Creative Dev
Open in Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Show more2 413
Subscribers
-524 hours
-277 days
-9630 days
Posts Archive
2 413
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Seenaa Gooticha #Osaamaa_Bin_Laaden
#Kutaa_3ffaa
Kutaa dabre keessatti Osaamaan gama Afgaanistan deeme qabsoo jalqabu isaa dubbanne. Qabsoon itti fufaa dubbisaa.
Osaamaan nama Qabsawaa dhaadannoon diinaa kaayyoo isaa irraa boodatti isa hin deebifne. Osaamaan Muslimoota alagaan nyaatte bilisa baasuuf imala qabsoo isaa tokko jaee eegalee jira. Sodaa Rabbiif halkan salaataan dhaabbachaa kan bultu qaqalloon miilla Osaamaa yaaddoo guddaa diinota Islaamaa taatee jirti. Mujaahidoonni muraasni hooggansa Osaamaan bobbahan dhiibbaa olaanaa fi hojii boonsaa galmeessaniin dargaggoota hedduu gara gurmuu kanaatti harkisuu dandayanii jiran. Waan nama ajaayibu Osaamaan turtii qabsoo Afgaanistaanitti taasiseen irratti lubbuu fi qabeenya isaa baase. Dirree Afgaanistaan keessatti qabsicha tarkaanfachiisuuf qabeenya abbaa isaa irraa dhaale gumaachaa kan ture Osaamaan bara 1984 keessa Mujaahidoota haaraya alarraa dhufan simachuuf Paakistaanitti biiroo bane. Imala qabsoo biyya Afgaanistaan keessatti geggeessaniin magaalaa hedduu Sooviyetii jalaa baasuu kan dandayan gurmuun Mujaahidoota hooggansa Osaamaa jalatti argamanii akka lakkoofsa warra dhihaatti bara 1986 'tti giddu-gala leenjii waraanaa daangaa Paakistaanitti banan. Lolli giddu-galeessaa bara 1989 keessa geggeeffames baha Jarmanitti dallaaya Barliin banuun goolabame. Gargaarsa Allah fi dandeettii loltummaa humna furgaatuu Mujaahidoota hooggansa Osaamaan bobbaafamaniin biyyi Afgaanistaan weerara hamaa jalaa guutumaan guutuutti bilisa eega baatee booda mootummaan biyya Afgaanistaan bulchuuf gara aangootti dhufe gantuu harka lafa jalaan ergama Ameerikaa tarkaanfachiisu ture. Osaamaa Bin Laaden lola waraanaa gamtaa Sooviyeet irratti geggeesseen injifannoon ofkolee mirgaan yeroo galu battalumatti Ameerikaan dabareeshe gooticha kana waliin dirree waraanaa irratti wal haleeluuf imala eegalte.
"Ameerikaa fi loltoota waraanaa isii irratti yaada akkamii qabdu? miira akkamiitu isinitti dhagayama?" jechuun gaaffiin hoogganaa garee Mujaahidootaa Osaamaa Bin Laadenif dhihaatee ture. Ameerikaanota heddu rifachiise deebiin ajaayibaa kan Osaamaan deebiseef.....itti fufa...
Kutaa 4ffaa...
#Miidiyaa @Riyaaduljannaa
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐๐ข๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ซ๐ฌ๐๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ก๐ฎ๐๐ง๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐ข๐ข ๐๐๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐ฎ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ง๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐๐ง ๐๐ญ๐ข ๐๐๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐.
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ฎ๐ 4๐+ ๐๐ข ๐๐ฌ๐๐ ๐๐ฅ ๐๐๐ง ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ง๐ง๐๐ฆ๐๐!!
๐ฉ ๐ญ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐ @Rafiqul_Islaam
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐
พ๐๐๐ย ๐
ฐ๐๐๐๐
Caarraa Kanatti Namni Hin Fayyadamin Dafaa Ammuma Itti Dabalamaa Jabaadhaa Akka Isin Hin Dabarfannee Nama Tokko Qofa #999 Hanqatee Abbaa Caarraa Ta'uudhaaf Dafii Gadi Tuqii keessaa kan Barbaadde
Abbaa Caarraa Ta'aa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
Seenaa Islaamaa Keessatti Sahaabiin Yeroo Jalqabaatiif Woreegamuuf Of Qopheessee Ture Eenyuu?
2 413
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Seenaa Gooticha Osaamaa bin Laadeen
#Kutaa_2ffaa.
Kutaa dabre keessatti dhalootarra hanga fuudha isaatti dubbanne. Amma gama qabsoo seenna dubbisaa๐
kaayyoo fi galmi guddaan qabsoo Osaamaa mirga Muslimoota addunyaa kabachiisuu akka tahe irra daddeebie ragaa bahee jira. Bara 1979 Gamtaan Sooviyetii biyya Muslimaa Afgaanistaan weeraruu isaanii hordofuun waamichi qabsoo hidhannoo Muslimoota guutu addunyaaf yeroo taasifamu Osaamaa Bin
Laaden waamicha kanaaf awwaatee gama biyya Afgaanistaan deme. Dhaabbata abbaa isaa keessa akka fedhetti hojjechaa, qabeenya guddaa abbaan isaa isaaf dhiisee du'e akka fedhetti jireenya qananii jiraachuu osoo dandahuu Qabeenyi addunyaa bilaashuma jaee yaamicha Islaamummaaf deebii khenne. Jireenya oowwaa keessaa umurii isaa dargaggummaatiin Muslimootaaf qabsaahuuf hidhannoo hidhatee gama dirree qabsoo seene. Akka lakkoofsa warra dhihaatti bara 1979-1989 'tti lola waraanaa gamtaa Sooviyet irratti taasifame keessatti gootummaa fi dandeettii loltummaa ajayibaa mul'iseen loltuu waraanaa irraa gama gulantaa hooggansaa ol guddachuu dandahee jira. Weerara gamtaan Sooviyetii Afgaanistaan irratti geggeessiteen lammiileen Afgaanistaan Miiliyoona 1 tahan duguugamanii turan. Weerara gara jabeenyaa Gamtaan Sooviyetii kun geggeesse sammuu qabsaawaa Osaamaa keessatti haphee ta'ee qabatee hafe. Kanuma hordofuun gameessi hanga dandeettii isaa haleellaa biyyoota Islaamaa irratti geggeeffamuu fi miidhaa Muslimoota irra gahu deebisuu akka qabu umurii dargaggummaa isaa kanaan murteesse......Itti fufa....
Kutaa 3ffaa...
#Miidiyaa @Riyaaduljannaa
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐
ฑREAKING NEWS
Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!!
Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa.
Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
2 413
Repost from Miidiyaa Riyaadul Jannaa
Seenaa Gooticha #Osaamaa_Bin_Laaden
#Kutaa_1ffaaยป
Seenaan kun hedduu dheeraa waan tahef hanga xumuraa nuhordofuun goota wajjin wal bari.
Hiriyoonni isaa warri isa wajjiin guddatan "Callisaa nama amala gaaruu tahuu isaa" dubbatan itti fufuun "Fuula isaa kheessa ija guutuun laaluun nama sodaachisa" ja'an. Abbaan isaa Dureeysa guddaa dhaabbata konistiraakshinii qabu yoo tahu Masjiidal Haraami fi Masjiida Annabawii kontiraata fuudhee ijaarsa ammayyawaa sadarkaa isaa eeggate kan ijaare Abbaa isaa Muhammad Bin Laden dha. Obbo Muhammad Bin Laden ilmaan 54 horan Osaamaa Bin Laden ilma isaanii isa 17ffaati. Osaamaa Bin Laaden waggaa 9 tti balaa xiyyaaraatiin bara 1967 'tti Abbaa isaa dhabe. kanuma hordofuun Osaamaan bobaa Haadha isaa jalatti jaalala Haadhaatin kunuunfamaa guddate. Jaalala Haadha isaatiif qabu irraa ka'uun haadha isaa waan hundumaa taasifatee ture. Daa'imummaa isaatiin barumsa mana barnootaa Beerut Liibaanos keessatti argamu 'tti barachuu eegalus du'a Abbaa isaa booda garuu gara Sawud Arabiyaa 'tti deebi'ee barachaa ture.
Barnoota isaa sadarkaa 2ffaa mana barnootaa Altaagar Moodel keessatti kan barate Osaamaa Bin Laaden Yuunivarsiitii Abdulaziz Jiddaa keessatti argamu 'tti Siivil Injineeringiin eebbifamee ture. Osaamaa Bin Laaden umurii 17 tti Haadha manaa isaa 1ffaa Najuwa Ganemota fuudhe. Egas boodaas Osaamaan Jaartii 3 fuudhee ture. Jaartii isaa 1ffaa irraa ilmaan 11 tan 2ffaa irraa 1 tan 3ffaa irraa 4 tan 4ffaa irraa 3 walumaa galatti Abbaa ilmaan 19 ture. Qabsoo isaatiin akka guutuu addunyaatti dhiibbaa olaanaa kan uume Osaamaa Bin Laaden maatii qabeenya guddaa qaban irraa dhalatus qabeenya addunyaa kanaaf bakka hin qabu ture. Qiblaa Muslimootaa kan jalqabaa ja'amuun tan beekamtu Masjiidal Aqsaan to'annaa weerartoota Israayil jala seenuun gama qabsootti akka seenu Osaamaa oonnachiisee....itti fufa...
Kutaa 2ffaa......
#Miidiyaa @Riyaaduljannaa
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐
ฑREAKING NEWS
Oduu Amma Nu Geesseen Namni Chaanaalota Armaan Gadiitti Argaman Kana Hin Qabne Rakkoo Hanqina Barnootaatiin Dararamaa Jiraachuu Akkuma Itti Fufetti Jiraa!!
Hanqina Kana Ofirraa Ittisuuf Mallattoo Join Jedhu Tuquun Itti Fayyadamaa.
Maal Egdaree #Join Kan Jedhu Tuqii
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
2 413
๐Referral system
You will receive 1% from your referrals' refills.
๐Link:
https://t.me/kebormarket_bot?start=50348412842 413
Repost from N/a
๐ทName:
Daandii Milkaa'inaa
๐ตPrice: 200 Birr
๐ฆAmount: 1pcs
๐Category: Telegram Channel
๐Description: Hordoftoota 800 qaba.
Chaanaalii kana namni bitachuu barbaaddan @kebormarket_bot irraa bitadhaa!!
Join us
@kebormarket
@kebormarket2 413
๐
ฟ๏ธWal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Maqaa:Rafiiqulislaam
#Biyya;Geeraa
#CODE_06
Milkii Addunyaa Akhiraa Yoo Barbaadde Qurโaana Qabadhu
Imaamni Guddaan Hasan Al-Basriin Waa'ee Qur'aana Ilaalchisee Akkana Je'e:
Namni duniyaarratti jiruu bareedduu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Namni aakhiratti guddina barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Namni duniyaa fi aakhiratti namaa fi Rabbii birattis kabajamuu barbaade qur'aana lafaa haa kaasu.
Ikhwaanii milkii babbareedduu akkanaa akka milkooynuuf mee nu hundinuu if booda deebinee qur'aana lafaa fuunee qaraanee itti haa daleeynuu!
Jechi Rabbii Kabajamaadha, Namni Kabaje Nii Kabajama, Namni Guddise Ni Guddifama!
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐
๐
๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ
โ
โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ๐ต๐ธ
2 413
Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Maqaa : Araarsoo Mahaammad
#Biyya : Harargee Bahaa
#CODE_01
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
๐นSeenaa barumsa guddaa of keeysaa qabu.
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
๐ถGaaf tokko Piroofeesarri barattoota Yunivarsitii barsiisu tokko afuuffee barattoota daree keeysa jiranitti kennee akka afuufanii qilleensa itti guutan ajaje. San booda hundi isaanii maqaa isaanii irratti barreeysanii daree keeysa akka gad lakkisan itti hime. Afuuffeen qilleensaan guuttamte walkeeysa makamtee daree keeysa guutte. San booda barsiisaan barattoonni afuuffee maqaan isaanii irratti barreeyfame barbaadanii akka arkataniif daqiiqaa 5 kenne. Barattoonni hammam tattaafatanillee osoo tokkolleen hin arkatin daqiiqaan isaaniif kennamte dhumte.
๐ถBarsiisaan bifa haarayaan barattoota ajaje. Amma daqiiqaa 5 kan birootiin isiniif laadha. Namni hundi afuuffee dura harkaan qabe nama maqaan isaa irratti barraaweef dabarsee haa kennu je'ee dubbate. Namni hundinuu daqiiqaa 5 keeysatti afuuffee maqaa isaa qabdu arkate.
๐ถSan booda Piroofeessari akkana je'e, " Afuuffeen kunniin akka gammachuuti. Nuti martinuu yoo keenya qofa kan barbaannu tahe, argachuu hin dandeenyu. Garuu yoo kan gammachuu isa birootiif kan dhimmamnu tahe, nutiis gammachuu arkanna."
๐ถNama koo! Atiis yeroo rakkootti nama cinaa dhaabbadhu. Gammachuu arkachuuf nama gammachuu dhabe cinaa dhaabbadhu. Gammachuun ilma namaa nama keeysaan arkamti. Gammachuun fudhachuun osoo hin taane kennuun arkamti.
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐
๐
๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ
โ
โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
๐ฃSeenaan tun yoo isinitti tolte share gochuun wal biraan gahaa!
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
CHAANAALII GURGURTAA
Namni chaanaalii bituu barbaaddan dafaa na qunnamaa caarraan kun akka isin hin dabarfannee
9.2K
2.8K
2K
1.9K
Namni bituu fedha qabdan yeroo dhuftan kallattiidhaan gara haajaa keessanii seenaa!!!
Karaa kanaan na qunnamaa
@Rafiqul_Islaam
2 413
Repost from BURQAA BEEKUMSAA
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐๐ข๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ซ๐ฌ๐๐ง ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ก๐ฎ๐๐ง๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฌ๐ข๐ข ๐๐๐๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐ฎ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ง๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐๐ง ๐๐ญ๐ข ๐๐๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐.
๐๐ก๐๐๐ง๐๐๐ฅ๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ฅ๐๐ฆ๐ฎ๐ 4๐+ ๐๐ข ๐๐ฌ๐๐ ๐๐ฅ ๐๐๐ง ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐ฌ๐ข๐ข๐ง ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ง๐ง๐๐ฆ๐๐!!
๐ฉ ๐ญ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐ @Rafiqul_Islaam
2 413
Wal-dorgommmii Marsaa #34ffaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Maqaa : Araarsoo Mahaammad
#Biyya : Harargee Bahaa
#CODE_01
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
๐นSeenaa barumsa guddaa of keeysaa qabu.
โ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธโ๏ธ
๐ถGaaf tokko Piroofeesarri barattoota Yunivarsitii barsiisu tokko afuuffee barattoota daree keeysa jiranitti kennee akka afuufanii qilleensa itti guutan ajaje. San booda hundi isaanii maqaa isaanii irratti barreeysanii daree keeysa akka gad lakkisan itti hime. Afuuffeen qilleensaan guuttamte walkeeysa makamtee daree keeysa guutte. San booda barsiisaan barattoonni afuuffee maqaan isaanii irratti barreeyfame barbaadanii akka arkataniif daqiiqaa 5 kenne. Barattoonni hammam tattaafatanillee osoo tokkolleen hin arkatin daqiiqaan isaaniif kennamte dhumte.
๐ถBarsiisaan bifa haarayaan barattoota ajaje. Amma daqiiqaa 5 kan birootiin isiniif laadha. Namni hundi afuuffee dura harkaan qabe nama maqaan isaa irratti barraaweef dabarsee haa kennu je'ee dubbate. Namni hundinuu daqiiqaa 5 keeysatti afuuffee maqaa isaa qabdu arkate.
๐ถSan booda Piroofeessari akkana je'e, " Afuuffeen kunniin akka gammachuuti. Nuti martinuu yoo keenya qofa kan barbaannu tahe, argachuu hin dandeenyu. Garuu yoo kan gammachuu isa birootiif kan dhimmamnu tahe, nutiis gammachuu arkanna."
๐ถNama koo! Atiis yeroo rakkootti nama cinaa dhaabbadhu. Gammachuu arkachuuf nama gammachuu dhabe cinaa dhaabbadhu. Gammachuun ilma namaa nama keeysaan arkamti. Gammachuun fudhachuun osoo hin taane kennuun arkamti.
๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ๐ฐ
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
๐๐๐๐๐๐๐
1โฃffaa kan baheef 500MB๐๐๐
2โฃffaa kan baheef 400MB๐
๐
๐
3โฃffaa kan baheef 300MB๐๐๐
4โฃffaa kan baheef 200MBโ
โ
โ
5โฃffaa kan baheef 100MB๐ถ๐ถ๐ถ
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
#Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
#JOIN_SHARE ๐๐๐
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
@quwwatulislaam
ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชู
๐ฃSeenaan tun yoo isinitti tolte share gochuun wal biraan gahaa!
Available now! Telegram Research 2025 โ the year's key insights 