Creative Dev
Kanalga Telegramโda oโtish
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Ko'proq ko'rsatish2 412
Obunachilar
-524 soatlar
-277 kunlar
-9630 kunlar
Postlar arxiv
2 412
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Asoosama Kutaa hedduu qabu kan Gammachu Sheka barreeyse isiif qabannee dhufne.
๐ฅ"""""Dirmammuuu Fayye,,,,,,๐ฅ
๐.........Kutaa tokkoffaa.....๐
Marsi mooyiin ja'ama, barataa jiddu galaati. Barnootattiis humaa hin jau, kutaa 12 fudhadheen qabxii isaa eegaa jira, harmee maqaan isii Meetoo ja'amuufi abbaa maqaan isaa Boonaa ja'amu irraahiin dhaladhe. Maatii koof ilma lammaffaati dubartii takkaatu ana dura jira, obboleettii koo himmmmm dhiisi natti haa hafuu kan isii....maqaan isii maraaf ja'amti Dr fayyaati.
โMaatiin koo jireenya jiddu galeessaa keessa jiraatan (Jireenyi isaanii hagas mara badhaadhina biyya lafaa isaaniif hin laanne, hagas maraas daaranii akka harki lafa isaan qabatu isaan hin goone) yaa bada jiruu biyya lafaa "inni kaan quufee quufaaf ciisuu dadhaba, innii kaan boruuf yaadee xiqqo alalfatee kaan ol kaahee biraa agaba." Ani maatii koof ilma jalaqaatiis lma dhumaatiis akkaan waan taheettiin if yaada, "anaan guyyaa tokko Rakkina keessaa bahuu hin oolan" ja'eetiin tilmaama. Obboleettiin too Dr Maraaf jireenya Mataa isii dhaabbattee jiraachaa jirti, gaa'ila qabdi, jiruu bareedaa jiraataa jirti, nyattee quuftee kan irraa hafe gadi naqaa quufa gubbaan quufa dabalataa jiraataa jirti. Maatii keessaa dhufte dagatteeti jirti, humaa takkallee isaan hin yaadattu yoo Rakkataniis maatiin qaba jattee isaan hin millattu, jireenya dhuunfaa isii kan waa marti isiif guute keessa jiraachaa jirti. Yaa bada hammina quufa namummaa, bakka kaate si dagachiisee bakka itti deemtu si wallaachisee arra qofaaf si jiraachisee? Himmmm.
Abbaan koo barsiisaa "preparatory"ti haati koo humaa hojii hin qabdu San gubbaanuu yeroo hedduu ni dhukkuba, obboleeyyan hedduu biyya alaatii qabdi tahu illee namni isii quba qabu hin jiru, obboleessa isii kan magaalaa biraa jiraatu abbaa Firaas tokkootu isii yaadata waan qabu irraahiis ni garagaara. Kun otoo kanaan jiruu qabxiin qormaataa gad lakkifamee Jira dubbii jattuun dhagahe, akkumaan dhagaheen gara iddoo qormaata itti laallatanii fiiguu jalqabe....akkumaan achi gaheen...๐๐ณ๐๐
.......Itti fufa....
#Miidiyaa @Riyaaduljannaa
2 412
๐
ฟ๏ธWal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Maqaa:Rafiiqulislaam
#Biyya;Geeraa
#CODE_06
Milkii Addunyaa Akhiraa Yoo Barbaadde Qurโaana Qabadhu
Imaamni Guddaan Hasan Al-Basriin Waa'ee Qur'aana Ilaalchisee Akkana Je'e:
Namni duniyaarratti jiruu bareedduu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Namni aakhiratti guddina barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Namni duniyaa fi aakhiratti namaa fi Rabbii birattis kabajamuu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Ikhwaanii milkii babbareedduu akkanaa akka milkooynuuf mee nu hundinuu if booda deebinee qur'aana lafaa fuunee qaraanee itti haa daleeynuu!
Jechi Rabbii Kabajamaadha, Namni Kabaje Nii Kabajama, Namni Guddise Ni Guddifama!
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐
๐
๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ
โ
โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
2 412
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐
ฑREAKING NEWS
Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!!
Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa.
Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
2 412
๐๐ข๐ค๐ญ๐จ๐ค๐๐ซ๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐ฆ๐๐๐ซ๐ข๐ค๐๐ ๐ค๐๐ง ๐ญ๐๐๐ญ๐๐ #๐๐๐๐ ๐๐ง_๐๐๐๐ฒ๐ข๐ฌ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐ญ๐.
๐๐๐๐ ๐๐ง ๐๐๐ค๐ค๐จ๐จ ๐ค๐๐ง๐ ๐ก๐ฎ๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ฆ๐๐๐ง๐๐ ๐๐ข ๐๐๐๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ฐ๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฑ๐๐๐ฆ ๐ฐ๐๐๐ง ๐ข๐ฌ๐ก๐ข๐ข ๐ฒ๐๐๐๐ก๐ข๐ฌ๐๐๐ ๐ข๐๐๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐๐ ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข? ๐๐๐ง ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ญ๐ข๐ค๐ญ๐จ๐ค ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข "๐ฅ๐๐ญ'๐ฌ ๐ซ๐๐๐ ๐ช๐ฎ๐ซ'๐๐ง" ( ๐๐ฎ๐ซ'๐๐๐ง๐ ๐ก๐๐ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ง๐ฎ) ๐ญ๐ซ๐๐ง๐ ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ ๐๐๐ ๐๐ฅ๐ญ๐๐ ๐ค๐๐ง๐ฎ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐ญ๐.๐ญ๐ซ๐๐ง๐ ๐ค๐๐ง๐๐๐ง ๐ก๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ง๐๐ฆ๐๐ ๐ช๐ฎ๐ซ'๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐๐ซ๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐ฅ๐๐ง๐ข๐ข๐ง ๐๐จ๐จ๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฌ๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐๐ซ๐ค๐ข๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐ข ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐๐ก๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐.
โหโฬฅโโโโโป๏ธ๐โโโโโฬฅหโ
...๐๐๐๐:โ @islamic_way_1 ...
2 412
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐
พ๐๐๐ย ๐
ฐ๐๐๐๐
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
2 412
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐๐ข๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ซ๐ฌ๐๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ก๐ฎ๐๐ง๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐ข๐ข ๐๐๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐ฎ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ง๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐๐ง ๐๐ญ๐ข ๐๐๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐.
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ฎ๐ 4๐+ ๐๐ข ๐๐ฌ๐๐ ๐๐ฅ ๐๐๐ง ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ง๐ง๐๐ฆ๐๐!!
๐ฉ ๐ญ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐ @Rafiqul_Islaam
2 412
Seenaa barumsa guddaa of keeysaa qabdu.
โ๏ธ By @Alrisaalaa
Gaaf tokko Piroofeesarri barattoota Yunivarsitii barsiisu tokko afuuffee barattoota daree keeysa jiranitti kennee akka afuufanii qilleensa itti guutan ajaje. San booda hundi isaanii maqaa isaanii irratti barreeysanii daree keeysa akka gad lakkisan itti hime. Afuuffeen qilleensaan guuttamte walkeeysa makamtee daree keeysa guutte. San booda barsiisaan barattoonni afuuffee maqaan isaanii irratti barreeyfame barbaadanii akka arkataniif daqiiqaa 5 kenne. Barattoonni hammam tattaafatanillee osoo tokkolleen hin arkatin daqiiqaan isaaniif kennamte dhumte.
Barsiisaan bifa haarayaan barattoota ajaje. Amma daqiiqaa 5 kan birootiin isiniif laadha. Namni hundi afuuffee dura harkaan qabe nama maqaan isaa irratti barraaweef dabarsee haa kennu je'ee dubbate. Namni hundinuu daqiiqaa 5 keeysatti afuuffee maqaa isaa qabdu arkate.
San booda Piroofeessari akkana je'e, " Afuuffeen kunniin akka gammachuuti. Nuti martinuu yoo keenya qofa kan barbaannu tahe, argachuu hin dandeenyu. Garuu yoo kan gammachuu isa birootiif kan dhimmamnu tahe, nutiis gammachuu arkanna."
Nama koo! Atiis yeroo rakkootti nama cinaa dhaabbadhu. Gammachuu arkachuuf nama gammachuu dhabe cinaa dhaabbadhu. Gammachuun ilma namaa nama keeysaan arkamti. Gammachuun fudhachuun osoo hin taane kennuun arkamti.
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
Seenaan tun yoo isinitti tolte share gochuun wal biraan gahaa!
2 412
Wal dorgommicha kannewn injifatan
1ffaa kan bahe
Eyman Mohammed - view 2600+ badhaasa 300MB
2ffaa kan bahe
Mahammaad Sheekaa - view 2500+ badhaasa 200MB
Contact us @Alrisaalaa_bot
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐๐ข๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ซ๐ฌ๐๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ก๐ฎ๐๐ง๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐ข๐ข ๐๐๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐ฎ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ง๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐๐ง ๐๐ญ๐ข ๐๐๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐.
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ฎ๐ 4๐+ ๐๐ข ๐๐ฌ๐๐ ๐๐ฅ ๐๐๐ง ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ง๐ง๐๐ฆ๐๐!!
๐ฉ ๐ญ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐ @Rafiqul_Islaam
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
9.1K
2.6K
2K
1.9K
Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!!
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 412
Umriin dargaggummaa umrii bu'aa bahii heddummaattu akka taate niin amana. Rakkinootaa fi gufuuwwan hedduun akkaa fi bakkaan ani hin eeynetti na mudachuu danda'u. Cinqii fi gidiraan wal yaammattee xaxaan ani keeysaa bahuu hin dandeenye narratti ijaarrachuu malti. Ani garuu abadan nama harka kennuu miti. Kufaatii fi gufaatiin kamiiyyuu na mudattuus of duuba deebi'ee hin mil'adhu. Deemsa koo gama fuulduraattiin itti fufa......๐โโ๏ธ
@Alrisaalaa | Qoraasuma Qalbii
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
9.1K
2.6K
2K
Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!!
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 412
๐งถChaanaalota Akkamii barbaadduuโ
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
๐งถแแ แ แญแแต แปแแ แญแแแแโ
แจแณแฝ แจแฐแแจแกแตแ แปแแแฝ แญแแแแ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
2 412
Repost from Quick Mobile Solution
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐จ๐จ ๐๐ข๐ช๐ช๐๐๐ญ๐ ๐๐๐ซ๐ฌ๐ก๐ข๐ข 300 ๐๐ฅ ๐๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐โผ๏ธ
๐๐ผ๐ท๐ถ๐ถ๐ป ๐๐๐ป ๐ก๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ง๐ผ๐ธ๐ธ๐ผ๐ผ๐ณ ๐ฌ๐ผ๐ผ ๐ฆ๐ต๐ฎ๐ฟ๐ฒ ๐๐ผ๐ผ๐๐ฎ๐ป ๐ค๐ฎ๐ฟ๐๐ต๐ถ๐ถ 3 ๐๐๐ถ๐ป๐ถ๐ถ๐ณ ๐๐ฎ๐ณ๐ณ๐ฎ๐น๐๐
Hojii kana jalqabuuf step isaa suuraa irra ilaalaa akkasumas tartiiba armaan gadii hordofaa ๐๐
Jalqaba linkii kana tuqxanii start erga gootanii booda
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
1ffaa. Share your contact isa jedhu tuqxu
2ffaa. Official channel isa jedhu tuqxanii chanalii jaraa join gootu
3ffaa
โ
Joined isa jedhu tuqx๐๐
Sana booda referral isa jedhu tuqxanii linkii keessan share namaaf gootu
Qarshii keessan karaa telebirriitiin fudhachuu dandeessu
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
๐
พ๐๐๐ย ๐
ฐ๐๐๐๐
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
2 412
Chaanaalii Akkamii Barbaadduuโ๏ธ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa
แแ แปแแ แญแแแแโ๏ธ แฅแแตแตแแแแ แฅแ แฅแแตแตแ แแแฃแธแ แแแ แ แตแแแ แปแแแฝ แ แแแข
๐น๐๐๐ ๐ค๐๐ฃ๐๐ ๐๐๐๐๐
@Rafiqul_Islaam
2 412
Repost from XAASOW ZABBUU
โ
Bilbila kana keessa Chaanaalota baay'ee Babbareedoo ta'antu keessa jiru! Namni na fayyada jedhu qofti Mallattoo diimaa โญ bilbilichaa ๐ Yeroo tokko qofa gadi tuquudhaan haa seenu!
๐ซ๐ซ admn don't post! ๐ซ๐ซ
๐ Wait For 1hour ๐
4K+ Subscribers
โญโโโโโโโโฎ
โ โ โโ โช๏ธ โ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โโโโโโโโโ
โ โญ |
โฐโโโโโโโ
Ilaaluuf "add Channel 4k+"
Kan jedhu tuqi waan ajaa'ibaa agartaa.
Ads ๐
https://t.me/+QIqB6eY0JBY3OWQ0
https://t.me/+mIRcTtGUeZwwN2Q0
Nutti makamuu yoo feetan >4k+ @Rafiqul_Islaam
wave irraan nu dubbisaa
Endi mavjud! Telegram Tadqiqoti 2025 โ yilning asosiy insaytlari 
