan. Lolli giddu-galeessaa bara 1989 keessa geggeeffames baha Jarmanitti dallaaya Barliin banuun goolabame. Gargaarsa Allah fi dandeettii loltummaa humna furgaatuu Mujaahidoota hooggansa Osaamaan bobbaafamaniin biyyi Afgaanistaan weerara hamaa jalaa guutumaan guutuutti bilisa eega baatee booda mootummaan biyya Afgaanistaan bulchuuf gara aangootti dhufe gantuu harka lafa jalaan ergama Ameerikaa tarkaanfachiisu ture. Osaamaa Bin Laaden lola waraanaa gamtaa Sooviyeet irratti geggeesseen injifannoon ofkolee mirgaan yeroo galu battalumatti Ameerikaan dabareeshe gooticha kana waliin dirree waraanaa irratti wal haleeluuf imala eegalte. "Ameerikaa fi loltoota waraanaa isii irratti yaada akkamii qabdu? miira akkamiitu isinitti dhagayama?" jechuun gaaffiin hoogganaa garee Mujaahidootaa Osaamaa Bin Laadenif dhihaatee ture. Ameerikaanota heddu rifachiise deebiin ajaayibaa kan Osaamaan deebiseef.....itti fufa...              Kutaa 4ffaa... #Miidiyaa @Riyaaduljannaa

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐Ÿ””๐Ÿ”” TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” KARAA MILKAA'INAA โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” MILKAA'INA JIREENYAA โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” GAAFFII FI DEEBII โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” SEENAA MIMMIIDHAGOO โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“  ๐Ÿ”” ODUU HAALA YEROO โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” AMANTAA ISLAAMAA โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” SEENAA MUSLIMOOTAA โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” SEENAA SAHAABOTA โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ ๐Ÿ”” SEENAA NABIYYII (S A W) โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“   ๐Ÿ”” HADIISAAFI QUR'AANA โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐š ๐†๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐€๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐š๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ๐ข๐ข ๐„๐ซ๐ ๐š๐š๐ฅ๐ž๐ž  ๐๐š๐›๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐จ๐จ ๐ƒ๐š๐›๐š๐ซ๐ฌ๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐Ÿ  ๐๐š๐›๐š๐ง๐ง๐ž๐ž  ๐ƒ๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ง๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š๐š ๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐š ๐€๐ฌ๐ข๐ข ๐†๐š๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐€๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐ฎ ๐Š๐š๐ง๐š ๐‡๐ฎ๐ง๐๐š ๐๐š๐›๐๐š ๐“๐š๐š๐ง๐š๐š๐ง ๐€๐ญ๐ข ๐‚๐š๐š๐ซ๐ซ๐š ๐๐š๐›๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐ž ๐ˆ๐ซ๐ซ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ƒ๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š. ๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐Š๐š๐ง๐š๐ญ๐ญ๐ข  ๐ƒ๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ฎ๐Ÿ 4๐Š+ ๐Ÿ๐ข ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐Ž๐ฅ ๐Š๐š๐ง ๐๐š๐›๐๐š๐ง ๐€๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ง๐ง๐š๐ฆ๐š๐š!!  ๐Ÿ“ฉ ๐‘ญ๐’“๐’†๐’† ๐‘พ๐’‚๐’—๐’†๐’“ @Rafiqul_Islaam

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?

photo content

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐Ÿ…พ๐ƒ๐”๐”ย  ๐Ÿ…ฐ๐Œ๐Œ๐„๐„ Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde Abbaa Caarraa Ta'aa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?

Seenaa Gooticha Osaamaa bin Laadeen                    #Kutaa_2ffaa. Kutaa dabre keessatti dhalootarra hanga fuudha isaatti dubbanne. Amma gama qabsoo seenna dubbisaa๐Ÿ‘‡ kaayyoo fi galmi guddaan qabsoo Osaamaa mirga Muslimoota addunyaa kabachiisuu akka tahe irra daddeebie ragaa bahee jira. Bara 1979 Gamtaan Sooviyetii biyya Muslimaa Afgaanistaan weeraruu isaanii hordofuun waamichi qabsoo hidhannoo Muslimoota guutu addunyaaf yeroo taasifamu Osaamaa Bin Laaden waamicha kanaaf awwaatee gama biyya Afgaanistaan deme. Dhaabbata abbaa isaa keessa akka fedhetti hojjechaa, qabeenya guddaa abbaan isaa isaaf dhiisee du'e akka fedhetti jireenya qananii jiraachuu osoo dandahuu Qabeenyi addunyaa bilaashuma jaee yaamicha Islaamummaaf deebii khenne. Jireenya oowwaa keessaa umurii isaa dargaggummaatiin Muslimootaaf qabsaahuuf hidhannoo hidhatee gama dirree qabsoo seene. Akka lakkoofsa warra dhihaatti bara 1979-1989 'tti lola waraanaa gamtaa Sooviyet irratti taasifame keessatti gootummaa fi dandeettii loltummaa ajayibaa mul'iseen loltuu waraanaa irraa gama gulantaa hooggansaa ol guddachuu dandahee jira. Weerara gamtaan Sooviyetii Afgaanistaan irratti geggeessiteen lammiileen Afgaanistaan Miiliyoona 1 tahan duguugamanii turan. Weerara gara jabeenyaa Gamtaan Sooviyetii kun geggeesse sammuu qabsaawaa Osaamaa keessatti haphee ta'ee qabatee hafe. Kanuma hordofuun gameessi hanga dandeettii isaa haleellaa biyyoota Islaamaa irratti geggeeffamuu fi miidhaa Muslimoota irra gahu deebisuu akka qabu umurii dargaggummaa isaa kanaan murteesse......Itti fufa....             Kutaa 3ffaa... #Miidiyaa @Riyaaduljannaa

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐Ÿ…ฑREAKING NEWS Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!! Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa. Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Seenaa Gooticha #Osaamaa_Bin_Laaden                        #Kutaa_1ffaaยป Seenaan kun hedduu dheeraa waan tahef hanga xumuraa nuhordofuun goota wajjin wal bari. Hiriyoonni isaa warri isa wajjiin guddatan "Callisaa nama amala gaaruu tahuu isaa" dubbatan itti fufuun "Fuula isaa kheessa ija guutuun laaluun nama sodaachisa" ja'an. Abbaan isaa Dureeysa guddaa dhaabbata konistiraakshinii qabu yoo tahu Masjiidal Haraami fi Masjiida Annabawii kontiraata fuudhee ijaarsa ammayyawaa sadarkaa isaa eeggate kan ijaare Abbaa isaa Muhammad Bin Laden dha. Obbo Muhammad Bin Laden ilmaan 54 horan Osaamaa Bin Laden ilma isaanii isa 17ffaati. Osaamaa Bin Laaden waggaa 9 tti balaa xiyyaaraatiin bara 1967 'tti Abbaa isaa dhabe. kanuma hordofuun Osaamaan bobaa Haadha isaa jalatti jaalala Haadhaatin kunuunfamaa guddate. Jaalala Haadha isaatiif qabu irraa ka'uun haadha isaa waan hundumaa taasifatee ture. Daa'imummaa isaatiin barumsa mana barnootaa Beerut Liibaanos keessatti argamu 'tti barachuu eegalus du'a Abbaa isaa booda garuu gara Sawud Arabiyaa 'tti deebi'ee barachaa ture. Barnoota isaa sadarkaa 2ffaa mana barnootaa Altaagar Moodel keessatti kan barate Osaamaa Bin Laaden Yuunivarsiitii Abdulaziz Jiddaa keessatti argamu 'tti Siivil Injineeringiin eebbifamee ture. Osaamaa Bin Laaden umurii 17 tti Haadha manaa isaa 1ffaa Najuwa Ganemota fuudhe. Egas boodaas Osaamaan Jaartii 3 fuudhee ture. Jaartii isaa 1ffaa irraa ilmaan 11 tan 2ffaa irraa 1 tan 3ffaa irraa 4 tan 4ffaa irraa 3 walumaa galatti Abbaa ilmaan 19 ture. Qabsoo isaatiin akka guutuu addunyaatti dhiibbaa olaanaa kan uume Osaamaa Bin Laaden maatii qabeenya guddaa qaban irraa dhalatus qabeenya addunyaa kanaaf bakka hin qabu ture. Qiblaa Muslimootaa kan jalqabaa ja'amuun tan beekamtu Masjiidal Aqsaan to'annaa weerartoota Israayil jala seenuun gama qabsootti akka seenu Osaamaa oonnachiisee....itti fufa...                   Kutaa 2ffaa...... #Miidiyaa @Riyaaduljannaa

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐Ÿ…ฑREAKING NEWS Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!! Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa. Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‘Referral system You will receive 1% from your referrals' refills. ๐Ÿ”—Link: https://t.me/kebormarket_bot?start=5034841284

Repost from N/a
๐ŸทName: Daandii Milkaa'inaa ๐Ÿ’ตPrice: 200 Birr ๐Ÿ“ฆAmount: 1pcs ๐Ÿ“šCategory: Telegram Channel ๐Ÿ“œDescription: Hordoftoota 800 qaba. Chaanaalii kana namni bitachuu barbaaddan @kebormarket_bot irraa bitadhaa!! Join us @kebormarket @kebormarket

Kebor Market

๐Ÿ…ฟ๏ธWal-dorgommmii Marsaa #34ffaa ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ๐Ÿ›œ #Maqaa:Rafiiqulislaam #Biyya;Geeraa #CODE_06 Milkii Addunyaa Akhiraa Yoo Barbaadde Qurโ€™aana Qabadhu Imaamni Guddaan Hasan Al-Basriin Waa'ee Qur'aana Ilaalchisee Akkana Je'e: Namni duniyaarratti jiruu bareedduu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu. Namni aakhiratti guddina barbaade qur'aana lafaa haa kaasu. Namni duniyaa fi aakhiratti namaa fi Rabbii birattis kabajamuu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu. Ikhwaanii milkii babbareedduu akkanaa akka milkooynuuf mee nu hundinuu if booda deebinee qur'aana lafaa fuunee qaraanee itti haa daleeynuu! Jechi Rabbii Kabajamaadha, Namni Kabaje Nii Kabajama, Namni Guddise Ni Guddifama! @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 1โƒฃffaa kan baheef 500MB๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ 2โƒฃffaa kan baheef 400MB๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ… 3โƒฃffaa kan baheef 300MB๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ 4โƒฃffaa kan baheef 200MBโœ…โœ…โœ… 5โƒฃffaa kan baheef 100MB๐Ÿ“ถ๐Ÿ“ถ๐Ÿ“ถ ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ #Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ #JOIN_SHARE ๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹ @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ธ          

Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† #Maqaa : Araarsoo Mahaammad #Biyya : Harargee Bahaa #CODE_01 โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ… ๐Ÿ”นSeenaa barumsa guddaa of keeysaa qabu. โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ ๐Ÿ”ถGaaf tokko Piroofeesarri barattoota Yunivarsitii barsiisu tokko afuuffee barattoota daree keeysa jiranitti kennee akka afuufanii qilleensa itti guutan ajaje. San booda hundi isaanii maqaa isaanii irratti barreeysanii daree keeysa akka gad lakkisan itti hime. Afuuffeen qilleensaan guuttamte walkeeysa makamtee daree keeysa guutte. San booda barsiisaan barattoonni afuuffee maqaan isaanii irratti barreeyfame barbaadanii akka arkataniif daqiiqaa 5 kenne. Barattoonni hammam tattaafatanillee osoo tokkolleen hin arkatin daqiiqaan isaaniif kennamte dhumte. ๐Ÿ”ถBarsiisaan bifa haarayaan barattoota ajaje. Amma daqiiqaa 5 kan birootiin isiniif laadha. Namni hundi afuuffee dura harkaan qabe nama maqaan isaa irratti barraaweef dabarsee haa kennu je'ee dubbate. Namni hundinuu daqiiqaa 5 keeysatti afuuffee maqaa isaa qabdu arkate. ๐Ÿ”ถSan booda Piroofeessari akkana je'e, " Afuuffeen kunniin akka gammachuuti. Nuti martinuu yoo keenya qofa kan barbaannu tahe, argachuu hin dandeenyu. Garuu yoo kan gammachuu isa birootiif kan dhimmamnu tahe, nutiis gammachuu arkanna." ๐Ÿ”ถNama koo! Atiis yeroo rakkootti nama cinaa dhaabbadhu. Gammachuu arkachuuf nama gammachuu dhabe cinaa dhaabbadhu. Gammachuun ilma namaa nama keeysaan arkamti. Gammachuun fudhachuun osoo hin taane kennuun arkamti. ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 1โƒฃffaa kan baheef 500MB๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ 2โƒฃffaa kan baheef 400MB๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ… 3โƒฃffaa kan baheef 300MB๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ 4โƒฃffaa kan baheef 200MBโœ…โœ…โœ… 5โƒฃffaa kan baheef 100MB๐Ÿ“ถ๐Ÿ“ถ๐Ÿ“ถ ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ #Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ #JOIN_SHARE ๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹ @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ๐ŸŸฃSeenaan tun yoo isinitti tolte share gochuun wal biraan gahaa!

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 9.2K 2.8K 2K
CHAANAALII GURGURTAA Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee 9.2K 2.8K 2K 1.9K Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!! Karaa kanaan na qunnamaa @Rafiqul_Islaam

Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐š ๐†๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐€๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐Ž๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐š๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ๐ข๐ข ๐„๐ซ๐ ๐š๐š๐ฅ๐ž๐ž  ๐๐š๐›๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐จ๐จ ๐ƒ๐š๐›๐š๐ซ๐ฌ๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐Ÿ  ๐๐š๐›๐š๐ง๐ง๐ž๐ž  ๐ƒ๐ก๐ฎ๐Ÿ๐ง๐ž๐ž๐ซ๐ซ๐š๐š ๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐จ๐ญ๐š ๐€๐ฌ๐ข๐ข ๐†๐š๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐€๐ซ๐ ๐š๐ฆ๐ฎ ๐Š๐š๐ง๐š ๐‡๐ฎ๐ง๐๐š ๐๐š๐›๐๐š ๐“๐š๐š๐ง๐š๐š๐ง ๐€๐ญ๐ข ๐‚๐š๐š๐ซ๐ซ๐š ๐๐š๐›๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š ๐๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐š๐ซ๐›๐š๐š๐๐๐ž ๐ˆ๐ซ๐ซ๐š๐š ๐€๐ซ๐ ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ƒ๐š๐ง๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐š๐š. ๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐Š๐š๐ง๐š๐ญ๐ญ๐ข  ๐ƒ๐š๐›๐š๐ฅ๐š๐ฆ๐ฎ๐Ÿ 4๐Š+ ๐Ÿ๐ข ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐Ž๐ฅ ๐Š๐š๐ง ๐๐š๐›๐๐š๐ง ๐€๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ง๐ง๐š๐ฆ๐š๐š!!  ๐Ÿ“ฉ ๐‘ญ๐’“๐’†๐’† ๐‘พ๐’‚๐’—๐’†๐’“ @Rafiqul_Islaam

Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† #Maqaa : Araarsoo Mahaammad #Biyya : Harargee Bahaa #CODE_01 โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ… ๐Ÿ”นSeenaa barumsa guddaa of keeysaa qabu. โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ ๐Ÿ”ถGaaf tokko Piroofeesarri barattoota Yunivarsitii barsiisu tokko afuuffee barattoota daree keeysa jiranitti kennee akka afuufanii qilleensa itti guutan ajaje. San booda hundi isaanii maqaa isaanii irratti barreeysanii daree keeysa akka gad lakkisan itti hime. Afuuffeen qilleensaan guuttamte walkeeysa makamtee daree keeysa guutte. San booda barsiisaan barattoonni afuuffee maqaan isaanii irratti barreeyfame barbaadanii akka arkataniif daqiiqaa 5 kenne. Barattoonni hammam tattaafatanillee osoo tokkolleen hin arkatin daqiiqaan isaaniif kennamte dhumte. ๐Ÿ”ถBarsiisaan bifa haarayaan barattoota ajaje. Amma daqiiqaa 5 kan birootiin isiniif laadha. Namni hundi afuuffee dura harkaan qabe nama maqaan isaa irratti barraaweef dabarsee haa kennu je'ee dubbate. Namni hundinuu daqiiqaa 5 keeysatti afuuffee maqaa isaa qabdu arkate. ๐Ÿ”ถSan booda Piroofeessari akkana je'e, " Afuuffeen kunniin akka gammachuuti. Nuti martinuu yoo keenya qofa kan barbaannu tahe, argachuu hin dandeenyu. Garuu yoo kan gammachuu isa birootiif kan dhimmamnu tahe, nutiis gammachuu arkanna." ๐Ÿ”ถNama koo! Atiis yeroo rakkootti nama cinaa dhaabbadhu. Gammachuu arkachuuf nama gammachuu dhabe cinaa dhaabbadhu. Gammachuun ilma namaa nama keeysaan arkamti. Gammachuun fudhachuun osoo hin taane kennuun arkamti. ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ๐Ÿ”ฐ @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ 1โƒฃffaa kan baheef 500MB๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ 2โƒฃffaa kan baheef 400MB๐Ÿ…๐Ÿ…๐Ÿ… 3โƒฃffaa kan baheef 300MB๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ๐ŸŽŠ 4โƒฃffaa kan baheef 200MBโœ…โœ…โœ… 5โƒฃffaa kan baheef 100MB๐Ÿ“ถ๐Ÿ“ถ๐Ÿ“ถ ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ๐Ÿšฆ #Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf ๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ†๐Ÿ† ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ #JOIN_SHARE ๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹๐ŸŽ‹ @quwwatulislaam   @quwwatulislaam     @quwwatulislaam ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡ ๐ŸŸฃSeenaan tun yoo isinitti tolte share gochuun wal biraan gahaa!

Creative Dev - Telegram kanali @creativedev_lab statistikasi va tahlili